πΉWaaqayyoo Raaji dha
Mooβmitti..β.β
πΉyoo, Raaji dha jeete
Akkamiti ta'a....β
πΉβ lakki Raji mitti
Yoo, jeete immo
Akkamitti...β
===//======
β³Deebin keenya
Eeyyee Waaqayyo
Rajidha.
β akkamitti Raji ta'e.β
β jalqaba dura
hiika Raaji ilaalan
barbachisa dha...
π " rajii jechun
Kani kan #dura,kan ta'e
#Amma ta'a kan jiru
Gara #fuuldurati kan
Raawwatamu...
Wanta samuu nama
oli kan Ta'e
Dubbii dhugaa kan ta'e
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π ±βgara mata duree
keenya Yeroo deebinu
πΉπWaaqayyo rajidha
Yero jennu
βΈβ=tokkoffaa isas
Waaqayyo sami
Fi lafa Uumee, akkasumas
Nama, ergamoota Uumun
isaa #rajii isaa tasisa
βkuni hundi isani iyyuu
Samu nama oli.
wanta dinqisisadha
βkitabni Qulqulluni
Maali jedha
πΉ=far-daawit 40:5π
πYaa Waaqa koo
Ati wantoota #dinqisiisoo
#hedduu nuuf gooteetta,
Yaadawwan nuuf qabdus
hedduu dha.
Kan #siin_gitu tokko
illee hin jiru
Ani waa'ee wantoota
kanaa #himuu fi dubbachuuf
utuun yaalee,
#Lakkoofsi isaanii
gita hin qabu....
βα α€α± α ααα¬
#α«α°α¨ααΈα α°α αα«α΅ α₯α αα α α³α₯α αα ααα α¨ααα΅αα α¨αα #α£αα«α α₯αααα #α¨αα₯α
αα α α =(αααα 40 :5)
πΉ= seera.Bau 15:11π
πYaa #Waaqayyo waaqolii gidduudhaa kan
akka keetii eenyu β
Kan Akka kee
#Qulqullummaadhaan hundumaa irra kan
caalu eenyu β
Ati sodaatamuu fi jajamuu
qabda
wantoota #dinqisiisoo
taanis situ raawwata.
α α€α± α α αααα΅ αα«α¨α
α₯αα° #α αα° α«α αα αα? α αα΅αα α¨α°αα«α #α΅αα αα α¨αα³α°αα
#α α α΅α΅α α¨α¨α α¨ α₯αα° α αα°
α«α αα αα=(ααΈα α΅ 15:11)
πΉraga dabalata dubbisi
βFar-Daawit 139:17-18
βFar-Daawit 71:15
βFar-Daawit 136:4
βFar-Daawit 111:2
βFar-Daawit 104:24
βFar-Daawit 92:4-5
βFar-Daawit 139:6
βkitaba. Iyyobi 5:9
βkitaba. Iyyobi 9:10
***
βkitaba. Iyyobi 11:7-9
βkitaba. Iyyobi 26:14
βkitaba. Iyyobi 42:3
βRaji Ermiyasi 29:11
βRaji isayasi 55:8-9
βRoome 11:33
βkanafuu waaqayyo
Hojji dinqisisa wani
Rawwatufi, ni #raajeffama
Yookin #raji jedhama.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
βΈβ=inni lamaffa immo
Kallatin inni rajji jedhamu
βwanta hunduma
Dursee beeku isaati
πΉraji isayasi 45:21π
#Gabaasa keessan
dhiheessaa, #dhimma
keessan dhiheeffadhaa.
Isaan tokkummaadhaan
waliin haa mariatan.
#Bara_dheeraa_dura kana
kan dubbate,
Yeroo darbe irraa
kaasees kana kan
labse #eenyuβ
Ana #Waaqayyo mitiiβ
Ana malee Waaqni kan
biraan hin jiru;
Ana malee Waaqni
Qulqulloonis tae
Fayyisaan hin jiru.
#αααα© αα α¨α‘α α α αα΅αα΅α
ααα¨α© #α¨α₯αα± αα α α«α³α¨
#α¨αα΅αα΅_α¨α°ααα¨ αα ααβ α«α³α¨αα α¨α°ααααα
α₯α #α₯ααα α₯αα α αα°ααααβ α¨α₯αα α αα αα α ααα α¨αα
α₯α α»α΅α α αααα #αα΅ααα΅ αα α¨α₯αα α αα ααα α¨αα
=(α’α³αα«α΅ 45:21)
πΉ raga dabalata dubbisi
βRaji isayasi 41:22-23
βRaji isayasi 43:9
β Raji isayasi 44:7-8
π ° fakkeenyuma
Kan kiristoosi
Durse kan dubbate
Jira....
πΉ=matewoos 24:25π
Egaa, ani #dursee isin #akeekkachiiseera
#α₯αα_α α΅αα΅α ααααα½α
=(αα΄αα΅ 24:25
πΉ=Luqasi 21:32-33π
Dhuguman isiniin jedha, wantoonni #hundi hamma #raawwatamanitti
#dhaloonni kun matumaa
hin darbu
#Samii fi #lafti ni darbu
#dubbiin_koo garuu
matumaa #hin_darbu
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
βΈβ=sadaffaan (dubbi
#Namooni Qulqulluuni
Dubbatan kan waaqayyo ti
Kanaafu dubbi #rajoonni
Dubbatan waaqayyo irra
#Fudhatani.....
βerga dubbi isaani
Waaqayyo bira dhufe
Waaqayyo #madda yookin
#Burqa raajootati
Kanafuu waaqayyo
Mataan isaa iyyuu #raajidha
πΉ=Raji Ermiyaasi 1:9π
π #Dubbiin Waaqayo
akkana jedhu gara
koo ni dhufe
#Gadameessa keessatti
sii- tolchuu koo dura
sii-beekeera
#Dhalachuu kee duras
si-Qulqulleesseera.
Sabootaaf #raajii si godheera.β
πAni garuu, βWayyoo, yaa
Waaqayyo Gooftaa Oli Aanaa
#Daaima waanan ta'eef, akkamitti akkan
#dubbadhu hin beekuβ
nan jedhe.
πWaaqayyonis akkana
naan jedhe:
#Gara warran itti si #ergu
#hundumaa deemuu
waan qabduuf,
Wantan si #ajaju hundumaas
isaanitti waan dubbattuuf,
βAni daaimaβ hin jedhin
β #Fuulli isaanii
si hin sodaachisin,
Sababiin isaas
βAni si-oolchuuf sii_wajjinan
jiraβa jedha Waaqayyon.β
πΉAchiis waaqayyo #harka
isaa diriirsee
π #afaan koo tuqe.
Sana booda waaqayyo
akkana naan jedhe
πβ #Ani_dubbii
#koo afaan kee
keessa kaaeera π
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πΉ #kuta_2_ffaan
βitti fufa
πΉβlink kan xuqaβ
β #haadha_Waaqa_naJaladha
===||===||====

πΊkuta-90-ffaa πππ
β»gaafi fi Deebi
β»Musiliimota
πGaaffii isaanii akkasii jedha.
β΅β»Dubartii magdala(magdalawit)Maariyaam kani jedhamtu Β« erga jalqabaa Kiristoos argitee lamaaffaa maalif barbadi jedhuu.β
Maatewos 28:9
Yeroo kanatti #Iyyasuus isaanitti dhufee, βNagaan isiniif haataΚΌu!β jedhe. Isaanis isatti dhihaatanii #miilla isaa qabatanii isaaf sagadan.
Yohaannis 20:15
#Iyyaasuus,βDubartii nana maaliif #boossa? Eenyuun barbaadda?β jedheen. Ishiinis #nama_ashaakiltii #eeggu waan ishiitti fakkaateef, βYaa gooftaa, situ fudhate yoo taΚΌe, ani akkan isa fudhadhuuf eessa akka isa keesse natti himiβ jetteen.
==========
βDeebii keenyaπ
Sababa ishii Kiristoos jalqabaa argitee booda immoo yeroo lamaffaa barbaduufi.
β»jalqabaa dura kani maatewos irraa jiru osoo dubartoonni karaa deemaa jirani karaatti itti dhufe nagaa gaafatee. Isaa booda isaani miilla isaa qabani sagadaanif. garuuu Kiristoos akkasii jedhaniiπ
βΆβ»Maatewos 28:10
Achiis Iyyaasus βHin sodaatinaa! Gara Galiilaa dhaqanii achitti akka na #argan obboloota kootti himaaβ isaaniin jedhe.
β»Haataβu malee isaanii yaada kana barattootatti himanii jiruu.
β·β»Maatewos 28:16
Barattoonni isaa 11 garuu, gara gaara Galiilaa Iyyaasuus achitti wal-argina isaaniin jedhe sanaa #dhaqan.
β hanga yeroo kanatti Kiristoos Gaaliila hin dhaqnee.Sababiin isaa namoonni tokko tokko wanta kana kani hin Amanee wani jiraniif.
βΈβ»Yohaannis 20:8
HaataΚΌu malee, #isaan wanta #Kitaabni Qulqulluun inni duΚΌaa kaΚΌuu akka qabu dubbatu amma iyyuu #hin_hubanne turan.
βΉβ»Maarqoos 9:32
#Isaan garuu wanta inni dubbate hin hubanne; isa #gaafachuus ni sodaatan.
βΊβ»Maatewos 26:32
HaataΚΌu malee, #ergan_duaa kaΚΌee booda, isin #dursee gara #Galiilaa nan dhaqa.β
βErgamoonni(Malakooni) kanuma jedhanii turani.
β»β»Maatewos 28:7
Kanaaf #dafaa dhaqaatii, βInni duΚΌaa kaΚΌeera, isin #dursee gara #Galiilaa ni dhaqa, isin achitti isa ni argituβ jedhaa barattoota isaatti himaa. Wanta ani isiniin jedhe kana hin #irraanfatinaa.β
βΌβ»Maarqoos 16:7
Kanaa mannaa dhaqaatii, #Inni isin dursee gara Galiilaa ni dhaqa. #Akkuma inni isinitti himee #tures, isin achitti isa ni argituβ jedhaa barattoota isaa fi Pheexirositti himaa.β
ββ»Luqaas 24:6-7
Inni duΚΌaa kaΚΌeera, as hin jiru. #Yommuu_Galiilaa turetti wanta inni isinitti dubbate yaadadhaa; #Ilmi namaa cubbamootatti dabarfamee kennamuu, Fannoo jirratti fannifamuu fi guyyaa #sadaffaattis duΚΌaa kaΚΌuu akka qabu isinitti himee ture.β
π Walumaagalatti.
Dubartiin tunni jecha Kiristoos fi kani ergamoota sana hin fudhanne . Akkuma Kitaabni jedhuu wanti kuni jala dhokatee ture. Jecha.
ββ»Luqaas 9:44-45
Wanta ani isinitti himuuf jedhu kana xiyyeeffannaadhaan dhaggeeffadhaa, akkasumas yaadadhaa; Ilmi namaa harka namootaatti #dabarfamee ni kennama.β #Isaan garuu wanta inni dubbachaa ture hin hubanne. #Dubbiin kun isaan jalaa waan #dhokateef, hubachuu hin dandeenye; waaΚΌee dubbii kanaas isa gaafachuu ni sodaatan.
πΊ dubartiin tuniis yeroo afurii deddeebitee jirti.Kiristoos jalqabaa dura karaa irratti argitee yeroo biraa immoo iddoo awaala deemtee osoo ishiin bo'aa jirtu, nama biqiltuu eeggu itti fakkatee Sababiin isaa yeroo kunis ganama wanii taβef, Β« akkuma eeggan tokko halkanii guutuu wanta isaa eeguu kuni iddoo kamittiyyuu irraa guddaan isaa haatuun halkanii wani haattuuf halkanii baay'ee ni eeggama, ture, ishin dubartiin sunis yaanni ishii iddoo biqiltuu wani jiruuf nama biqiltuu eeggu kana itti fakkatee Kanaafi, sababa ishiin Kiristoos walate isaa kana turee.
ββ»Yohaannis 20:14
Erga kana dubbattee booda, duubatti garagaltee Iyyaasus akka achi dhaabate argite; haa taΚΌu malee ishiin inni Iyyaasus taΚΌuu isaa #hin_hubanne.
11βYohaannis 20:15
Iyyaasus immoo, βDubartii nana, maaliif boossa? Eenyuun barbaadda?β jedhee ishee gaafate; isheen illee, kun #eegduu dha jettee, waan #yaadeef, βGooftaa ko, ati asii fuutee iddoo tokkotti isa geessiteetta yoo ta'e, eessa akka isa keesse anatti himi, ani dhaqee isa nan fidaβ ittiin jette
πΊ kuni rakkoo hubbanna ishee malee wanta biraa miti Eeyyee Kiristoos yeroo lama argitee jirti.
========
link waldaa xuqaaπ
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

Telegram
πΉDπππππ π’πͺπ¨ππ‘ππ’π€π©ππ ππ π₯ππππ£πππβββββ
βIyyesuus, βBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!β isaaniin jedhe.β (Maat.16:6).
α’α¨α±α΅α α¨ααͺα³αα«αα α¨α°α±ααα«α α₯ααΎ α°α αααα α°α α αα‘ α ααΈαα’ (αα΄αα΅ 16:6)
α’α¨α±α΅α α¨ααͺα³αα«αα α¨α°α±ααα«α α₯ααΎ α°α αααα α°α α αα‘ α ααΈαα’ (αα΄αα΅ 16:6)