πΉπ kutaa_19 ffΒͺΒͺ πΉ
πΉGaaffii fi Deebi π
πMusiliimootaπ
β Yohaannis 7:34π
isin na, #barbaaddu,
garuu na #hin_argattan;
#bakka ani jirus dhufuu
hin dandeessan.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π Gaaffii isaanii π
#Kiristoos hin fannifamee
Jedhuu ,"isinii nan barbaduu ,garuu nan hin
#Argatanii ,iddoo inni
Jiruu dhaquu hin dandani
Jedhu.......β
πkanafuu Kiristoos
Akkamitti fannifamee jeetu
Jedhu....β
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
=Deebi keenya =laki
Kiristoos #fannifamee jira.
πRagaa kitaaba Qulqulluu
=1=Yohaannis 2:19_21
Iyyaasuus deebisee
#Mana Qulqullummaa kana #diigaa,
#Anis guyyaa #sadiitti deebisee nan #kasaaβ isaaniin jedhe.
Yeroo kanatti #Yihudoonni, βManni qulqullummaa kun
#waggaa_46tti ijaarame; ati immooguyyaa sadiitti deebistee ijaartaaββ
jedhaniin.
#inni garuu mana #Qulqullummaa yeroo jedhu, waaee #Qaama
isaa dubbachuu isaa ture.
Kanaaf, yommuu
#inni_duaa_kau
#barattoonni isaa
inni wantoota kana
dubbachaa akka ture yaadatan; #Kitaaba Qulqulluu fi wanta Kiristoos dubbatettis
ni amanani
πQaama kan jedhamee
#Foonii Kiristoos, kanafuu
Ofuma isaa dubbate jira
=2=Yohaannis 3:14
Akkuma #Museen lafa onaa keessatti #bofa
#fannise, Ilmi namaas #fannifamuu qaba;
=3=matewoos 16:21
#Iyyaasuus yeroo sanaa jalqabee,gara iyerusaalemi dhaquu akka qabu,
maanguddoonni, dura buutonni lubootaa fi barsiisonni seeraa #dhiphina guddaa akka
isa irra geessisan,
akka #ajjeefamuu fi #guyyaa sadaffaatti #duaa akka kau #barattoota isaatii ibsuu jalqabe.
=4=matewoos 27:40
βAti yaa, isa mana
qulqullummaa #diigdee guyyaa sadiitti ijaartu nana, ofi oolchi! #Ilma Waaqayyoo yoo taate
fannoo irratti #fannifamte irraa buiβ jedhu turan.
=5=Luqaas 18:31_33
barattoota #Kudha Lamaan kophaatti baasee akkana isaaniin jedhe: βAmma gara iyerusaalemitti oli ba'aa jirra; wanti #raajonni
#Ilma_namaa ilaalchisee barreessan hundi ni raawwatama.
#Fakkeenyaaf, harka namoota #Yihudoota hin
taanetti dabarfamee kennama, itti qoosama, rakkinni irra ga'a, akkasumas itti tufama
Erga isa #garafanii booda isa ajjeesu; inni garuu #guyyaa sadaffaatti
duaa ni ka'a.
=6=Luqaas 24:25_27
Kanaaf inni akkana isaaniin jedhe: βisin warra hubannaa hin qabnee fi garaan keessan wanta #raajonni dubbatan hunda dafee hin hubanne nana!
Kiristoos dhiphinni kun hundi irra gauu fi gara
#ulfina isaatti galuun isaa sirrii mitiiββ
Achiis #Musee fi #raajota hunda irraa jalqabee, wantoota Kitaabota Qulqulluu hunda keessatti waaee isaa dubbataman hunda isaaniif ibsuu jalqabe.
ββββββββββ ββ
πΉkanafuu isin na, #barbaaddu,garuu na #hin_argattan;
#bakka ani jirus dhufuu
hin dandeessan,yeroo
Jedhuu maali jechuu
Barbade......βββ
π₯=Deebi isaa
Waaqayyo sami irra
Kan jirtuu. Erga oli bahee
Booda Namooni isa biraa gahuu Hin dandani inni ibidda Wanii taβefi
β΅=1ximotewos 6:14_16
hanga #Gooftaan keenya
#IyyaasuusKiristoos #mulatutti, mudaa fi himata tokko malee ajaja sana eegi;
inni gammadaanii fi kophaa isaa Bulchaa ta'e sun yeroo isaaf murteeffametti of mulisa. #Inni_Mootii_moototaa fi #Gooftaa gooftotaa ti;
kan hin duune isa qofa dha; ifa itti dhihaatamuu hin dandaamne keessa jiraata; namni tokko illee
isa argee hin beeku, isa arguus hin dandau. Isaaf ulfinnii fi jabinni bara
baraa haa tau. Ameen.
βΆ=Yohaannis 8:21_23
#Ani nan deema, isinis na #barbaaddu, taus #cubbuu keessaniin ni duutu
Bakka ani #dhaqu isin dhufuu hin dandeessanβ isaaniin jedhe.
Achiis #Yihudoonni,
#Bakka ani dhaqu isin
dhufuu hin dandeessanβ kan jedhu ofi ajjeesuu barbaadeetii laataββ jechuu jalqaban
#Innis(Kiristoos) akkana
isaaniin jedhe:
β #isin_gadi irraa ti
#Ani garuu #oli irraa ti
Isin #addunyaa kana
irraa ti; Ani garuu addunyaa kana
irraa #miti.
β·=Luqaas 13:31_35
Sa'aatii sanatti #Fariisonni tokko tokko dhufanii, βHeroodis si ajjeesuu
waan barbaaduuf asii ba'iitii deemiβ jedhaniin Innis akkana isaaniin jedhe: βDhaqaatii #jeedala sanatti, βKunoo ani haraa fi boru jinniiwwan nan baasa, #namoota dhukkubsatanis nan fayyisa, #guyyaa_sadaffaattis hojii koo nan xumuraβ jedhaatii itti himaa.
β―β―β―β―β―β―β―β―β―β―
πΉlink kan fayyadamaπ
@haadha_Waaqa_naJaladha
====//=====

πΉπkutaa-23ffΒͺΒͺππ
π Gaafi fi Deebiπ
βMusiliimotaβ
βYohaannis 8:20
#Iyyaasuus(Kiristoos)
kana kan dubbate,
mana qulqullummaa keessa naannoo qodaan buusii ta'autti utuu barsiisaa,jiruu ture.
Haatau malee #sa'aatiin
isaa amma iyyuu
waan hin geenyeef
eenyu illee isa
hin qabne.
-------------------------------
β©Gaafii isaanii
Kiristoos Hin
fannifamne jedhu...β
β― namni kamiyyuu isa
Hin qabne jedhu...β
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
βDeebi keenya
#Lakki fannifamee jira
Kan jedhuu ta'a.
πsa'aatiin isa hin geenye
Jedhee malee ,Kiristoos
Gonkumaa hin fannifamu
Hin jennee.
=hanga sa'aatiin isaa
Hin geenyetti hoomtuu
Isa qabu hin danddenye
Yoomuu sa'atii isaa
Gahuu garuu Kiristoos
Fannifamee jira
β© ragaa kitaaba
Qulqulluu
β΅=matewoos 26:45
gara #barattoota isaatti
deebiee akkana isaaniin jedhe: β #Yeroon kun
yeroo itti raftanii fi yeroo
itti boqottan miti
Kunoo, #sa'aatiin
#Ilmi namaa #harka cubbamootaatti
dabarfamee itti
kennamu dhihaateera.
βΆ=Luqaas 22:14-15
Iyyaasus(Kiristoos)
#yeroo sa'aatiin
isaa #gau ergamootaa wajjin nyaatatti dhihaate.
Yeroo kanatti
akkana isaaniin jedhe: β #Dhiphinni ana irra gauu isaa dura, #Faasikaa kana isinii wajjin nyaachuuf
baayee hawwaan ture;
β·=Yohaannis 12:23-24
Iyyaasus(Kiristoos)garuu akkana jedhee
isaaniif deebise:
β #Saaatiin_Ilmi namaa ulfina itti argatu gaeera.
Dhuguma dhuguman isiniin jedha, #firiin qamadii tokko lafa buutee
yoo duuu baatte, firii tokkittii taatee hafti; yoo duute garuu, sana booda firii hedduu godhatti.
βΈ=Yohaannis 16:30-32
#Ati wanta hunda
akka #beektuu fi eenyu illee si gaafachuun akka isa hin barbaachisne amma beekneerra. Kanaanis ati Waaqayyo biraa akka dhufte amanneerra.β
Iyyaasus deebisee akkana isaaniin jedhe: βAmma amantanii?
#Kunoo_saaatiin hundi
keessan kophaatti na dhiistanii gara mana
mana keessaniitti itti
#faffacaatan dhufaa jira; ammuma iyyuu kunoo gaeera. Taus #Abbaan
anaa wajjin waan jiruuf,
ani kophaa koo miti.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬
=kutaa-19ffaa dubbisa
πhttps://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/300
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/301
β©Yohaannis 7:30
Irra kan jiru dubbisaa
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πΉlink channeel kan
Yoo, barbadaniπ
π @haadha_Waaqa_naJaladha
=====//=====

Telegram
πΉGoofoon_Qulqulloota_MaariyaamadhaπΉππ»
πΉπ kutaa_19 ffΒͺΒͺ πΉ
πΉGaaffii fi Deebi π
πMusiliimootaπ
β Yohaannis 7:34π
isin na, #barbaaddu,
garuu na #hin_argattan;
#bakka ani jirus dhufuu
hin dandeessan.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π Gaaffii isaanii π
#Kiristoos hin fannifamee
Jedhuu ,"isinii nan barbaduu ,garuu nanβ¦

πΉπ kuta-29ffΒͺΒͺππΉ
β§Gaafi fi Deebi
πMuslimoota π
------------------------------
βYohaannis 8:48
Yihudoonnis deebisanii, ββAti #nama_Samaariyaa ti, jinniin si keessa jiraβ jechuun keenya sirrii
mitiiββ jedhaniin.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
1=gaaffii isaanii
Kiristoos nama
jedhuu.β
-------------------
β§Deebii keenya
Kiristoos foonii nama
wanii uffatee gara namoota dhufee jira
πKiristoos foonii uffachuun isaa nama fakkatee mulachufi.
kayyoo foonii nama uffatee inni guddaan hojii Seexanaa balleessuufi
RAGAA KITAABAπ
1=βIbroota 2:14-16
#ijoolleenβ sun foonii
fi dhiiga waan taaniif, innis foonii fi dhiiga tae; kunis kan tae, #dua isaatiin #Diyaabilos isa dua fiduuf humna qabu sana akka #balleessuufi
Akkasumas, warra jireenya isaanii guutuu #garbummaa sodaa duaatiin qabamanii turan bilisa baasuufi
Sababiin isaas inni #sanyii
#Abrahaam gargaaraa jira malee, #maleekota(Ergamoota)
gargaaraa akka hin jirre beekamaa dha.
2=β1Yohaannis 3:8
#Diyaabilos jalqabaa kaasee #cubbuu waan hojjetuuf, namni cubbuu hojjechuu amaleeffatu kan Diyaabilosi.
#Ilmi_Waaqayyoo kaayyoo
kanaatiif, jechuunis hojii Diyaabilos #diiguudhaaf
dhufee.
3=βFiliphisiiyus 2:6-8
inni bifa Waaqayyootiin kan ture taus, #Aangoo Waaqayyoo saamuuf, jechuunis Waaqayyoo wajjin qixxee tauuf hin
yaadne Kanaa mannaa #duwwaa ofii godhe; #bifa_garbummaa fudhatees #nama tae
kana malees yeroo
#nama taee dhufe, #gadi of qabuudhaan hamma #duaatti, jechuunis hamma
fannoo irratti #fannifamee #du'uutti ajajamaa tae.
===================
βKiristoos foonii nama
uffatee jechuun Waaqummaa isaa irraa hoomtuu hin hirattu.
πΉFakkeenyaaf #Ergamoonni yeroo
β§looxii.
β§Danel,
mulataan sana namaa
fakkaatan itti mulatani
garuu ergamoonni ijaan
hin mul'ataani turanii
β§kanafuu sababa ergamoonni nama fakkatanii looxii mulatanif
wanti isaan irraa hiratu
gonkumaa hin jiruu.
β§(ser.Uum 19:1-2)π
#Ergamoonni Waaqayyoo lamaan galgala gara Sodoomi ni dhufan; #Looxis karra Sodoomi dura in taa'a ture; Loox yeroo isaan arge, simachuudhaaf ka'ee itti adeemee, hamma mataan isaa lafa ga'utti sagadeeffi
==========
πΉakkuma ergamoonni ija namatti mulachu hin dandeenye, nama fakkatani mulatani,akkasumas osoo Aangoo isaani hin hirisne
mulatani
βhaaluma wali fakkatu kiristoos ijan hin mulane garuu fooni nama uffate wani dhufe, nama taβe,nama yaa, ta'u malee
garuu Aangoo isaa irraa
gonkumaa hirachu hin danda'u
4=β1ximotewos 6:14-16
hanga #Gooftaan keenya
Iyyaasus Kiristoos mulatutti, mudaa fi
himata tokko malee ajaja sana eegi;
inni gammadaanii fi #kophaa isaa
Bulchaa tae sun yeroo isaaf murteeffametti of mulisa. Inni #Mootii
moototaa fi Gooftaa gooftotaa ti;
kan #hin_duune isa qofa dha; #ifa itti dhihaatamuu hin dandaamne keessa jiraata; #namni_tokko illee
isa argee #hin_beeku, isa arguus hin dandau. Isaaf ulfinnii fi jabinni bara
baraa haa tau. Ameen.
πΉπHaataβu malee #yihudoonni iddoo kana
irratti dogoggora dubbatanii Kiristoos
namaa #samariyaa mitii
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πΉlink kan xuqaaπ
@haadha_Waaqa_naJaladha
**///**

Audio
π Mormii Guddaa Tokkoππ
π ° #Orthodoks irra =
#Gutema-Gelana
π ± #pheenxee irra=
#paasterii #Milkiyaas
β¬β¬β¬β¬β¬β¬
#Soba paasterii pheenxee kana ilaalaβββπππ
β¬β¬β¬β¬β¬
βΆβ» #Mataduree_Tokkoffaa
βwaee #mana_Qulqulluuma irraatti ,mani Qulqulluummaa ni barbaachisaa mooβhin barbaachisu β
πMaatewoos 21:13
πYohaannis 2:20*4:22
πmaatewos 16:18
πhojii-duka-buota 11:26
π 1phex 2:5-8
π Yohaannis 21:10-17
π Hoji duka buota 2:14
πhoji duka buota 1:15
β¬β¬β¬β¬β¬
β·β» #maataduree_lamaffaa
β #Maariyaamin maali deessee.β
πRaji-isayaas 9:6
πMulβata Yohaannis 19:13
πYohaannis 1:1*14
πRoome 1:3
β¬β¬β¬
βΈβ» #mataduree_sadaffaa.
β #Maqaan Waaqayyo inni #yahawe kitaaba Qulqulluu iddoo kami jalqabaa β
πseera.Uumama 2:4
π seera.Bau 6:3
β¬β¬β¬
βΉβ» #mataduree_arfaffaa
β #Kiristoos guyyaa kami #fannifamee guyyaa #Roobi mooβ#jimataa.β
πMarqoos 15:42
π Yohannis 19:31
π Luqaas 22:1
β¬β¬β¬β¬
βΊβ» Matadure-shanaffa
β dibata Qulqullu kani jedhame kami...β
Dibata Qulqullu fi afura Qulqullun maaliβ
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
link kana xuqaa hordofaππ
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha