๐น๐kutaa_15ffยชยชโโ๐บ
๐ฃ Gaafi fi Deebi
โโ Musilimootaโโ
โ Yohaannis 6:38๐
#Ani samii irraa kanan
dhufe, #fedhii isa na erge
sanaa #raawwachuuf
malee, fedhii #ofii _koo raawwachuuf miti
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ พ Muslimooni akkasii
jedhanii, #Kiristoos_Ergamadha.
Osoo #Waaqayyo taโe jiratee
fedhi koo,rawwachu qaba jedha ture.....โ
kanafuu inni homaa
gochuu
Hin danda'u jedhu...โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ผ=Deebi.......๐๐
=jalqabaa dura Kiristoos
eessaa Dhufe, yoo, jennee
Sami irra akka Dhufe namni
Kamiyyu Amanu qaba
๐ พ ๐Yoh 6:38๐Yoh 3:13๐๐ พ
๐นAbbaan Kiristoos Ergee
Yero jennuu samii irraa gara
Lafati gadi dhufe namoota
akka inni Fayyisuuf.
๐น Kiristoos Ani #fedhii
Abbaa koo, rawwachuun
Dhufe,jedhee jira, Kuni yaada
Sirridha =fedhii Abbaa isaa rawwachuun immoo Kiristoos
Dhuguma ilma Waaqayyo
ta'u isa mul'isa
๐ ฐ osoo Kiristoos fedhii Abbaa isaa hin rawwatuu taโe, Kiristoos ilma Waaqayyo miti, maalif
Yoo, jennee, fedha Abbaa
Rawwacha hin jiruu kaa.
๐นKitaabni #Qulqulluun
akkasii Jedha,"
โYohaannis 8:39๐
#Iyyaasuus akkana isaaniin jedhe: โisin #ijoollee
#Abrahaam utuu taatanii
#hojii Abrahaam hojjettu turtan.
๐น akkuma #namni tokko anii
ilma Abrahaami jedhamuf, hojji Abrahaami gaarii sana hojjachuu qaba,Male hojji biraa
Hojjachu hin qabuu.
๐ พ Haaluma #walii_fakkaatu immoo Kiristoos ani ilma Waaqayyoti erga,jedhee hojja #Abbaa isaa rawwachu qaba
โYohaannis 5:19๐
๐น#Iyyaasuus akkana jedhee
isaaniif deebise: #Dhuguma dhuguman isiniin jedha
#ilmi waanuma #Abbaan
isaa yeroo hojjetu arge #qofa
malee, ofii isaatiin kakaee wanta tokko illee hojjechuu
hin dandau. Sababiin isaas #waanuma Abbaan #hojjetu hunda, Ilmis haaluma #walifakkaatuun
wantootuma sana hojjeta.
โYohaannis 6:38๐
#Ani wantoota yommuun #Abbaa_koo_wajjin turetti
argen dubbadha;
isin garuu wantoota abbaa keessan irraa dhageessan hojjettu
โ Yohaannis 6:40
Amma garuu #ana isa
#nama dhugaa Waaqayyo
#irraa #dhagae isinitti hime ajjeesuu barbaaddu.
Abrahaam kana hin goone.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โYohaannis 6:35-37
#Iyyaasuus akkana isaaniin jedhe: โ #Ani nyaata jireenyaa ti. ๐Namni #gara koo dhufu
#hundi matumaa hin
#beelau; #namni anatti
#amanu hundis matumaa
#hin_dheebotu.
Haata'u malee, akkuma
ani isinitti hime isin na
argitanii illee hin amantan.
Warri #Abbaan anaaf kennu #hundi gara koo ni dhufu
anis isa gara koo dhufu matumaa of irraa hin ariu
๐ Kiristoos Waaqayyo
Wani taโefi Abbaan nama
Hunduma Kiristoosi kennaa
๐ osoo inni Abbaa isaa
Wajin walii qixaa hin tanee
Akkami, namoota isatti kennuu
Qaba ree,โ
๐ Kiristoos Waaqayyo Wani
Ta'ef Nama gara isaa dhufuu
Akka,inni hin beelofne fi dhobne
Godhe,,,,
๐คmee,rajoota keessa Kani
Akkasi jedhee Eenyu gara koota
Lamata hin dhobtani,hin beeloftan kan jedhee hin jiru,๐ค
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โYohaannis 16:15๐ค
Wanti Abbaan qabu #hundi
kan koo ti. #inni wanta kan
koo ta'e irraa #fudhatee isinitti beeksisa kanan jedhes kanumaafi.
โYohaannis 6:27-29๐
#Nyaata baduuf hin hojjetinaa kanaa mannaa nyaata hin #badnee fi #jireenya
bara baraa argamsiisuuf, isa ilmi namaa isiniif kennu
sanaaf hojjedhaa;
sababiin isaas, Waaqayyo Abbaan chaappaa isaa Ilma irratti godhee mirkaneesseera.โ
isaanis, โ #Hojii Waaqayyoo hojjechuuf maali gochuu qabna reeโโ jedhaniin
Iyyaasuus โHojiin Waaqayyoo, isinii isa inni ergetti akka
amantaniifi dhaโ jedhee
isaaniif deebise
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โ Link kan xuqaa
hordofaa...๐๐๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
๐ข๐ผโซ๏ธ๐ผ๐ค๐ผ๐ค๐ผ๐๐ผ๐ด

๐น๐ Dubbisaa๐๐๐๐
Haatau malee, #raajiin iyerusaalemii alatti ajjeefamuu waan hin qabneef, hara, borii
fi iftaan adeemsa koo itti fufuun qaba.
Yaa #iyerusaalem, yaa iyerusaalem, #raajota kan ajjeestu, warra gara keetti ergamanis dhagaadhaan kan tumtu, akkuma #lukkuun cuucota ishii qoochoo ishii jalatti
walitti qabdu sia meeqan ijoollee kee sassaabuu barbaade! Isin garuu
hin barbaadne.
Kunoo, manni
keessan isiniif kan dhiifame taa. Ani
isinitti nan hima, โInni #maqaa Waaqayyootin dhufu eebbifamaa dha!โ hanga jettanitti matumaa #ana hin argitan.โ
โธ=Luqaas 17:22_24
Achiis barattoota isaatiin akkana jedhe: โYeroon isin guyyoota #Ilma namaa keessaa isa tokko #arguu itti hawwitan ni dhufa; garuuhin argitan.
Namoonnis, โKunoo
achi jira!โ yookiin โKunoo
as jira isiniin jedhu. Isin garuu hin dhaqinaa yookiin isaan duukaa hin buinaa.
Akkuma #bakakkaan kutaa #samii isa tokkoo hamma kutaa samii
isa kan biraatti ibsu, #guyyaa Ilmi namaa itti mulatus akkasuma ni ta'a.
๐ฅgaaffii kan Kiristoos
Duukaa bu'oota isa wajiin
Dubbate turee.
โฉ=Yohaannis 13:32_34
Waaqayyo ulfina isaaf kenna; inni yeruma
sana isaaf ulfina ni kenna.
Yaa #ijoolle, ani yeroo gabaabaadhaaf isinii
wajjin jira. #Isin na barbaaddu; akkuma ani Yihudootatti, โIsin #bakka
ani dhaqu dhufuu hin dandeessanโ
jedhee dubbadhe, amma immoo isinittis nan dubbadha.
Akka isin #wali jaallattaniif ajaja haaraan isiniif
kenna; akkuma ani isin jaalladhe, isinis wal jaalladhaa
โฉ=Yohaannis 13:36_37
#Simoon Pheexiros, โYaa Gooftaa eessa dhaqxaโโ jedheen. #Iyyaasuus deebisee, โBakka ani dhaqutti ati #amma na duukaa bu'uu hin dandeessu, booda garuu na duukaa buutaโ
jedhe.
#Pheexirosis, โYaa Gooftaa, ani amma maaliifan si duukaa
bu'uu hin dandau?
Ani siif jedhee
#lubbuu koo illee dabarsee nan kennaโ jedheen.
โฉ=Yohaannis 14:2_4
#Mana Abbaa koo keessa iddoon jireenyaa hedduun jira. Iddoo isiniif #qopheessuu waanan deemuuf, kun utuu ta'uu baatee isinitti
nan himan ture.
Anis dhaqee ergan iddoo isiniif qopheessee booda, isinis #iddoo ani jiru akka taataniif deebiee dhufeen iddoo ani jirutti isin fudhadha.
Iddoo ani dhaqus
karaa isaa ni beektu.โ
โฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃ
๐นyeroo xumura immoo
Namoonni Amantii sirrii
Fi hojji gaarii jiratani
Gara mootummaa sami
Ni argatu yeroo sana.
Kiristoos wajjjin jiratuu.
โต=Mulโata 22:2_5
#Magaalattii keessa kana booda abaarsi hin jiru. Kanaa mannaa #teessoon #Waaqayyoo fi tees๏ฟพsoon #Hoolichaa magaalattii keessataa, #garboonni Waaqayyoos #tajaajila
qulqulluu isaaf dhiheessu; isaan fuula isaa ni argu;
#maqaan isaas
#adda isaanii irratti ni #barreeffama.
Kana boodas achi keessa halkan hin jiru; Waaqni keenya Waaqayyo ifa
waan isaan irratti ibsuuf, ifni ibsaa yookiin ifni aduu isaan hin barbaachisu; isaanis #baraa hamma bara baraatti mootota taanii ni bulchu.
โถ=Ibroota 12:22
#Isin garuu, Gaara #Tsiyoonii fi magaalaa
Waaqayyo jiraataa, jechuunis #iyerusaalem ishii samiitti dhihaattaniittu;
akkasumas #maleekota kumaatama lakkawamu
Hin dandeenyiti.
===============
๐นlink kan fayyadama๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
====๐ผ๐ผ๐ผ=====

๐น๐kuta-24ffยชยช๐๐
โGaaffii fi Deebii โ
๐Musiliimoota๐
----------------------------
โ Yohaannis 8:21
Kiristoos akkasi jedhe
โ #Ani nan deema,
isinis na barbaaddu,
taus #cubbuu keessaniin ni duutu.
Bakka ani dhaqu isin dhufuu hin dandeessanโ isaaniin jedhe.
----------------------
=Gaaffii isaanii Kiristoos
Cubbuu balleessuuf hin
Dhufne ,..โ
โ erga cubbuu balleessuuf
Dhufee maaliif cubbu keessani ni duutu jedha
Ree.....โjedhuu
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โDeebi keenya
Hordofaa.
=Lakki cubbuu balleesuuf dhufe, garuu namoonni
Kiristoosi itti hin amanee
Eeyyee cubbuu isanittin
Ni duโu
โฉKiristoos cubbuu keessaniin ni dutu
Kan jedhee namoota
Isaatii hin amanee
Wani jiraniif
๐Ragaa kitaaba
โต=Yohaannis 8:22-24
Achiis Yihudoonni,
Bakka ani dhaqu isin
dhufuu hin dandeessanโ kan jedhu,
of ajjeesuu barbaadeetii laata?โ jechuu jalqaban.
Innis akkana
isaaniin jedhe: โisin #gadi irraa ti;
ani garuu #olii irraa ti.
Isin addunyaa kana
irraa ti; ani garuu addunyaa kana irraa miti.
Ani #cubbuu keessaniin ni #duutu kanan isiniin jedhes kanumaafi. Sababiin isaas,
= #inni dhufu
sun #Ana tauu koo hin #amantan taanaan,
isin cubbuu keessaniin
ni duutu
โถ=Yohaannis 11:9-10
Iyyaasus(kiristoos)
deebisee akkana jedhe: โ #Guyyaan tokko sa'aatii 12f #ifa qaba mitii?
#Namni ifa guyyaatiin
deemu kam iyyuu, ifa #addunyaa kanaa waan arguuf, waan tokkotti illee hin gufatu.
#Namni_halkaniin
deemu kam iyyuu garuu, ifni isa keessa waan hin jirreef ni gufata.โ
โท=Yohaannis 12:34-41
Achiis #namoonni
hedduun sun deebisanii, โNuti #Kiristoos bara baraan akka jiraatu Seericha irraa dhageenyeerra. Maarree
ati akkamitti #ilmi namaa olii kaafamuu qaba jetta? Ilmi namaa kun
hoo eenyu?โ jedhaniin.
Kanaaf Iyyaasus akkana isaaniin jedhe: โIfni
sun yeroo #gabaabaadhaaf isin bira ni tura. Kanaaf, dukkanni sun akka
isin hin #liqimsine, yeroo ifa qabdanitti deemaa; #namni dukkana keessa deemu hundi, garamitti akka deemu hin beeku.
Isin #ilmaan-ifaa
akka taataniif, yeroo ifa qabdan kanatti ifichatti #amanaa.โKiristoos wantoota kana erga dubbatee booda achii deeme; isaan jalaas ni dhokate.
Inni dinqii hedduu isaan duratti kan hojjete
taus, isaan garuu isatti
#hin amanne;
kunis kan tae, wanti #Isaayyaas raajichi, โYaa Waaqayyo wanta nu irraa dhagaetti kan amane eenyu?,Irreen Waaqayyo hoo #eenyutti mulifame?โ jedhee dubbate akka raawwatamuuf ture. Sababii isaan
#amanuu itti hin dandeenye ilaalchisee Isaayyaas ammas akkana jedheera:
โIsaan #ija isaaniitiin arganii, #garaa isaaniitiin hubatanii,akka hin deebinee fi anis akka
isaan #hin_fayyisnetti, inni ija isaanii jaamseera;
#garaa isaaniis jabeesseera.โ
#Isaayyaas wantoota kana kan dubbate, #ulfina isaa waan #argeef ture; waaee isaas dubbateera.
โธ=Yohaannis 5:40
isin jireenya argachuuf
gara koo dhufuu hin barbaaddan.
โน=Yohaannis 1:4-5
#Wanti karaa isaa tae #jireenya ture; jireenyi immoo #ifa namootaa
ture. Ifni dukkana keessatti ifaa jira, taus dukkanni isa hin #moone
โบ=Yohaannis 1:9-13
#ifichi inni dhugaan #akaakuu namoota hundaatiif ifa kennu,
#gara addunyaa dhufuuf jedha ture.
Inni addunyaa #keessa ture, addunyaanis
karaa isaa #argame; taus addunyaan isa #hin_beekne.
#Inni gara biyya isaa dhufe; haatau malee, sabni isaa isa hin #simanne.
#Warra isa simatan hundumaatiif garuu, #maqaa isaatti waan #amananiif, ijoollee
Waaqayyoo akka taaniif mirga isaaniif kenne. Isaanis #Waaqayyo irraa #dhalatan malee, #dhiiga irraa yookiin fedhii #foonii irraa yookiin fedhii
#dhiiraa irraa hin dhalanne.
โป=Yohaannis 3:15-21
kuni, isatti kan #amanu
hundi #jireenya bara baraa akka qabaatuufi.
โIsatti kan amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuuf malee akka hin #badneef,Waaqayyo Ilma
isaa isa #tokkicha hamma kennuufitti addunyaa kana baayee jaallateera.
Sababiin isaas, Waaqayyo Ilma isaa gara addunyaatti kan erge, addunyaan karaa isaa akka #fayyu malee akka inni addunyaatti murteessuuf miti.
Isatti kan amanu
hundi itti hin #murteeffamu. Isatti
kan hin amanne hundi,
#maqaa Ilma Waaqayyoo isa tokkichatti waan hin
amanneef, ammuma iyyuu itti murteeffameera.

๐นkutaa-33ffยชยช ๐ธ๐พ๐
=Gaafii fi Deebi
๐งต Musiliimota๐งต
โ Yohaannis 9:41
Iyyaasus(Kiristoos) akkasi jedhe Jaamota utuu taatanii silaa cubbuu hin qabdan turtan. Amma
garuu, โNi arginaโ jettu, kanaaf #cubbuun keessan isiniif #hin_dhiifamuโ
isaaniin jedhe
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐โGaaffii isaanii
1=Namoonni kuni cubbuu isaanii hin dhifamu erga tae โจณ Kiristoos cubbuu keenya yoomi balleessee ree...โjedhuu.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โง Deebi keenya'
โ Kiristoos cubbuu keenya balleessee jira
inni, Cubbuu karaa Adaami dhufee sana namoota hundumaa fayyisee jira.
๐นakka jecha kanatti Yohaannis 9:41 #hiika isaa namni Kiristoos dhugumaa cubbuu keenya balleessuuf hin dhufnee jedhe Amanuu yoo, jiratee *Namni kuni Eeyyee cubbuu isaan ni du'a, malee hin fayyuu
โ Sababiin isaa namni kuni cubbuu Adaami irraa iyyuu yoo, fayyee garuu Kiristoos erga hin Amanee nama kanafi bu'aa isaa maalidha..โ.
kanafuu namoonni kuni wani itti hin amaneef cubbuu isaaniittin ni du'u
๐=Ragaa kitaaba ๐
1=โ Yohaannis 3:14_18
Akkuma Museen lafa onaa keessatti bofa fannise, #Ilmi namaas fannifamuu
qaba; kunis, isatti kan #amanu_hundi jireenya bara baraa akka qabaatuufi. โIsatti kan amanu hundi #jireenya bara baraa akka qabaatuuf malee akka hin badneef,Waaqayyo Ilma
isaa isa tokkicha hamma kennuufitti addunyaa kana baayee jaallateera. Sababin isaas, Waaqayyo Ilma
isaa gara #addunyaatti kan erge, addunyaan karaa isaa akka #fayyu malee akka inni addunyaatti murteessuuf miti.
โ Isatti kan amanu
hundi itti hin murteeffamu. Isatti kan hin amanne hundi, maqaa Ilma
Waaqayyoo isa tokkichatti waan hin amanneef, #ammuma iyyuu itti murteeffameera.
2=โYohaannis 8:24
#Ani_cubbuu keessaniin ni duutu kanan isiniin jedhes kanumaafi. Sababiin isaas, #inni dhufu sun #Ana tauu koo hin amantan taanaan, isin cubbuu keessaniin ni duutu
3=โYohaannis 15:22
#Ani dhufee utuu isaanitti
hin himne taee, silaa cubbuu isaanitti hin tau ture. Amma garuu
#cubbuu isaaniitiif sababii dhiheessan hin qaban.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐Kiristoos namoota hundaa fayyisuufi kan dhufe kuno Raga keenya
1=Maraqoos 10:45
#Ilmi namaa iyyuu, warra kaan tajaajiluu fi #lubbuu isaa namoota #hedduudhaaf furii godhee kennuuf #dhufe malee, akka isa tajaajilaniif hin
dhufne.โ
( แฅแแฒแ #แจแฐแ แแ แ แแซแแแแแ #แแแฑแ แแฅแแแฝ แคแ แแฐแฅ แฅแแ แฅแแฒแซแแแแแต แ แแแฃแ (แแญแแต 10:45)
2=Rome 5:19
Akkuma ajajamuu diduu #nama tokkootiin namoonni hedduun cubbamoota taan, ajajamuu nama #tokkootiin
namoonni hedduun Qulqulloota tau.
3=Yohaannis 4:42
isaanis dubartii sanaan, โKana booda waan ati #dubbatteef qofa #amanna miti; nuti ofii keenyaa dhageenyeerra namni kun dhuguma #fayyisaa_addunyaa tauu isaas beekneerraโ jedhan
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐นlink kan xuqaa
hordoffu dandeessu๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====โ=====

โก๏ธ๐ธkutaa-44 ffยชยช ๐
พ
โจ๏ธGaafi fi Deebi
๐ญMuslimoota
โYohaannis 11:35.
Iyyaasus(Kiristoos) #imimmaan isaa dhangalaase(boo'e).
แขแจแฑแตแ แฅแแฃแแ แ แแฐแฐ
((แฎแแแต 11:35))
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐Gaafii isaanii
1=Kiristoos Waaqayyo mitii
Waaqni akkamitti imimmaan dhangalaasaa yookiin akkamitti boo'aa jedhuu...โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โก๏ธ Deebi keenya.
imimmaan dhangalaasuu yookiin boo'uun ,nyaachuun Aangoo Waaqayyo gadii hin xiqeesuu ,yookiin immoo olii hin dabaluu.
๐Ragaa kitaaba
โต=โงSer.Uum 6:6
#Waaqayyo nama lafa irratti uumuu isaa in #jibbe, guutummaa garaa isaatiinis in #gadde
โjedha Waaqayyo nama ni #jibbee fi ni #gadde jedhuu ilaala
โ Waaqayyo sababa nama jibbee fi gaddeef. #Aangoo isa irraa maaltuu hiratee ,lakki hoomtuu hin hirane.
โถ=โงser.Uum 18:8
Sana booda inni #dhadhaa fi #Aannan, akkasumas
jibicha qopheesse sana fuudhee #nyaaticha isaaniif dhiheesse.
Yommuu isaan #nyaatanis inni
mukicha jala isaan bira dhaabbatee ture.
โyeroo Waaqayyo mana Abrahaami seene,sana Waaqayyo nyaatee jedha.
๐ kanafuu Waaqayyo wanta nyaateef maaltuu
hiratee ree..โ
โ Haaluma kan Kiristoos imimmaan dhangaalase yookiin yoo, #gade Aangoo Kiristoos maaltuu hirachuu danda'a โ
Lakki hoomtuu hin hiratu.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐บ kanaa booda Kiristoos
Sababa maalif imimmaan isaa dhangalaase kan jedhuu ilaala.
Deemna.โฌ๏ธ
๐นโSababa #Tokkoffaa
Ser.Uum 6:6 irratti Waaqayyo sababaa innii gadeef namaa wani jalatufi gadee.
Waaqayyo immoo Addunyaa jalachu isaa๐
โท=โงYohaannis 3:16
Isatti kan amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuuf malee akka hin badneef, #Waaqayyo Ilma
isaa isa tokkicha hamma kennuufitti #addunyaa kana baayee #jaallateera.
โงHaaluma walii fakkaatu immoo Kiristoos Alaazaar baay'ee jaalata.
โธ=โงYohaannis 11:36
Yeroo kanatti Yihudoonni, โAkkam akka inni isa #jaallatu ni argtuu?โ jechuu jalqaban
๐นโSababa #lammaffaa namaaf gadu Kiristoos afaanii qofa osoo hin tanee hojii nutti argisiise Fakkeenyaaf nuuf ta'uf
โนYohaannis 13:15
Akkuma ani isiniif godhe, isinis akkanuma akka gootan #Ani_fakkeenya isiniif taeera.
โบ=โงMaatewos 11:29
Waanjoo koo baadhaa, #Ana irraas #baradhaa, ani garraamii fi kanan gadi of qabu waanan taeef #lubbuudhaan keessaniifis boqonnaa argattu.
๐นโsababaa #sadaffaan Kiristoos imimmaan dhangalaasuu isaa
Dhugumati foonii keenya akka fudhatee ibsuuf, maalif yoo,jedhamee Kiristoos foonii nama miti kani ergamoota fudhatee akka hin jenneefi
Foonii nama immoo akka imimmaan qabuu mirkaneessuuf.akkasii godhee.
โป=โงRoome 1:3
Kunis waaee Ilma isaa isa #karaa_foonii sanyii Daawit irraa dhufe sanaa kan ibsu dha.
โผ=โงIbroota 2:16
Sababiin isaas inni #sanyii
Abrahaami gargaaraa jira malee, #maleekota gargaaraa akka hin jirre beekamaa dha.
๐ฏkutaa_42 ffaa dubbisa๐ท
โก๏ธhttps://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/464 โซ๏ธ๐๐๐๐
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
link kan xuqa yeroon itti qophaa deema ๐๐๐๐๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
โคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธ

Telegram
๐นGoofoon_Qulqulloota_Maariyaamadha๐น๐๐ป
โก๏ธ๐
ฐ kutaa_42 ffยชยชโฌ๏ธ
โจ๏ธGaaffii fi Deebiiโจ๏ธ
โคด๏ธMusiliimota ๐ผ
โYohaannis 11:33๐
Iyyaasuus(Kiristoos),ishiini fi Yihudoonni ishii wajjin dhufan
#boouu isaanii yommuu argu, #keessa isaatti affuurran gadde, ni #jeeqames.
แขแจแฑแตแ แฅแญแตแ แตแณแแ แต แจแฅแญแตแแ แแญโฆ

โก๏ธ๐นkutaa _ 61 _ ffaa ๐ณ๐น
โญโญโญโญโญโญโญโญโญโญโญโญ
๐ธ Gaafii fi Deebi
๐ณ musiliimota ๐ท
โYohaannis 14:10
#Ani Abbaa keessa, Abbaanis Ana keessa akka jiru hin Amantuu ree? Abbaa isa Ana keessa jiraatutu #hojii isaa hojjeta malee, dubbii ani isinitti #dubbadhu hundumaa #ofuma kootiin hin dubbadhu
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ gaaffii isaanii.
1=hojii hundumaa Abbaatu hojjata malee Kiristoos mitii jedhu..โ
๐=Deebi keenya=
๐ kanafuu dubbii hundi kani Abbati jetuudha ree...โ
๐#โตโMatewoos 26:34
Iyyaasuus(Kiristoos)โDhuguman siin jedha, halkan kana kormaan #indaaqqoo iyyuu isaa dura, sia sadii na ganta jedheen.
๐kanafuu dubbii kuni kani eenyuti
A))+ kani Abbaa moo,
B))+ kani Kiristoos.โ
Lakki kani Abbaa yoo, jette
Pheexiroos Abba gana jechuu keetii ,akkasumas Abbaan Yihuudotaa harka jira jechu keetii.๐
๐#โถโMatewoos 27:46
Gara saaatii sagaliitti Iyyaasus(Kiristoos) sagalee guddaadhaan,โEelohe Eelohe laamaa saabaaqtaanii?โ
jedhee iyye; hiikni isaas โYaa Waaqa ko, yaa Waaqa ko maaliif nadhiiste?โ jechuu dha.
๐dubbii kuni kani eenyutiโ
A)) kani Abbaa mooโ
B)) kani Kiristoos โ
๐Lakki Abbadha yoo, jette Abbaan yoomi #fanoo irraa oole.
โฌโฌโฌโฌ โ akka dubbisa kanati Abbaani ana keessa ,Anis abba keessa ,hojji isaa kana,abbaatu hojjata, Dubbiin kunis kani isaati malee kiyyaa mitii .Kani jedhee #Filiphoos Kiristoos mormee Abba nutti argisi jedhee wani dubbatefi . Kiristoos immoo Ani Abbaa keesa ,Abbaani Ana keessa jira
Dubbiin kuni kani isaatti jedhee itti himme (kunis namni ilma argee abba argee kani jedhuu turee)).
๐#โทโYohaannis 14:8-11
#Filiphos immoo,Yaa gooftaa, abbaa nu argisiisi, kanaa achi nu ga'aโ ittiin jedhe Iyyaasuus(kiristoos) deebisee, โUtuma ani yeroo dheeraa hammana ga'u isinii wajjin jiraadhuu iyyuu ana hin beeknee, Filiphos? #Namni ana arge abbaa arge; attamitti, โAbbaa nu argisiisiโ jetta ree*? #Ani abbaa #keessa, abbaanis ana keessa akka jiru hin amantuu ree? Abbaa isa ana keessa jiraatutu hojii isaa hojjeta malee, dubbii ani isinitti dubbadhu hundumaa #ofuma kootiin hin dubbadhu*. Ani abbaa keessa, abbaanis ana keessa akka jiru na #amanaa! Yookiis sababii #hojichuma kana hundumaaf #ana_amanaa
๐บHaaluma wali fakkaata Filiphoos Abba walale Kiristoos waliin dubbatu kana #yihudoota
Wajjin illee dubbate jira.
๐#โธโYohaannis 5:36
Ani garuu Yohaannis caalaa dhugaa kan anaaf bau qaba; sababiin isaas #hojiiwwan
akka ani hojjedhu Abbaan koo natti kenne, jechuunis hojiiwwan ani hojjechaa jiru kun, akka Abbaan na erge mirkaneessu.
๐#โนโYohaannis 10:24-25
Yeroo kanatti Yihudoonni isatti marsanii, โHanga yoomiitti #qalbii nu rarraasta? Ati Kiristoos yoo taate ifatti
nutti himiโ isaan jechuu jalqaban kiristoos deebisee akkana isaaniin jedhe: โAni isinitti himeera, isin garuu hin amantan #Hojiiwwan ani
maqaa #Abbaa kootiin hojjechaa jiru kun, waaee koo dhugaa ni bau
๐#โบโYohaannis 10:37-38
Egaa Ani #hojii abbaa koo hin hojjedhu yoon ta'e, anatti hin #amaninaa*. Ani hojii abbaa koo nan hojjedha yoon ta'e garuu, anatti yoo amanuu dhaabaattan iyyuu, hojii kanatti amanaa! Kanaanis abbaan ana keessa, anis abbaa keessa akkan jiru, ba'eessa gootanii in hubattuโ isaaniin jedhe
๐#โปโYohaannis 12:48-50
Nama Ana #tuffatee, dubbii koo fudhachuu didetti kan faradu jira; dubbii ani dubbadhetu guyyaa isa dhumaatti isatti farada Abbicha isuma na ergetu ofii isaatii waanan dubbadhu na #abboome malee, ani ofuma kootiin hin dubbanne #Dubbiin inni na abboomes, jireenya bara baraaf akka ta'e ani beeka; egaa waanan jedhu, akka abbaan anatti himetta dubbadhaโ jedhe
๐ yaada xumura๐
Yeroo hundumaa Dubbiin kuni kani Abbaatti malee kiyyaa mitii
Yeroo jedhuu ยซ namoonni yeroo dubbii Kiristoos fudhachuu diddaan akkasii jedhee malee caalise mitiยป
๐#โผโYohaannis 1:3_4
Wanti #hundinuus isumaan ta'e waan ta'e keessaas isa malee kan ta'e #tokko_illee hin jiru Jireenyi isa keessa ture; jireenyichis ifa namootaa ture
๐ช erga wanti hundi karaa Kiristoos taโe dubbii illee kani Isaati abbaa qofaafi miti.
๐ผ link walda keenyaa
๐น @haadha_Waaqa_naJaladha
๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ

๐ฃ Baga Geesaan (27)
โMulata-Yohannis 1:7-8
Kunoo, inni duumessaa wajjin ni dhufa, #ijji hundinuu isa ni arga, warri isa #waraananis isa ni argu; #gosoonni lafa irraa hundinuu sababii isaatiin gaddaan #qoma isaanii ni #rurrukutu. Eeyyee, Ameen.
#Ani Alfaa fi Omeegaa, isa jiru, isa turee fi isa dhufu, isa Hundumaa Dandaสผu dhaโ jedha Waaqayyo
โYohannis 19:34
#Loltoota sana keessaa inni tokko garuu #eeboodhaan_cinaacha isaa #waraane; yeruma sana #dhiignii fi #bishaan baสผe.
โYohannis 20:27-28
Innis Toomaasiin, โ #Quba kee as fidi; harka koo ilaali. Harka kee diriirfadhuutii #cinaacha koo keessa kaaสผi. Amani malee amantii hin dhabinโ jedhe.
Toomaas immoo, #Gooftaa koo! #Waaqa koo!โ jedheen.
โRaaji-Zakariyas 12:10
Ani mana Daawitii fi jiraattota Yerusaalem irratti hafuura surraatii fi kadhannaa nan dhangalaasa. Isaan #Ana isa #waraanan sana ni ilaalu; isaan akkuma nama ilma tokkichaaf booสผuutti ni booสผuuf; akkuma nama ilma hangafaaf baayสผisee gadduuttis ni gadduuf.
โMaatewos 24:30-31
Ergasii #mallattoon Ilma Namaa samii irratti ni mulสผata; #saboonni addunyaa hundinuus ni booสผu. Isaanis utuu Ilmi Namaa duumessa samiitiin humnaa fi ulfina guddaadhaan dhufuu ni argu. Innis #ergamoota isaa sagalee malakataa guddaa isaatiin erga; isaanis filatamtoota isaa kanneen handaara samiiwwanii tokko irraa hamma isa kaaniitti jiran bubbeewwan afran irraa walitti qabu.
๐ฌ๏ธAyyaanna gaari isinif haatau