πΉβ‘οΈ kutaa-47 ffΒͺΒͺπΊπΊπ
π―Gaaffii fi Deebi
π³Muslimoota π³
β Yohaannis 11:41-42
isaan dhagicha irraa kaasan. Achiis Iyyaasuus(kiristoos) gara #samii_ilaalaa akkana jedhe Yaa #Abbaa waan na #dhageesseef sin galateeffadha.
Dhugaa dha, ati #yeroo hunda akka na dhageessu beeka;
haatau malee, #namoonni as dhaabatan ati akka ana ergite akka #amananiifan kana dubbadhe.β
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πGaaffii isaanii
1=Kiristoos Alaazaari du'a kani kaase ofii isaa miti Abbaa kadhate malee jedhu..
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π Deebi keenya
lakki akkasii miti kan jedhuu taβu.
π kanafuu Kiristoos sababa maalif Yaa, Abbaa akka ati na, dhageessu yeroo hunda beeka jedhe.
πΊπ»sababa #Tokkoffaa
Abbaan ilmi ani jaladhu isaa dhaga'a jedhee namoota himme turee ,Haaluma wali fakkaata immoo Kiristoos Abbaan dhagau akka barbachisu ibseera.
β΅=Matewoos 17:5
Utuma inni kana dubbachaa jiruu, duumessi ifa of keessaa qabu tokko dhufee isaan haguuge; duumessicha keessaas #sagaleen
tokko, βKun Ilma koo isa jaallatamaa, isa ani itti gammadu dha #isa #dhagaaaβ jedhe
βΆ=Yohaannis 11:42
Dhugaa dha, ati yeroo hunda akka na #dhageessu beeka;
haatau malee, #namoonni as dhaabatan ati akka ana ergite akka amananiifan #kana dubbadhe.β
πΊπ sababa #lammaffaa
Abbaa fi Kiristoos yeroo hundaa akka garagari hin baanee ibsuuf
1=Yohaannis 8:16_18
Abbaan inni na, erge anaa wajjin waan jiruu fi #Ani_kophaa koo waanan hin taaneef, utuma ani murteessee illee murtiin koo dhugaa dha.
Kana malees #Seeruma keessan keessatti illee, βDhugaa baiinsi namoota #lamaa dhugaa dhaβ kan jedhu
barreeffameera.
#Ani waaee ofii koo dhugaa nan baa; Abbaan inni na erges waaee koo dhugaa ni baa.β
βkanafuu Kiristoos kophaa isaa miti ,Kiristoos Akka Alaazaar du'a kaase Abbaan illee ragaa wani taβef, Kiristoos gara samii ilaalee dubbaate.
πΊπ sababa #sadaffaa Kiristoos kan dura Ani nama du'a nan kasa #sagalee koo, qofan jedhe ture isaa dubbatee hojiin ibsuufi
β΅=Yohaannis 5:25
Dhuguma dhuguman isiniin
jedha, #saaatiin warri duan #sagalee
Ilma Waaqayyoo itti dhagaan ni dhufa; saaatiin sunis amma dha; warri xiyyeeffannaadhaan dhaggeeffatanis ni jiraatu
βΆ=Yohaannis 11:43_44
Wantoota kana erga dubbatee booda #sagalee guddaadhaan, βAlaazaar asi bai!β jedhee iyye. #Namni_due sunis miilli isaa fi harki isaa akka kafanametti #gadi_bae; fuulli isaas huccuudhaan maramee ture.
Iyyaasuus(Kiristoos)
βIsa irraa hiikaa haa deemuβ isaaniin jedhe
πΊπΊsababa #afuraffaan
Dubbi raajoota raawachuuf
hojji gaarii nutti argisiisi jecha turan ,kuni immoo Kiristoos qofaa (lafaa kana irraa barsiisa Ana qofa jedhe *kanafuu barsiisa ergaa tokko taβe kuni immoo Kiristoos
β΅=Far Daawit 4:6
#Namoonni baay'een, βEenyutu waan gaarii nutti argisiisa?β in jedhu; yaa Waaqayyo, ati ifa fuula keetii nu irratti ol kaasi
βΆ=Yohaannis 10:32
kiristoos deebisee, βAni Abbaa biraa #hojiiwwan_gaggaarii hedduu isinitti argisiiseera. Maarree hojiiwwan
kana keessaa isa kamiif dhagaadhaan ana rukuttu?β isaaniin jedhe
β·=Matewoos 23:8-10
#Isin garuu Barsiisaan
keessan tokko qofa waan taeef,
β#Rabbiiβ jedhamtanii hin waamaminaa; isin hundi keessan obbolaa dha.
Kana malees Abbaan keessan tokkicha isa samii qofa waan taeef, lafa irratti eenyuun iyyuu βabbaaβ jettanii hin waaminaa. #Geggeessaan keessanis #tokko, innis #Kiristoos qofa
waan taeef, βgeggeessaaβ jedhamtanii hin waamaminaa.
πΊπ sababa #shanaffaa nuuf #fakkeenya ta'uf gara saami ilaale ,Akkasi jedhee kanafuu.
Kiristoos barsiisa erga jedhamee #seeraa hunda sii,barsisuu qaba.
β΅=Filiphisiiyus 2:5
Isinis #ilaalcha Kiristoos Iyyaasuus qabu sana qabaadhaa
βΆ=1Phexros 2:21
Dhugaa dubbachuuf isin jireenya akkasiitiif waamamtan; sababiin isaas, Kiristoos faana isaa
dhiheenyatti akka hordoftan fakkeenya isiniif dhiisuudhaan isiniif jedhee dhiphateera
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πΊkutaa_13 ffaa Dubbisaπ
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/224
--------------------------------------
πΊlink kan xuqa hordofaπ
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
=========//=========

Telegram
πΉGoofoon_Qulqulloota_MaariyaamadhaπΉππ»
ππΈ kutaa-13 ffaa π»
Gaafi =Musiliimoota
β jecha wangeela Yohaannis.irraa
jiruu irratti
βYohaannis 6:11π
Iyyaasuus buddeena sana fuudhee erga galateeffatee booda warra achi tataaaniif hire
Qurxummii sanas akkasuma hamma isaan barbaadan isaaniif kenne.
β¦