๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.4K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐Ÿ’’ sagaleen tokko
samii irraa, โ€œKun Ilma
koo isa jaallatamaa
isa ani itti
gammadu dhaโ€ jedhe

๐Ÿ”ŠแŠฅแŠแˆ†แˆ,แ‹ตแˆแ… แŠจแˆฐแˆ›แ‹ซแ‰ต
แˆ˜แŒฅแ‰ถ แ‰ แŠฅแˆญแˆฑ แ‹ฐแˆต แ‹จแˆšแˆˆแŠ
แ‹จแˆแ‹ˆแ‹ฐแ‹ แˆแŒ„ แ‹ญแˆ… แŠแ‹แก แŠ แˆˆ
=Maatewoos 3:17
=แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 3 :17
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ—ˆ
#Bagaa_Geessan
-Ayyaanna cuuphaa-
๐Ÿ”ˆ๐Ÿ”ˆ๐Ÿ”ˆ๐Ÿ”ˆ๐Ÿ”ˆ๐Ÿ”ˆ

โ—ˆ sadumma Sillaasee
Qabxiiwwan ibsan.
1=Mat 3:16-17

#Iyyaasuus erga
cuuphamee booda
battaluma sanatti
bishaanicha keessaa
bae yeroo
kanatti samiiwwan
ni banaman
Afuurri Waaqayyoos
akka gugeetti gadi buee
utuu isa irra
qubatuu arge
sagaleen tokkoo samii
Irraa Dhufe
= Jechi Waaqayyo jedhuu
Abbaa jechuudha
= ilma kan jedhamee Iyyaasuus
=Affuurri Qulqulluun ni bu'ee
Kanaafuu
โžขAbbaa
โžขilma
โžขAffuurra Qulqulluu
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Saduma inni jedhamuu
Isuma kan.

โ—ˆTokkumma kan ibsan
โœFar-Daawit 113/114:3-7
#Galaanni argee in
baqate lagni
#Yordaanosis
gara booddeetti in
deebi'e Tulloonni akka korbeeyyii hoolaa
gaaronnis akka ilmoolee
in quruphisan
Yaa galaana nana
maal taatee baqatte?
Yaa laga Yordaanos
maaliif gara booddeetti deebite?

Yaa tullootaa maaliif
akka korbeeyyii hoolaa
yaa gaarotaa, maaliif
akka ilmoolee quruphiftan?

Yaa lafaa fuula
Gooftaa duratti
#fuula_Waaqayyo isa kan #Yaaqoobii duratti holladhu

แŠจแ‹ซแ‹•แ‰†แ‰ฅ แŠ แˆแˆ‹แŠญ แŠแ‰ต
แŠจแŒŒแ‰ณ แŠแ‰ต แˆแ‹ตแˆญ แ‰ฐแŠ“แ‹ˆแŒ แ‰ฝ
=แˆ˜แ‹แˆ™แˆญ 114 :7
โžขakkuma beekamu
Kiristoos kan cuuphame
Laga Yordaanositi
Daawit laga Yordaanos
Maqaa kan waamee
Kanaafi

โžนjechii yaa, galana
Fuula Waaqa Yaaqoobi
Jala maalif dubbati
deebitee Kan jedhuu
irratti "Tokkuma
Ibse jira
๐Ÿ”ˆ "Abbaa, ilma
affuura Qulqulluu
Bakka tokkootti Waaqa
Yaaqoobi jedhee jira
Kuni dirqama
tokkummaa ibsaa

๐Ÿ’’ Maalif yoo,jennee
kan Cuuphame ilma
Ture laga Yordaanositi Akkumas Affuuri
Qulqulluun fi Abbaan hin cuuphamne
โžข Kanaafuu ilmi, Abbaan, Affuuri Qulqulluun Waaqa
Tokko Waani ta'aniif,akkasii
Jedhe Daawiti
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ—ˆ=Mat 3:17
ilmi koo inni jalatama
Jedhe jira Abbaan
samii irraa

โžข Abbaan ilma Maariyaami
Hin jennee, ilma koo, jedhee
Kan jedhuun Kiristoos
Amala lama irraa
amala tokko
Qabachu ibsa.
Kiristoos Abba isaa
wajjin walii qixa Wani taโ€™ef Abbaan ilma koo, jedhee
Kunis tokkummaa ibsaa

โœ Qabxi
#Waaqummaa
Kiristoos ibsu

โ—ˆ Mat 3:3
Kunis isa Isaayyaas
raajichi waaee isaa
โ€œLafa onaa keessaa
#sagaleen, โ€˜Daandii
#Waaqayyo qopheessaa
Karaa isaas qajeelchaa
jedhu tokko ni dhagaameโ€ jechuudhaan
dubbate sana dha.

โžนDandii kan qopheessuu
#Yohaannis cuuphaa
โžน
#Waaqayyo kan
jedhamee
Kiristoos (Yoh 1:1)

โ—ˆ Mat 3:10
Ammuma iyyuu
#qottoon
hidda mukeetii muruuf qophaaeera Kanaaf
#mukti firii gaarii
hin godhanne hundi
muramee ibiddatti gatama.

โžข Qottoo kan jedhamee
Aangoo Kiristoos
(isayaas 10:34
โžขmuka kan jedhamee
namoota
Luqaas 13:6-9)
โžขKanaafuu Kiristoos
Nama gaarii fi yakkamaa
Adda, ni basa
Kuni immoo
#Amala
Waaqa Keessa tokko

โ—ˆMat 3:11
#inni Affuura qulqulluu
fi ibiddaan isin cuupha
โœ=inni kan jedhamee
#Kiristoos
= Affuura fi ibiddan
Isin cuuphaa kan jedhamee
Ni rawwatamee
#Duuka_bu'oota isaa
cuuphee jira

HDB 2:3-4
Wantoonni akka
arraba ibiddaas
isaanitti mulatan
faffacaanii tokkoon
tokkoon isaanii irra tataaan
hundi isaaniis Afuura
Qulqulluu-dhaan guutaman akkuma Afuurri dubbachuu isaan dandeessisettis
qooqa adda addaatiin dubbachuu jalqaban

โ—ˆ Raaji_Iyu'eel 2:28
#Waaqayyo ammas
Bara booddeetti
#ani_Afuura koo nama hundumaa irratti nan dhangalaasa
<<<<<<<<<<<<<<<<
ยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐ
๐Ÿ‘‰link kan xuqaa๐Ÿ‘‡
๐ŸŒน
@haadha_Waaqa_naJaladha
~||===||~~~~
Ayyaanna Gaari
isiniif Haataโ€™u..
โžก๏ธ๐Ÿ…ฐ kutaa-43 ffยชยช ๐ŸŒธ๐ŸŒธ
            ๐ŸšธGaaffii fi Deebii
๐ŸšผMusiliimota
๐Ÿ“คโฌ‡๏ธ Yohaannis 11:34
kiristoos akkas jedheโ€œ
#Eessa isa keessan?โ€ jedhe. Isaanis, โ€œYaa Gooftaa, kottuu ilaaliโ€ jedhaniin #แ‹ˆแ‹ดแ‰ต แŠ แŠ–แˆซแ‰ฝแˆแ‰ต? แŠ แˆˆแˆแŠฅแŠแˆญแˆฑแˆ แŒŒแ‰ณ แˆ†แ‹ญแฅ แˆ˜แŒฅแ‰ฐแˆ… แŠฅแ‹ญแก แŠ แˆ‰แ‰ต(แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 11:34)
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ”ปGaafi isaanii
1=Kiristoos maalif iddoo
#Alaazaari itti awwaalamee walale  jedhuu..๐Ÿ‘Œ
*Eessa isaa keessan jedhee maaliif gaafata jedhuu.
๐Ÿ‘‰Waaqayyo wanta hundumaa beeka ,erga inni Waaqa taโ€™e jedhuu.โ“โ“
๐Ÿ”ด kanafuu inni Waaqayyo miti jedhuu.โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ†ช๏ธDeebi keenya
#Lakki Kiristoos Waaqayyo wanta #hundumaa_beeka kan jedhuu ta'a'.
โžžRaga_kitaaba

โžก๏ธ=Yohaannis 21:17๐Ÿ‘‡
Ammas sia sadaffaadhaaf Yaa Simoon ilma Yonaa baayee na jaallattaa?โ€ jedheen. Pheexiros, Iyyaasus(Kiristoos) sia
sadaffaadhaaf, โ€œBaayee na jaallattaa?โ€ jedhee waan isa gaafateef ni gadde. Kanaaf Pheexiros, โ€œYaa Gooftaa,
#ati_waan_hundumaa_beekta akka ani baayee si jaalladhus
beektaโ€ jedheen.Iyyaasus(Kiristoos)
akkana jedheen: โ€œIlmoolee hoolaa koo eegi jedhee

โœkana booda
#hiika kitaaba ilaala.โฌ‡๏ธ

โ“ต=Ser.Uum 3:9
Waaqayyonis
#Adaami waamee #Eessa jirta?โ€ isaan jedhe

โ“ถ=Ser.Uum 4:9
#Waaqayyo Qaayeelin โ€œObboleessi kee Abeel #eessa
jira? jedhee gaafate; innis, โ€œAni
hin beeku. Ani eegduu obboleessa kootii tii?โ€ jedhee deebise
โžก๏ธ kanafuu
#jechi Eessa jedhuu
#Amala_Waaqayyo akka taโ€™e ni ibsaa ,
โžžWaaqayyo Adaami eessa jirta jedhee kani gaafatee iddoo Adaami jiruu walale miti
โžžWaaqayyo Qaayeelin obboolldessi kee,eessa jira jedhe kani gaafatee iddoo
#Abeeli jiruu walale miti.
โ–ฌkunoo ragaa keenya๐Ÿ‘‡

โ“ท=Far.Daawit 139:7
Afuura kee jalaa eessattan
miliquu dandaa?
#Fuula kee duraa hoo eessattan baqachuu dandaa.

โ“ธ=Kitaaba fakkeenya 15:3
#ijji Waaqayyo bakka hundumaa jira Namoota hamoos namoota
gaariis ni ilaala.

โ“น=Ibroota 4:13
#Uumamni ija isaa jalaa dhokatu tokko illee hin jiru; kanaa mannaa, wanti hundi ija isa nu gaafatu sanaa duratti qullaa fi #ifatti kan saaxilame dha
โžก๏ธ Waaqayyo wanta hundumaa ni arga ,Kiristoos wanta laphee nama keessa jiruu hundumaa  ni beeka.

โคด๏ธWaaqayyo yaadaa laphee nama keessa jiruu ni beeka ,isaan gaafachuu hin barbachisu.
โ“บ=Far.Daawit 139:1-2
Yaa Waaqayyo , ati akka
gaariitti na qorte, na
beektas.Yommuun taauu fi yommuun kau ni beekta
#Yaada koo fagoodhaa ni hubatta

โ“ป=Yohaannis 2:25
Kiristoos wanta
#nama_keessa jiru waan beekuuf,eenyu illee waaee namaa akka isaaf dhugaa bau isa hin barbaachisu ture.
โžก๏ธ Waaqayyo erga wanta
#hundumaa_beekee maalif eessaa jirta jedhe gaafata
ree..โ“
โœDeebii
Keessa namoota(nama) sana ,
#Qulqulluu fi #jalaa ta'u isaa namoota ifa gochuuf =eessaa jirta, eessaa isaa keessan jedhee.

โ“ผ=Luqaas 16:15
kiristoos akkana isaaniin jedhe
#Isin namoota duratti Qulqulloota akka taatan dubbattu, #Waaqayyo garuu #laphee keessan beeka. Sababiin isaas, wanti namoota duratti bakki guddaan kennamuuf
Waaqayyo duratti jibbisiisaa dha.

โคด๏ธsababa maaliif
#Kiristoos eessa isaa keessan Alaazaari jedhee ๐Ÿ‘‡

โžก๏ธSababa
#Tokkoffaa keessa namoota sana ifaa gochuuf
Malee wanta biraf mitii.
Osoo isaan hin gaafane inni beeka turee.(Yoh 2:25)

โžก๏ธ sababa
#lamaffaa Kiristoos maalif eessa isa keessan jedhee , #Abbaa isaa wajiin #qixa ta'u ibsuuf ,akkuma bara durii #Adaami essaa jirta jedhee
Qaayeelin obbolleessi kee,eessa jira jedhee

Kiristoos immoo dubbii kan fayyadame jira.๐Ÿ‘‡
โ“ฝ=โžก๏ธ Ibroota 1:3
Inni(Kiristoos)ulfina Waaqayyoo ni calaqqisa,
#eenyummaa isaas sirriitti bakka bua, akkasumas waan hundumaa humna dubbii isaatiin jiraachisa. Inni cubbuu keenya erga qulqulleessee booda, iddoo oli aanaa mirga isa Suurra Qabeessa sanaa taae แŠฅแˆญแˆฑแˆ #แ‹จแŠญแ‰ฅแˆฉ_แˆ˜แŠ•แŒธแ‰ฃแˆจแ‰…แŠ“_แ‹จแ‰ฃแˆ•แˆญแ‹ฉ แˆแˆณแˆŒ แˆ†แŠ–แฅ แˆแˆ‰แŠ• แ‰ แˆตแˆแŒฃแŠ‘ แ‰ƒแˆ แŠฅแ‹จแ‹ฐแŒˆแˆแฅ แŠƒแŒขแŠ แ‰ณแ‰ฝแŠ•แŠ• แ‰ แˆซแˆฑ #แŠซแŠแŒป แ‰ แŠ‹แˆ‹ แ‰ แˆฐแˆ›แ‹ซแ‰ต แ‰ แŒแˆญแˆ›แ‹ แ‰€แŠ แ‰ฐแ‰€แˆ˜แŒ 
(แ‹•แ‰ฅแˆซแ‹แ‹ซแŠ• 1:3))
โœ Kiristoos
#eenyummaa Waaqayyo ni ibsa wanii taโ€™e eessa isaa gootan jedhee.

Kiristoos addunyaa dura akka turee immoo kunoo๐Ÿ‘‡
โ“พ=Ibroota 13:8
Iyyasus Kiristoos
#kaleessa,
hara, bara baraanis isuma sana
โœkan jedhuun bara Adaami fi Qaayeeli kan dubbatee Kiristoos jedhuudha.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Link kan xuqaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
======//=========
๐ŸŒนkutaa-96-ffaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โžปGaafi Deebi Muslimoota.
โžŠ=๐š๐šŠ๐šŠ๐š๐š’ ๐š’๐šœ๐šŠ๐šŠ๐š—๐š’ ๐šœ๐šŠ๐š๐šŠ๐š•๐šŽ๐šŽ(๐š๐šž๐š‹๐š‹๐š’๐š—) ๐šœ๐šž๐š—๐š’ ๐š ๐šŠ๐šŠ๐šš๐šŠ๐šข๐šข๐š˜ ๐š ๐šŠ๐š“๐š“๐š’๐š— ๐š๐šž๐š›๐šŽ ๐š“๐šŽ๐š๐š‘๐šŠ(๐šข๐š˜๐š‘ 1:1) : โยซ ๐š“๐šŽ๐šŒ๐š‘๐š’ ๐š ๐šŠ๐š“๐š“๐š’๐š— ๐š๐šž๐š›๐šŽ ๐š“๐šŽ๐š๐š‘๐šž suni Kiristoos hin ibsuu Waaqayyo qofa tokkichuma sana malee jedhuu โŒ
##Ragaa isaanii.
Galatiyaa 2:5
Nus akka dhugaan wangeelaa #isin_bira jiraatuuf jennee battala tokkoof illee isaaniif hin ajajamne.
1Yohaannis 1:5
Ergaan isa irraa dhageenyee fi isinitti beeksisaa jirru isa kana: #Waaqayyo_ifa dha, dukkannis matumaa isa keessa hin jiru.
Raajii_Dani'eel 2:22
Inni waan gad fagoo fi waan dhokfame ni mulสผisa;
waan dukkana keessa jiru ni beeka #ifnis_isa_wajjin jiraata
โ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒท #Deebii_keenya ๐Ÿซธ
jecha bira yookaan Waaqayyo wajjiin ture jechuu afaanii Giriikii yaa ilaaluu.
โžŠ.Wangeela Yohaannis 1:1 irraa kani jiru ๐Ÿ‘‰ #ฯ€ฯแฝธฯ‚ ๐Ÿ‘ˆ
โž‹.Ergaa Galatiyaa 2:5 irraa kani jiru ๐Ÿ‘‰  #ฯ€ฯแฝธฯ‚ ๐Ÿ‘ˆ
โžŒ.Rajii Dani'eel 2:22 irraa kani jiruu ๐Ÿ‘‰ #ฮผฮตฯ„ ๐Ÿ‘ˆ
โฃ๏ธkana booda jechoota Giriikii kana fayyadamne akka galumsa isaatti ilaala deemnaa
โžปjechaโžป(ฮผฮตฯ„) Meti jechuun Oromiffaan = #wajjin jechudha
โžŠโžปsera.Uumama 3:6
#Dubartittiinis yommuu akka iji mukichaa nyaataaf gaarii, kan ija namaatti tolu, ogummaa argachuufis akka nama gojomaasisu argitetti fudhattee nyaatte. #Dhirsi ishees ishee #wajjin_ture; isaafis ni laatte; innis ni nyaate.
โœŒ๏ธ#Dubartii_wajjin kani ture eenyu โ“
Adaami๐Ÿ’ฏ =Kanaafuu #qaama_lamatu jira isaaniis Adaam fi hewwani

โฃamma jecha ฯ€ฯแฝธฯ‚ prosi Oromiffaa sii wajjiin jechudha kunis
โž‹โžปSeera.Uumama 6:18
#Si_wajjin garuu kakuu nan gala; atis doonii seenta; atii fi ilmaan kee, niitiin keetii fi niitonni ilmaan keetiis ni seentu
๐ŸŒทEenyuu wajjiin Kakuu gala Waaqayyo โ“
Nohii wajjin=ok
=kanafu #qaama_lamatu jira isaaniis Waaqayyo fi Nohi
๐ŸŒนKanaafuu Haaluma walii fakkaata wangeela Yohaannis 1:1 irraa kani jiruu qaamaa lama malee tokko miti. Isaanis Kiristoos fi Abbaa dha.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โฃ๏ธmee ammaa immoo Galatiyaa 2:5 irraa kani jiruu ilaala iddoo sanatti akkasii jecha ยซ Nus akka dhugaan wangeelaa #isin_bira jiraatuuf jennee battala tokkoof illee isaaniif hin ajajamne.
โžปakka dubbisaa kanatti qaama meeqatu jira meeโ“
Qaamaa lamatuu jira malee tokko miti.
Qaamni tokkoffaan Namaa jira
Qaamni inni bira immoo misiraachoo Kitaabni ofii irraa qabuu kani namni fudhatuu.
=Kanaafuu qaama lamatuu jira isaaniis namaa fi misiraachoo Kitaabni ajajuu kani namni ittiin bullu.
โžŒโžปRaji isaayaas 52:7
#Miilli warra #wangeela fidanii,
kan nagaa labsanii, kan oduu #gammachiisaa fidanii,
kan fayyina labsanii, kan Xiyooniin,โ€œWaaqni kee moสผeera!โ€ jedhanii tulluuwwan irratti akkam miidhagaa dha!
โžปmiili kani namatti yookaan namaa jechuudha.
โžปOddu gammachisa immoo wangeela.
Kanaafuu qaama lamatu jira.
โžโžป1Pheexiroos 1:25
#dubbiin Gooftaa garuu bara baraan ni jiraata.โ€
Dubbiin kunis #wangeela #isinitti lallabame sana
โžปDubbin wangeela
โžปkani itti lallabamee eenyu nama .
=kanafuu yoo xiqqaate qaama lama isaa oli ibsaa
โ–ฌโ–ฌ
Raajii Daani'el 2:22 irraa kani jiru ilaala Innis akkasii jedha ยซ inni waan gadi fagoo fi waan dhokfame ni mulสผisa;
waan dukkana keessa jiru ni beeka #ifnis_isa_wajjin jiraata
โžปinni kani jedhame Waaqayyo
โžปifni isaa wajiin jirata jedha
Iddoo kanatti wanta lama ibsaa tokkoffaan Waaqayyo, lamaffaa immoo #Amala_Waaqayyo kani taโ€™e ifa jechudha.
โœkanaafi Waaqayyo ifa jedhe 1Yohaannis 1:5
Ergaan isa irraa dhageenyee fi isinitti beeksisaa jirru isa kana: #Waaqayyo_ifa dha, dukkannis matumaa isa keessa hin jiru.
= #Waaqayyo_ifa_jechuun immoo # dhugaa qabeesa kani taee jallinna tokko kani hin qabnee jechuudha.
Fakkeenyaaf
โžŽโžปKitaaba fakkeenya 13:9
#Ifni nama #Qulqullu akka #gaarii ifa #ibsaan nama #hamaa garuu ni dhaama
=suni Qulqulluu wani taโ€™efi Qulqulluu ta'uf immoo jallina irraa fagachuudha. Kanafu namni Qulqulluun suni akka ifu kani godhee maalidha reeโ“dhugaan jiradha miti ree.
Ifa nama Qulqulluu yeroo jennuu =dhugaan warra jiratanii dhugaa dubbatani jedhuudha