๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.4K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒน๐Ÿ’’ kutaa_19 ffยชยช ๐ŸŒน
๐ŸŒนGaaffii fi Deebi ๐Ÿ‘ˆ
๐Ÿ“Musiliimoota๐Ÿ“
โœ Yohaannis 7:34๐Ÿ‘‡
isin na,
#barbaaddu,
garuu na
#hin_argattan;
#bakka ani jirus dhufuu
hin dandeessan.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ‘‰ Gaaffii isaanii ๐Ÿ“
#Kiristoos hin fannifamee
Jedhuu ,"isinii nan barbaduu ,garuu nan hin
#Argatanii ,iddoo inni
Jiruu dhaquu hin dandani
Jedhu.......โ“
๐Ÿ‘‰kanafuu Kiristoos
Akkamitti fannifamee jeetu
Jedhu....โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
=Deebi keenya =laki
Kiristoos
#fannifamee jira.

๐Ÿ“Ragaa kitaaba Qulqulluu

=1=Yohaannis 2:19_21
Iyyaasuus deebisee
#Mana Qulqullummaa kana #diigaa,
#Anis guyyaa #sadiitti deebisee nan #kasaaโ€ isaaniin jedhe.
Yeroo kanatti
#Yihudoonni, โ€œManni qulqullummaa kun
#waggaa_46tti ijaarame; ati immooguyyaa sadiitti deebistee ijaartaaโ“โ€
jedhaniin.

#inni garuu mana #Qulqullummaa yeroo jedhu, waaee #Qaama
isaa dubbachuu isaa ture.

Kanaaf, yommuu
#inni_duaa_kau
#barattoonni isaa
inni wantoota kana
dubbachaa akka ture yaadatan;
#Kitaaba Qulqulluu fi wanta Kiristoos dubbatettis
ni amanani
๐Ÿ‘‰Qaama kan jedhamee
#Foonii Kiristoos, kanafuu
Ofuma isaa dubbate jira

=2=Yohaannis 3:14
Akkuma
#Museen lafa onaa keessatti #bofa
#fannise, Ilmi namaas #fannifamuu qaba;

=3=matewoos 16:21
#Iyyaasuus yeroo sanaa jalqabee,gara iyerusaalemi dhaquu akka qabu,
maanguddoonni, dura buutonni lubootaa fi barsiisonni seeraa
#dhiphina guddaa akka
isa irra geessisan,
akka
#ajjeefamuu fi #guyyaa sadaffaatti #duaa akka kau #barattoota isaatii ibsuu jalqabe.

=4=matewoos 27:40
โ€œAti yaa, isa mana
qulqullummaa
#diigdee guyyaa sadiitti ijaartu nana, ofi oolchi! #Ilma Waaqayyoo yoo taate
fannoo irratti
#fannifamte irraa buiโ€ jedhu turan.

=5=Luqaas 18:31_33
barattoota
#Kudha Lamaan kophaatti baasee akkana isaaniin jedhe: โ€œAmma gara iyerusaalemitti oli ba'aa jirra; wanti #raajonni
#Ilma_namaa ilaalchisee barreessan hundi ni raawwatama.

#Fakkeenyaaf, harka namoota #Yihudoota hin
taanetti dabarfamee kennama, itti qoosama, rakkinni irra ga'a, akkasumas itti tufama

Erga isa
#garafanii booda isa ajjeesu; inni garuu #guyyaa sadaffaatti
duaa ni ka'a.

=6=Luqaas 24:25_27
Kanaaf inni akkana isaaniin jedhe: โ€œisin warra hubannaa hin qabnee fi garaan keessan wanta
#raajonni dubbatan hunda dafee hin hubanne nana!

Kiristoos dhiphinni kun hundi irra gauu fi gara
#ulfina isaatti galuun isaa sirrii mitiiโ“โ€
Achiis
#Musee fi #raajota hunda irraa jalqabee, wantoota Kitaabota Qulqulluu hunda keessatti waaee isaa dubbataman hunda isaaniif ibsuu jalqabe.

โ—ˆโ—ˆโ—ˆโ—ˆโ—ˆโ—ˆโ—ˆโ—ˆโ—ˆโ—ˆ โ—ˆโ—ˆ
๐ŸŒนkanafuu isin na,
#barbaaddu,garuu na #hin_argattan;
#bakka ani jirus dhufuu
hin dandeessan,yeroo
Jedhuu maali jechuu
Barbade......โ“โ“โ“

๐Ÿฅ€=Deebi isaa
Waaqayyo sami irra
Kan jirtuu. Erga oli bahee
Booda Namooni isa biraa gahuu Hin dandani inni ibidda Wanii taโ€™efi

โ“ต=1ximotewos 6:14_16
hanga
#Gooftaan keenya
#IyyaasuusKiristoos #mulatutti, mudaa fi himata tokko malee ajaja sana eegi;

inni gammadaanii fi kophaa isaa Bulchaa ta'e sun yeroo isaaf murteeffametti of mulisa.
#Inni_Mootii_moototaa fi #Gooftaa gooftotaa ti;

kan hin duune isa qofa dha; ifa itti dhihaatamuu hin dandaamne keessa jiraata; namni tokko illee
isa argee hin beeku, isa arguus hin dandau. Isaaf ulfinnii fi jabinni bara
baraa haa tau. Ameen.

โ“ถ=Yohaannis 8:21_23
#Ani nan deema, isinis na #barbaaddu, taus #cubbuu keessaniin ni duutu
Bakka ani
#dhaqu isin dhufuu hin dandeessanโ€ isaaniin jedhe.
Achiis
#Yihudoonni,
#Bakka ani dhaqu isin
dhufuu hin dandeessanโ€™ kan jedhu ofi ajjeesuu barbaadeetii laataโ“โ€ jechuu jalqaban

#Innis(Kiristoos) akkana
isaaniin jedhe:
โ€œ
#isin_gadi irraa ti
#Ani garuu #oli irraa ti
Isin
#addunyaa kana
irraa ti; Ani garuu addunyaa kana
irraa
#miti.

โ“ท=Luqaas 13:31_35
Sa'aatii sanatti
#Fariisonni tokko tokko dhufanii, โ€œHeroodis si ajjeesuu
waan barbaaduuf asii ba'iitii deemiโ€ jedhaniin Innis akkana isaaniin jedhe: โ€œDhaqaatii
#jeedala sanatti, โ€˜Kunoo ani haraa fi boru jinniiwwan nan baasa, #namoota dhukkubsatanis nan fayyisa, #guyyaa_sadaffaattis hojii koo nan xumuraโ€™ jedhaatii itti himaa.
โฏโฏโฏโฏโฏโฏโฏโฏโฏโฏ
๐ŸŒนlink kan fayyadama๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
====//=====
๐ŸŒน๐ŸŒบkutaa_49 ffaa ๐ŸŒบ๐ŸŒน
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ”บGaaffii fi Deebii
๐Ÿ”บmusiliimota
โœ Yohaannis 12:36
isin ilmaan ifaa akka taataniif,
#yeroo ifa qabdan kanatti ifichatti amanaa.โ€ Iyyaasus(Kiristoos)wantoota kana erga dubbatee booda achii deeme; isaan jalaas ni #dhokate.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ”ณ Gaaffii isaanii.
โ“ต=Kiristoos jala miliqe yookiin jalaa dhokatee jira,yihudoonni eessatti isaa arganii fanifisaani jedhuu...โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ”ณ Deebii keenya.
Jala miliqe yookiin jala dhokatee yoo,jedhamee hin fanifamne jechudha hiika isaaโ“Lakki akkasii miti.

โœ inni jala kani dhokatee sa'aatiin isaa wanii hin geenyefi malee wanta biraa mitii.

Ragaa_kitaaba
โ“ต=Yohaannis 12:27
Amma ani dhiphadheera, maali
jechuun dandaa โ“Yaa Abbaa,
#saaatii kana irraa na oolchi. Haatau malee, #Ani saaatii kanaafan dhufe.
โžžKiristoos Ani dhiphadheera yeroo jedhuu Aangoo
dhiphina balleesssu dhabee osoo hin tanee ยซduubbi rajjoota akka rawwatamufยป Kiristoos nuuf jedhee rakkoo keenya baatee haala kanani ibsuuf. ANI dhiphadheera jedhee.

โ“ถ=Raaji_isaayaas 53:4
Inni garuu dhugumaan
#dhiphina_keenya of irra in kaa'e, muddama keenyas in baate; nuyi garuu akka waan Waaqayyo dha'icha isatti fidee, akka waan inni isa rukutee gad isa deebisettis in lakkoofne

โžก๏ธ jecha Kiristoos ani sa'aatii kanaafi dhufee jedhuu yeroo isaa wani gaheef.

โ“ท=Yohaannis 12:32_33
Ani garuu lafa irraa yoon oli kaafame, akaakuu namootaa hunda ofitti nan harkisa.โ€ Kana kan dubbate,
#inni_dua akkamii duuuf akka jedhu argisiisuuf turee.

โ“ธ=Luqaas 13:31_33
#Saaatii sanatti Fariisonni tokko tokko dhufanii, โ€œHeroodis si #ajjeesuu waan barbaaduuf asii baiitii deemiโ€ jedhaniin innis akkana isaaniin jedhe: โ€œDhaqaatii jeedala sanatti, โ€˜Kunoo ani #haraa fi #boru jinniiwwan nan baasa, namoota dhukkubsatanis nan fayyisa, guyyaa #sadaffaattis_hojii koo nan xumuraโ€™ jedhaatii itti himaa.Haatau malee, #raajiin iYerusaalemii alatti ajjeefamuu waan hin qabneef, hara, borii
fi iftaan adeemsa koo itti fufuun qaba.
โžžKiristoos sababa raajii itti jedhamee yeroo gaafii fi Deebi kitaaba Luqaasi ilaaluu haala gaariin ibsama.hanga sanatti nuu,eeggaa.

โœKutaa+48 ffaa Dubbisa.

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/506

แ‹ญแˆ…แŠ•แˆ แ‹จแ‰ฐแŠ“แŒˆแˆจ แŠจแˆซแˆฑ แŠ แ‹ญแ‹ฐแˆˆแˆแฅ แŠแŒˆแˆญ แŒแŠ• แ‰ แ‹šแ‹ซแ‰ฝ แ‹“แˆ˜แ‰ต แˆŠแ‰€ แŠซแˆ…แŠ“แ‰ต แŠแ‰ แˆจแŠ“ แŠขแ‹จแˆฑแˆต แˆตแˆˆ แˆ•แ‹แ‰ก แˆŠแˆžแ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ณแˆˆแ‹ แ‰ตแŠ•แ‰ขแ‰ต แ‰ฐแŠ“แŒˆแˆจแค

แˆตแˆˆ แˆ•แ‹แ‰กแˆ แˆแˆ‰ แŠ แ‹ญแ‹ฐแˆˆแˆแฅ แŠแŒˆแˆญ แŒแŠ•
#แ‹จแ‰ฐแ‰ แ‰ฐแŠ‘แ‰ตแŠ•_แ‹จแŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญแŠ•_แˆแŒ†แ‰ฝ แ‹ฐแŒแˆž #แ‰ แŠ แŠ•แ‹ตแŠแ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆฐแ‰ แˆตแ‰ฃแ‰ธแ‹ แŠแ‹ แŠฅแŠ•แŒ‚แข((แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 11:51-52))
๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
Link group keenyaa hordofuu yoo,fedha qabatee.๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
=======//===//=========