🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.4K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
🌻 akka fedha kee siif Haata’u
πŸ‘‰ αŠ₯αŠ•α‹°α‹ˆα‹°α‹΅αˆ½ α‹­αˆαŠ•αˆαˆ½
=Mat 15:28
=αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 15:28
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬

kadhannaa maali ❓

πŸ‘‰ kadhannaa nama dhukkubu kadhate beektaa ❓
πŸ‘‰yoo kadhate immoo kadhannaa kee,nama sanaa sii,fayyisee jira
πŸ‘‰ sababa laphee kee,guutuu hin tanef Waaqayyo yoo,sii,jala caalise maali goota ❓
πŸ‘‰ yoo Waaqayyo sii,jala caalisee wanta lamaa godhi
πŸ‘‰ namni biraa akka siif kadhatuu godhii
πŸ‘‰ ati, irraa deebi kadhuu
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
Kadhaana dubartii kanaa irraa maali barataa‼️

✍ Guyyaa tokko Gooftaan keenya Iyyaasuus Kiristoos gara biyyaa Xiiroosii fi Siidoon dhaqee, yeroo inni achi gahu dubartii kananawitti( αŠ¨αŠαŠ“α‹Šα‰΅ αˆ΄α‰΅ αŠ¨α‹šα‹« አገር α‹ˆαŒ₯ታ) dhufte,rakkoo ishee Kiristoositti himmuf jalqabaa dura akkana jettee

A βž› Yaa Gooftaa
B βž› yaa Ilma Daawit
C βž› garaa naa laafi
D βž› intalli koo jinniidhaan qabamtee akka malee dhiphachaa jirti” jettee iyyite

➊ Gooftaan keenya Kiristoos garuu deebii tokko illee ishiidhaaf hin kennine
(osoo sii,ta’e maali goota Gooftaan kee,deebii yoo,siif deebisuu didee ❓)

βž‹ Haata’u malee barattoonni (duuka bu'oota) isaa dhufanii, β€œDubartiin kun nu duukaa buutee iyyaa waan jirtuuf, ishii geggeessi jedhaniin

➌ Gooftaan keenya akkanaa jedhe deebiseef β€œAni kanan ergame hoolota mana Israaelii badaniif malee eenyuuf iyyuu miti” jedhe

➍ Dubartiin sun garuu gara isaa dhuftee miilla isaatti kuftee,
βž›β€œYaa Gooftaa, na gargaari” jetteen.

➎ innis deebisee, β€œbuddeena(daaboo) ijoollee fuudhanii buchulloota ( buchulloota jechuun ilmo saree jechuudha) jala buusuun sirrii miti” jedheen

➏ ishiinis, β€œEeyyee
Gooftaa ko, garuu buchulloonni isa maaddii (maadii jechuun cinaa) gooftaa isaanii irraa harcae ni nyaatu” jetteen.

➐ Yeroo kanatti Gooftaan keenya β€œDubartii nana amantiin kee guddaa dha akkuma fedha kee
siif haa tau” jedhee deebiseef. intalli ishiis sa'aatii sanaa jalqabee ni fayyite
(mat 15:21-28)
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
αŠ αŠ•α‰° αŒαŠ• αˆ΅α‰΅αŒΈαˆα‹­,α‹ˆα‹° αŠ₯αˆααŠαˆ… αŒα‰£ αˆ˜α‹αŒŠα‹«αˆ…αŠ•αˆ α‹˜αŒα‰°αˆ… α‰ αˆ΅α‹αˆ­ αˆ‹αˆˆα‹ αŠ α‰£α‰΅αˆ… αŒΈαˆα‹­, α‰ αˆ΅α‹αˆ­ α‹¨αˆšα‹«α‹­ αŠ α‰£α‰΅αˆ…αˆ α‰ αŒαˆαŒ₯ α‹­αŠ¨ααˆαˆƒαˆ
(αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 6:6)
βœβ€œYommuu kadhattanis, akka
fakkeessitootaa hin tainaa; isaan warri kaan akka isaan arganiif mana sagadaa fi qarqara karaa guguddaa
irra dhaabatanii kadhachuu jaallatu
πŸ‘‰Dhuguman isinitti hima, isaan gatii isaanii guutummaatti argataniiru.

πŸ‘‰ Ati garuu yeroo kadhattu gara kutaa kee seeni
#balbala_kees_cufadhuutii Abbaa kee isa iddoo dhoksaa jiru kadhadhu. Abbaan kee inni
dhoksaatti ilaalus deebisee siif kenna
πŸ‘‰ Yommuu kadhattan akka namoota saba Waaqayyoo hin taaneetti waanuma walii fakkaatu irra deddeebitanii hin dubbatinaa; isaan jechoota baayee irra deddeebianii dubbachuudhaan kadhannaan isaanii kan isaaniif dhagaamu itti fakkaata
πŸ‘‰Kanaaf isin akka isaanii hin
tainaa
#Abbaan_keessan utuu isa hin
gaafatin iyyuu wanta isin barbaachisu beeka (Mat 6:5-8)
πŸ‘‰αˆ³α‰΅αˆˆαˆαŠ‘α‰΅ αŠ α‰£α‰³α‰½αˆ α‹¨αˆšα‹«αˆ΅αˆαˆαŒ‹α‰½αˆαŠ• α‹«α‹α‰ƒαˆαŠ“(αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 6:8)
---------------------------------------
🌼Galani Waaqayyoof Haata’u Ameen-
✍ #Samii irratti Waaqayyoof ulfinni haatau #lafa
irrattis namoota
inni jaallatuuf
nagaan haatau.”
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
=Tiksee #hoolota naannoo
Sana jirachuun isaa
immo Yookin Sababi
isaa dursanii
Wamaamnif, osoo
namoonni Beekumsa
hedduu qabanii osoo
Jiranu
β—ˆ Hooloni fakkeenya
Nama
β—ˆTikseen immoo
fakkeenya Waaqayyoti

Kiristoos garuu tiskee
#Gaari Waani ta’ef
Gara isaa deemnaani
Jiruu....
Bakka tiske gaariin
Jiru deemuun gammachuu
Gudda isaa caaluu hin jiruu
Kanaafi
#ergamaan Waaqayyo
Misirachoo gammachuu
Guddaan isinitti himma
Jedheni

β—ˆYoh 10:1-11
Iyyaasuus akkana jedhe β€œDhuguma dhuguman
isiniin jedha,
inni #karaa balbalaa
utuu hin tain,
karaa gara biraa
utaalee gola hoolotaatti
seenu, hattuu fi saamtuu dha.

✍Inni karaa balbalaa
seenu garuu
#tiksee hoolotaa ti
#Inni balbala eegus
isaaf ni bana; hoolonnis
sagalee isaa ni dhagau

#Inni hoolota isaa
#maqaa maqaa
isaaniitiin waamee
gadi ni yaasa

✍ Hoolota isaa hunda
erga gad yaasee booda
isaan dura buee deema
isaanis #sagalee
isaa waan beekaniif
isa duukaa ni buu

✍ #Hoolonni sagalee keessummaa waan hin beekneef, isa irraa
ni baqatu malee
matumaa keessummaa
duukaa hin buan.”

✍Iyyaasus fakkeenya
kana isaanitti dubbatus,
isaan garuu wanta inni
isaanitti dubbachaa
ture hin hubanne

✍Kanaaf, Iyyaasuus ammas akkana jedhe
β€œDhuguma dhuguman
isiniin jedha
ani #balbala hoolotaa ti.

✍Warri maqaa kootiin
dhufanii turan hundi
hattootaa fi saamtota
dha

✍hoolonni sun garuu
isaan hin dhageenye.
Ani balbalicha

#namni karaa koo
seenu hundi ni #fayya;
inni ol ni seena,
gadis ni baa, bakka dheedichaas ni argata

✍ #Hattuun, hatuuf,
qaluu fi balleessuuf
malee wanta kan
biraadhaaf hin dhufu

Ani isaan #jireenya
akka argatanii fi jireenya
irraa hafaa akka
qabaataniif dhufeera

✍Ani tiksee #gaarii dha
tiksee gaariin immoo
hoolota isaatiif jedhee
#lubbuu isaa
dabarsee ni kenna.

===============
Ayyaanna Gaari isiniif
Haata’u

✍ link kan xuqaa πŸ‘‡
#haadha_Waaqa_naJaladha
===||===||=======