๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
50 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒน๐Ÿ€kuta-24ffยชยช๐Ÿ€๐Ÿ€
โŒGaaffii fi Deebii โŒ
๐Ÿ“Musiliimoota๐Ÿ“
----------------------------
โœ Yohaannis 8:21

Kiristoos akkasi jedhe
โ€œ
#Ani nan deema,
isinis na barbaaddu,
taus
#cubbuu keessaniin ni duutu.
Bakka ani dhaqu isin dhufuu hin dandeessanโ€ isaaniin jedhe.
----------------------
=Gaaffii isaanii Kiristoos
Cubbuu balleessuuf hin
Dhufne ,..โ“
โ—ˆ erga cubbuu balleessuuf
Dhufee maaliif cubbu keessani ni duutu jedha
Ree.....โ“jedhuu
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ—ˆDeebi keenya
Hordofaa.
=Lakki cubbuu balleesuuf dhufe, garuu namoonni
Kiristoosi itti hin amanee
Eeyyee cubbuu isanittin
Ni duโ€™u

โฉKiristoos cubbuu keessaniin ni dutu
Kan jedhee namoota
Isaatii hin amanee
Wani jiraniif

๐Ÿ“Ragaa kitaaba
โ“ต=Yohaannis 8:22-24
Achiis Yihudoonni,
Bakka ani dhaqu isin
dhufuu hin dandeessanโ€™ kan jedhu,
of ajjeesuu barbaadeetii laata?โ€ jechuu jalqaban.
Innis akkana
isaaniin jedhe: โ€œisin
#gadi irraa ti;
ani garuu
#olii irraa ti.
Isin addunyaa kana
irraa ti; ani garuu addunyaa kana irraa miti.
Ani
#cubbuu keessaniin ni #duutu kanan isiniin jedhes kanumaafi. Sababiin isaas,
=
#inni dhufu
sun
#Ana tauu koo hin #amantan taanaan,
isin cubbuu keessaniin
ni duutu


โ“ถ=Yohaannis 11:9-10
Iyyaasus(kiristoos)
deebisee akkana jedhe: โ€œ
#Guyyaan tokko sa'aatii 12f #ifa qaba mitii?
#Namni ifa guyyaatiin
deemu kam iyyuu, ifa
#addunyaa kanaa waan arguuf, waan tokkotti illee hin gufatu.
#Namni_halkaniin
deemu kam iyyuu garuu, ifni isa keessa waan hin jirreef ni gufata.โ€

โ“ท=Yohaannis 12:34-41
Achiis
#namoonni
hedduun sun deebisanii, โ€œNuti #Kiristoos bara baraan akka jiraatu Seericha irraa dhageenyeerra. Maarree
ati akkamitti
#ilmi namaa olii kaafamuu qaba jetta? Ilmi namaa kun
hoo eenyu?โ€ jedhaniin.
Kanaaf Iyyaasus akkana isaaniin jedhe: โ€œIfni
sun yeroo
#gabaabaadhaaf isin bira ni tura. Kanaaf, dukkanni sun akka
isin hin
#liqimsine, yeroo ifa qabdanitti deemaa; #namni dukkana keessa deemu hundi, garamitti akka deemu hin beeku.
Isin
#ilmaan-ifaa
akka taataniif, yeroo ifa qabdan kanatti ifichatti
#amanaa.โ€Kiristoos wantoota kana erga dubbatee booda achii deeme; isaan jalaas ni dhokate.
Inni dinqii hedduu isaan duratti kan hojjete
taus, isaan garuu isatti
#hin amanne;
kunis kan tae, wanti
#Isaayyaas raajichi, โ€œYaa Waaqayyo wanta nu irraa dhagaetti kan amane eenyu?,Irreen Waaqayyo hoo #eenyutti mulifame?โ€ jedhee dubbate akka raawwatamuuf ture. Sababii isaan
#amanuu itti hin dandeenye ilaalchisee Isaayyaas ammas akkana jedheera:
โ€œIsaan
#ija isaaniitiin arganii, #garaa isaaniitiin hubatanii,akka hin deebinee fi anis akka
isaan
#hin_fayyisnetti, inni ija isaanii jaamseera;
#garaa isaaniis jabeesseera.โ€
#Isaayyaas wantoota kana kan dubbate, #ulfina isaa waan #argeef ture; waaee isaas dubbateera.

โ“ธ=Yohaannis 5:40

isin jireenya argachuuf
gara koo dhufuu hin barbaaddan.

โ“น=Yohaannis 1:4-5
#Wanti karaa isaa tae #jireenya ture; jireenyi immoo #ifa namootaa
ture. Ifni dukkana keessatti ifaa jira, taus dukkanni isa hin
#moone

โ“บ=Yohaannis 1:9-13
#ifichi inni dhugaan #akaakuu namoota hundaatiif ifa kennu,
#gara addunyaa dhufuuf jedha ture.
Inni addunyaa
#keessa ture, addunyaanis
karaa isaa
#argame; taus addunyaan isa #hin_beekne.
#Inni gara biyya isaa dhufe; haatau malee, sabni isaa isa hin #simanne.

#Warra isa simatan hundumaatiif garuu, #maqaa isaatti waan #amananiif, ijoollee
Waaqayyoo akka taaniif mirga isaaniif kenne. Isaanis
#Waaqayyo irraa #dhalatan malee, #dhiiga irraa yookiin fedhii #foonii irraa yookiin fedhii
#dhiiraa irraa hin dhalanne.

โ“ป=Yohaannis 3:15-21
kuni, isatti kan
#amanu
hundi #jireenya bara baraa akka qabaatuufi.

โ€œIsatti kan amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuuf malee akka hin
#badneef,Waaqayyo Ilma
isaa isa
#tokkicha hamma kennuufitti addunyaa kana baayee jaallateera.

Sababiin isaas, Waaqayyo Ilma isaa gara addunyaatti kan erge, addunyaan karaa isaa akka
#fayyu malee akka inni addunyaatti murteessuuf miti.
Isatti kan amanu
hundi itti hin
#murteeffamu. Isatti
kan hin amanne hundi,

#maqaa Ilma Waaqayyoo isa tokkichatti waan hin
amanneef, ammuma iyyuu itti murteeffameera.
๐Ÿ‡ kutaa-97-ffยชยช  ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โžปgaafi Deebi Musiliimota
โœYohaannis 1:13
isaan #Waaqayyo irraa #dhalatan malee, #dhiiga irraa yookiin fedhii #foonii irraa yookiin fedhii #dhiiraa irraa hin dhalanne.
๐Ÿ‘‰gaaffii isaanii Namni akkamitti dhigaa ykn fedhii fooni ykn fedhii dhira malee dhalchuu danda'a jedhuu..โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒท Deebii keenyaa.
#Gaafi keenya immoo nuuf Deebisa yaa Musiliimota Adaami dhiga male ykn fedhii fooni malee ykn fedhii dhira malee Hin Uumamnee  moo..โ“
โœgara yaada keenya yaa Deebinuu " Namni kamiyyuu foonii Adaami sana,qaba foonii nama gosummaa tokko.
1Qorontos 15:39
Foon hundinuu tokko miti; #Namni_foon_gosa_tokkoo qaba; horiin foon gosa biraa, simbirroon foon gosa biraa, qurxummiinis foon gosa biraa qabu.
๐Ÿ‘‰ ๐™จ๐™–๐™—๐™–๐™—๐™– ๐™–๐™ ๐™ ๐™–๐™จ๐™ž ๐™Ÿ๐™š๐™™๐™๐™–๐™ข๐™š๐™›๐™ž
1.๐™จ๐™–๐™—๐™–๐™—๐™– ๐™ฉ๐™ค๐™ ๐™ ๐™ค๐™›๐™›๐™–๐™–
Namni maqaa Kiristoositti Amanuu jedhe malee namaa hunda hin jennee.
โžŠโžงYohaannis 1:12-13
warra isa simatan #hundumaatiif, isaan #maqaa isaatti waan #amananiif, ijoollee Waaqayyoo akka taสผaniif Aangoo isaaniif kenne Isaan Waaqayyo irraa #dhalatan malee, dhiiga irraa yookiin fedhii foonii irraa yookiin fedhii dhiiraa irraa hin dhalanne.
โž‹Hoji-Duka.buota 2:21
Namni #maqaa Waaqayyo waammatu hundi ni fayya
โžŒRoome 10:13
Namni maqaa Waaqayyo waammatu hundi ni fayya.
โžFarfannaa 9:10
Warri #maqaa kee beekan sitti #amanamu; Yaa waaqayyo ati warra si barbaaddatan matumaa hin dhiistu.
โžŽRaji-Isayaas 50:10
isin gidduudhaa waqayo kan sodaatu, Sagalee tajaajilaa isaas kan dhagaสผu eenyu? Dukkana cimaa ifni keessa hin jirre keessa kan deeme eenyu? inni #maqaa_waaqayyotti haa #Amanamu, Waaqa isaattis haa hirkatu.
โžYohaannis 20:31
Wantoonni kun kan barreeffaman, Iyyaasus dhuguma Kiristoos Ilma Waaqayyoo taสผuu isaa akka amantaniif, #amantaniis karaa #maqaa isaa jireenya akka argattaniifi.
๐Ÿ‘‰๐š’๐š๐š๐š˜๐š˜ ๐š”๐šŠ๐š—๐šŠ๐š๐š’ ๐š–๐šŠ๐šš๐šŠ๐šŠ ๐š”๐š’๐š›๐š’๐šœ๐š๐š˜๐š˜๐šœ๐š’๐š๐š๐š’ ๐šŠ๐š–๐šŠ๐š—๐šž ๐šข๐šŽ๐š›๐š˜ ๐š“๐šŽ๐š๐š‘๐šž #๐š”๐š’๐š›๐š’๐šœ๐š๐š˜๐š˜๐šœ _๐š ๐šŠ๐šŠ๐šš๐šŠ๐šข๐šข๐š˜ ๐š๐šŠ๐šž ๐š’๐šœ๐šŠ๐šŠ ๐šœ๐š’๐š›๐š›๐š’๐š๐š๐š’ ๐š’๐š‹๐šœ๐šŽ.
๐Ÿ‘‰๐‘š๐‘Ž๐‘ž๐‘Ž๐‘Ž๐‘› ๐‘‘โ„Ž๐‘ข๐‘”๐‘ข๐‘š๐‘Ž #๐‘—๐‘–๐‘Ÿ๐‘’๐‘’๐‘›๐‘ฆ๐‘Ž ๐‘˜๐‘’๐‘›๐‘›๐‘ข ๐‘˜๐‘ข๐‘›๐‘– ๐‘˜๐‘Ž๐‘›๐‘– #๐‘ค๐‘Ž๐‘Ž๐‘ž๐‘Ž๐‘ฆ๐‘ฆ๐‘œ ๐‘ž๐‘œ๐‘“๐‘Ž ๐‘š๐‘Ž๐‘™๐‘’๐‘’ ๐‘ค๐‘Ž๐‘›๐‘ก๐‘Ž,๐‘๐‘–๐‘Ÿ๐‘Ž ๐‘š๐‘–๐‘ก๐‘ก๐‘–.
2.๐™จ๐™–๐™—๐™–๐™—๐™– ๐™ก๐™–๐™ข๐™–๐™›๐™›๐™–๐™–.
Namni foonii fi dhiga irraa hin dhalannee jedhun nama,hafuuraa jechuudha ยซSababiin isaa afuurri dhiga fi foonii hin qabuu wani taefi ยป

โžLuqaas 24:39
Anuma taสผuu koo beekuuf, harka koo fi miila koo ilaalaa; qaqqabaatii na ilaalaa; uumamni #hafuuraa akka ana irratti argitan kana #foonii fi lafee hin qabu.โ€
โž‘Maatewos 16:17
 Yeroo kanatti Iyyaasuus โ€œYaa Simoon ilma Yoonaas, kana kan siif ibse #foonii fi #dhiiga utuu hin taสผin, Abbaa koo isa samii waan taสผeef gammadi.
๐Ÿ‘‰Tolee nama hafuuraa jechuun kani hojii hafuuraa kani hojjatu wani taโ€™ef ,namni foonii fi dhiiga immoo hojuma foonii dhiiga hojjata jechudha.
โพYohaannis 4:24
#Waaqayyo_hafuura #warri isa waaqeffatanis #hafuuraa fi dhugaadhaan waaqeffachuu qabu
โฟRoome 8:5
warri akka #fooniitti jiraatan, yaadni isaanii wantoota foonii irratti xiyyeeffata; warri akka #hafuuraatti jiraatan garuu, yaadni isaanii wantoota hafuuraa irratti xiyyeeffata.
โžŠโžŠRoome 8:9
Dhuguma hafuurri Waaqayyoo yoo isin keessa jiraate garuu, fedha #foonii wajjin utuu hin taสผin, fedha hafuuraa wajjin tokkummaa qabaattu. Taสผus, namni tokko #hafuura Kiristoos hin qabu taanaan, namni kun kan isaa miti.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐™ฎ๐™–๐™–๐™™๐™– ๐™™๐™–๐™—๐™–๐™ก๐™–๐™ฉ๐™– ๐™ž๐™ข๐™ข๐™ค๐™ค.
โœ๐™ฃ๐™–๐™ข๐™ฃ๐™ž ๐™–๐™ ๐™ ๐™– ๐™ ๐™ž๐™ฉ๐™–๐™—๐™– ๐™ฆ๐™ช๐™ก๐™ฆ๐™ช๐™ก๐™ก๐™ช๐™ฉ๐™ฉ๐™ž ๐™ ๐™–๐™ก๐™ก๐™–๐™ฉ๐™ž ๐™๐™š๐™™๐™™๐™ช๐™ฃ ๐™™๐™๐™–๐™ก๐™–๐™ฉ๐™–.
โ“ตโžป1 Pheexiroos 1:23
isin karaa #dubbii Waaqayyoo isa jiraataa taสผee fi yeroo hunda jiraatuun, haaraa kan #dhalattan, sanyii baduun utuu hin taสผin sanyii hin badneen ture.
โ“ถโžปYaaqoob 1:18
Kun fedhii isaa waan taสผeef, nuti uumamawwan isaa keessaa warra jalqabaa akka taanuuf, inni dubbii dhugaatiin nu #dhalche.
โ“ทโžป1Yohaannis 5:1
Namni Iyyaasus dhuguma Kiristoos taสผuu isaa amanu hundi Waaqayyo irraa #dhalateera; namni abbaa jaallatu hundis isa isa irraa dhalate sana ni jaallata.