๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.61K subscribers
56 photos
3 videos
10 files
118 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
โœ #Samii irratti Waaqayyoof ulfinni haatau #lafa
irrattis namoota
inni jaallatuuf
nagaan haatau.โ€
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
=Tiksee #hoolota naannoo
Sana jirachuun isaa
immo Yookin Sababi
isaa dursanii
Wamaamnif, osoo
namoonni Beekumsa
hedduu qabanii osoo
Jiranu
โ—ˆ Hooloni fakkeenya
Nama
โ—ˆTikseen immoo
fakkeenya Waaqayyoti

Kiristoos garuu tiskee
#Gaari Waani taโ€™ef
Gara isaa deemnaani
Jiruu....
Bakka tiske gaariin
Jiru deemuun gammachuu
Gudda isaa caaluu hin jiruu
Kanaafi
#ergamaan Waaqayyo
Misirachoo gammachuu
Guddaan isinitti himma
Jedheni

โ—ˆYoh 10:1-11
Iyyaasuus akkana jedhe โ€œDhuguma dhuguman
isiniin jedha,
inni #karaa balbalaa
utuu hin tain,
karaa gara biraa
utaalee gola hoolotaatti
seenu, hattuu fi saamtuu dha.

โœInni karaa balbalaa
seenu garuu
#tiksee hoolotaa ti
#Inni balbala eegus
isaaf ni bana; hoolonnis
sagalee isaa ni dhagau

#Inni hoolota isaa
#maqaa maqaa
isaaniitiin waamee
gadi ni yaasa

โœ Hoolota isaa hunda
erga gad yaasee booda
isaan dura buee deema
isaanis #sagalee
isaa waan beekaniif
isa duukaa ni buu

โœ #Hoolonni sagalee keessummaa waan hin beekneef, isa irraa
ni baqatu malee
matumaa keessummaa
duukaa hin buan.โ€

โœIyyaasus fakkeenya
kana isaanitti dubbatus,
isaan garuu wanta inni
isaanitti dubbachaa
ture hin hubanne

โœKanaaf, Iyyaasuus ammas akkana jedhe
โ€œDhuguma dhuguman
isiniin jedha
ani #balbala hoolotaa ti.

โœWarri maqaa kootiin
dhufanii turan hundi
hattootaa fi saamtota
dha

โœhoolonni sun garuu
isaan hin dhageenye.
Ani balbalicha

#namni karaa koo
seenu hundi ni #fayya;
inni ol ni seena,
gadis ni baa, bakka dheedichaas ni argata

โœ #Hattuun, hatuuf,
qaluu fi balleessuuf
malee wanta kan
biraadhaaf hin dhufu

Ani isaan #jireenya
akka argatanii fi jireenya
irraa hafaa akka
qabaataniif dhufeera

โœAni tiksee #gaarii dha
tiksee gaariin immoo
hoolota isaatiif jedhee
#lubbuu isaa
dabarsee ni kenna.

===============
Ayyaanna Gaari isiniif
Haataโ€™u

โœ link kan xuqaa ๐Ÿ‘‡
#haadha_Waaqa_naJaladha
===||===||=======
๐ŸŒนโŒ kutaa+35ffยชยชยป ๐Ÿ‘‡๐ŸŒท

Gaafii fi Deebi
๐Ÿ‘‰ ๐Ÿฆ†Musiliimota ๐Ÿฆ† ๐Ÿ‘ˆ

โœYohaannis 10:27๐Ÿ‘‡
#Hoolonni koo sagalee
koo ni dhagau,
#Ani isaan beeka, isaanis Ana duukaa ni bu'uu.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“Gaaffii isaanii.
1= kanafuu isin hoolota jedhamtu, " Arasa cubbuu tti isin,..... โ“
โžงFakkeenyaaf Kiristoos hoolaa kani jedhamee sababa cubbuu nama haqee(balleessif).

โœ kanafuu isin sababa. maalif hoolota jedhamatu cubbuu haquuf moo, Arasa ta'uf jedhu....โ“โ“
๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ
โžงDeebii keenya ๐Ÿ‘‡
โœ kutaa 34ffยชยช keessaatti
kana ilaale jira.
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/425
๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
โžงnuuti hoolota kani jedhamnee Fakkeenyaafi
๐Ÿ’’ Haaluma kana Namni fakkeenya hedduu qaba

๐ŸŒนkitaaba-Iyyobi 5:25
# sanyii kee,akkuma guddaa taโ€™e, akkuma kana ijoollee kee, akka
#Margaa lafa ni ta'u (แ‹˜แˆญแˆ…แˆ แ‰ณแˆ‹แ‰… แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ†แŠ•แฅ แ‰ตแ‹แˆแ‹ตแˆ…แˆ แŠฅแŠ•แ‹ฐ แˆแ‹ตแˆญ #แˆฃแˆญ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ†แŠ• แ‰ณแ‹แ‰ƒแˆˆแˆ…*แŠขแ‹ฎแ‰ฅ 5:25)

โžงiddoo kana irratti fakkeenya nama kani taโ€™e Margaa jechudha. yeroo akkasii jennuu namni sababa baayacha deemuu Margaa fakkaata malee wanta biraaf mitii**sababa namni Margaa fakkatu hiika biraa dubbisa
๐Ÿ‘‰ Far 37:2* Far 103:15* kitaaba_iyyobi 18:3

โœ Haaluma kanaa nutti Fakkeenyaaf hoolota jedhamnee male
#cubbuu haquu fi #Arasaa ta'u hin dandeenyuu..
โžงlakki isaan dirqama cubbuu haquu fi Arasaa ta'u qabduu yoo, jedhanii immoo =
#Ragaa kitaaba nuuf kennu qabu male yaada mataa ofii Odeessuun fayyida hin qabu.

๐Ÿ’’ yaadaa lamaffaa bara
#durii osoo Amantaa #Musiliimaa hin dhufni dura Waaqayyo akkasi jedhee namoota wamee #hoolota_koo,jedhee jira. (isayaas 40:11, Hisqi'el 34:15=
๐Ÿ‘‰kanafuu yeroo sana Muslimoota irree hoolota jedhee jira., lakki nuuni hin jennee yoo, jedhanii immoo eenyu irraa
#dhalatni guyyaa kana geessan jennee isaani gaafana...๐Ÿ˜œ
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ

๐ŸŒนโžงmee,
#nuuti sababa hoolota jedhamnee yookiin Fakkeenyaaf hoolotatin kani wamamne qabxii muraasa ilaala.

1โƒฃ=Wanta gaarii yoo, hojjane fi Amantaa dhugaa yoo, qabnee
#hoolota jedhamna =kanafi murtii dhugaaf dhiyanna.

๐Ÿ“โžง Maatewoos 25:32-33
Saboonni
#hundi isa
duratti walitti ni qabamu; innis akkuma
#tikseen tokko #hoolota fi #reoota irraa gargar foo'uu, namoota gargar foa. #Hoolotae karaa #mirga isaa, reoota garuu karaa bitaa isaa dhaaba.

2โƒฃ= sagalee Waaqayyo yoo,
#dhageenye hoolota jedhamana.

๐Ÿ“โžง Yohaannis 10:26-27
#Isin garuu hoolota
koo waan hin
#taaneef hin amantan
#Hoolonni koo #sagalee
koo ni dhagau, ani isaan beeka, isaanis ana duukaa ni buu

3โƒฃ=nuuti sababa yeroo baay'ee caalisne namoonni kuni
#midhaan nuura wani gahaniif hoolota jedhamne

๐Ÿ“โžง Far 44:22
Nuti sababii
#keetiin guyyaa hundumaa ni ajjeefamna; Akka hoolota qalamuuf jedhaniittis ilaalamneerra.

4โƒฃ= Waaqayyo wani nuu,
#tiksuuf hoolotaa jedhamnee

๐Ÿ“โžง Far 95:7
Inni Waaqa keenya dha,
Nuti immoo saba kaloo isaa keessa,Hoolota
#kunuunsa// #tikaa ) isaa jala jirru dha. Hara sagalee isaa yoo dhageessan,gaariidha

5โƒฃ=
#Tokkummaa tokko wani qabnuuf hoolota jedhamnee

๐Ÿ“โžง miikiyaas 2:12
Yaa Yaaqoobi, ani hunda
keessan dhugumaan
#walitti nan qaba;
Warra Israael keessaa hafan dhugumaan walitti nan qaba.
Akkuma hoolota goorannoo keessa jiraniitti,
Akkuma bushaayee kaloo
isaanii irra jiraniitti walitti
isaan qabee
#tokkummaa
akka qabaatan nan godha;e Bakki sun waca namootaatiin ni guutama.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒนlink kan xuqaa
hordofa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘†๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====//==๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ