๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
50 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
โžก๏ธ๐Ÿ…ฐ kutaa_42 ffยชยชโฌ‡๏ธ
          
โ™จ๏ธGaaffii fi Deebiiโ™จ๏ธ
โคด๏ธMusiliimota ๐Ÿšผ

โœYohaannis 11:33๐Ÿ‘‡
Iyyaasuus(
Kiristoos),ishiini fi Yihudoonni ishii wajjin dhufan
#boouu isaanii yommuu argu, #keessa isaatti  affuurran gadde, ni #jeeqames.
แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠฅแˆญแˆตแ‹‹ แˆตแ‰ณแˆˆแ‰…แˆต แŠจแŠฅแˆญแˆตแ‹‹แˆ แŒ‹แˆญ แ‹จแˆ˜แŒกแ‰ต แŠ แ‹ญแˆแ‹ต แˆฒแ‹ซแˆˆแ‰…แˆฑ แŠ แ‹ญแ‰ถ แ‰ แˆ˜แŠ•แˆแˆฑ แŠ แ‹˜แŠแก แ‰ แˆซแˆฑแˆ แ‰ณแ‹ˆแŠจ
((แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 11:33)).
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“ค Gaaffii isaanii
1=
Kiristoos erga Waaqayyo taee akkamitti
Afuurraan,gaddaโ“โ“
2=
Kiristoos Erga Waaqayyo taโ€™e akkamitti jeeqamaa jedhuu.โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“Deebii keenya

๐Ÿ‘‰
Kiristoos sababa inni Affurran gaddeef fi jeeqame
1=tokkoffa isaa
#dubbii kitaaba raawachuu fi
2=lammaffaan fakkeenya nufi ta'uf

Ragaa kitaaba

โ“ต=Roome 12:15-16
#Warra_gammadanii wajjin gammadaa; #warra_booanii wajjin booaa. ilaalcha ofiif qabdan warra kaaniifis qabaadhaa; ilaalcha #gadi of qabuu qabaadhaa malee, of
hin
#tuulinaa. #Ogeeyyii akka taatanitti of hin lakkaainaa

๐Ÿซฑkanafuu
Kiristoos ,yihudoota fi Maariyaamin gaddina wajjin gadde akkuma Kitaabni jedhuu.

โ“ถ=1 Pheexiroos 2:21
Dhugaa dubbachuuf isin jireenya akkasiitiif waamamtan; sababiin isaas,
#Kiristoos faana isaa dhiheenyatti akka hordoftan #fakkeenya isiniif dhiisuudhaan #isiniif jedhee dhiphateera

โ“ท=2 Qorontos 8:9
isin gaarummaa Gooftaa keenya
#Iyyaasus_Kiristoos isa guddaa beektu; inni #sooressa taus, isin karaa hiyyummaa isaa sooreyyii akka taataniif isiniif jedhee #hiyyeessa_tae.
โœkanafuu nuuf jedhee akka namati gadde akkasumas afuurran gade malee wanta biraaf mitii.

+++++++++++++++
Kiristoos Fakkeenyaaf nuuf tauu fi dubbii kitaaba rawwachu qofa malee. #Jalqabaa Kiristoos yeroo #Yordaanosi dhufuu du'a isaa kasuf dhufee male
Maalif afuuraan gaddu fi jeeqamuu isaa barbaachise ree..jennee yoo,ilaallee kana nuu,hubbachisa.

โ“ธ=Yohaannis 11:11
Iyyaasus(kiristoos))wantoota kana erga dubbatee booda itti dabalee, โ€œ #Michuun keenya Alaazaar #rafeera, anis isa #dammaqsuuf achi nan dhaqaโ€ jedhe.
โžก๏ธ Kanafuu akka jecha
Musiliimota miti.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“โ†ช๏ธlink kan xuqa hordofaโคต๏ธ๐Ÿ“
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
  โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ‹•โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”
โžก๏ธ๐ŸŒนkutaa _ 51 ffยชยช  ๐ŸŒธ
------------------------------------
๐ŸŒพ Gaaffii fi Deebi
๐Ÿƒmusiliimota.๐Ÿƒ
โœYohaannis 12:45
namni na argu hundi, isa na
#erge Sanas ni arga
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ”ณ Gaaffii isaanii
1โž›
Kiristoos Ergama jedhuโ“
========:============
๐ŸŒบ Deebii keenya.
Jechii
#erge yookiin ergamee yookiin ergama jedhu Abbaa biraa dhufu qofa ibsaa.kanafuu Qaamni Abbaa biraa dhufee yookiin argame kuni Eenyuu.โ“

A.))๐Ÿ“jalqabaa dura
Kiristoos #addunyaa kan dura jirachuu isaa qabxiiwwan ibsuu
โ“ต๐Ÿ‘‰Mulโ€™ata Yohaannis 22:13
Ani Alfaa fi Omeegaa, isa
duraa fi isa boodaa, isa jalqabaa fi isa xumuraa ti.
โ“ถ๐Ÿ‘‰Yohaannis 17:5
yaa Abbaa ulfina ani
#addunyaan_uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, ati of biratti ulfina anaaf kenni
โ“ท๐Ÿ‘‰Yohaannis 6:62
#Ilmi namaa bakka
dura turetti utuu ol bauu yoo argitan maal jettu ree?

B.))๐Ÿ“
Kiristoos abbaa biraa dhufu isaa kunis samii irraa dhufu kan i ibsudha

โ“ตโž›Yohaannis 8:42
Iyyaasuus(
kiristoos) akkana isaaniin jedhe: โ€œAni #bakka kana kanan dhufe #isa_biraa waan taeef, Waaqayyo utuu
Abbaa keessan taee na jaallattu turtan. Isatu na erge malee, ani ofii kootiin kakaee hin dhufne.
โ“ถโž›Yohaannis 8:38
#Ani wantoota yommuun Abbaa #koo_wajjin_turetti argen dubbadha;isin garuu wantoota abbaa keessan irraa dhageessan hojjettu .
โ“ทโž›Yohaannis 1:18
Yeroo kamitti iyyuu namni Waaqayyoon arge hin
jiru;
#ilma_tokkicha isa taee fi #Abbaa_bira jirutu waaee Isaa nuu ibse.
โ“ธโž›Yohaannis 3:13
#Ilma namaa isa #samii irraa gadi bue malee, namni gara samiitti oli bae tokko illee hin jiru.
โ“นโž›1qorontos 15:47
Namni inni jalqabaa lafa irraa dhufe, akkasumas biyyoo irraa hojjetame; namni inni lammaffaan garuu
#samii irraa dhufe.

C.))๐Ÿ“ gara biyya lafaa kani ergamee kuni eenyu.
Iyyaasuus
Kiristoos โž›Kiristoos immoo ilma Waaqayyo.
โ“ต๐Ÿ‘‰Yohaannis 17:3
Jireenya bara baraa argachuu akka dandaaniif,
si isa
#Waaqa dhugaa tokkicha taatee fi #Iyyaasus_Kiristoos isa ati ergite sana beekuu qabu

โ“ถ๐Ÿ‘‰Yohaannis 11:27
Ishiinis, โ€œEeyyee, yaa Gooftaa, ati
#Kiristoos_Ilma_Waaqayyoo isa gara addunyaa dhufu
sana akka taate nan amanaโ€ jetteen

โ“ท๐Ÿ‘‰Yohaannis 6:69
Nuti ati
#Ilma_Waaqayyoo Isa Qulqulluu akka taate amanneerra; beekneerras.โ€

D.))๐Ÿ“Ilmi Waaqayyo kuni dubbii(logos) Waaqayyo turee
Ilmi Waaqayyo immoo Waaqayyo turee.
โ“ตโž›Yohaannis 1:1
Jalqaba Dubbichatu (logosi) ture; Dubbichi Waaqayyoo wajjin ture; Dubbichis waaqayyo ture
โ“ถโž›Yohaannis 5:18
Seera Sanbataa cabsuu isaa qofa utuu hin tain, sababii
inni Waaqayyo Abbaa isaa akka tae dubbatee,
#Waaqayyoo_wajjin_of_qixxeesseef Yihudoonni ittuma caalchisanii isa ajjeesuu barbaadu turan.

โ“ทโž›Qolosaayis 1:17
Akkasumas inni wantoota hundumaa
#dura dha; wantoonni kaan hundi karaa isaa #uumaman;

โ“ธโž›Filiphisiiyus 2:5-6
Isinis ilaalcha
Kiristoos Iyyaasuus qabu sana qabaadhaa inni #bifa
#Waaqayyootiin kan ture taus, Aangoo Waaqayyoo saamuuf, jechuunis Waaqayyoo wajjin qixxee tauuf hin yaadne.
โ“นโž›Ibroota 1:3
Inni
#ulfina_Waaqayyoo_ni_calaqqisa, #eenyummaa isaas sirriitti bakka bua, akkasumas waan
hundumaa humna dubbii isaatiin jiraachisa. Inni cubbuu keenya erga qulqulleessee booda, iddoo oli Aanaa mirga isa Suurra Qabeessa sanaa taae.

E.))๐Ÿ“
Kiristoos yookiin Ilmi Waaqayyo kuni,yookiin Waaqayyo kuni booda foonii nama uffaate.hojii Seexanaa balleessee.
โ“ต๐Ÿ‘‰Ibroota 2:14-16
ijoolleenโ€ sun
#foonii
fi dhiiga waan taaniif,
#innis foonii fi dhiiga tae; kunis kan tae, dua isaatiin #Diyaabilos isa dua fiduuf humna qabu sana akka balleessuufi akkasumas, warra jireenya isaanii guutuu #garbummaa sodaa duaatiin qabamanii turan bilisa baasuufi.
Sababiin isaas inni sanyii
Abrahaam gargaaraa jira malee,
#maleekota gargaaraa akka hin jirre beekamaa dha.

โ“ถ๐Ÿ‘‰1Yohaannis 3:8
#Diyaabilos jalqabaa kaasee
cubbuu waan hojjetuuf, namni cubbuu hojjechuu amaleeffatu kan Diyaabilosi.
#Ilmi_Waaqayyoo kaayyoo
kanaatiif, jechuunis hojii Diyaabilos diiguudhaaf akka mulifamu godhame
โฌ‡๏ธโฌ‡๏ธโฌ‡๏ธโฌ‡๏ธโฌ‡๏ธโฌ‡๏ธโฌ‡๏ธโฌ‡๏ธ
๐ŸŒบlink kan xuqaa hordofa
@haadha_Waaqa_naJaladha
======โจณ===========
๐ŸŒบโžก๏ธ kutaa _54 ffaa ๐ŸŒบ๐Ÿ”บ๐ŸŒน
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ‘‰Gaaffii fi Deebii
๐Ÿƒmusiliimota๐Ÿƒ
โœYohaannis 13:13
isin
#Barsiisaaโ€™ fi #Gooftaaโ€™ jettanii na waamtu; anis akkuma sana waanan taeef kana jechuun keessan sirrii dha.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ”บ Gaaffii isaanii
1=
Kiristoos qofa miti, Gooftaan #namoota baay'eedha, kanafuu Kiristoos sababa Gooftaa jedhamef Waaqayyo yoo, taโ€™e namoonni hundi Waaqayyo ta'u qabuu jedhuu.....โ“
โœ๏ธRagaa isaanii immoo
A)).
#Abrahaami_gooftaa jedhama jedhuu
.1Pheexiroos 3:6)
B)).
#Museen_Gooftaa jedhama jedhuu
.seraa.Bau 32:22)
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“Deebii keenya
๐Ÿ“ฅ Abrahaami fi Musee qofa dhisii
#addunyaa kuni hundi Gooftaa osoo taโ€™e iyyuu baay'ee nuuti tola. (akkasumas nu hin dinqisiisu.๐Ÿซฒ
๐Ÿ•นkanafuu Jechi Gooftaa jedhuu dhuguma hundi wali qixa jechu yoo, ta'e. Muslimoonni dogoggora keessa jiruu

โœFakkeenyaaf Waaqayyo
#Gooftaa jedhamee jira
๐ŸŒน๐Ÿ‘‰Seera Bau 34:23๐Ÿ‘‡
Dhiironni kee hundinuu waggaatti si'a sadii ana Waaqayyo
#gooftaa, Waaqayyo isa kan Israa'el duratti haa argaman
*Thrice in the year shall all your men children appear before the
#Lord_GOD, the God of Israel (Exodus 34:23).
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
isaa kani akkamii gootu erga jecha Gooftaa jedhu qofa ilaalani murteessuu taโ€™e Waaqayyo gooftaa yoo, jedhamuu fi Abrahaami fi museen gooftaa yoo,jedhamu tokko jechudha โ“โ“jennee musiliimota gaafachuu qabna.
Deebii isaanii
#lakki gargarummaa qaba jedhuu
Yeroo isaanii akkasii jedhanii immoo
Kiristoos #Gooftaa yeroo jennuu adda wani ta'ef

โžก๏ธ
Kiristoos Gooftaa yeroo jennuu goonkumaa kani isaa kuni adda dha, akkasumas Waaqayyo ta'u ibsa.
๐ŸŒบ
#Ragaa_kitaaba
A.)) ๐Ÿ“
Kiristoos Qofaani #Ergamoonni Gooftaa jedhanii.
namni bira gonkumaa hin jiruu.
โ“ตโœLuqaas 2:11๐Ÿ‘‡
Hara magaalaa Daawit keessatti fayyisaan isiniif dhalateera; innis
Kiristoos #Goofticha dha.

B.))๐Ÿ“ Toomaas
Kiristoos qofaan Gooftaa koo,Waaqa koo,jedhee
Toomaas nama biraa gonkumma hin jennee
โ“ถโœYohaannis 20:28๐Ÿ‘‡
Toomaasis deebisee,
#Gooftaa ko, Waaqa ko!โ€ jedheen.

C.))๐Ÿ“ cuuphaan tokko
#Gooftaan tokko kani jedhee Phawuloos Kiristoosiin qofa
โ“ทโœEfesoon 4:5๐Ÿ‘‡
#Gooftaa_tokko, amantii tokkoo fi cuuphaa tokkotu jira;

D.))๐Ÿ“
#gaarummaa fi #nagaan goofta Kiristoos fi Abbaa biraa qofa jedhe Phawuloos malee nama biraan gonkumaa hin jennee.
โ“ธโœGalaatiyaa 1:3๐Ÿ‘‡
Waaqayyo
#Abbaa keenyaa fi
#Gooftaa Iyyaasuus Kiristoos biraa #gaarummaa guddaanii fi #nagaan isiniif haatau.

E.)) ๐Ÿ“Fayisaa fi Gooftaa samii irraa dhufee
Kiristoos qofa jedhee Phawuloos
โ“นโœFiliphisiiyus 3:20๐Ÿ‘‡
Nuti garuu lammiilee samii ti;
#fayyisaa isa achii dhufu, jechuunis #Gooftaa Iyyaasuus Kiristoosiin hawwii guddaadhaan eegganna

F)).๐Ÿ“ Gooftaa tokkicha
Kiristoos fi Abbaa tokkicha beeka jedhee jedhee Phawuloos kanafuu Jechi tokko jedhuu maali ibsa
โ“บโœ1Qorontos 8:6๐Ÿ‘‡
nuuf garuu isa wantoonni hundi biraa argamanii fi nutis
kan isaa taane
#Waaqa tokkicha Abbaa qofatu jira; akkasumas, #Gooftaa_tokkicha isa wantoonni hundi karaa
isaa argamanii fi nutis karaa isaa argamne Iyyaasuus
#Kiristoos qofatu jira

G.)) ๐Ÿ“Lubbuu namoota harka isaa keessa kani jiratuu Gooftaa
Kiristoos qofa Isxifaanos Kiristoos qofaan jedhee namaa biraa gonkumaa hin jennee
โ“ปโœHoji.duka .buota 7:59๐Ÿ‘‡
Utuma isaan dhagaadhaan isa tumaa jiranii
#Isxifaanos, โ€œYaa #Gooftaa Iyyaasus Kiristoos hafuura(lubbu)) koo fudhadhuโ€ jedhee kadhate.
๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
Kanafuu yaa, musiliimota maali isin waaya reeโ“ ammaa ๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„
๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ
Qaabxiwwaan 7 kana irratti
Musiliimonni ragaa gonkumaa fiduu hin dandani๐Ÿ˜œ
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Erga nuuti Musiliimootan jennu
Kitaaba kana dubbisa
๐Ÿ…ฐ๐Ÿ‘‰1 Qorontos 12:3
Namni Afuura Waaqayyootiin,
#Iyyaasus Kiristoosin abaaramaa dhaโ€ jedhee dubbatu tokko illee akka hin jirre, akkasumas #namni #Afuura_qulqulluutiin yoo tae malee, #Iyyaasus Kiristoos #Gooftaa dhaโ€ jechuu dandau tokko illee akka hin jirre akka beektan nan barbaada.

๐Ÿ…ฑ๐Ÿ‘‰1Qorontos 16:22
#Namni Gooftaa hin #jaallanne kami iyyuu abaaramaa haatau. Yaa #Gooftaa keenya kottu
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒบ waldaa keenyaf fedhii kee,yoo,taโ€™e kootu miseensa tai
yeroo tokko xuqi gadi๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹
๐Ÿ…ฐ kutaa-82-ffยชยช _๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
    โžปgaaffii fi deebi
    โžปMusiliimota
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
gaaffii isaanii ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โžŠโž fannoo Kiristoos kani
baate iddoo Golgootaati
kani geesse eenyuโ“
A))โžป #Kiristoos mooโ“
B))โžป #Simi'oon jedhuuโ“
 ๐ŸŒพ Ragaa isaanii
โœ Yohaannis 19:17
#Iyyaasus_kiristoos fannoo sana #ofuma_isaatii baatee gara Bakka Buqqee Mataa afaan Ibrootaatiin #Golgootaa jedhamutti olii baสผe.
โœMaatewos 27:32
Achii baสผanii utuu deemaa jiraniis, nama biyya Qareenaa #Simoon jedhamu tokko argatan. Namichi kunis #fannoo_Iyyaasus itti fannifamu akka #baatu isa dirqisiisan.
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
๐Ÿ“Deebi keenya.
A)โžป Kitaabni lamaan isaanii iyyuu sirriidha*.
B)โžป fannoo Kiristoos illee baate jira. Iddoo Golgootaatin kani gahee Kiristoos qofaa
C)โžป Simi'oon illee baate jira.Haataโ€™u malee iddoo Golgootaatin Simi'oon
gahee hin jedhuu Kitaabni QulqulluunโŒ
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
๐ŸŒบRAGAA keenya๐Ÿ‘‡
โ“ตโžฉYohaannis 19:17
Iyyaasus kiristoos fanno sana ๐™ค๐™›๐™ช๐™ข๐™– ๐™ž๐™จ๐™–๐™–๐™ฉ๐™ž ๐™—๐™–๐™–๐™ฉ๐™š๐™š gara Bakka Buqqee Mataa afaan Ibrootaatiin ๐™œ๐™ค๐™ก๐™œ๐™ค๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– jedhamutti ๐™ค๐™ก๐™ž baสผe.
โผ Kanaafuu Jechi ofuma isaa jedhuu iddoo Golgootaati kani fudhee bahee Kiristoos=ok.

๐ŸŒบ  kitaboonni sadani immoo akka ibsaanitti
โžŠMaatewos 27:32
โทMaarqoos 15:21
โธLuqaas 23:26
๐Ÿ‘‰ jalqabaa dura fannoo sanaa ๐™ ๐™ž๐™ง๐™ž๐™จ๐™ฉ๐™ค๐™ค๐™จ ๐™ฅ๐™๐™ž๐™ก๐™–๐™–๐™ญ๐™ค๐™ค๐™จ biraa fudhee osoo deemuu namni ๐™จ๐™ž๐™ข๐™ž๐™ค๐™ค๐™ฃ jedhamu ๐™ ๐™–๐™ง๐™–๐™– irratti itti dhufe baatee jedhanii jiruu.
โžป fakkii kana ilaali๐Ÿ‘‡
๐Ÿ“Kiristoosโž Simi'oon.

๐Ÿ‘‰ Kitaabni sadan Simi'oon irraa fudhee baatee jedhan
malee ,Simi'oon iddoo Golgootaattin gahee gonkumaa hin jenneeโŒ
๐Ÿ‘‰ Walumaagalatti fakkii kana ilaali immoo ๐Ÿ‘‡
๐Ÿ“๐™ ๐™ž๐™ง๐™ž๐™จ๐™ฉ๐™ค๐™ค๐™จ-๐™จ๐™ž๐™ข๐™ž๐™ค๐™ค๐™ฃ-๐™ ๐™ž๐™ง๐™ž๐™จ๐™ฉ๐™ค๐™ค๐™จ
โžŠโžป๐™ฉ๐™ค๐™ ๐™ ๐™ค๐™›๐™›๐™–๐™–(-1-ffยชยช) Kiristoos ni baate fanno
โทโžป๐™ก๐™–๐™ข๐™–๐™›๐™›๐™–๐™–(-2-ffaa) Simi'oon ni baatee fannoo
โธโžป๐™จ๐™–๐™™๐™–๐™›๐™›๐™–๐™–(-3-ffยชยช) Kiristoos ni baate fannoo.
= xumura โ ๐™œ๐™ค๐™ก๐™œ๐™ค๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– โž
โ“ถโžฉMaarqoos 15:21
#Namni biyya Qareenaa #Simoon jedhamu tokko
๐™—๐™–๐™–๐™™๐™ž๐™ฎ๐™ฎ๐™–๐™–๐™™๐™๐™– ๐™ช๐™ฉ๐™ช๐™ช ๐™™๐™๐™ช๐™›๐™ช๐™ช ๐™–๐™ง๐™œ๐™–๐™ฃ๐™ž๐™ž ๐™›๐™–๐™ฃ๐™ฃ๐™ค๐™ค #Iyyaasus
itti fannifamu akka baatu isa dirqisiisan. Namni kun abbaa Iskindirii fi abbaa Ruufos ture.
โœkanafuu Simi'oon eessa dhufee Philaaxoos biraa mooโ“baadiyyaa irraa โ“
โœ Jechi argani jedhuu hoo, duraan gonkumaa akka hin arginee ibsaa.
๐ŸŒบkanafuu Philaaxoos biraa fannoo kani fidee Kiristoos akka taee Kitaabni sirriitti ibseera.
โžŠKiristoos -โท Simi'oon jedhudha.
๐Ÿ‘‰kana booda Simi'oon Golgootaan gahee kani jedhuu gonkumaa hin jiruu.
๐Ÿ‘‰Yohaannis immoo Kiristoos ofuma baate Golgootaan gahee jedhee -โธ Kiristoos. Ta'a
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ-โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
โžŠKiristos-โทSimi'on-โธKiristos
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
โ“ทโžฉMaatewos 27:31-33
Dhuma irrattis erga itti qoosanii booda, uffaticha irraa baasanii uffata isaa deebisanii itti uffisuudhaan #Fanno irratti akka fannifamuuf fuudhanii deeman.
Achii baสผanii #utuu_deemaa jiraniis, nama biyya Qareenaa #Simoon jedhamu tokko argatan. Namichi kunis fanno Iyyaasuus itti fannifamu akka baatu isa dirqisiisan Yommuu bakka #Golgootaa, isa Bakka Buqqee Mataa jedhamu dhufanis.
โš› xumuraa irratti gaaffii tokko Muslimootafi .
โ“ธโžฉLakkii fannoo baatee iddoo Golgootaan kani gahee Simi'oon yoo, jeettanii ragaa fida....โ“
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
๐‘ค๐‘Ž๐‘Ž๐‘™๐‘‘๐‘Ž๐‘Ž ๐‘˜๐‘Ž๐‘›๐‘Ž โ„Ž๐‘œ๐‘Ÿ๐‘‘๐‘œ๐‘“๐‘“๐‘ข๐‘ข ๐‘ฆ๐‘œ๐‘œ, ๐‘๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘๐‘Ž๐‘‘๐‘’ ๐Ÿ‘‡ ๐‘ฅ๐‘ข๐‘ž๐‘–๐Ÿ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
#Barabbaan sababii fincila magaalaa keessatti kaสผeetii fi ajjeechaa namaatiin mana hidhaa keessa buufamee ture.
   =Luqaas 23:19

#Hiika maaqa isaa ยซ Barabbaanยป jechun Jecha Afaani โAramikki ttiโž
-kunis jechoota lama irra walitti dhufe.  #ฮ’ฮฑฯฮฑฮฒฮฒแพถฮฝ= #Bar(ฮ’ฮฑฯ) jechun #ilma jechudha
#Abbaan(ฮฑฮฒฮฒแพถฮฝ) jechun immo Abbaa jechudha.
jechoonni laman kuni yoo walitti dhufan "ilma Abbaa" jechudha.

โž›Haataโ€™u malee Kiristoos namicha kana harka Seexanaa baasee jira

Namichi Barabbaan jedhamu tokko #finciltoota goolii kaasanii nama ajjeesan wajjin mana hidhaa keessa ture.
  =Maarqos 15:7

Isaan amma illee iyyanii, โ€œLakki, Barabbaan malee isa miti!โ€ jedhan. Barbaan kun #saamtuu ture.
   =Yohannis 18:40

Luboonni hangafoonnii fi maanguddoonni garuu akka Barabbaan gad dhiifamee, #Iyyaasus(kiristoos) immoo ajjeefamu akka isa kadhataniif namoota sossoban.
    =Maatewos 27:20

kunis ijoollee Waaqaa kanneen bittinnaaสผan walitti qabee tokko gochuuf malee saba sana qofaf miti.
=Yohannis 11:52

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha