๐ป akka fedha kee siif Haataโu
๐ แฅแแฐแแฐแตแฝ แญแแแแฝ
=Mat 15:28
=แแดแแต 15:28
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
kadhannaa maali โ
๐ kadhannaa nama dhukkubu kadhate beektaa โ
๐yoo kadhate immoo kadhannaa kee,nama sanaa sii,fayyisee jira
๐ sababa laphee kee,guutuu hin tanef Waaqayyo yoo,sii,jala caalise maali goota โ
๐ yoo Waaqayyo sii,jala caalisee wanta lamaa godhi
๐ namni biraa akka siif kadhatuu godhii
๐ ati, irraa deebi kadhuu
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
Kadhaana dubartii kanaa irraa maali barataaโผ๏ธ
โ Guyyaa tokko Gooftaan keenya Iyyaasuus Kiristoos gara biyyaa Xiiroosii fi Siidoon dhaqee, yeroo inni achi gahu dubartii kananawitti( แจแแแแต แดแต แจแแซ แ แแญ แแฅแณ) dhufte,rakkoo ishee Kiristoositti himmuf jalqabaa dura akkana jettee
A โ Yaa Gooftaa
B โ yaa Ilma Daawit
C โ garaa naa laafi
D โ intalli koo jinniidhaan qabamtee akka malee dhiphachaa jirtiโ jettee iyyite
โ Gooftaan keenya Kiristoos garuu deebii tokko illee ishiidhaaf hin kennine
(osoo sii,taโe maali goota Gooftaan kee,deebii yoo,siif deebisuu didee โ)
โ Haataโu malee barattoonni (duuka bu'oota) isaa dhufanii, โDubartiin kun nu duukaa buutee iyyaa waan jirtuuf, ishii geggeessi jedhaniin
โ Gooftaan keenya akkanaa jedhe deebiseef โAni kanan ergame hoolota mana Israaelii badaniif malee eenyuuf iyyuu mitiโ jedhe
โ Dubartiin sun garuu gara isaa dhuftee miilla isaatti kuftee,
โโYaa Gooftaa, na gargaariโ jetteen.
โ innis deebisee, โbuddeena(daaboo) ijoollee fuudhanii buchulloota ( buchulloota jechuun ilmo saree jechuudha) jala buusuun sirrii mitiโ jedheen
โ ishiinis, โEeyyee
Gooftaa ko, garuu buchulloonni isa maaddii (maadii jechuun cinaa) gooftaa isaanii irraa harcae ni nyaatuโ jetteen.
โ Yeroo kanatti Gooftaan keenya โDubartii nana amantiin kee guddaa dha akkuma fedha kee
siif haa tauโ jedhee deebiseef. intalli ishiis sa'aatii sanaa jalqabee ni fayyite
(mat 15:21-28)
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
แ แแฐ แแ แตแตแธแแญ,แแฐ แฅแแแแ แแฃ แแแแซแ แแ แแแฐแ แ แตแแญ แแแ แ แฃแตแ แธแแญ, แ แตแแญ แจแแซแญ แ แฃแตแ แ แ แแแฅ แญแจแแแแ
(แแดแแต 6:6)
โโYommuu kadhattanis, akka
fakkeessitootaa hin tainaa; isaan warri kaan akka isaan arganiif mana sagadaa fi qarqara karaa guguddaa
irra dhaabatanii kadhachuu jaallatu
๐Dhuguman isinitti hima, isaan gatii isaanii guutummaatti argataniiru.
๐ Ati garuu yeroo kadhattu gara kutaa kee seeni #balbala_kees_cufadhuutii Abbaa kee isa iddoo dhoksaa jiru kadhadhu. Abbaan kee inni
dhoksaatti ilaalus deebisee siif kenna
๐ Yommuu kadhattan akka namoota saba Waaqayyoo hin taaneetti waanuma walii fakkaatu irra deddeebitanii hin dubbatinaa; isaan jechoota baayee irra deddeebianii dubbachuudhaan kadhannaan isaanii kan isaaniif dhagaamu itti fakkaata
๐Kanaaf isin akka isaanii hin
tainaa
#Abbaan_keessan utuu isa hin
gaafatin iyyuu wanta isin barbaachisu beeka (Mat 6:5-8)
๐แณแตแแแแต แ แฃแณแฝแ แจแแซแตแแแแฝแแ แซแแแแ(แแดแแต 6:8)
---------------------------------------
๐ผGalani Waaqayyoof Haataโu Ameen-

โผ๏ธAkkuma #Abbaan
keessan gara laafessa
tae, isinis gara
laafeyyii ta'aa.
= แ แฃแณแฝแ แญแ แฉแ แฅแแฐ
แแ แญแ แฉแแฝ แแ
โLuqaas 6:36
โแแแต 6 :36
โฌโฌโฌโฌโฌ
โ Namni Tokko akkamitti
Garaa laafesaa jedhama โ
=Qabxiwwaan muraasa nama garaa laafessa isaa godhuu
Fakkeenyaaf namnii tokko garaa laafessa yeroo jennuu
1= Diinota jaallachuu
qaba
2=warra jibbaniif
gaarii gochuu qaba
yeroo hundumaa
3= warra isaa abaaran
eebbisuu qaba
4=warra arrabsaniif
kadhachuu qaba
yeroo hundumaa
5= Nama maddii isa
tokko kabaluuf
maddii isa kan biraas
itti qabu ta'u qaba
6= nama uffata isa
irratti uffattu fudhatuuf
uffata isa jalatti uffattu
kennuuf ta'u qaba
7=Nama kadhatu
hundumaaf kani
kenuu ta'u qaba
8=namni qabeenya
isaa jalaa fudhatus
akka sii deebisu hin
gaafanne ta'u qaba
9=wanta namoonni
akka isaaf godhu
barbaaddu innis
akkanuma isaaniif
godhuu ta'u qaba
10= warra isaa jaallatan
qofa kan hin jaallane
Ta'u qaba
11= cubbumota illee
wali qixaa kan
jalatu ta'u qaba
12=Warra wanta gaarii
isaaf godhaniif qofa
oso hin tane namaa
wanta gaarii hin goone
illee jallachuu qaba
13=nama naa,deebisa
jedhe osoo hin tanee
liqeessuu ta'u qaba
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
sababaa Kanaaf
Akkuma Abbaan keessan
Garaa laafessa taโe, isins
Garaa laafessa ta'a jedhee
โจ๏ธAkkuma kunoo
Kitaabni Leewwii jedhuu
Sana
๐ Ani Waaqayyo gooftaan keessan Qulqulluu
akkuman ta'e isinis
immoo qulqulloota
ta'aa
(Seera-Lewwootaa 19:2)
โPheexiroos Qulqulluun
jedhee turee
๐akkuma Isa
Qulqulluu isin
waame sanaa
isinis amala
keessan #hundumaan
qulqulloota ta'aa
๐sababiin isaas
Ani Qulqulluu
waanan taeef isinis
#Qulqulloota tauu
qabduโ jedhamee barreeffameera
(โ1 Phex 1:15-16)
โ Nama Qulqulluu ta'uf
Qabxiwwan gara olii
Kaaraa sitti argisiisan
Gaaraa laafessa yoo,
Taate malee, Akkamiti
Qulqulluu taโun
dandama
=Luqaas 6:27_35
====//=====//===
๐นGalani Waaqayyof
Haataโu Ameen
โ link kan xuqa๐
@haadha_Waaqa_naJaladha

๐น๐kutaa_34ffยชยช.๐บ๐น
โ=Gaafi fi Deebi
โ Muslimootaโ
โโโโโโโ
1=โYohaannis 10:14
Ani tiksee gaarii
dha. Ani #hoolota_koo beeka, hoolonni koos ana beeku.
2=โ Guyyaa itti aanutti Yohaannis utuu Iyyaasuus(kiristoos) gara isaa dhufuu argee akkana jedhe: โilaa, #Hoolicha Waaqayyoo isa cubbuu addunyaa kanaa balleessu(haquu)
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐โGaaffii isaanii
#Kiristoos_hoolaa jedhamee jira.โ
โ#isiinis hoolotaa jedhee jira .โ
โต๐=kanafuu #hoolaan hoolota akkamitti eeguu danda'a jedhuu....โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐Deebii keenya๐
โlakki kuni #dogoggora keessan, #jechi hoolaa fi hoolota jechuu #fakkeenya
malee, "wanta biraa
mitii โยป
โขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโข
Ragaa kitaaba
1โฃ=Yohaannis 10:6
Iyyaasus(Kiristoos)
โ#fakkeenya โ kana isaanitti dubbatus, isaan garuu wanta inni isaanitti dubbachaa ture hin hubanne.
๐ gara olitti wa'ee hoolota fakkeenyani itti dubbate ofuma isan jechuudha
(Yoh 10:1-5) dubbisaa.
*โฃ walii_galatti waee hoola fi hoolota yoo,jedhamuu fakkeenya.dha.
*
โนakkuma #Waaqayyo ofii isa hoola ofi fakkeessee #namoota immoo hoolota fakkeessu, โakkuma ani #Qulqulluu taโe isin immoo Qulqulloota ta'a jedhaยป
2โฃ = 1.Pheexiroos 1:16
#Ani_qulqulluu
waanan taeef, isinis #qulqulloota tauu qabduโ jedhamee barreeffameera
(Seera.lewwota 19:2) dubbisi.
๐yaada biraa Akkuma Ani
garaa lafeessa taโe isin immoo gara lafeeyyi ta'a jedha.
3โฃ=Luqaas 6:36
Akkuma #Abbaan keessan gara #laafessa tae, isinis gara #laafeyyii taaa.
4โฃ=matewoos 5:48
#akkuma Abbaa keessan
isa samii #mudaa hin qabne sanaa, isinis mudaa kan #hin qabne taaa.
โงWaaqayyo namaa bifaa isaan wani uummeef Amaloota kani nammi ni wamama (ser.Um 1:16-28)
๐ป Haaluma kana. inni foonii keenya wani uffateefi โ Waaqayyo ergaa foonii keenya uffatee nuu yookiin ,(nama fakkatee) dhufee sababa kanafi Yohaannis cuphaan hoola jedhe wamame (Yoh 1:29).
๐๐๐๐๐๐
๐*Seera Durii keessatti Waaqayyo #hoolotaa jedhee #nama wamame jira "hoolotaa koo jedhee kuni immoo kani ibsu, ๐ฏKiristoos hoolota koo, jechuun isaa Waaqayyo ta'u isaa ibsufi.
6โฃ=Raajii_Hisqi'el 34:11
#Waaqayyo Gooftaa hunda oli akkana jedha: โKunoo, ani jira anumti #hoolota koo nan barbaada, nan kunuunsas.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โ jechi hoolota koo
jedhu #Uumu ibsaa.(Sababiin isaa akkuma hoolota koo, jedhuu "namoota koo, jedhuu ta'a)
โง yero kami iyyuu yoo, taโe Waaqayyo malee #hoomtuu hoolota jedhee kana nama โโ wamamu gonkumaa hin jiruu ยป Haaluma kana Kiristoos hoolota koo.jedhe jira Waaqummaa isaa ibsee jira.
โต= Yohaannis 10:16
#Ani_hoolota kan biraa golakana keessaa hin taane qaba; isaaniinis fiduun qaba, isaan sagalee
koo ni dhagau, tuuta #tokkos ni tau;tikseen isaaniis #tokko taa.
(แจแแ แ แ แจแต แซแแแ แแแฝ แ แแฝ แ แแแค แฅแแญแฑแ แฐแแ แแแฃ แญแแฃแแ แตแแแแ แญแฐแแแฅ แ แแตแ แแแ แญแแแ แฅแจแแแ แ แแต (แฎแแแต 10:16)
๐ link kan xuqaa hordofuu dandeessu ๐๐๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
~โโโ~~~~โ

~โโโ