π» fakkeenyi bofa isa
#Sibila diima isaa
Nasaa irra hojjatamee
nama fayyisuuπ
=1β bofti Sibila Naasa
irra hojjatamee
Fakkeenyi isaa
#Kiristoos
π bofti Kuni sibiila
cimaa irraa
Hojjatame kan
#qoricha ofii keessa
hin qabuu
π»fakkeenyi qoricha
#Cubbu fi sobaa
Kanaafuu Kiristoos
Cubbu Tokko illee
Hin qabuu ( 1Yoh 3:5)
πYoh 8:46π
isinii keessaa namni
#cubbuu hojjetteetta
jedhee na himatu eenyuβ
Ani #dhugaan dubbadha
yoon tae, isin maaliif
ana hin amantan reeβ
2=βbofti #sibiila Kuni
muka irratti fannifamee
Malee lafaa irraa hin
Godhamne Kuni immoo
Fakkeenya Kiristoos
Lafa irraa #olii fudhanii
Kiristoos fannoo irratti
Fannisu ibsa (Yoh 19:17--8)
3=βfakkeenyi sibilla
Nasaa Kuni #dimaadha
kuni immo #dhiga
Kiristoos ibsa
βRaji-isaya 63:2π
#Uffaani kee maaliif
#diimate reeβ
uffanni kee maaliif
uffata nama waynii
#cuunfuu fakkaate ree
βα’α³αα«α΅ 63:2π
#ααα΅α α΅α αα αα?
αα₯α΅α α΅ α ααα αα₯ααα« α₯αα°αα¨αα₯ α°α αα₯α΅
α΅α αα αα°α?
βkanafuu wa'ee
Dhiga Kiristoos
Rajjonni hedduun
dubbatanii jiru
β #Musen dhigaa
Kiristoos Sibila dimaa
taβen ibsee jira
β raajii #isayaas
uffaata diman ibsee jira
βMulβata Yoh 19:13π
πuffata #dhiigni itti
bubue uffateera
#maqaan isaas
Dubbii #Waaqayyoo
jedhama
β uffaata dhiigni irra bu'e
Uffaate jechuun,, foonii
Nama isaa dhiiga qabuu
Uffaate jechuudha
π #Maqaan isaa duubi
Waaqayyo jedhama
jechuun.isa immoo jalqabaa
Sagale turee, (Yoh 1:1)
inni Waaqayyo jedhee
#Sagaleen yookiin Dubbi
Suni foonii nama uffatee
Jechuu isaatii
π»α«α₯α 19:13
#α α°αα α¨α°α¨α¨ αα₯α΅
α°ααα½αα α α΅αα
α¨α₯ααα α₯αα #αα α°α₯αα α
βMulβata 19:15-16π
#Goraadeen qaramaanii fi dheeraan kan inni ittiin
#saboota rukutus afaan
isaa keessaa ni ba'a
#ulee sibiilaatiinis isaan
ni tiksa Kana malees
iddoo cuunfaa wayinii dheekkamsa sodaachisaa
isa kan Waaqayyo
Hundumaa Dandauu
ni dhidhiita
#Uffata isaa irratti maqaan, #Mootii moototaa fi Gooftaa gooftotaaβ jedhu
barreeffameera
βHaaluma walii
fakkaatu #Kiristoos
yeroo fannifamee
Mata isaa gubbatti
Mooti yihudoota kan
Jedhu baraffamee jira
βπΉYoh 19:19-22π
#Philaaxosis_barreeffama barreessee #fannoo
sana irratti maxxanse
Wanti inni barreesses
#Iyyaasuus nama
Naazireeti #Mootii
Yihudootaaβ kan jedhu ture
Bakki Iyyaasuus itti
fannifame magaalaatti
dhihoo waan tureef
Yihudoonni #hedduun
wanta barreeffame kana
dubbisaniiru innis
βafaan Ibrootaatiin
βafaan Laatinii fi
βafaan Giriikiitiin
kan barreeffame ture
Dura buutonni lubootaa Yihudootaa garuu
Philaaxosiin #Ani Mootii Yihudootaa tiβ akka
inni jedhe barreessi
malee, βMootii
Yihudootaaβ jettee
hin barreessinβ jedhan
Philaaxosis βEgaa, ani
wantan barreesse
barreesseeraβ jedhee
deebise
βKuni yeroo Kiristoos fannifamee kan ibsuudha
Uffaanni isaa dhiga kan
taβe Sababa kanaafi
βHaataβu malee #sibili sunii
Diima ta'u isaan dhigni
Kiristoos fakkeessu isatti
Maali dhigni nama Dima
Waani taβef
β #Museen bofa #sibiilaa
irra Kan hojjatee, Sababiin
isaa Kiristoos #ulee
sibilaan akka Saba
isaa tiksuu ibsuuf
Sibilli #cimaa akkuma taβe
Tikseen keenya Kiristoos
Cima ta'u ibsuu
βYoh 10:11π
#Ani tiksee gaarii dha
tiksee gaariin immoo
#hoolota isaatiif jedhee
lubbuu isaa
dabarsee ni kenna
=4=βfakkeenya biraa
Musen bofaa fannisee
Sana karaa laman(2)
namaa fayyisa
=1=ijan arguudhan nama
Fayyisa
=2=lamaffan immoo
Sagale bofa fannifamee
sanaYoo, dhaga'ani
namni ni fayya
πΉ=Fannoo Kiristoos #ijan
Argani kan fayyan
Fakkeenyaaf
#dukka bu'oota isati
yookiin matii 120
=HDB 1:15
βYoh 20:20π
Erga kana jedhee booda,
#harka isaa fi #cinaacha isaa isaanitti argisiise
#Barattoonnis Gooftaa
arguu isaaniitti guddaa #gammadan
β#Gammachu jechuun
Immo #fayyina arguudha
akkuma Simi'oon jedhee
β=Luqaas 2:28-30π
#Simioon mucicha fuudhee #hammatee akkana jedhee Waaqayyoon galateeffate
#Yaa Gooftaa Oli Aanaa,
akkuma dubbattetti amma #garbicha kee nagaadhaan geggeessi
sababiin isaas #iji koo
isa #fayyina argamsiisu #argeera
πΉ=fakkeenyi warra
#ijaan Oso Hin arginee
sagalee qofan
Fayyani
==//====/===
πΉ Yaada yoo qabataniiπ
#Gutema123
β kan channeel π
@haadha_Waaqa_naJaladha
β #kuta_5_ffaaπ

π£ Baga Geesaan (27)
βMulata-Yohannis 1:7-8
Kunoo, inni duumessaa wajjin ni dhufa, #ijji hundinuu isa ni arga, warri isa #waraananis isa ni argu; #gosoonni lafa irraa hundinuu sababii isaatiin gaddaan #qoma isaanii ni #rurrukutu. Eeyyee, Ameen.
#Ani Alfaa fi Omeegaa, isa jiru, isa turee fi isa dhufu, isa Hundumaa DandaΚΌu dhaβ jedha Waaqayyo
βYohannis 19:34
#Loltoota sana keessaa inni tokko garuu #eeboodhaan_cinaacha isaa #waraane; yeruma sana #dhiignii fi #bishaan baΚΌe.
βYohannis 20:27-28
Innis Toomaasiin, β #Quba kee as fidi; harka koo ilaali. Harka kee diriirfadhuutii #cinaacha koo keessa kaaΚΌi. Amani malee amantii hin dhabinβ jedhe.
Toomaas immoo, #Gooftaa koo! #Waaqa koo!β jedheen.
βRaaji-Zakariyas 12:10
Ani mana Daawitii fi jiraattota Yerusaalem irratti hafuura surraatii fi kadhannaa nan dhangalaasa. Isaan #Ana isa #waraanan sana ni ilaalu; isaan akkuma nama ilma tokkichaaf booΚΌuutti ni booΚΌuuf; akkuma nama ilma hangafaaf baayΚΌisee gadduuttis ni gadduuf.
βMaatewos 24:30-31
Ergasii #mallattoon Ilma Namaa samii irratti ni mulΚΌata; #saboonni addunyaa hundinuus ni booΚΌu. Isaanis utuu Ilmi Namaa duumessa samiitiin humnaa fi ulfina guddaadhaan dhufuu ni argu. Innis #ergamoota isaa sagalee malakataa guddaa isaatiin erga; isaanis filatamtoota isaa kanneen handaara samiiwwanii tokko irraa hamma isa kaaniitti jiran bubbeewwan afran irraa walitti qabu.
π¬οΈAyyaanna gaari isinif haatau