βBagaa Gessan-19
Maqaan Gabri'el jedhuu afaanii Ibrayisxiittiin ΧΦ·ΦΌΧΦ°Χ¨Φ΄ΧΧΦ΅Φ‘Χ ( #Gabriel) jedhama jechota lamatti irraa walitti dhufeeΧΦ·ΦΌΧΦ°Χ¨Φ΄π πΧΧΦ΅Φ‘Χ
Hika isaa immo Nama jabaa//loltuu) Waqayyo jecha.
Maqaan Gabri'el afaanii Giriikiitiin immoo #ΞΞ±Ξ²Οιὴλ (GabriΔl) hiikaa isaa immoo Ergamaa Waaqayyo jedha kani Ibraayisxiitti wajjiin tokkummaa.
β #Gabriel Nama baay'ee #jalata
π³ragaa keenyaπ
Raajii-Daani'el 10:18-19
#inni nama fakkaatu sun ammas na tuqee na jabeesse.
Achiis, Yaa #nama baayΚΌee #jaallatamaa taate nana, hin sodaatin. #Nagaan siif haa taΚΌu. Jabaadhu, eeyyee, jabaadhuβ naan jedhe. Yommuu inni naa wajjin dubbatu jajjabaadhee, Yaa #gooftaa_koo, ati waan na jabeessiteef dubbadhuβ nan jedhe.
β»Ergamonni Waqayyo hanga nama jalatani fi kabajaani argitani
β»Dani'el immo Gabrieli dhan yaa #Gooftaa koo jedhanii.
β¬β¬
πjalali kessan Akkuma Gabriel bay'ee isiin jalatu isiin immo Gabriel bay'ee jalatu.
. #jalala_keesan itti fufa...
πβπ¨ ππ¦π¦ππππ ππππ ππ ππππ βππ‘ππ’.
β π€ππ―π π±π’π©π’π€π―ππͺπ βοΈ
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

π£ Baga Geesaan (27)
βMulata-Yohannis 1:7-8
Kunoo, inni duumessaa wajjin ni dhufa, #ijji hundinuu isa ni arga, warri isa #waraananis isa ni argu; #gosoonni lafa irraa hundinuu sababii isaatiin gaddaan #qoma isaanii ni #rurrukutu. Eeyyee, Ameen.
#Ani Alfaa fi Omeegaa, isa jiru, isa turee fi isa dhufu, isa Hundumaa DandaΚΌu dhaβ jedha Waaqayyo
βYohannis 19:34
#Loltoota sana keessaa inni tokko garuu #eeboodhaan_cinaacha isaa #waraane; yeruma sana #dhiignii fi #bishaan baΚΌe.
βYohannis 20:27-28
Innis Toomaasiin, β #Quba kee as fidi; harka koo ilaali. Harka kee diriirfadhuutii #cinaacha koo keessa kaaΚΌi. Amani malee amantii hin dhabinβ jedhe.
Toomaas immoo, #Gooftaa koo! #Waaqa koo!β jedheen.
βRaaji-Zakariyas 12:10
Ani mana Daawitii fi jiraattota Yerusaalem irratti hafuura surraatii fi kadhannaa nan dhangalaasa. Isaan #Ana isa #waraanan sana ni ilaalu; isaan akkuma nama ilma tokkichaaf booΚΌuutti ni booΚΌuuf; akkuma nama ilma hangafaaf baayΚΌisee gadduuttis ni gadduuf.
βMaatewos 24:30-31
Ergasii #mallattoon Ilma Namaa samii irratti ni mulΚΌata; #saboonni addunyaa hundinuus ni booΚΌu. Isaanis utuu Ilmi Namaa duumessa samiitiin humnaa fi ulfina guddaadhaan dhufuu ni argu. Innis #ergamoota isaa sagalee malakataa guddaa isaatiin erga; isaanis filatamtoota isaa kanneen handaara samiiwwanii tokko irraa hamma isa kaaniitti jiran bubbeewwan afran irraa walitti qabu.
π¬οΈAyyaanna gaari isinif haatau