๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒนโŒ kutaa+35ffยชยชยป ๐Ÿ‘‡๐ŸŒท

Gaafii fi Deebi
๐Ÿ‘‰ ๐Ÿฆ†Musiliimota ๐Ÿฆ† ๐Ÿ‘ˆ

โœYohaannis 10:27๐Ÿ‘‡
#Hoolonni koo sagalee
koo ni dhagau,
#Ani isaan beeka, isaanis Ana duukaa ni bu'uu.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“Gaaffii isaanii.
1= kanafuu isin hoolota jedhamtu, " Arasa cubbuu tti isin,..... โ“
โžงFakkeenyaaf Kiristoos hoolaa kani jedhamee sababa cubbuu nama haqee(balleessif).

โœ kanafuu isin sababa. maalif hoolota jedhamatu cubbuu haquuf moo, Arasa ta'uf jedhu....โ“โ“
๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ
โžงDeebii keenya ๐Ÿ‘‡
โœ kutaa 34ffยชยช keessaatti
kana ilaale jira.
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/425
๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
โžงnuuti hoolota kani jedhamnee Fakkeenyaafi
๐Ÿ’’ Haaluma kana Namni fakkeenya hedduu qaba

๐ŸŒนkitaaba-Iyyobi 5:25
# sanyii kee,akkuma guddaa taโ€™e, akkuma kana ijoollee kee, akka
#Margaa lafa ni ta'u (แ‹˜แˆญแˆ…แˆ แ‰ณแˆ‹แ‰… แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ†แŠ•แฅ แ‰ตแ‹แˆแ‹ตแˆ…แˆ แŠฅแŠ•แ‹ฐ แˆแ‹ตแˆญ #แˆฃแˆญ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ†แŠ• แ‰ณแ‹แ‰ƒแˆˆแˆ…*แŠขแ‹ฎแ‰ฅ 5:25)

โžงiddoo kana irratti fakkeenya nama kani taโ€™e
Margaa jechudha. yeroo akkasii jennuu namni sababa baayacha deemuu Margaa fakkaata malee wanta biraaf mitii**sababa namni Margaa fakkatu hiika biraa dubbisa
๐Ÿ‘‰ Far 37:2* Far 103:15* kitaaba_iyyobi 18:3

โœ Haaluma kanaa nutti Fakkeenyaaf hoolota jedhamnee male
#cubbuu haquu fi #Arasaa ta'u hin dandeenyuu..
โžงlakki isaan dirqama cubbuu haquu fi Arasaa ta'u qabduu yoo, jedhanii immoo =
#Ragaa kitaaba nuuf kennu qabu male yaada mataa ofii Odeessuun fayyida hin qabu.

๐Ÿ’’ yaadaa lamaffaa bara
#durii osoo Amantaa #Musiliimaa hin dhufni dura Waaqayyo akkasi jedhee namoota wamee #hoolota_koo,jedhee jira. (isayaas 40:11, Hisqi'el 34:15=
๐Ÿ‘‰kanafuu yeroo sana Muslimoota irree hoolota jedhee jira., lakki nuuni hin jennee yoo, jedhanii immoo eenyu irraa
#dhalatni guyyaa kana geessan jennee isaani gaafana...๐Ÿ˜œ
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ

๐ŸŒนโžงmee,
#nuuti sababa hoolota jedhamnee yookiin Fakkeenyaaf hoolotatin kani wamamne qabxii muraasa ilaala.

1โƒฃ=Wanta gaarii yoo, hojjane fi Amantaa dhugaa yoo, qabnee
#hoolota jedhamna =kanafi murtii dhugaaf dhiyanna.

๐Ÿ“โžง Maatewoos 25:32-33
Saboonni
#hundi isa
duratti walitti ni qabamu; innis akkuma
#tikseen tokko #hoolota fi #reoota irraa gargar foo'uu, namoota gargar foa. #Hoolotae karaa #mirga isaa, reoota garuu karaa bitaa isaa dhaaba.

2โƒฃ= sagalee Waaqayyo yoo,
#dhageenye hoolota jedhamana.

๐Ÿ“โžง Yohaannis 10:26-27
#Isin garuu hoolota
koo waan hin
#taaneef hin amantan
#Hoolonni koo #sagalee
koo ni dhagau, ani isaan beeka, isaanis ana duukaa ni buu

3โƒฃ=nuuti sababa yeroo baay'ee caalisne namoonni kuni
#midhaan nuura wani gahaniif hoolota jedhamne

๐Ÿ“โžง Far 44:22
Nuti sababii
#keetiin guyyaa hundumaa ni ajjeefamna; Akka hoolota qalamuuf jedhaniittis ilaalamneerra.

4โƒฃ= Waaqayyo wani nuu,
#tiksuuf hoolotaa jedhamnee

๐Ÿ“โžง Far 95:7
Inni Waaqa keenya dha,
Nuti immoo saba kaloo isaa keessa,Hoolota
#kunuunsa// #tikaa ) isaa jala jirru dha. Hara sagalee isaa yoo dhageessan,gaariidha

5โƒฃ=
#Tokkummaa tokko wani qabnuuf hoolota jedhamnee

๐Ÿ“โžง miikiyaas 2:12
Yaa Yaaqoobi, ani hunda
keessan dhugumaan
#walitti nan qaba;
Warra Israael keessaa hafan dhugumaan walitti nan qaba.
Akkuma hoolota goorannoo keessa jiraniitti,
Akkuma bushaayee kaloo
isaanii irra jiraniitti walitti
isaan qabee
#tokkummaa
akka qabaatan nan godha;e Bakki sun waca namootaatiin ni guutama.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒนlink kan xuqaa
hordofa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘†๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====//==๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
๐Ÿ˜ Teessoo Allah jala maaltu gadi Roobaa silaโ“
=Hiika isaa :- Yeroo Allah Namoota duโ€™aa kasu, inni #Teessoo isaa #jala gadi #Roobaa,  Teessoo isaa immo lafaa kana #guutuu haguuga fi qaamni nama immoo boolla (Awwaala) keessa oli #Margaa, akkuma sanyiin tokko lafa keessa marguutti.

๐™œ๐™–๐™–๐™›๐™ž ๐™ ๐™š๐™š๐™ฃ๐™ฎ๐™–.
โžŠโž›Teessoo Allah jala sanyii kormaa isaa (sperm) isaa maali kana hunda gadi rooba siila waggaa 40 fi....?

โž‹โž›Sanyii Allah(ykn sperm) isaa jala hin dhumuu moo...?

โžŒโž›Yeroo sanyi Allah gadi roobuu sana Namoonni warri lubbuun lafa irraa jiran maali nyaatu...?


๐™ข๐™–๐™–๐™ก๐™ค๐™ค ๐™ค๐™—๐™—๐™ค๐™ค๐™ก๐™ค๐™ฉ๐™– ๐™ ๐™ค๐™ค ๐™—๐™–๐™ง๐™ช๐™ข๐™จ๐™– ๐™จ๐™ค๐™—๐™– ๐™ž๐™ง๐™ง๐™–๐™– ๐™ก๐™ช๐™—๐™—๐™ช ๐™ ๐™š๐™š๐™จ๐™จ๐™–๐™ฃ ๐™ค๐™ก๐™˜๐™๐™–๐™–โ—๏ธ


๐Ÿ›… ๐™ง๐™–๐™œ๐™–๐™– ๐™ ๐™š๐™š๐™ฃ๐™ฎ๐™–.
โžงKitaaba ibn kathir.
fuula(page)-127
โžงsecond edition july 2003
โžงisbn 9960-892-71-9
=====//======