🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.37K subscribers
50 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
➑️🌹kutaa _ 61 _ ffaa πŸ”³πŸŒΉ
β–­β–­β–­β–­β–­β–­β–­β–­β–­β–­β–­β–­
🌸 Gaafii fi Deebi
πŸ”³ musiliimota 🚷
✍Yohaannis 14:10

#Ani Abbaa keessa, Abbaanis Ana keessa akka jiru hin Amantuu ree? Abbaa isa Ana keessa jiraatutu #hojii isaa hojjeta malee, dubbii ani isinitti #dubbadhu hundumaa #ofuma kootiin hin dubbadhu
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ‘‰ gaaffii isaanii.
1=hojii hundumaa Abbaatu hojjata malee Kiristoos mitii jedhu..❓
πŸ“=Deebi keenya=
πŸ‘‰ kanafuu dubbii hundi kani Abbati jetuudha ree...❓

πŸ“#β“΅βœMatewoos 26:34

Iyyaasuus(Kiristoos)β€œDhuguman siin jedha, halkan kana kormaan #indaaqqoo iyyuu isaa dura, sia sadii na ganta jedheen.
πŸ‘‰kanafuu dubbii kuni kani eenyuti
A))+ kani Abbaa moo,
B))+ kani Kiristoos.❓
Lakki kani Abbaa yoo, jette
Pheexiroos Abba gana jechuu keetii ,akkasumas Abbaan Yihuudotaa harka jira jechu keetii.😁

πŸ“#β“ΆβœMatewoos 27:46

Gara saaatii sagaliitti Iyyaasus(Kiristoos) sagalee guddaadhaan,β€œEelohe  Eelohe laamaa saabaaqtaanii?”
jedhee iyye; hiikni isaas β€œYaa Waaqa ko, yaa Waaqa ko maaliif nadhiiste?” jechuu dha.
πŸ‘‰dubbii kuni kani eenyuti❓
A)) kani Abbaa moo❓
B)) kani Kiristoos ❓
πŸ‘‰Lakki Abbadha yoo, jette Abbaan yoomi
#fanoo irraa oole.
β–¬β–¬β–¬β–¬ ✍ akka dubbisa kanati Abbaani ana keessa ,Anis abba keessa ,hojji isaa kana,abbaatu hojjata, Dubbiin kunis kani isaati malee kiyyaa mitii .Kani jedhee
#Filiphoos Kiristoos mormee Abba nutti argisi jedhee wani dubbatefi . Kiristoos immoo Ani Abbaa keesa ,Abbaani Ana keessa jira
Dubbiin kuni kani isaatti jedhee itti himme (kunis namni ilma argee abba argee kani jedhuu turee)).
πŸ“#β“·βœYohaannis 14:8-11
#Filiphos immoo,Yaa gooftaa, abbaa nu argisiisi, kanaa achi nu ga'a” ittiin jedhe Iyyaasuus(kiristoos) deebisee, β€œUtuma ani yeroo dheeraa hammana ga'u isinii wajjin jiraadhuu iyyuu ana hin beeknee, Filiphos? #Namni ana arge abbaa arge; attamitti, β€˜Abbaa nu argisiisi’ jetta ree*? #Ani abbaa #keessa, abbaanis ana keessa akka jiru hin amantuu ree? Abbaa isa ana keessa jiraatutu hojii isaa hojjeta malee, dubbii ani isinitti dubbadhu hundumaa #ofuma kootiin hin dubbadhu*. Ani abbaa keessa, abbaanis ana keessa akka jiru na #amanaa! Yookiis sababii #hojichuma kana hundumaaf #ana_amanaa
🌺Haaluma wali fakkaata Filiphoos Abba walale Kiristoos waliin dubbatu kana #yihudoota
Wajjin illee dubbate jira.
πŸ“#β“ΈβœYohaannis 5:36

Ani garuu Yohaannis caalaa dhugaa kan anaaf bau qaba; sababiin isaas #hojiiwwan
akka ani hojjedhu Abbaan koo natti kenne, jechuunis hojiiwwan ani hojjechaa jiru kun, akka Abbaan na erge mirkaneessu.
πŸ“#β“ΉβœYohaannis 10:24-25
Yeroo kanatti Yihudoonni isatti marsanii, β€œHanga yoomiitti
#qalbii nu rarraasta? Ati Kiristoos yoo taate ifatti
nutti himi” isaan jechuu jalqaban kiristoos deebisee akkana isaaniin jedhe: β€œAni isinitti himeera, isin garuu hin amantan
#Hojiiwwan ani
maqaa
#Abbaa kootiin hojjechaa jiru kun, waaee koo dhugaa ni bau
πŸ“#β“ΊβœYohaannis 10:37-38
Egaa Ani
#hojii abbaa koo hin hojjedhu yoon ta'e, anatti hin #amaninaa*. Ani hojii abbaa koo nan hojjedha yoon ta'e garuu, anatti yoo amanuu dhaabaattan iyyuu, hojii kanatti amanaa! Kanaanis abbaan ana keessa, anis abbaa keessa akkan jiru, ba'eessa gootanii in hubattu” isaaniin jedhe
πŸ“#β“»βœYohaannis 12:48-50
Nama Ana
#tuffatee, dubbii koo fudhachuu didetti kan faradu jira; dubbii ani dubbadhetu guyyaa isa dhumaatti isatti farada Abbicha isuma na ergetu ofii isaatii waanan dubbadhu na #abboome malee, ani ofuma kootiin hin dubbanne #Dubbiin inni na abboomes, jireenya bara baraaf akka ta'e ani beeka; egaa waanan jedhu, akka abbaan anatti himetta dubbadha” jedhe
πŸ‘‰ yaada xumuraπŸ‘ˆ
Yeroo hundumaa Dubbiin kuni kani Abbaatti malee kiyyaa mitii
Yeroo jedhuu Β« namoonni yeroo dubbii Kiristoos fudhachuu diddaan akkasii jedhee malee caalise mitiΒ»
πŸ“#β“ΌβœYohaannis 1:3_4
Wanti
#hundinuus isumaan ta'e waan ta'e keessaas isa malee kan ta'e #tokko_illee hin jiru Jireenyi isa keessa ture; jireenyichis ifa namootaa ture
πŸͺ€ erga wanti hundi karaa Kiristoos ta’e dubbii illee kani Isaati abbaa qofaafi miti.
🌼 link walda keenyaa
🌹
@haadha_Waaqa_naJaladha
🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸