ππΉkutaa +26ffΒͺΒͺππ
β§Gaafii fi Deebi
π Muslimootaπ
β Yohaannis 8:28
Iyyaasus(Kiristoos) akkana jedhe: βIlma namaa
Fannoo irratti erga fanniftanii booda, Ani isa ta'uu koo fi ofii kootiin
kakaee #homaa akkan hin goone, kanaa mannaa wantoota kana kanan
dubbadhu akkuma #Abbaan na #barsiisetti tauu isaa yeroo sana ni beektu.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πΈgaaffii isaanii
akkasii turee
1=Anii ofii kootin
hoomaa gochuu hin danda'u jedhe jira.
kanafuu inni Waaqayyo
mitti jedhu....β
2=dubbiin kani Kiristoos
mitii Abbaa irraa baratee
dubbata malee jedhuu..β
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πdeebi keenya
πΉlink Kan fayyadama
barumsa hedduu ilaalaπ
β΅β£kutaa+12ffΒͺΒͺ
=Yohaannis 5:30
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/197
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/198
πAni ofii kiyyaa
hoomaa hin godhu
yeroo jedhuu
Kiristoos maalif...β
βΆβ£kutaa+17ffΒͺΒͺ
=Yohaannis 7:16
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/293
πbarumsi kuni kiyyaa
mitii yeroo jedhuu
maali ibsa.β
----------------------------
πΉ=deebii=β΅ffaa
Kiristoos maalif
#Anii ofi kooti hoomaa
gochuu hin danda'u jedha
ree,? yeroo jennuu,wa'ee
abbaa namoota ibsuf turee
πragaa kitaaba
1=β Yohaannis 8:27
isaan garuu inni
waaee #Abbaa isaanitti dubbachaa akka jiru
hin hubanne.
πkanafuu namoonni
Abbaa wani hin beekneef
Kiristoos immoo wae
abbaa hubachiisuuf
ture.
2=βYohaannis 5:23-24
namni hundi akkuma #Abbaa dhaaf ulfina
kennu, Ilmaafis ulfina
akka kennuufi.
Namni #Ilmaaf ulfina
hin kennine, Abbaa
isa isa ergeefis
ulfina hin kennu.
Dhuguma dhuguman isiniin jedha,#namni dubbii koo dhagauu fi isa na erge Sanatti amanu hundi #jireenya bara baraa qaba; akkasumas dua jalaa gara
jireenyaatti darba malee isatti hin murteeffamu.
π=kanafuu Kiristoos Abbaan akka ulfina
argatu yoo,godhee Kiristoos immoo Abbaa wajjin ulfina argata.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πΉ=deebii=βΆffaa
barumsa hundi
kan Kiristoosi.
1=β§Yohaannis 17:10
#wanti kan koo tae
hundi kan kee ti;
#wanti kan kee tae
hundis kan koo ti
anis isaan gidduutti
ulfina argadheera.
βKiristoos akka isaan
amananiif barumsi kani
abbaatti jedhe malee
=barumsi kunuma
Kiristoos dha.
πΉsababa dubbii
kanatin namooni
baayeen Kiristoositti
amananii jiruu
2=βYohaannis 8:29-31
Inni ana erge Sun
anaa #wajjin jira
Ani yeroo hunda
wanta isa gammachiisu waanan godhuuf, inni
kophaatti ana hin dhiisu.β
Yeroo inni wantoota
kana dubbatu,
#namoonni hedduun
isatti amanan.
Achiis Iyyaasus
(Kiristoos) Yihudoota isatti
amananiin akkana jedhe:
isin #dubbii_kootti yoo jiraattan dhuguma barattoota koo ti
3=βYohaannis 8:38
Ani wantoota yommuun #Abbaa_koo wajjin turetti argen #dubbadha;
isin garuu wantoota abbaa keessan irraa dhageessan #hojjettu.β
β§Kiristoos Abbaan wajjin
kan jiruu Addunyaa kan
dura fi booda illee akka
taβe ibsee jira
4=βYohaannis 17:5
yaa Abbaa ulfina ani #addunyaan uumamuu isaa dura si, biratti qabu sanaan, ati of biratti
ulfina anaaf kenn i
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πΉlink kan xuqaa hordofa
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
-----------//------------

Telegram
πΉDπππππ π’πͺπ¨ππ‘ππ’π€π©ππ ππ π₯ππππ£πππβββββ
π»=kutaa_12ffΒͺΒͺ =π»
βdeebi=Musiliimootaf
kitaaba Yohaannis irraa kan jiru
β¬β¬
βΆοΈβ Yohaannis 5:30π
Ani ofii kootiin kaka'ee wanta
tokko illee gochuu hin dandau. Akkuman Abbaa koo irraa dhagaetti nan murteessa
Ani fedhii isa na ergee malee fedhii mataa kooβ¦

β‘οΈπΉkutaa _ 51 ffΒͺΒͺ πΈ
------------------------------------
πΎ Gaaffii fi Deebi
πmusiliimota.π
βYohaannis 12:45
namni na argu hundi, isa na #erge Sanas ni arga
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π³ Gaaffii isaanii
1βKiristoos Ergama jedhuβ
========:============
πΊ Deebii keenya.
Jechii #erge yookiin ergamee yookiin ergama jedhu Abbaa biraa dhufu qofa ibsaa.kanafuu Qaamni Abbaa biraa dhufee yookiin argame kuni Eenyuu.β
A.))πjalqabaa dura Kiristoos #addunyaa kan dura jirachuu isaa qabxiiwwan ibsuu
β΅πMulβata Yohaannis 22:13
Ani Alfaa fi Omeegaa, isa
duraa fi isa boodaa, isa jalqabaa fi isa xumuraa ti.
βΆπYohaannis 17:5
yaa Abbaa ulfina ani #addunyaan_uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, ati of biratti ulfina anaaf kenni
β·πYohaannis 6:62
#Ilmi namaa bakka
dura turetti utuu ol bauu yoo argitan maal jettu ree?
B.))πKiristoos abbaa biraa dhufu isaa kunis samii irraa dhufu kan i ibsudha
β΅βYohaannis 8:42
Iyyaasuus(kiristoos) akkana isaaniin jedhe: βAni #bakka kana kanan dhufe #isa_biraa waan taeef, Waaqayyo utuu
Abbaa keessan taee na jaallattu turtan. Isatu na erge malee, ani ofii kootiin kakaee hin dhufne.
βΆβYohaannis 8:38
#Ani wantoota yommuun Abbaa #koo_wajjin_turetti argen dubbadha;isin garuu wantoota abbaa keessan irraa dhageessan hojjettu .
β·βYohaannis 1:18
Yeroo kamitti iyyuu namni Waaqayyoon arge hin
jiru; #ilma_tokkicha isa taee fi #Abbaa_bira jirutu waaee Isaa nuu ibse.
βΈβYohaannis 3:13
#Ilma namaa isa #samii irraa gadi bue malee, namni gara samiitti oli bae tokko illee hin jiru.
βΉβ1qorontos 15:47
Namni inni jalqabaa lafa irraa dhufe, akkasumas biyyoo irraa hojjetame; namni inni lammaffaan garuu #samii irraa dhufe.
C.))π gara biyya lafaa kani ergamee kuni eenyu.
Iyyaasuus Kiristoos βKiristoos immoo ilma Waaqayyo.
β΅πYohaannis 17:3
Jireenya bara baraa argachuu akka dandaaniif,
si isa #Waaqa dhugaa tokkicha taatee fi #Iyyaasus_Kiristoos isa ati ergite sana beekuu qabu
βΆπYohaannis 11:27
Ishiinis, βEeyyee, yaa Gooftaa, ati #Kiristoos_Ilma_Waaqayyoo isa gara addunyaa dhufu
sana akka taate nan amanaβ jetteen
β·πYohaannis 6:69
Nuti ati #Ilma_Waaqayyoo Isa Qulqulluu akka taate amanneerra; beekneerras.β
D.))πIlmi Waaqayyo kuni dubbii(logos) Waaqayyo turee
Ilmi Waaqayyo immoo Waaqayyo turee.
β΅βYohaannis 1:1
Jalqaba Dubbichatu (logosi) ture; Dubbichi Waaqayyoo wajjin ture; Dubbichis waaqayyo ture
βΆβYohaannis 5:18
Seera Sanbataa cabsuu isaa qofa utuu hin tain, sababii
inni Waaqayyo Abbaa isaa akka tae dubbatee, #Waaqayyoo_wajjin_of_qixxeesseef Yihudoonni ittuma caalchisanii isa ajjeesuu barbaadu turan.
β·βQolosaayis 1:17
Akkasumas inni wantoota hundumaa #dura dha; wantoonni kaan hundi karaa isaa #uumaman;
βΈβFiliphisiiyus 2:5-6
Isinis ilaalcha Kiristoos Iyyaasuus qabu sana qabaadhaa inni #bifa
#Waaqayyootiin kan ture taus, Aangoo Waaqayyoo saamuuf, jechuunis Waaqayyoo wajjin qixxee tauuf hin yaadne.
βΉβIbroota 1:3
Inni #ulfina_Waaqayyoo_ni_calaqqisa, #eenyummaa isaas sirriitti bakka bua, akkasumas waan
hundumaa humna dubbii isaatiin jiraachisa. Inni cubbuu keenya erga qulqulleessee booda, iddoo oli Aanaa mirga isa Suurra Qabeessa sanaa taae.
E.))πKiristoos yookiin Ilmi Waaqayyo kuni,yookiin Waaqayyo kuni booda foonii nama uffaate.hojii Seexanaa balleessee.
β΅πIbroota 2:14-16
ijoolleenβ sun #foonii
fi dhiiga waan taaniif, #innis foonii fi dhiiga tae; kunis kan tae, dua isaatiin #Diyaabilos isa dua fiduuf humna qabu sana akka balleessuufi akkasumas, warra jireenya isaanii guutuu #garbummaa sodaa duaatiin qabamanii turan bilisa baasuufi.
Sababiin isaas inni sanyii
Abrahaam gargaaraa jira malee, #maleekota gargaaraa akka hin jirre beekamaa dha.
βΆπ1Yohaannis 3:8
#Diyaabilos jalqabaa kaasee
cubbuu waan hojjetuuf, namni cubbuu hojjechuu amaleeffatu kan Diyaabilosi. #Ilmi_Waaqayyoo kaayyoo
kanaatiif, jechuunis hojii Diyaabilos diiguudhaaf akka mulifamu godhame
β¬οΈβ¬οΈβ¬οΈβ¬οΈβ¬οΈβ¬οΈβ¬οΈβ¬οΈ
πΊlink kan xuqaa hordofa
@haadha_Waaqa_naJaladha
======⨳===========

‴οΈπkutaa -67-ffΒͺΒͺ ‡οΈπ
πgaaffii fi deebi
πMuslimoota
β‘οΈ Yohaannis 14:28
Ani nan #deema, deebiees
gara keessan nan dhufaβ akkan isiniin jedhe dhageessaniittu. Utuu na jaallattu taee, #Abbaan ana irra waan #caaluuf gara Abbaa dhaquu #kootti ni #gammaddu turtan
=========//======
π ° gaaffii isaanii
1=Abbaan Kiristoos ni caala β
Kanaaf Kiristoos waqaa miti jedhuu.β
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π ±β© deebii keenyaπ
sababa Abbaan Kiristoos caaluuf Kiristoos gara lafa kana dhufee foonii nama uffate,nama taβe Abbaan immoo gonkumaa foonii nama hin uffaanne.kani jedhuu ta'a.
π Ύ #gaaffii tokko Muslimoota gaafachuu qabna wangeela Yohaannis 14:28 irratti abbaa fi Kiristoos Waaqummaan wali caalani jedhee βmoo, bara baran jirachuun wali caalanii jedhee β
π iddoo kana irratti sababa inni caaluuf gonkumaa hooma fiduu hin dandani β.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β‘οΈ akka dubbisa kanati(Yoh 14:28) irraati Abbaan naa, caalaa kani jedhee Kiristoos
#jecha ani nani #deema jedhuu .#Ani gara Abbaa jedha , kuni immoo kani ibsu yeroo kanatti Kiristoos iddoo jalqabaa ture gara abbaa nan deema jechuu isaatti.* kunis gargaruuma Kiristoos fi Abbaa ibsuuf turee, Abbaan saami irraa Kiristoos immoo lafa irraa jira, ,Kiristoos immoo yeroo gara lafa dhufu foonii nama uffateti ,kanuma qofa gargarummaa isa
β΅πYohaannis 6:62
#Ilmi namaa bakka #dura turetti utuu olii bauu yoo argitan maal jettu ree?
βΆπMaarqoos 10:45
#Ilmi_namaa iyyuu, warra kaan tajaajiluu fi lubbuu isaa namoota hedduudhaaf furii godhee kennuuf #dhufe malee, akka isa tajaajilaniif hin
dhufne.β (Luq 15:4-5*(Yoh 10:1-6))
β€΄οΈ kiristoosi akkamiti dhufe ree? foonii nama uffatee.
β·πRoome 1:3
Kunis waaee Ilma isaa isa #karaa_foonii_sanyii Daawit #irraa dhufe sanaa kan ibsu dha.
βΈπIbroota 2:14
#ijoolleenβ sun #foonii
fi dhiiga waan taaniif, #innis foonii fi dhiiga tae; kunis kan tae, #dua isaatiin #Diyaabilos isa dua fiduuf humna qabu sana akka balleessuufi
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π₯Kiristoos foonii nama uffatee lafa irraa dhufee ,Abbaan immoo foonii namaa hin uffanne, sababa kanafuu caala.
malee Aangoo Waaqummaan hin jedhuu Kitaabni Qulqulluun
βΉπFiliphisiiyus 2:5-8
Isinis ilaalcha Kiristoos iyyaasuus qabu sana qabaadhaa; #inni_bifa
#Waaqayyootiin kan ture taus, #Aangoo Waaqayyoo saamuuf, jechuunis Waaqayyoo wajjin #qixxee_tauuf hin yaadne. Kanaa #mannaa_duwwaa
of godhe; #bifa garbummaa #fudhatees_nama tae. Kana malees, yeroo #nama taee dhufe, #gad of qabuudhaan hamma duaatti, jechuunis hamma Fannoo irratti fannifamee duuutti ajajamaa tae.
πΉKiristoos Abbaa wajjin qixxee ta'u hin barbannee gadi ofi qabe foonii nama uffatee erga jedhee.
πΉ#jechi_qixxee ta'u hin barbanne jedhu maali ibsa ree, erga wali qixa hin tanee Abbaan ni caala jechudha bari.
πerga qixxee hin tanee sababa kanafi tokko ni caala jechudha.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β Abbaa fi Kiristoos akka waliqixxee tani ilaala.
π °(1)πAlfaa fi omega kani tani abba fi Kiristoos qofaa
π₯Mulβata 1:8
Ani #Alfaa fi #Omeegaa dhaβ jedha Waaqayyon inni jiru, inni turee fi inni dhufu, inni Hundumaa Dandau Sun.β
π₯Mulβata 22:13
Ani #Alfaa fi #Omeegaa, isa duraa fi isa boodaa, isa jalqabaa fi isa xumuraa ti.(Mulβata 22:20),isayaas 44:6*48:12)
π ±(2)πbara baran jiraachuudhaan
π₯Farfannaa 102:27
Ati garuu #isuma sana, #waggoonni kees dhuma hin qaban
π₯Ibroota 13:8
Iyyasus #Kiristoos kaleessa,
hara, bara baraanis #isuma sana.
π(3)πAbbaa fi Kiristoos tokko
π₯Yohaannis 10:30
Abbaanii fi ani tokkoβ isaaniin jedhe
π(4)πAddunyaa duraa jirachuun.waliqixa isaanii.
π₯Yohaannis 17:5
yaa #Abbaa ulfina ani #addunyaan_uumamuu isaa #dura si biratti qabu sanaan, ati of biratti ulfina anaaf kenni
πKiristoos fi Abba qofaati addunyaa duraa jirachu ibsaa.
π³ link waldaa keenya hordofuu yoo, barbadani kan xuqaπ
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
ππππππππ