๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.36K subscribers
50 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
โžก๏ธ๐Ÿ…ฑ kutaa_37ffยชยช๐Ÿฅฅโš ๏ธ๐Ÿ‘‡

โžก๏ธGaaffii fi Deebi โ™ˆ๏ธ
๐ŸงMusiliimota๐Ÿ”
โœYohaannis 10:29
Abbaan koo inni anaf kenne isaan kana hundumaa ni
#caalaa homtuu harka abbaa koo keessaa isaan basu hin danda'u
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ”” Gaaffiiin isaan Abbaan Kiristoos ni caalaa jedhuu...๐Ÿคโ“.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžงDeebii keenya
kuni dogogora isaanitti akka
#hiika iddoo kanati Abbaan hunduma ni caala kan jedhe kiristoos Abbaa fi #Uumamtoota kani wali bira qabe malee, wanta bira mitti *

๐Ÿ”ผ Ragaa_kitaaba

๐Ÿ…พ kanafu Abbaan koo,hundumaa ni caalaa yoo,jedhee Kiristoos kuni sirriidha โ€œ kanafuu kabajaa Abbaa ibsaa jira iddoo kana irratti
โ“ต=๐Ÿฅฅ Yohaannis 17:4_6
Ani hojii akkan hojjedhu Anaaf kennite xumuree,
#lafa irratti #ulfina(kabaja)sii kenneera.
Kanaaf, yaa
#Abbaa ulfina #Ani addunyaan uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, ati of biratti ulfina anaaf kenni.

โ€œAni namoota ati addunyaa keessaa anaaf kennitetti
#maqaa kee
muliseera. Isaan kan kee turan; ati anaaf isaan kenniteetta; isaanis dubbii kee eeganiiru.
โœ๏ธAbbaa hunda ni caalaa jedhuun guutummaatti kabaja yookiin ulfina Abbaa ibsuuf ture, Jechi
#maqaa ke Ani mulโ€™iseera jedhuu kanuma ture.

๐ŸŒธ Jechi immoo Ani lafaa irratti kabaja//ulfina siif kenne jedhu kuni illee akkamitti ibsa yoo,jedhamee โ€œ Abbaan koo, hundumaa caala kan jedhuu kana ta'a malee wanta biraa maali ibsa:ree.โ€œยป
๐Ÿ””Jechi immoo
#Addunyaa keessatti maqaa kee,mulise jedhuu
Addunyaa kan jedhame nama malee biyyaa Israa'el ykn biyyaa Amerikaa ykn biyya Ethiopia miti.
kuni kallattiin namoota ibsa jechudha. Abbaan koo,hundumaa ni caalaa jechuu namoota//Uumamtoota akka caaluu ibsuuf akkasii jedhee.(Yohaannis 3:17)

๐Ÿ…ฑ Haataโ€™u malee qofa kabaja barbaachisaa akka hin jennee Kitaabni sii,dhorkaa hubbachu Kiristoos illee kabajni ni barbaachisaa.
๐Ÿ””Yohaannis 5:23
#namni_hundi akkuma #Abbaadhaaf ulfina kennu, Ilmaafis ulfina akka kennuufi. Namni Ilmaaf ulfina hin kennine, Abbaa isa isa ergeefis ulfina
hin kennu.
((
#kutaa_30_ffaa dubbisa waee ulfina Abbaa fi Kiristoos maali akka taโ€™e))

๐Ÿ…พ๐Ÿ…พ๐Ÿ…พ๐Ÿ…พ๐Ÿ…พ๐Ÿ…พ๐Ÿ…พ
โž›Kiristoos fi namoota lafa kana (Uumamtoota wali biraa qabu hin dandeessuu

maalif yoo, jennee
#Kiristoos immoo samii irraa akka dhufee nutti garuu samii irraa hin dhufne, akkasumas addunyaa dura hin turee. ๐Ÿ‘‡
โž=Yohaannis 17:5
Yaa Abbaa
#ulfina Ani addunyaan #uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, ati #ofii biratti ulfina anaaf kenni
โž›osoo namni, ergamoonni, lafa fi samiin hin Uumamni kabajin ykn ulfinni Kiristoos maali turee..... ๐Ÿฅฅ
โžง kanafuu Kiristoos addunyaa kan dura turee.

โ“ท=1Qorontoos 15:47
#Namni inni #jalqabaa lafa irraa dhufe, akkasumas #biyyoo irraa hojjetame; #namni inni #lammaffaan garuu #samii irraa dhufe

โ“ธ=Yohaannis 3:13
#Ilma namaa isa #samii irraa gadi bue malee, namni gara samiitti oli
bae tokko illee hin jiru.

โž„=Ibroota 1:3
#Inni_ulfina_Waaqayyoo
ni
#calaqqisa, #eenyummaa isaas sirriitti bakka bua, akkasumas waan #hundumaa humna dubbii isaatiin jiraachisa. Inni #cubbuu keenya erga
qulqulleessee booda, iddoo oli aanaa mirga isa Suurra Qabeessa sanaa taae.

((
#แŠฅแˆญแˆฑแˆ แ‹จแŠญแ‰ฅแˆฉ #แˆ˜แŠ•แŒธแ‰ฃแˆจแ‰…แŠ“ แ‹จแ‰ฃแˆ•แˆญแ‹ฉ แˆแˆณแˆŒ แˆ†แŠ–แฅ #แˆแˆ‰แŠ• แ‰ แˆตแˆแŒฃแŠ‘ แ‰ƒแˆ แŠฅแ‹จแ‹ฐแŒˆแˆแฅ #แŠƒแŒขแŠ แ‰ณแ‰ฝแŠ•แŠ• แ‰ แˆซแˆฑ แŠซแŠแŒป แ‰ แŠ‹แˆ‹ แ‰ แˆฐแˆ›แ‹ซแ‰ต แ‰ แŒแˆญแˆ›แ‹ #แ‰€แŠ แ‰ฐแ‰€แˆ˜แŒ โžง(แ‹•แ‰ฅแˆซแ‹แ‹ซแŠ• 1:3)

โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โž›kanafuu Walumaa galatti Abbaan hundumaa caalaa kan jedhu kabaja Abbaa ibsuudhaaf Kiristoos kana dubbate iddoo kana irrati kani jedhu ta'a.
โš ๏ธโš ๏ธโš ๏ธโš ๏ธโš ๏ธโš ๏ธโš ๏ธ
โžงlink kan xuqaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====//====//==
โžก๏ธ๐Ÿ…ฐ kutaa-43 ffยชยช ๐ŸŒธ๐ŸŒธ
            ๐ŸšธGaaffii fi Deebii
๐ŸšผMusiliimota
๐Ÿ“คโฌ‡๏ธ Yohaannis 11:34
kiristoos akkas jedheโ€œ
#Eessa isa keessan?โ€ jedhe. Isaanis, โ€œYaa Gooftaa, kottuu ilaaliโ€ jedhaniin #แ‹ˆแ‹ดแ‰ต แŠ แŠ–แˆซแ‰ฝแˆแ‰ต? แŠ แˆˆแˆแŠฅแŠแˆญแˆฑแˆ แŒŒแ‰ณ แˆ†แ‹ญแฅ แˆ˜แŒฅแ‰ฐแˆ… แŠฅแ‹ญแก แŠ แˆ‰แ‰ต(แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 11:34)
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ”ปGaafi isaanii
1=Kiristoos maalif iddoo
#Alaazaari itti awwaalamee walale  jedhuu..๐Ÿ‘Œ
*Eessa isaa keessan jedhee maaliif gaafata jedhuu.
๐Ÿ‘‰Waaqayyo wanta hundumaa beeka ,erga inni Waaqa taโ€™e jedhuu.โ“โ“
๐Ÿ”ด kanafuu inni Waaqayyo miti jedhuu.โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ†ช๏ธDeebi keenya
#Lakki Kiristoos Waaqayyo wanta #hundumaa_beeka kan jedhuu ta'a'.
โžžRaga_kitaaba

โžก๏ธ=Yohaannis 21:17๐Ÿ‘‡
Ammas sia sadaffaadhaaf Yaa Simoon ilma Yonaa baayee na jaallattaa?โ€ jedheen. Pheexiros, Iyyaasus(Kiristoos) sia
sadaffaadhaaf, โ€œBaayee na jaallattaa?โ€ jedhee waan isa gaafateef ni gadde. Kanaaf Pheexiros, โ€œYaa Gooftaa,
#ati_waan_hundumaa_beekta akka ani baayee si jaalladhus
beektaโ€ jedheen.Iyyaasus(Kiristoos)
akkana jedheen: โ€œIlmoolee hoolaa koo eegi jedhee

โœkana booda
#hiika kitaaba ilaala.โฌ‡๏ธ

โ“ต=Ser.Uum 3:9
Waaqayyonis
#Adaami waamee #Eessa jirta?โ€ isaan jedhe

โ“ถ=Ser.Uum 4:9
#Waaqayyo Qaayeelin โ€œObboleessi kee Abeel #eessa
jira? jedhee gaafate; innis, โ€œAni
hin beeku. Ani eegduu obboleessa kootii tii?โ€ jedhee deebise
โžก๏ธ kanafuu
#jechi Eessa jedhuu
#Amala_Waaqayyo akka taโ€™e ni ibsaa ,
โžžWaaqayyo Adaami eessa jirta jedhee kani gaafatee iddoo Adaami jiruu walale miti
โžžWaaqayyo Qaayeelin obboolldessi kee,eessa jira jedhe kani gaafatee iddoo
#Abeeli jiruu walale miti.
โ–ฌkunoo ragaa keenya๐Ÿ‘‡

โ“ท=Far.Daawit 139:7
Afuura kee jalaa eessattan
miliquu dandaa?
#Fuula kee duraa hoo eessattan baqachuu dandaa.

โ“ธ=Kitaaba fakkeenya 15:3
#ijji Waaqayyo bakka hundumaa jira Namoota hamoos namoota
gaariis ni ilaala.

โ“น=Ibroota 4:13
#Uumamni ija isaa jalaa dhokatu tokko illee hin jiru; kanaa mannaa, wanti hundi ija isa nu gaafatu sanaa duratti qullaa fi #ifatti kan saaxilame dha
โžก๏ธ Waaqayyo wanta hundumaa ni arga ,Kiristoos wanta laphee nama keessa jiruu hundumaa  ni beeka.

โคด๏ธWaaqayyo yaadaa laphee nama keessa jiruu ni beeka ,isaan gaafachuu hin barbachisu.
โ“บ=Far.Daawit 139:1-2
Yaa Waaqayyo , ati akka
gaariitti na qorte, na
beektas.Yommuun taauu fi yommuun kau ni beekta
#Yaada koo fagoodhaa ni hubatta

โ“ป=Yohaannis 2:25
Kiristoos wanta
#nama_keessa jiru waan beekuuf,eenyu illee waaee namaa akka isaaf dhugaa bau isa hin barbaachisu ture.
โžก๏ธ Waaqayyo erga wanta
#hundumaa_beekee maalif eessaa jirta jedhe gaafata
ree..โ“
โœDeebii
Keessa namoota(nama) sana ,
#Qulqulluu fi #jalaa ta'u isaa namoota ifa gochuuf =eessaa jirta, eessaa isaa keessan jedhee.

โ“ผ=Luqaas 16:15
kiristoos akkana isaaniin jedhe
#Isin namoota duratti Qulqulloota akka taatan dubbattu, #Waaqayyo garuu #laphee keessan beeka. Sababiin isaas, wanti namoota duratti bakki guddaan kennamuuf
Waaqayyo duratti jibbisiisaa dha.

โคด๏ธsababa maaliif
#Kiristoos eessa isaa keessan Alaazaari jedhee ๐Ÿ‘‡

โžก๏ธSababa
#Tokkoffaa keessa namoota sana ifaa gochuuf
Malee wanta biraf mitii.
Osoo isaan hin gaafane inni beeka turee.(Yoh 2:25)

โžก๏ธ sababa
#lamaffaa Kiristoos maalif eessa isa keessan jedhee , #Abbaa isaa wajiin #qixa ta'u ibsuuf ,akkuma bara durii #Adaami essaa jirta jedhee
Qaayeelin obbolleessi kee,eessa jira jedhee

Kiristoos immoo dubbii kan fayyadame jira.๐Ÿ‘‡
โ“ฝ=โžก๏ธ Ibroota 1:3
Inni(Kiristoos)ulfina Waaqayyoo ni calaqqisa,
#eenyummaa isaas sirriitti bakka bua, akkasumas waan hundumaa humna dubbii isaatiin jiraachisa. Inni cubbuu keenya erga qulqulleessee booda, iddoo oli aanaa mirga isa Suurra Qabeessa sanaa taae แŠฅแˆญแˆฑแˆ #แ‹จแŠญแ‰ฅแˆฉ_แˆ˜แŠ•แŒธแ‰ฃแˆจแ‰…แŠ“_แ‹จแ‰ฃแˆ•แˆญแ‹ฉ แˆแˆณแˆŒ แˆ†แŠ–แฅ แˆแˆ‰แŠ• แ‰ แˆตแˆแŒฃแŠ‘ แ‰ƒแˆ แŠฅแ‹จแ‹ฐแŒˆแˆแฅ แŠƒแŒขแŠ แ‰ณแ‰ฝแŠ•แŠ• แ‰ แˆซแˆฑ #แŠซแŠแŒป แ‰ แŠ‹แˆ‹ แ‰ แˆฐแˆ›แ‹ซแ‰ต แ‰ แŒแˆญแˆ›แ‹ แ‰€แŠ แ‰ฐแ‰€แˆ˜แŒ 
(แ‹•แ‰ฅแˆซแ‹แ‹ซแŠ• 1:3))
โœ Kiristoos
#eenyummaa Waaqayyo ni ibsa wanii taโ€™e eessa isaa gootan jedhee.

Kiristoos addunyaa dura akka turee immoo kunoo๐Ÿ‘‡
โ“พ=Ibroota 13:8
Iyyasus Kiristoos
#kaleessa,
hara, bara baraanis isuma sana
โœkan jedhuun bara Adaami fi Qaayeeli kan dubbatee Kiristoos jedhuudha.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Link kan xuqaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
======//=========
โžก๏ธ๐ŸŒนkutaa _ 51 ffยชยช  ๐ŸŒธ
------------------------------------
๐ŸŒพ Gaaffii fi Deebi
๐Ÿƒmusiliimota.๐Ÿƒ
โœYohaannis 12:45
namni na argu hundi, isa na
#erge Sanas ni arga
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ”ณ Gaaffii isaanii
1โž›Kiristoos Ergama jedhuโ“
========:============
๐ŸŒบ Deebii keenya.
Jechii
#erge yookiin ergamee yookiin ergama jedhu Abbaa biraa dhufu qofa ibsaa.kanafuu Qaamni Abbaa biraa dhufee yookiin argame kuni Eenyuu.โ“

A.))๐Ÿ“jalqabaa dura Kiristoos
#addunyaa kan dura jirachuu isaa qabxiiwwan ibsuu
โ“ต๐Ÿ‘‰Mulโ€™ata Yohaannis 22:13
Ani Alfaa fi Omeegaa, isa
duraa fi isa boodaa, isa jalqabaa fi isa xumuraa ti.
โ“ถ๐Ÿ‘‰Yohaannis 17:5
yaa Abbaa ulfina ani
#addunyaan_uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, ati of biratti ulfina anaaf kenni
โ“ท๐Ÿ‘‰Yohaannis 6:62
#Ilmi namaa bakka
dura turetti utuu ol bauu yoo argitan maal jettu ree?

B.))๐Ÿ“Kiristoos abbaa biraa dhufu isaa kunis samii irraa dhufu kan i ibsudha

โ“ตโž›Yohaannis 8:42
Iyyaasuus(kiristoos) akkana isaaniin jedhe: โ€œAni
#bakka kana kanan dhufe #isa_biraa waan taeef, Waaqayyo utuu
Abbaa keessan taee na jaallattu turtan. Isatu na erge malee, ani ofii kootiin kakaee hin dhufne.
โ“ถโž›Yohaannis 8:38
#Ani wantoota yommuun Abbaa #koo_wajjin_turetti argen dubbadha;isin garuu wantoota abbaa keessan irraa dhageessan hojjettu .
โ“ทโž›Yohaannis 1:18
Yeroo kamitti iyyuu namni Waaqayyoon arge hin
jiru;
#ilma_tokkicha isa taee fi #Abbaa_bira jirutu waaee Isaa nuu ibse.
โ“ธโž›Yohaannis 3:13
#Ilma namaa isa #samii irraa gadi bue malee, namni gara samiitti oli bae tokko illee hin jiru.
โ“นโž›1qorontos 15:47
Namni inni jalqabaa lafa irraa dhufe, akkasumas biyyoo irraa hojjetame; namni inni lammaffaan garuu
#samii irraa dhufe.

C.))๐Ÿ“ gara biyya lafaa kani ergamee kuni eenyu.
Iyyaasuus Kiristoos โž›Kiristoos immoo ilma Waaqayyo.
โ“ต๐Ÿ‘‰Yohaannis 17:3
Jireenya bara baraa argachuu akka dandaaniif,
si isa
#Waaqa dhugaa tokkicha taatee fi #Iyyaasus_Kiristoos isa ati ergite sana beekuu qabu

โ“ถ๐Ÿ‘‰Yohaannis 11:27
Ishiinis, โ€œEeyyee, yaa Gooftaa, ati
#Kiristoos_Ilma_Waaqayyoo isa gara addunyaa dhufu
sana akka taate nan amanaโ€ jetteen

โ“ท๐Ÿ‘‰Yohaannis 6:69
Nuti ati
#Ilma_Waaqayyoo Isa Qulqulluu akka taate amanneerra; beekneerras.โ€

D.))๐Ÿ“Ilmi Waaqayyo kuni dubbii(logos) Waaqayyo turee
Ilmi Waaqayyo immoo Waaqayyo turee.
โ“ตโž›Yohaannis 1:1
Jalqaba Dubbichatu (logosi) ture; Dubbichi Waaqayyoo wajjin ture; Dubbichis waaqayyo ture
โ“ถโž›Yohaannis 5:18
Seera Sanbataa cabsuu isaa qofa utuu hin tain, sababii
inni Waaqayyo Abbaa isaa akka tae dubbatee,
#Waaqayyoo_wajjin_of_qixxeesseef Yihudoonni ittuma caalchisanii isa ajjeesuu barbaadu turan.

โ“ทโž›Qolosaayis 1:17
Akkasumas inni wantoota hundumaa
#dura dha; wantoonni kaan hundi karaa isaa #uumaman;

โ“ธโž›Filiphisiiyus 2:5-6
Isinis ilaalcha Kiristoos Iyyaasuus qabu sana qabaadhaa inni
#bifa
#Waaqayyootiin kan ture taus, Aangoo Waaqayyoo saamuuf, jechuunis Waaqayyoo wajjin qixxee tauuf hin yaadne.
โ“นโž›Ibroota 1:3
Inni
#ulfina_Waaqayyoo_ni_calaqqisa, #eenyummaa isaas sirriitti bakka bua, akkasumas waan
hundumaa humna dubbii isaatiin jiraachisa. Inni cubbuu keenya erga qulqulleessee booda, iddoo oli Aanaa mirga isa Suurra Qabeessa sanaa taae.

E.))๐Ÿ“Kiristoos yookiin Ilmi Waaqayyo kuni,yookiin Waaqayyo kuni booda foonii nama uffaate.hojii Seexanaa balleessee.
โ“ต๐Ÿ‘‰Ibroota 2:14-16
ijoolleenโ€ sun
#foonii
fi dhiiga waan taaniif,
#innis foonii fi dhiiga tae; kunis kan tae, dua isaatiin #Diyaabilos isa dua fiduuf humna qabu sana akka balleessuufi akkasumas, warra jireenya isaanii guutuu #garbummaa sodaa duaatiin qabamanii turan bilisa baasuufi.
Sababiin isaas inni sanyii
Abrahaam gargaaraa jira malee,
#maleekota gargaaraa akka hin jirre beekamaa dha.

โ“ถ๐Ÿ‘‰1Yohaannis 3:8
#Diyaabilos jalqabaa kaasee
cubbuu waan hojjetuuf, namni cubbuu hojjechuu amaleeffatu kan Diyaabilosi.
#Ilmi_Waaqayyoo kaayyoo
kanaatiif, jechuunis hojii Diyaabilos diiguudhaaf akka mulifamu godhame
โฌ‡๏ธโฌ‡๏ธโฌ‡๏ธโฌ‡๏ธโฌ‡๏ธโฌ‡๏ธโฌ‡๏ธโฌ‡๏ธ
๐ŸŒบlink kan xuqaa hordofa
@haadha_Waaqa_naJaladha
======โจณ===========