๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
50 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐Ÿ…ฐ kutaa-73-ffยชยช .๐Ÿ…ฐ
     ๐Ÿ‘‰ gaaffii fi deebi
     ๐Ÿ‘‰ Musiliimota
โœ Yohaannis 17:3
Jireenya bara baraa argachuu akka dandaสผaniif, si isa
#Waaqa dhugaa #tokkicha taatee fi #Iyyaasuus_Kiristoos isa ati #ergite sana beekuu qabu.
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
gaaffii isaanii ๐Ÿ‘‡
1=
Waaqa Tokkicha jira ,Kiristoos immoo Eegamadha jedhuu.โ“
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ//โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
โš› Deebii keenya.
๐ŸŒพ Lakki lamanuu isaanii iyyuu
Waaqa kani jedhuu ta'a.
Fakeenyaf Kiristoos iddoo itti
waaqa jedhamee. Ilaala.
โ“ตโžงYohaannis 20:28
Toomaasis deebisee, โ€œGooftaa ko,
#Waaqa koo!โ€ jedheen.
๐Ÿ‘‰Abbaan immoo iddoo itti
Waaqa jedhamee.
โ“ถโžงYohaannis 8:54
Iyyaasuus Kiristoos deebisee akkana jedhe: โ€œAni yoon ulfina ofiif kenne, ulfinni
koo gatii hin qabu. Inni ulfina anaaf kennu, #Abbaa koo isa isin #Waaqa keenya jettan sana dha.
๐ŸŒบ Kanaafuu Abbaa fi ilmi
Waaqa =ok.โ˜‘๏ธ
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
๐Ÿงฃgara mataa duree keenyaatti yeroo deebinuu immoo.
๐Ÿช–
#Hiika Yohaannis 17:3 jecha tokko tokkoon ilaala.

๐Ÿ“A))๐Ÿ‘‰โผJireenya bara baraa argachuu akka dandaสผaniif, si isa
#Waaqa dhugaa #tokkicha taatee fi #Iyyaasuus_Kiristoos isa ati #ergite sana beekuu qabu.
๐Ÿ‘‰ jireenya bara bara kani keenuu eenyu Abbaa mooโ“Kiristoos โ“
Deeebi isaa akka dubbisa kanatti Abbaa fi Kiristoos ibsa Sababiin isaa " waliqabisisuutu
#fi yookiin afaanii Ingiliffaatiin #and * Afaanii Giriikiitiin (ฮบฮฑฮฏ)  seeri afaanii kuni fi yeroo hunda yaada dabalataa ibsuuf fayyada.
โ“ทโžงYohaannis 20:31
Wantoonni kun garuu kan barreeffaman Iyyasus kiristoos dhuguma inni Kiristoosii fi Ilma Waaqayyoo taสผuu isaa akka
#amantaniif, amantaniis karaa #maqaa isaa #jireenya akka argattaniifi.
โ“ธโžงYohaannis 6:40
fedhiin
#Abbaa_koo namni #Ilma_beekee isatti amanu #hundi_jireenya bara baraa akka qabaatuufi; anis guyyaa dhumaatti duสผaa isa nan kaasa.โ€

๐ŸŒบ kanafuu jireenyaa bara bara kani kennuu Abbaa fi ilma,erga taโ€™e ,Abbaa fi Kiristoos Tokko jechudha.๐Ÿ˜

๐Ÿ“B))๐Ÿ‘‰โผ hiika bira immo โ sii, isa
#Waaqa dhugaa #tokkicha taatee โž
๐Ÿ‘‰iddoo kana irratti
Waaqa tokkicha kani jedhamee
Eenyuuโ“
=deebi isaa๐Ÿ‘‰ Abbaa dha.
Kanafuu abbaa meeqatu jira Abba tokkicha.
Kitaaba keessatti Abbaan jechuun
waaqa isaanii jettanii sani jedhe Kiristoos dubbatee jira
โ“นโžงYohaannis 8:54
Iyyaasuus Kiristoos deebisee akkana jedhe: โ€œAni yoon ulfina ofiif kenne, ulfinni
koo gatii hin qabu. Inni ulfina anaaf kennu, #Abbaa koo isa isin #Waaqa keenya jettan sana dha.
๐ŸŒบ Abbaa=
Waaqa jechudha

ยซ kanafuu nuutis Abbaa
#Tokkicha qofa jira jenne
amana ยป ,"akkasumas ilma tokkicha qofatu jira jenne amana",Akkasumas Affuurra Qulqulluu tokkicha qofatu jira jennee Amana.
โ“บโžงYohaannis 3:16
โ€œIsatti kan
#amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuuf malee akka hin badneef, #Waaqayyo(Abbaan)  #Ilma isaa isa #tokkicha hamma kennuufitti addunyaa kana baayสผee jaallateera.
โ“ปโžง1 Qorontos 12:4
Kennaan garaa garaa jira,
#Afuurichi garuu #tokkichuma sana.
๐Ÿ‘‰ Abbaa
#Tokkicha qofaa
๐Ÿ‘‰ ilma
#Tokkicha qofaa
๐Ÿ‘‰ Affuura Qulqulluu
#tokkicha qofa.
๐ŸŒบ nuuti warri orthodoksi kanitti Amana.

๐Ÿ“C))๐Ÿ‘‰โผ Musiliimoonni Kiristoos ergamadha jedhu. Yeroo kana nutti gaaffii qabna kani ergamee kuni eenyu jennee gaafanaโ“
โผyeroo kana immoo Kiristoos jedhuu ,Kiristoos kuni eenyu jennee gaafana ilmaa Waaqayyo nuun jedhuu.
Kanafuu " kani ergamee dhufe kuni ilma Waaqayyo jedhi amani kaa. Yaa, Muslimaa.
โ“ผโžงYohaannis 11:27
Ishiinis, โ€œEeyyee, yaa Gooftaa, ati
#Kiristoos, #Ilma_Waaqayyoo isa gara #addunyaa dhufu sana akka taate nan amanaโ€ jetteen.

๐Ÿ“D))๐Ÿ‘‰โผ kiristoos maalif abbaa tokkicha fi ilma tokkicha ergamee dhufe beeku qaban jedhee.โ“
โœSababiin isaa Abbaa fi Kiristoos wani hin beekneef, akkasii jedhe,
โ“ฝโžงYohaannis 16:3
isaan wantoota kana kan godhan
#Abbaas taสผe Anaan waan #hin_beekneefi.
โ“พโžงYohaannis 8:19
Isaanis, โ€œ
#Abbaan kee eessa jira?โ€ jedhaniin Iyyaasus Kiristoos โ€œIsin #Anas taสผe #Abbaa koo hin #beektan. Utuu Ana beektaniittu taสผee, Abbaa koos ni beektu turtanโ€ jedhee deebiseef
โœkanafuu jireenyi bara bara kani argamuu Abbaa fi Kiristoos beekuu qabuu jedhe,akkekachisee jira.
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
link kana xuqa hordofuu dandeessu๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ||โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
Audio
๐ŸŒบ๐™ข๐™ค๐™ง๐™ข๐™ž ๐™ค๐™ง๐™ฉ๐™๐™ค๐™™๐™ค๐™ ๐™จ๐™ž ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™š ๐™Ÿ๐™ž๐™™๐™™๐™ช๐™ฉ๐™ž ๐™ฉ๐™–'๐™š

A))โžป
#Orthodoksi irraa
          =Gutema.
B))โžป
#pheenxee irraa
          =Habte.
โœ ๐™ข๐™–๐™ฉ๐™–๐™™๐™ช๐™ง๐™š๐™š ๐™ข๐™ค๐™ง๐™ข๐™ž๐™ž
#Maariyaamin (waaqa)/Waaqayyo deesseeโ“moo hin deenye.โ“

โœ
#soba pheenxee kana
ilala๐Ÿ‘‡

โžŠโžป๐™ง๐™–๐™–๐™Ÿ๐™ž-๐™ž๐™จ๐™–๐™ฎ๐™–๐™–๐™จ 9:6
#Mucaan nuuf dhalateera;
ilmi nuuf kennameera;
mootummaan gatiittii isaa irra jiraata.
Innis Gorsaa Dinqisiisaa,
#Waaqa_Jabaa,
Abbaa Bara baraa, Mootii Nagaa
jedhamee ni waamama.
แŠขแˆณแ‹ญแ‹ซแˆต 9:6
แˆ•แƒแŠ• แ‰ฐแ‹ˆแˆแ‹ถแˆแŠ“แˆแŠ“แฅ แ‹ˆแŠ•แ‹ต แˆแŒ…แˆ แ‰ฐแˆฐแŒฅแ‰ถแŠ“แˆแŠ“แค แŠ แˆˆแ‰…แŠแ‰ตแˆ แ‰ แŒซแŠ•แ‰ƒแ‹ แˆ‹แ‹ญ แ‹ญแˆ†แŠ“แˆแค แˆตแˆ™แˆ แ‹ตแŠ•แ‰… แˆ˜แŠซแˆญแฅ แŠƒแ‹ซแˆ
#แŠ แˆแˆ‹แŠญแฅ แ‹จแ‹˜แˆ‹แˆˆแˆ แŠ แ‰ฃแ‰ตแฅ แ‹จแˆฐแˆ‹แˆ แŠ แˆˆแ‰ƒ แ‰ฐแ‰ฅแˆŽ แ‹ญแŒ แˆซแˆแข
โ–บkanafuu Jechi แŠ แˆแˆ‹แŠญ jedhuu
Waaqa, jedhama.
โ–บkanafuu Maariyaamin ๐š ๐šŠ๐šŠ๐šš๐šŠ(๐š ๐šŠ๐šŠ๐šš๐šŠ๐šข๐šข๐š˜) ๐š๐šŽ๐šŽ๐šœ๐šœ๐šŽ๐šŽ ๐š“๐š’๐š›๐š๐š’ ๐Ÿ’ฏ๐Ÿ’ฏ๐Ÿ’ฏ


โทโžปYohaannis 20:28
Toomaas immoo,deebise โ€œGooftaa
koo#Waaqa koo!โ€ jedheen.
แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 20:28
แ‰ถแˆ›แˆตแˆแฆ แŒŒแ‰ณแ‹ฌ
#แŠ แˆแˆ‹แŠฌแˆแก แ‰ฅแˆŽ แˆ˜แˆˆแˆฐแˆˆแ‰ต

(Kitaabni pheenxee garuu iddoo kanatti
Waaqa kani jedhuu kana Waaqayyo jedhee hike jira
=
Waaqa =Waaqayyoo))
#แŠ แˆแˆ‹แŠญโžป๐™ฌ๐™–๐™–๐™ฆ๐™– ๐™Ÿ๐™š๐™˜๐™๐™ช๐™™๐™๐™–.
#แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ โžป๐™ฌ๐™–๐™–๐™ฆ๐™–๐™ฎ๐™ฎ๐™ค jechudha.
โ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃ
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐šก๐šž๐šš๐šŠ๐šŠ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
๐Ÿ…ฐ kutaa-91-ffยชยช.
๐Ÿฅฅgaaffii fi deebii
๐ŸณMusiliimota.
๐–Œ๐–†๐–†๐–‹๐–Ž๐–Ž ๐šŠ๐š”๐š”๐šŠ๐šœ๐š’ ๐š๐šž๐š›๐šŽ
โถโžฉ๐š”๐š’๐š›๐š’๐šœ๐š๐š˜๐š˜๐šœ ๐š ๐šŠ๐šŠ๐šš๐šŠ๐šข๐šข๐š˜ ๐šš๐šŠ๐š‹๐šŠ ๐š“๐šŽ๐š๐š‘๐šž
โœYohaannis 20:17
#Iyyaasuus โ€œAni amma iyyuu #gara_Abbaatti waanan oli hin baaneef, naa hin qabin. Kanaa mannaa dhaqiitii #obboloota kootiin, โ€˜Ani gara #Abbaa_koo fi gara Abbaa keessanitti, gara #Waaqa_koo fi gara Waaqa keessanitti oli nan baสผaโ€™ jedhii isaanitti himiโ€ jedheen.
โžฉKanaafuu Iyyaasuus
Waaqa qaba jedhuuโ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿฅ.Deebii keenya.
Waaqa kani jedhamee iddoo kanatti eenyu ,โ“
=Deebii isaa Abbadha. Ok.
โœ Kanaafuu Iyyaasuus
Waaqa qaba jechuun isaa Hiikni isaa
ยซ
#Iyyaasuus_Abbaa_qaba ยป jechudha.
๐Ÿ‘‰ Kiristoos
#jalqabaa dura Abbaa jedhee isa booda immoo maalif #waaqa jedheโ“
=deebii isaa ๐Ÿ‘‡
โœ,
#jecha Waaqa jedhuu warri yihudootati yeroo hunda ni fayyadamu ,jecha,Abba jedhuu immoo xiqqoo fayyadamu
โถโžปRaaji milkiyaas 2:10
#Hundi keenya iyyuu #abbaa tokko qabna mitii? Kan nu uumes #Waaqa tokkicha mitii? Maarree, kakuu abbootii keenyaa xureessuudhaan maaliif gocha gantummaa wal irratti raawwanna?
((๐ŸณRaji-milkiyaas 1:6)) dubisi
โœsababaa Kanaafi akka isaanii sirriitti beekaniif
waaqa ittii himee.
โทโžปYohaannis 8:54
#Iyyaasuus deebisee akkana jedhe: โ€œAni yoon ulfina ofiif kenne, ulfinni koo gatii hin qabu. Inni ulfina anaaf kennu, #Abbaa koo #isa_isin #Waaqa_keenya jettan sana dha.
โžฉiddoo kanatti sirriitti ifa godhe Fakkeenyaaf jechi โ isa isin โž
Waaqa keenyaa jettanii sun yeroo jedhuu akka yihudootati waaqa jedhanii beekuu Kanaafi.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒป Amma Kiristoos
Waaqa inni isaani jedhanii - #Hiikni isaa #Kiristoos_Abbaa qaba
jechudha_๐Ÿ’ฏ.
โšœ Kiristoos ๐šŠ๐š‹๐š‹๐šŠ ๐š”๐š˜๐š˜ ๐š‹๐š’๐š›๐šŠ ๐š๐š‘๐šž๐š๐šŽ ๐š“๐šŽ๐š๐š‘๐šŽ ๐š๐šž๐š‹๐š‹๐šŠ๐š๐šŽ โ“
โžฉjalqabumaa Kiristoos Abbaa bira ture osoo gara addunyaa kana hin dhufin dura.
โธโžปYohaannis 6:62
Yoos,
#Ilmi_namaa bakka #dura turetti utuu #oli baสผuu yoo argitan maal jettu ree?
โนโžปYohaannis 8:38
#Ani waanan Abbaa koo #biratti argen dubbadha; isinis waanuma abbaa keessan irraa dhageessan hojjettu.
โบโžปYohaannis 8:42
Iyyaasus akkana isaaniin jedhe; โ€œ isin utuu
#Waaqni abbaa keessan taสผee silaa na jaallattu turtan; ,#Ani Waaqa #biraa #baสผeen_dhufeetii. Isatu na erge malee ani ofii kootiin hin dhufne.
โปโžปYohaannis 8:14
Iyyaasus deebisee akkana isaaniin jedhe: โ€œ
#Ani_eessaa akkan #dhufee fi eessa akkan #dhaqu waanan beekuuf, waaสผee ofii koo yoon dhugaa baสผe illee, dhugaa baสผiinsi koo dhugaa dha. Isin garuu eessaa akkan dhufee fi eessa akkan dhaqu hin beektan.
โผโžปYohaannis 7:29
#Ani garuu sababiin #isa_biraa dhufee fi sababii inni na ergeef isa nan beeka
โฝโžปYohaannis 8:23
Innis akkana isaaniin jedhe: โ€œ
#isin_gadi irraa ti; #Ani garuu #oli irraa ti. Isin addunyaa kana irraa ti; ani garuu addunyaa kana irraa miti.
โพโžปYohaannis 6:38
Ani fedhii isa na erge sanaa guutuuf malee, fedhii
koo guutachuuf #samii_irraa_gadi hin buuneetii.
โฟโžปYohaannis 6:46
#isa_Abbaa_biraa dhufe sana malee #namni tokko illee Abbaa #hin argine; Abbaa kan arge isa qofa dha.
๐Ÿฅ ragaa dabalataa
Yohaannis 3:13,31.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โค๏ธKani
#Muslimooni Kiristoos Waaqa qaba jedhanii suni hiikni isaa kiristoos Abbaa qaba jechuuti hiikate.
โœAbbaa fi Kiristoos
-๐‘˜๐‘Ž๐‘๐‘Ž๐‘—๐‘Ž ๐‘ค๐‘Ž๐‘™๐‘–-๐‘ž๐‘–๐‘ฅ๐‘Ž ๐‘ž๐‘Ž๐‘๐‘ข.
-๐‘ ๐‘Ž๐‘”๐‘Ž๐‘‘๐‘Ž ๐‘ค๐‘Ž๐‘Ž๐‘ž๐‘ข๐‘š๐‘š๐‘Ž ๐‘ค๐‘Ž๐‘™๐‘–-๐‘ž๐‘–๐‘ฅ๐‘Ž ๐‘ž๐‘Ž๐‘๐‘ข
-๐‘ข๐‘™๐‘“๐‘–๐‘›๐‘Ž ๐‘ค๐‘Ž๐‘™๐‘–-๐‘ž๐‘–๐‘ฅ๐‘Ž ๐‘ž๐‘Ž๐‘๐‘ข.
-๐‘”๐‘Ž๐‘™๐‘Ž๐‘Ž๐‘ก๐‘Ž,๐‘ค๐‘Ž๐‘™๐‘–-๐‘ž๐‘–๐‘ฅ๐‘Ž ๐‘ž๐‘Ž๐‘๐‘ข.
-โ„Ž๐‘ข๐‘š๐‘›๐‘Ž ๐‘ค๐‘Ž๐‘™๐‘–-๐‘ž๐‘–๐‘ฅ๐‘Ž ๐‘ž๐‘Ž๐‘๐‘ข
โ“ตโžปYohaannis 5:23
#Namni hundi akkuma #Abbaadhaaf #ulfina kennu, #Ilmaafis #ulfina akka kennuufi. Namni Ilmaaf ulfina hin kennine, Abbaa isa isa ergeefis ulfina hin kennu.
โ“ถโžปMulโ€™ata Yohaannis 5:13-14
#Uumamni_samii keessa, #lafa_irra, lafa #jala, #galaanaa fi wantoonni isaan keessa jiran #hundi, โ€œ #Isa_teessoo irra taaสผe Sanaa fi #Hoolichaaf #galaanni #kabajni, #ulfinnii fi #humni baraa hamma bara baraatti haa taสผuโ€ yommuu jedhan nan dhagaสผe. #Uumamawwan jiraatoon arfan, โ€œAmeen!โ€ jedhan, jaarsoliin sunis kufanii waaqeffatan(sagadan).
๐Ÿฅฅ ๐‘”๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘Ž link waldaa๐Ÿ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha