π» iji wantoota isin argaa jirtan kana argu gammadaa dha,
α¨αα³α©α΅α α¨αα«α© αααα½ α₯ααα ααΈα
=Luq 10:23
=ααα΅ 10:23
β³______________β³
π ππ π
β¬β¬β¬β¬β¬
β= nutti garuu iji keenya badee jira wanta tokko illee arguu hin dandeenyee,,garuu carraa nuu, qabnuu guddaa turee
β iddoo ilaalamu qabuu dhisnee kan jireenya nuufi hin kennine ilaala jira
Koota mee, ija keenya gara Waaqa keenyatti akka ilaaluu goona
β yoo Waaqayyo argine iji keenya kan,eebbifamee ta'a
Ija jechuun ija,qaamaa foonii kan osoo hin tanee ija laphee keenya jechuudha
π» Namoonni Qulqulluun maali jedhan,
π»π»π»π»π»π»π»π»
#kiristoos waaqni keenya hoo,akka jedhu
ββSana booda gara barattoota isaatti garagalee, akkana jedhee kophaatti isaanitti dubbate #Iji wantoota isin argaa jirtan kana argu
gammadaa dha
ββ Ani isiniin nan edha, raajonnii fi mootonni hedduun wantoota isin argaa jirtan kana
arguuf kan hawwan taus hin argine; wantoota isin dhageessan kana
dhagauuf kan hawwan taus hin dhageenye.β
ββ #Abrahaam abbaan
keessan guyyaa koo arguuf gammachuu guddaadhaan eeggachaa ture, guyyaa koo argees gammadeera.β
(Yoh 8:56)
β #Raajonni gaarummaa guddaa isiniif kennamu sana ilaalchisee raajii dubbatan sun, waaee #fayyina kanaa cimsanii barbaadaa fi of eeggannoodhaan qorachaa turan.
Affuurri isaan keessa ture dhiphina hedduu #Kiristoos irra gauu fi ulfina sana booda dhufu dursee yommuu dhugaa bau, waaee yeroo isa kamii yookiin waaee waqtii akkamii akka argisiisu beekuuf qorannaa gochuu isaanii itti fufanii turan.
isaan ofii isaanii #tajaajilaa akka hin turre isaanitti mulifamee ture,Kanaa mannaa, #Afuura_Qulqulluu samiidhaa ergameen karaa namoota misiraachoo isiniif labsan sanaatiin wantoota isinitti himamanii wajjin haala wal qabateen isin tajaajilaa turan. #Ergamonni.Maleekonni iyyuu wantoota kana xiyyeeffannaadhaan ilaaluuf hawwii guddaa qabu
(1 Phex 1:10-12)
β Namoonni kun hundi #amantii isaanii eeganii kan duan taanis, abdiiwwan sun yommuu raawwataman
hin argine; kanaa mannaa fagootti ilaalanii isaan simatan, akkasumas biyyicha keessatti #keessummootaa
fi yeroo gabaabaadhaaf kan jiraatan tauu isaanii ifatti labsan
β Namoonni wantoota akkasii lallaban kun, iddoo isa kan ofii isaanii cimsanii barbaadaa akka jiran ifatti argisiisu
(ibr 11:13-14).
ββ¨ Namoonni kun hundi sababii #amantii isaaniitiin dhugaa kan isaaniif baame tau illee, abdiin Waaqayyo kenne yommuu raawwatamu hin
argine
#sababiin isaas isaan nu
malee mudaa kan hin qabne akka taan kaayyoo isaa waan hin turreef, Waaqayyo waaee keenya dursee wanta caalu argeera (Ibr 11:39-40)
β β¨ Yaa ijoolle, dubbiidhaan yookiin #afaaniin
utuu hin tain, hojii fi dhugaadhaan wal jaallachuu qabna
β Kanaan nuti kan dhugaa tauu keenya ni beekna, akka inni nu jaallatus garaa keenya ni amansiisna
β wanta garaan keenya nutti murteessu hundumaa irrattis kana ni goona sababiin isaas #Waaqayyo garaa keenya irra ni #caala, wanta hundumaas ni beeka.
β Yaa obboloota jaallatamo, garaan keenya nutti
hin murteessu yoo tae, Waaqayyo duratti dubbachuuf #ija jabina qabna
β #ajajawwan isaa waan eegnuu fi wanta ija isaa duratti gammachiisaa tae waan hojjennuuf wanta
isa gaafannu hunda isa irraa akka fudhannu ni beekna
β Dhuguma iyyuu ajajni isaa isa kana: kunis #maqaa Ilma isaa #Iyyaasuus Kiristoositti
akka amannuu fi akkuma inni ajaja nuu kennetti akka wal jaallannu dha
(1 Yoh 3:13-23)
β¨οΈβ¨οΈβ¨οΈβ¨οΈβ¨οΈβ¨οΈβ¨οΈβ¨οΈβ¨οΈ
β¨οΈGalani Waaqayyofβ¨οΈ
πΌ dubro Maariyaamiifi πΌ
β¨οΈβ¨οΈHaataβu β¨οΈβ¨οΈ
β¨οΈAmeenβ¨οΈ
β³.......................β³

π» fakkeenyi bofa isa
#Sibila diima isaa
Nasaa irra hojjatamee
nama fayyisuuπ
=1β bofti Sibila Naasa
irra hojjatamee
Fakkeenyi isaa
#Kiristoos
π bofti Kuni sibiila
cimaa irraa
Hojjatame kan
#qoricha ofii keessa
hin qabuu
π»fakkeenyi qoricha
#Cubbu fi sobaa
Kanaafuu Kiristoos
Cubbu Tokko illee
Hin qabuu ( 1Yoh 3:5)
πYoh 8:46π
isinii keessaa namni
#cubbuu hojjetteetta
jedhee na himatu eenyuβ
Ani #dhugaan dubbadha
yoon tae, isin maaliif
ana hin amantan reeβ
2=βbofti #sibiila Kuni
muka irratti fannifamee
Malee lafaa irraa hin
Godhamne Kuni immoo
Fakkeenya Kiristoos
Lafa irraa #olii fudhanii
Kiristoos fannoo irratti
Fannisu ibsa (Yoh 19:17--8)
3=βfakkeenyi sibilla
Nasaa Kuni #dimaadha
kuni immo #dhiga
Kiristoos ibsa
βRaji-isaya 63:2π
#Uffaani kee maaliif
#diimate reeβ
uffanni kee maaliif
uffata nama waynii
#cuunfuu fakkaate ree
βα’α³αα«α΅ 63:2π
#ααα΅α α΅α αα αα?
αα₯α΅α α΅ α ααα αα₯ααα« α₯αα°αα¨αα₯ α°α αα₯α΅
α΅α αα αα°α?
βkanafuu wa'ee
Dhiga Kiristoos
Rajjonni hedduun
dubbatanii jiru
β #Musen dhigaa
Kiristoos Sibila dimaa
taβen ibsee jira
β raajii #isayaas
uffaata diman ibsee jira
βMulβata Yoh 19:13π
πuffata #dhiigni itti
bubue uffateera
#maqaan isaas
Dubbii #Waaqayyoo
jedhama
β uffaata dhiigni irra bu'e
Uffaate jechuun,, foonii
Nama isaa dhiiga qabuu
Uffaate jechuudha
π #Maqaan isaa duubi
Waaqayyo jedhama
jechuun.isa immoo jalqabaa
Sagale turee, (Yoh 1:1)
inni Waaqayyo jedhee
#Sagaleen yookiin Dubbi
Suni foonii nama uffatee
Jechuu isaatii
π»α«α₯α 19:13
#α α°αα α¨α°α¨α¨ αα₯α΅
α°ααα½αα α α΅αα
α¨α₯ααα α₯αα #αα α°α₯αα α
βMulβata 19:15-16π
#Goraadeen qaramaanii fi dheeraan kan inni ittiin
#saboota rukutus afaan
isaa keessaa ni ba'a
#ulee sibiilaatiinis isaan
ni tiksa Kana malees
iddoo cuunfaa wayinii dheekkamsa sodaachisaa
isa kan Waaqayyo
Hundumaa Dandauu
ni dhidhiita
#Uffata isaa irratti maqaan, #Mootii moototaa fi Gooftaa gooftotaaβ jedhu
barreeffameera
βHaaluma walii
fakkaatu #Kiristoos
yeroo fannifamee
Mata isaa gubbatti
Mooti yihudoota kan
Jedhu baraffamee jira
βπΉYoh 19:19-22π
#Philaaxosis_barreeffama barreessee #fannoo
sana irratti maxxanse
Wanti inni barreesses
#Iyyaasuus nama
Naazireeti #Mootii
Yihudootaaβ kan jedhu ture
Bakki Iyyaasuus itti
fannifame magaalaatti
dhihoo waan tureef
Yihudoonni #hedduun
wanta barreeffame kana
dubbisaniiru innis
βafaan Ibrootaatiin
βafaan Laatinii fi
βafaan Giriikiitiin
kan barreeffame ture
Dura buutonni lubootaa Yihudootaa garuu
Philaaxosiin #Ani Mootii Yihudootaa tiβ akka
inni jedhe barreessi
malee, βMootii
Yihudootaaβ jettee
hin barreessinβ jedhan
Philaaxosis βEgaa, ani
wantan barreesse
barreesseeraβ jedhee
deebise
βKuni yeroo Kiristoos fannifamee kan ibsuudha
Uffaanni isaa dhiga kan
taβe Sababa kanaafi
βHaataβu malee #sibili sunii
Diima ta'u isaan dhigni
Kiristoos fakkeessu isatti
Maali dhigni nama Dima
Waani taβef
β #Museen bofa #sibiilaa
irra Kan hojjatee, Sababiin
isaa Kiristoos #ulee
sibilaan akka Saba
isaa tiksuu ibsuuf
Sibilli #cimaa akkuma taβe
Tikseen keenya Kiristoos
Cima ta'u ibsuu
βYoh 10:11π
#Ani tiksee gaarii dha
tiksee gaariin immoo
#hoolota isaatiif jedhee
lubbuu isaa
dabarsee ni kenna
=4=βfakkeenya biraa
Musen bofaa fannisee
Sana karaa laman(2)
namaa fayyisa
=1=ijan arguudhan nama
Fayyisa
=2=lamaffan immoo
Sagale bofa fannifamee
sanaYoo, dhaga'ani
namni ni fayya
πΉ=Fannoo Kiristoos #ijan
Argani kan fayyan
Fakkeenyaaf
#dukka bu'oota isati
yookiin matii 120
=HDB 1:15
βYoh 20:20π
Erga kana jedhee booda,
#harka isaa fi #cinaacha isaa isaanitti argisiise
#Barattoonnis Gooftaa
arguu isaaniitti guddaa #gammadan
β#Gammachu jechuun
Immo #fayyina arguudha
akkuma Simi'oon jedhee
β=Luqaas 2:28-30π
#Simioon mucicha fuudhee #hammatee akkana jedhee Waaqayyoon galateeffate
#Yaa Gooftaa Oli Aanaa,
akkuma dubbattetti amma #garbicha kee nagaadhaan geggeessi
sababiin isaas #iji koo
isa #fayyina argamsiisu #argeera
πΉ=fakkeenyi warra
#ijaan Oso Hin arginee
sagalee qofan
Fayyani
==//====/===
πΉ Yaada yoo qabataniiπ
#Gutema123
β kan channeel π
@haadha_Waaqa_naJaladha
β #kuta_5_ffaaπ

β©πΊ kutaa _ 59 ffΒͺΒͺ π³
β²β²β²β²β²β²β²β²β²β²β²
π Gaaffii fi Deebi
πMusiliimota
β Yohaannis 14:9
Iyyaasuus(Kiristoos) akkana jedheen: βYaa Filiphoos, yeroo dheeraa hammanaatiif ergan isinii wajjin jiraadhee booda illee, isin amma iyyuu na
hin beeknee? #Namni Ana arge hundi #Abbaas argeera. Maarree ati akkamitti, βAbbaa nutti argisiisiβ jetta?
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π Gaaffii isaanii
1= gonkumaa siila Namni Abbaa Argee hin jiruu , Kiristoos immoo akkamitti Namni Ana Arge Abbaa arge jedha
jedhuun ..β
β― Ragan isanii immoo kunoπ
1=sera.Bau 33:20
#Namni fuula koo #arge jiraachuu waan hin dandeenyeef, ati fuula koo arguu hin dandeessu
2= 1ximotewos 1:17
Mootii bara baraa isa hin duune, isa #ijaan hin argamne, Waaqayyo tokkicha sanaaf baruma baraan #ulfinnii fi #guddinni haa ta'u! Ameen
3= 1ximotewos 6:16
Waaqayyo duwwaatu hin du'u, inni #ifa_homtinuu itti dhi'aachuu hin dandeenye keessa in jiraata; namni takkaa isa #hin_argine, isa arguus hin danda'u. Isaaf #ulfinnii fi #Aangoon bara baraa haata'u! Ameen
4=1Yohaannis 4:12
Yoom iyyuu taanaan namni #Waaqayyoon_argee beeku hin jiru. Wali #jaallachuu keenya yoo itti fufne, Waaqayyo nu keessa ni jiraata, jaalalli isaas nu keessatti guutuu taa
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πDeebi keenyaa
π³ #Namni Waaqayyo Arge jira kan jedhu ta'a
π³ #Ergamoonni Waaqayyo isa arganii jiruu.
πΊ Namni Waaqayyo arge
jirachuu isaa kunoo raga
Keenyaa kitaaba Qulqul
β΅πsera Uumama 32:30
#Yaaqoobi , βAni #Waaqayyoon #fuulleetti nan #arge, garuu lubbuun koo ooleeraβ jedhe; kanaaf maqaa iddoo sanaa βPheeni'elβ jedhee moggaase*; [βPheeni'elβ jechuun, βFuula Waaqayyooβ jechuu dha]
βΆπSeera. Uumama 18:1
Abrahaam yeroo saafaa balbala dunkaana isaa dura taa'ee utuu jiruu, #Waaqayyo qilxuu Mamree biraa isatti in #mul'ate
β·πSera.Bau 24:10-11
isaan #Waaqayyo isa kan Israa'el in argan; miilla isaa jala wanta akka dhagaa Safiiros, isa qullaa'aa akka bantii waaqaatu ture*. Inni harka isaa gurguddoota saba Israa'el kanatti hin buufne; isaan Waaqayyoon in #argan, achitti walii wajjin in nyaatan, in dhuganis
βΈπ1 motoota 22:19
Yommus Miikiyaas, βWaaqayyo teessoo isaa irra utuu taa'uu, macci waaqa irraas hundinuu gara mirgaa isaa fi gara bitaa isaa utuu dhaabatanii #nan_arge; kanaafis wanta Waaqayyo dubbatu dhaga'i
βΉπiyyoobi 19:26_27
Gogaan dhagna kootii ana irraa qunca'ee, foonis dhagna koo irra hin jiru yoo ta'e iyyuu, ani Waaqayyoon arguuf jira. Ani ofii kootii #isa_nan_arga; anumatu ija kootiin isa arga malee, kan biraa miti; ani garuu isa yaaduu irraa kan ka'e nan gaggabe
βΊπRaajii isayaas 6:3
Yommus ani, βWayyoo kaa! Ani nama arrabni isaa xuraa'e, namoota arrabni isaanii xuraa'e gidduus kanan jiraadhu waanan ta'eef #iji koos Waaqayyoon mootii maccaa waan #argeef nan bade!β jedhee nan iyye
β»πMulβata Yohaannis 22:3_4
Magaalattii keessa kana booda abaarsi hin jiru. Kanaa mannaa teessoon #Waaqayyoo fi teessoon #Hoolichaa magaalattii keessa taa, garboonni Waaqayyoos tajaajila
qulqulluu isaaf dhiheessu; isaan
#fuula isaa ni argu; maqaan isaas adda isaanii irratti ni barreeffama
πΊ Ergamoonni immoo
Waaqayyo arguu isanii
βΌπMaatewos 18:10
Dhuguman isiniin jedha, maleekonni(Ergamoonni) isaanii warri samii keessa jiran yeroo hunda fuula #Abbaa koo isa samii waan #ilaalaniif, warra xixinnoo kana keessaa isa tokko akka hin tuffanne of eeggadhaa.
β½πLuqaas 1:19
Maleekaan sunis deebisee akkanaan jedheen: βAni Gabrieel isa #fuula_Waaqayyoo dura dhaabatu dha; akka ani si haasofsiisuu fi misiraachoo kana sitti himuuf ergameera.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πΉ Kitaabni iddoo tokko irratti Waaqayyo hoomtuu hin argine jedha , iddoo tokko tokko irratti namni fi ergamoonni argaman jecha , kuni walii hin fakkaatu.
Dogoggora kitaaba moo mitiiβ
π³ Deebi keenya
β Lakki gonkumaa dogoggora mitii jennaa., Kanaaf akkamitti
Yoo, jette immoo............ββ
β© iddoo Waaqayyo hoomtuu hin arginee jedhuu irraa jechoota inni fayyadame qofa ilaala.πππ
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πΊ itti fufi dubbisi πΊ
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πlink kana xuqi
@haadha_Waaqa_naJaladha
πΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈ

β ππ’ππ π₯π’ππ’ππ ππ πππ‘π.
"Raaji-Ermiyaas 32:17
Yaa #Waaqayyo Gooftaa, ati #humna kee guddaa fi irree kee diriirfame sanaan samiiwwanii fi lafa uumteerta. #Wantii ati hin dandeenye #tokko iyyuu hin jiru.
"Roome 11:8
Kunis isa,
β #Waaqni hamma guyyaa harΚΌaatti,
akka #iji isaanii hin argineef,
akka #gurri isaaniis hin dhageenyeef,
#hafuura_nama dawweessu isaaniif kenneβ
jedhamee #barreeffamee dha.
πππππππ‘ππ πππππ ππ'π, ππ πππππππ πππππ ππππ πππ ππππππ πππππππππ ππ πππππππ.
β»(gara telegrama)
ππ
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha