๐น๐ผ kutaa-16ffยชยช=hordofa๐ผ
โGaafi fi Deebi
โโMusiliimootaโโ
โYohaannis 6:57๐
#Akkuma Abbaan
inni #jiraataa tae na
ergee fi Anis sababii
Abbaatiin jiraadhu,
#namni foon koo nyaatus
sababii kootiin ni jiraata.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ.
๐ผ Musiliimoonni akkasii
jedhuu Abbaan jirta,yoo,
taโe Male Kiristoos
Ofi danda'e jirachuu
hin danda'u Jedhu....โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
=Deebi keenya.๐
๐ พ jalqaba dura Kiristoos
Ofi danda'e akka jiratu
Ragaa kitaaba Qulqulluu
โMulโata Yohaannis 22:13๐
#Ani Alfaa fi Omeegaa
isa duraa fi isa boodaa
isa jalqabaa fi isa xumuraa ti
โRaaji isayaas 44:6๐
Waaqayyo Mootiin Israael,
inni isa furu(inni Fayyisu)
Waaqayyo Gooftaan
#Hunduma danda'u
akkana jedha:
Ani isa #jalqabaa fi isa #xumuraa ti
Ana malee #Waaqni kan
biraan hin jiru.
โRaaji_isayaas 48:12-13๐
Yaa,Yaaqoob, yaa Israael
isani waame na, dhagai.
#Ani_isuma sana
Ani isa jalqabaa ti
isa xumuraa tis.
Bu'uura lafaa kan
kaa'e harkuma koo ti
#Samiiwwan kan diriirses
harka #mirgaa koo ti
Yeroon isaan waamu
isaan waliin ni dhaabbatu
โ-Ibroota 13:8๐
#Iyyaasuus Kiristoos
#kaleessa, hara, bara
baraanis #isuma sana
โQabxiwwan Kuni Kiristoos
Ofi danda'e akka jiratuu ibsuu
โโโโโโโโ
Erga akkasii taโe Kiristoos
Sababa maalif Abbaan jirata yoo Ta'e Kiristoos immoo sababaAbbaan jirata
isa jedhuufi..โ
๐ พ Kiristoos fi Abbaan
Tokko ta'u ibsuuf
Yoo, Abbaan jiratee
ilmi Ni jirata,
๐ พKiristoos ani ilmaa
Waaqayyo jedhee erga
Dubbate, amma immoo
Ani qoftii jirata jechuu hin
Dandau, maalif Abbaan yoo
Jirata,taโe ilmis jirata
Wani taโefi
โ 1Yohaannis 2:23
#ilma kan ganu hundi
#Abbaas immoo hin qabu.
#Ilma amanee kan fudhatu
hundi garuu #Abbaas qaba
โyeroo kamiyyuu yoo
Ta'e Kiristoos fi Abbaan
Tokko ta'u qabxii ibsudha
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ ฐ inni biraa Kiristoos
eessa Akka Dhufe ibsuuf
Fakkeenyaaf Waaqayyo
jirata Bira dhufuu isa
ofii isa Raga kana
Nuuti himme
โ namoonni tokko tokko Kiristoos #ilma_Maariyaamidha
Akkuma keenya nama Male
Waaqayyo mitii, jedhanii
akka isan Hin dubbaanef
innii garuu Ani ilma Abbaa
jirata ta'u Isaa ofuma
ragaa bahee jira
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ พ innii biraa Kiristoos
sababa Abbaatin jirata
ergaa taโe Nuuti immoo
sababa Fooni Fi dhiga isa fudhanuuf jirata
Ni jedhama, kanafuu
Nutis Waaqayyo ta'u ni
Dandeenya....โโโ
๐ผ lakki nutti Waaqayyo
Ta'u hin dandeenyu
Sababin isaa nutti jirachuu
Kani Qabnu yoo, #Fooni fi dhiga isa fudhannee, kanafuu sadarkaa keenya sababa
Kanaa Dha
๐ผnuuti Kiristoos wajjin
Bara baraa jirana yeroo
jennuu #Du'a booda
jireenya isa dhufuu
sana ibsuf Male,,
Yero sana du'u fi dulloomuu
....hin jiruu akka ergamoota
Qulqulluutti jirana Male
โMatewoos 22:30-32๐
#yeroo du'aa ka'uutti
#dhiironni hin fuudhan, dubartoonnis hin heeruman
kanaa mannaa akka
#Ergamoota(maleekota)
samii irraa ta'u.
Du'aa ka'uu warra du'anii ilaalchisee garuu wanta #Waaqayyo akkana
jedhee isinitti dubbate hin dubbisneeโ
inni, โ #Ani Waaqa #Abrahaami Waaqa Yisihaaqii fi Waaqa
Yaaqoobiโ jedheera
Inni Waaqa warra #jiranii ti
malee, Waaqa
warra #du'anii miti.โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โHaaluma kana amma
Kiristoos #Ani Waaqa keessanii
Jechufi, ani jiratadha jedhee
Maalif yoo, jennee
#Namoota du'an du'a Kani
Kasu, ana jedhe jira.
โYohaannis 6:54๐
#Namni foon koo nyaatuu fi dhiiga koo dhugu hundi
#jireenya bara baraa
qaba
#Anis guyyaa dhumaatti
#du'aa isa nan kaasa.
โYohaannis 6:46-47๐
#isa Abbaa biraa dhufe
sana malee namni
tokko illee Abbaa hin argine #Abbaa kan arge isa #qofa dha.
Dhuguma dhuguman isiniin jedha, #anatti kan amanu
#hundi jireenya bara
baraa qaba .
โYohaannis 6:39-40๐
#Fedhiin isa na ergee
immoo, warra inni natti
kenne hunda guyyaa
#dhumaatti akka ani #duaa kaasuuf malee, isaan
keessaa tokko illee
akka na jalaa baduuf miti.
Sababiin isaas fedhiin #Abbaa koo namni #ilma beekee isatti amanu #hundi jireenya bara
baraa akka qabaatuufi
anis guyyaa dhumaatti
duaa isa nan kaasa.โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โYohaannis 11:23-27
#Kiristoos โ #Obboleessi kee
ni kaaโ ishiidhaan jedhe.
#Maartaanis, โ #Guyyaa #dhumaa yeroo #duaa
ka'uutti akka inni ka'u
beekaโ jetteen.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ พLink kan xuqa๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====๐น===๐๐=====

๐น๐kutaa_17ffยชยช๐๐๐บ๐Gaaffi fi Deebi๐
โMusiliimoota
--------------------------------
โYohaannis 7:16
Iyyaasuus akkana jedhee isaaniif deebise:
Wanti ani #barsiisu
kan isa na erge sanaa ti
malee kan koo miti.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โ Gaaffiin isaanii
Kiristoos Barumsa
isaa mitii ,kani Abbaatii
Osoo kani isaa taโe kiyya
Jechuu qaba turee ....โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
=Deebi keenya
โ lakki kanuma isati
๐Ragaa kitaaba
Qulqulluu
1=โMatewoos 7:24
Namni #dubbii_koo
kana dhagaee hojii irra oolchu,nama hubataa mana isaa #qarsaa
irratti ijaarrate fakkaata.
_๐dubbii kiyya jedhe jira
Kanafuu ,kan Abbaa hin jennee ,
โ mana kani jedhamee
#Qaama_namatii malee
Mana muka ykn,sibiilaan
Ijaaranii miti.
=1Qorontos 3:16_17
#Isin_mataan keessan #mana_Qulqullummaa Waaqayyoo akka taatanii fi
Afuurri Waaqayyoo akka
isin keessa jiraatu hin beektaniiโ
Namni kam iyyuu mana Qulqullummaa Waaqayyoo yoo diige, Waaqayyo isa ni diiga; sababiin isaas
manni qulqullummaa Waaqayyoo
Qulqulluu dha, manni qulqullummaa
sunis isini.
โ #Qarsaa kan jedhamee
Kiristoos
1Qorontos 3:11
bu'uura isa kaaame,
jechuunis Iyyaasuus Kiristoosiin alatti namni kam iyyuu bu'uura kan biraa kaa'uu hin dandau.
Efesoon 2:20
#bu'uura Ergamootaa fi Raajotaa irratti ijaaramtaniittu;
#dhagaan golee inni bu'uura tae immoo
Kiristoos Iyyaasusi dha.
====
2=โ Yohaannis 16:15
Wanti #Abbaan qabu #hundi kan koo ti. #Inni wanta kan koo ta'e irraa fudhatee isinitti beeksisa kanan jedhes kanumaafi.
๐นkanafuu dubbii Abbaa,hundii kan Kiristoos
Dubbi Kiristoos hundi,kan abbaatti,
----------------------------
"garuu Kiristoos osoo
Dubbii kuni kani isaa
Taโe jiruu ,kan Abbaati
Jechuun ,isaa yihudoonni
Kiristoos Waaqayyo ta'u
Isaa wanii hin beekneef
โ kanafuu jalqabaa Waaqayyo Abbaa
,yoo beekan ,akkuma salphaatti
Kiristoos Waaqayyo ta'u isaa beekuu jechudha
โyoomi iyyuu yoo,taโe
Abbaa beekanii jechuun
Kiristoos beekan jechudha
1Yohaannis 2:23
Ilma(Kiristoos) kan
ganu hundi Abbaas
immoo hin qabu.
#Ilma amanee kan fudhatu #hundi garuu #Abbaas qaba.
=1 แฎแแแต 2:23
#แแแตแ แจแแญแต แแ แ แฅ แฅแแณ แจแแแแค แ แแแต แจแแณแแ แ แฅ แฐแแ #แ แแ
โ Yohaannis 8:19
Isaanis, โ #Abbaan kee eessa jiraโโ
jedhaniin.
#Iyyaasuus, โIsin #Anas ta'e #Abbaa koo hin #beektan.
๐ #Utuu ana
beektaniittu taee, Abbaa koos nibeektu turtanโ jedhee deebiseef.
๐นKiristoos beekuu
Jechuun Abbaa beekuu
Jechudha.
โ2Yohaannis 1:9
#Namni_barumsa Kiristoos irra darbee deemuu fi isatti hin jiraanne hundi #Waaqayyoon hin qabu.
๐ #Namni barumsa
kanaan jiraatu,
#inni Abbaa fi #Ilma qaba
2 แฎแแแต 1:9
#แแแแฃ แแ แ แญแญแตแถแตแ #แตแแ แญแต แแแญแแญ แฐแ แ แแแญ แจแแแ
๐ #แ แญแญแตแถแต แตแแ แญแต แแแแญ #แ แฅแ_แแแต แ แแต
โโโโโโโโโโโโ
"kanafuu dubbii Kiristoos
Hundi kan abbaatti
"dubbii Abbaa hundii
Kan Kiristoos yeroo
Jennuu Kanumaa ibsaa
=================
๐ragaa dabalataa
Dubbisuu yoo,
Barbaadanii
โKutaa_12ffaa
โKutaa_15ffaa
Dubbisa
----------------------------
๐นlink kan fayyadama
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
======//=====

โฉ๐บ kutaa _ 59 ffยชยช ๐ณ
โฒโฒโฒโฒโฒโฒโฒโฒโฒโฒโฒ
๐ Gaaffii fi Deebi
๐Musiliimota
โ Yohaannis 14:9
Iyyaasuus(Kiristoos) akkana jedheen: โYaa Filiphoos, yeroo dheeraa hammanaatiif ergan isinii wajjin jiraadhee booda illee, isin amma iyyuu na
hin beeknee? #Namni Ana arge hundi #Abbaas argeera. Maarree ati akkamitti, โAbbaa nutti argisiisiโ jetta?
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ Gaaffii isaanii
1= gonkumaa siila Namni Abbaa Argee hin jiruu , Kiristoos immoo akkamitti Namni Ana Arge Abbaa arge jedha
jedhuun ..โ
โฏ Ragan isanii immoo kuno๐
1=sera.Bau 33:20
#Namni fuula koo #arge jiraachuu waan hin dandeenyeef, ati fuula koo arguu hin dandeessu
2= 1ximotewos 1:17
Mootii bara baraa isa hin duune, isa #ijaan hin argamne, Waaqayyo tokkicha sanaaf baruma baraan #ulfinnii fi #guddinni haa ta'u! Ameen
3= 1ximotewos 6:16
Waaqayyo duwwaatu hin du'u, inni #ifa_homtinuu itti dhi'aachuu hin dandeenye keessa in jiraata; namni takkaa isa #hin_argine, isa arguus hin danda'u. Isaaf #ulfinnii fi #Aangoon bara baraa haata'u! Ameen
4=1Yohaannis 4:12
Yoom iyyuu taanaan namni #Waaqayyoon_argee beeku hin jiru. Wali #jaallachuu keenya yoo itti fufne, Waaqayyo nu keessa ni jiraata, jaalalli isaas nu keessatti guutuu taa
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐Deebi keenyaa
๐ณ #Namni Waaqayyo Arge jira kan jedhu ta'a
๐ณ #Ergamoonni Waaqayyo isa arganii jiruu.
๐บ Namni Waaqayyo arge
jirachuu isaa kunoo raga
Keenyaa kitaaba Qulqul
โต๐sera Uumama 32:30
#Yaaqoobi , โAni #Waaqayyoon #fuulleetti nan #arge, garuu lubbuun koo ooleeraโ jedhe; kanaaf maqaa iddoo sanaa โPheeni'elโ jedhee moggaase*; [โPheeni'elโ jechuun, โFuula Waaqayyooโ jechuu dha]
โถ๐Seera. Uumama 18:1
Abrahaam yeroo saafaa balbala dunkaana isaa dura taa'ee utuu jiruu, #Waaqayyo qilxuu Mamree biraa isatti in #mul'ate
โท๐Sera.Bau 24:10-11
isaan #Waaqayyo isa kan Israa'el in argan; miilla isaa jala wanta akka dhagaa Safiiros, isa qullaa'aa akka bantii waaqaatu ture*. Inni harka isaa gurguddoota saba Israa'el kanatti hin buufne; isaan Waaqayyoon in #argan, achitti walii wajjin in nyaatan, in dhuganis
โธ๐1 motoota 22:19
Yommus Miikiyaas, โWaaqayyo teessoo isaa irra utuu taa'uu, macci waaqa irraas hundinuu gara mirgaa isaa fi gara bitaa isaa utuu dhaabatanii #nan_arge; kanaafis wanta Waaqayyo dubbatu dhaga'i
โน๐iyyoobi 19:26_27
Gogaan dhagna kootii ana irraa qunca'ee, foonis dhagna koo irra hin jiru yoo ta'e iyyuu, ani Waaqayyoon arguuf jira. Ani ofii kootii #isa_nan_arga; anumatu ija kootiin isa arga malee, kan biraa miti; ani garuu isa yaaduu irraa kan ka'e nan gaggabe
โบ๐Raajii isayaas 6:3
Yommus ani, โWayyoo kaa! Ani nama arrabni isaa xuraa'e, namoota arrabni isaanii xuraa'e gidduus kanan jiraadhu waanan ta'eef #iji koos Waaqayyoon mootii maccaa waan #argeef nan bade!โ jedhee nan iyye
โป๐Mulโata Yohaannis 22:3_4
Magaalattii keessa kana booda abaarsi hin jiru. Kanaa mannaa teessoon #Waaqayyoo fi teessoon #Hoolichaa magaalattii keessa taa, garboonni Waaqayyoos tajaajila
qulqulluu isaaf dhiheessu; isaan
#fuula isaa ni argu; maqaan isaas adda isaanii irratti ni barreeffama
๐บ Ergamoonni immoo
Waaqayyo arguu isanii
โผ๐Maatewos 18:10
Dhuguman isiniin jedha, maleekonni(Ergamoonni) isaanii warri samii keessa jiran yeroo hunda fuula #Abbaa koo isa samii waan #ilaalaniif, warra xixinnoo kana keessaa isa tokko akka hin tuffanne of eeggadhaa.
โฝ๐Luqaas 1:19
Maleekaan sunis deebisee akkanaan jedheen: โAni Gabrieel isa #fuula_Waaqayyoo dura dhaabatu dha; akka ani si haasofsiisuu fi misiraachoo kana sitti himuuf ergameera.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐น Kitaabni iddoo tokko irratti Waaqayyo hoomtuu hin argine jedha , iddoo tokko tokko irratti namni fi ergamoonni argaman jecha , kuni walii hin fakkaatu.
Dogoggora kitaaba moo mitiiโ
๐ณ Deebi keenya
โ Lakki gonkumaa dogoggora mitii jennaa., Kanaaf akkamitti
Yoo, jette immoo............โโ
โฉ iddoo Waaqayyo hoomtuu hin arginee jedhuu irraa jechoota inni fayyadame qofa ilaala.๐๐๐
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐บ itti fufi dubbisi ๐บ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐link kana xuqi
@haadha_Waaqa_naJaladha
๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ

๐
ฐ kutaa-73-ffยชยช .๐
ฐ
๐ gaaffii fi deebi
๐ Musiliimota
โ Yohaannis 17:3
Jireenya bara baraa argachuu akka dandaสผaniif, si isa #Waaqa dhugaa #tokkicha taatee fi #Iyyaasuus_Kiristoos isa ati #ergite sana beekuu qabu.
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
gaaffii isaanii ๐
1= Waaqa Tokkicha jira ,Kiristoos immoo Eegamadha jedhuu.โ
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ//โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
โ Deebii keenya.
๐พ Lakki lamanuu isaanii iyyuu Waaqa kani jedhuu ta'a.
Fakeenyaf Kiristoos iddoo itti waaqa jedhamee. Ilaala.
โตโงYohaannis 20:28
Toomaasis deebisee, โGooftaa ko, #Waaqa koo!โ jedheen.
๐Abbaan immoo iddoo itti Waaqa jedhamee.
โถโงYohaannis 8:54
Iyyaasuus Kiristoos deebisee akkana jedhe: โAni yoon ulfina ofiif kenne, ulfinni koo gatii hin qabu. Inni ulfina anaaf kennu, #Abbaa koo isa isin #Waaqa keenya jettan sana dha.
๐บ Kanaafuu Abbaa fi ilmi Waaqa =ok.โ๏ธ
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
๐งฃgara mataa duree keenyaatti yeroo deebinuu immoo.
๐ช #Hiika Yohaannis 17:3 jecha tokko tokkoon ilaala.
๐A))๐โผJireenya bara baraa argachuu akka dandaสผaniif, si isa #Waaqa dhugaa #tokkicha taatee fi #Iyyaasuus_Kiristoos isa ati #ergite sana beekuu qabu.
๐ jireenya bara bara kani keenuu eenyu Abbaa mooโKiristoos โ
Deeebi isaa akka dubbisa kanatti Abbaa fi Kiristoos ibsa Sababiin isaa " waliqabisisuutu #fi yookiin afaanii Ingiliffaatiin #and * Afaanii Giriikiitiin (ฮบฮฑฮฏ) seeri afaanii kuni fi yeroo hunda yaada dabalataa ibsuuf fayyada.
โทโงYohaannis 20:31
Wantoonni kun garuu kan barreeffaman Iyyasus kiristoos dhuguma inni Kiristoosii fi Ilma Waaqayyoo taสผuu isaa akka #amantaniif, amantaniis karaa #maqaa isaa #jireenya akka argattaniifi.
โธโงYohaannis 6:40
fedhiin #Abbaa_koo namni #Ilma_beekee isatti amanu #hundi_jireenya bara baraa akka qabaatuufi; anis guyyaa dhumaatti duสผaa isa nan kaasa.โ
๐บ kanafuu jireenyaa bara bara kani kennuu Abbaa fi ilma,erga taโe ,Abbaa fi Kiristoos Tokko jechudha.๐
๐B))๐โผ hiika bira immo โ sii, isa #Waaqa dhugaa #tokkicha taatee โ
๐iddoo kana irratti Waaqa tokkicha kani jedhamee
Eenyuuโ
=deebi isaa๐ Abbaa dha.
Kanafuu abbaa meeqatu jira Abba tokkicha.
Kitaaba keessatti Abbaan jechuun waaqa isaanii jettanii sani jedhe Kiristoos dubbatee jira
โนโงYohaannis 8:54
Iyyaasuus Kiristoos deebisee akkana jedhe: โAni yoon ulfina ofiif kenne, ulfinni koo gatii hin qabu. Inni ulfina anaaf kennu, #Abbaa koo isa isin #Waaqa keenya jettan sana dha.
๐บ Abbaa=Waaqa jechudha
ยซ kanafuu nuutis Abbaa #Tokkicha qofa jira jenne
amana ยป ,"akkasumas ilma tokkicha qofatu jira jenne amana",Akkasumas Affuurra Qulqulluu tokkicha qofatu jira jennee Amana.
โบโงYohaannis 3:16
โIsatti kan #amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuuf malee akka hin badneef, #Waaqayyo(Abbaan) #Ilma isaa isa #tokkicha hamma kennuufitti addunyaa kana baayสผee jaallateera.
โปโง1 Qorontos 12:4
Kennaan garaa garaa jira, #Afuurichi garuu #tokkichuma sana.
๐ Abbaa #Tokkicha qofaa
๐ ilma #Tokkicha qofaa
๐ Affuura Qulqulluu #tokkicha qofa.
๐บ nuuti warri orthodoksi kanitti Amana.
๐C))๐โผ Musiliimoonni Kiristoos ergamadha jedhu. Yeroo kana nutti gaaffii qabna kani ergamee kuni eenyu jennee gaafanaโ
โผyeroo kana immoo Kiristoos jedhuu ,Kiristoos kuni eenyu jennee gaafana ilmaa Waaqayyo nuun jedhuu.
Kanafuu " kani ergamee dhufe kuni ilma Waaqayyo jedhi amani kaa. Yaa, Muslimaa.
โผโงYohaannis 11:27
Ishiinis, โEeyyee, yaa Gooftaa, ati #Kiristoos, #Ilma_Waaqayyoo isa gara #addunyaa dhufu sana akka taate nan amanaโ jetteen.
๐D))๐โผ kiristoos maalif abbaa tokkicha fi ilma tokkicha ergamee dhufe beeku qaban jedhee.โ
โSababiin isaa Abbaa fi Kiristoos wani hin beekneef, akkasii jedhe,
โฝโงYohaannis 16:3
isaan wantoota kana kan godhan #Abbaas taสผe Anaan waan #hin_beekneefi.
โพโงYohaannis 8:19
Isaanis, โ #Abbaan kee eessa jira?โ jedhaniin Iyyaasus Kiristoos โIsin #Anas taสผe #Abbaa koo hin #beektan. Utuu Ana beektaniittu taสผee, Abbaa koos ni beektu turtanโ jedhee deebiseef
โkanafuu jireenyi bara bara kani argamuu Abbaa fi Kiristoos beekuu qabuu jedhe,akkekachisee jira.
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
link kana xuqa hordofuu dandeessu๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ||โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ