πΉWaaqayyoo Raaji dha
Mooβmitti..β.β
πΉyoo, Raaji dha jeete
Akkamiti ta'a....β
πΉβ lakki Raji mitti
Yoo, jeete immo
Akkamitti...β
===//======
β³Deebin keenya
Eeyyee Waaqayyo
Rajidha.
β akkamitti Raji ta'e.β
β jalqaba dura
hiika Raaji ilaalan
barbachisa dha...
π " rajii jechun
Kani kan #dura,kan ta'e
#Amma ta'a kan jiru
Gara #fuuldurati kan
Raawwatamu...
Wanta samuu nama
oli kan Ta'e
Dubbii dhugaa kan ta'e
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π ±βgara mata duree
keenya Yeroo deebinu
πΉπWaaqayyo rajidha
Yero jennu
βΈβ=tokkoffaa isas
Waaqayyo sami
Fi lafa Uumee, akkasumas
Nama, ergamoota Uumun
isaa #rajii isaa tasisa
βkuni hundi isani iyyuu
Samu nama oli.
wanta dinqisisadha
βkitabni Qulqulluni
Maali jedha
πΉ=far-daawit 40:5π
πYaa Waaqa koo
Ati wantoota #dinqisiisoo
#hedduu nuuf gooteetta,
Yaadawwan nuuf qabdus
hedduu dha.
Kan #siin_gitu tokko
illee hin jiru
Ani waa'ee wantoota
kanaa #himuu fi dubbachuuf
utuun yaalee,
#Lakkoofsi isaanii
gita hin qabu....
βα α€α± α ααα¬
#α«α°α¨ααΈα α°α αα«α΅ α₯α αα α α³α₯α αα ααα α¨ααα΅αα α¨αα #α£αα«α α₯αααα #α¨αα₯α
αα α α =(αααα 40 :5)
πΉ= seera.Bau 15:11π
πYaa #Waaqayyo waaqolii gidduudhaa kan
akka keetii eenyu β
Kan Akka kee
#Qulqullummaadhaan hundumaa irra kan
caalu eenyu β
Ati sodaatamuu fi jajamuu
qabda
wantoota #dinqisiisoo
taanis situ raawwata.
α α€α± α α αααα΅ αα«α¨α
α₯αα° #α αα° α«α αα αα? α αα΅αα α¨α°αα«α #α΅αα αα α¨αα³α°αα
#α α α΅α΅α α¨α¨α α¨ α₯αα° α αα°
α«α αα αα=(ααΈα α΅ 15:11)
πΉraga dabalata dubbisi
βFar-Daawit 139:17-18
βFar-Daawit 71:15
βFar-Daawit 136:4
βFar-Daawit 111:2
βFar-Daawit 104:24
βFar-Daawit 92:4-5
βFar-Daawit 139:6
βkitaba. Iyyobi 5:9
βkitaba. Iyyobi 9:10
***
βkitaba. Iyyobi 11:7-9
βkitaba. Iyyobi 26:14
βkitaba. Iyyobi 42:3
βRaji Ermiyasi 29:11
βRaji isayasi 55:8-9
βRoome 11:33
βkanafuu waaqayyo
Hojji dinqisisa wani
Rawwatufi, ni #raajeffama
Yookin #raji jedhama.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
βΈβ=inni lamaffa immo
Kallatin inni rajji jedhamu
βwanta hunduma
Dursee beeku isaati
πΉraji isayasi 45:21π
#Gabaasa keessan
dhiheessaa, #dhimma
keessan dhiheeffadhaa.
Isaan tokkummaadhaan
waliin haa mariatan.
#Bara_dheeraa_dura kana
kan dubbate,
Yeroo darbe irraa
kaasees kana kan
labse #eenyuβ
Ana #Waaqayyo mitiiβ
Ana malee Waaqni kan
biraan hin jiru;
Ana malee Waaqni
Qulqulloonis tae
Fayyisaan hin jiru.
#αααα© αα α¨α‘α α α αα΅αα΅α
ααα¨α© #α¨α₯αα± αα α α«α³α¨
#α¨αα΅αα΅_α¨α°ααα¨ αα ααβ α«α³α¨αα α¨α°ααααα
α₯α #α₯ααα α₯αα α αα°ααααβ α¨α₯αα α αα αα α ααα α¨αα
α₯α α»α΅α α αααα #αα΅ααα΅ αα α¨α₯αα α αα ααα α¨αα
=(α’α³αα«α΅ 45:21)
πΉ raga dabalata dubbisi
βRaji isayasi 41:22-23
βRaji isayasi 43:9
β Raji isayasi 44:7-8
π ° fakkeenyuma
Kan kiristoosi
Durse kan dubbate
Jira....
πΉ=matewoos 24:25π
Egaa, ani #dursee isin #akeekkachiiseera
#α₯αα_α α΅αα΅α ααααα½α
=(αα΄αα΅ 24:25
πΉ=Luqasi 21:32-33π
Dhuguman isiniin jedha, wantoonni #hundi hamma #raawwatamanitti
#dhaloonni kun matumaa
hin darbu
#Samii fi #lafti ni darbu
#dubbiin_koo garuu
matumaa #hin_darbu
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
βΈβ=sadaffaan (dubbi
#Namooni Qulqulluuni
Dubbatan kan waaqayyo ti
Kanaafu dubbi #rajoonni
Dubbatan waaqayyo irra
#Fudhatani.....
βerga dubbi isaani
Waaqayyo bira dhufe
Waaqayyo #madda yookin
#Burqa raajootati
Kanafuu waaqayyo
Mataan isaa iyyuu #raajidha
πΉ=Raji Ermiyaasi 1:9π
π #Dubbiin Waaqayo
akkana jedhu gara
koo ni dhufe
#Gadameessa keessatti
sii- tolchuu koo dura
sii-beekeera
#Dhalachuu kee duras
si-Qulqulleesseera.
Sabootaaf #raajii si godheera.β
πAni garuu, βWayyoo, yaa
Waaqayyo Gooftaa Oli Aanaa
#Daaima waanan ta'eef, akkamitti akkan
#dubbadhu hin beekuβ
nan jedhe.
πWaaqayyonis akkana
naan jedhe:
#Gara warran itti si #ergu
#hundumaa deemuu
waan qabduuf,
Wantan si #ajaju hundumaas
isaanitti waan dubbattuuf,
βAni daaimaβ hin jedhin
β #Fuulli isaanii
si hin sodaachisin,
Sababiin isaas
βAni si-oolchuuf sii_wajjinan
jiraβa jedha Waaqayyon.β
πΉAchiis waaqayyo #harka
isaa diriirsee
π #afaan koo tuqe.
Sana booda waaqayyo
akkana naan jedhe
πβ #Ani_dubbii
#koo afaan kee
keessa kaaeera π
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πΉ #kuta_2_ffaan
βitti fufa
πΉβlink kan xuqaβ
β #haadha_Waaqa_naJaladha
===||===||====

β‘οΈπΉkutaa _ 61 _ ffaa π³πΉ
ββββββββββββ
πΈ Gaafii fi Deebi
π³ musiliimota π·
βYohaannis 14:10
#Ani Abbaa keessa, Abbaanis Ana keessa akka jiru hin Amantuu ree? Abbaa isa Ana keessa jiraatutu #hojii isaa hojjeta malee, dubbii ani isinitti #dubbadhu hundumaa #ofuma kootiin hin dubbadhu
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π gaaffii isaanii.
1=hojii hundumaa Abbaatu hojjata malee Kiristoos mitii jedhu..β
π=Deebi keenya=
π kanafuu dubbii hundi kani Abbati jetuudha ree...β
π#β΅βMatewoos 26:34
Iyyaasuus(Kiristoos)βDhuguman siin jedha, halkan kana kormaan #indaaqqoo iyyuu isaa dura, sia sadii na ganta jedheen.
πkanafuu dubbii kuni kani eenyuti
A))+ kani Abbaa moo,
B))+ kani Kiristoos.β
Lakki kani Abbaa yoo, jette
Pheexiroos Abba gana jechuu keetii ,akkasumas Abbaan Yihuudotaa harka jira jechu keetii.π
π#βΆβMatewoos 27:46
Gara saaatii sagaliitti Iyyaasus(Kiristoos) sagalee guddaadhaan,βEelohe Eelohe laamaa saabaaqtaanii?β
jedhee iyye; hiikni isaas βYaa Waaqa ko, yaa Waaqa ko maaliif nadhiiste?β jechuu dha.
πdubbii kuni kani eenyutiβ
A)) kani Abbaa mooβ
B)) kani Kiristoos β
πLakki Abbadha yoo, jette Abbaan yoomi #fanoo irraa oole.
β¬β¬β¬β¬ β akka dubbisa kanati Abbaani ana keessa ,Anis abba keessa ,hojji isaa kana,abbaatu hojjata, Dubbiin kunis kani isaati malee kiyyaa mitii .Kani jedhee #Filiphoos Kiristoos mormee Abba nutti argisi jedhee wani dubbatefi . Kiristoos immoo Ani Abbaa keesa ,Abbaani Ana keessa jira
Dubbiin kuni kani isaatti jedhee itti himme (kunis namni ilma argee abba argee kani jedhuu turee)).
π#β·βYohaannis 14:8-11
#Filiphos immoo,Yaa gooftaa, abbaa nu argisiisi, kanaa achi nu ga'aβ ittiin jedhe Iyyaasuus(kiristoos) deebisee, βUtuma ani yeroo dheeraa hammana ga'u isinii wajjin jiraadhuu iyyuu ana hin beeknee, Filiphos? #Namni ana arge abbaa arge; attamitti, βAbbaa nu argisiisiβ jetta ree*? #Ani abbaa #keessa, abbaanis ana keessa akka jiru hin amantuu ree? Abbaa isa ana keessa jiraatutu hojii isaa hojjeta malee, dubbii ani isinitti dubbadhu hundumaa #ofuma kootiin hin dubbadhu*. Ani abbaa keessa, abbaanis ana keessa akka jiru na #amanaa! Yookiis sababii #hojichuma kana hundumaaf #ana_amanaa
πΊHaaluma wali fakkaata Filiphoos Abba walale Kiristoos waliin dubbatu kana #yihudoota
Wajjin illee dubbate jira.
π#βΈβYohaannis 5:36
Ani garuu Yohaannis caalaa dhugaa kan anaaf bau qaba; sababiin isaas #hojiiwwan
akka ani hojjedhu Abbaan koo natti kenne, jechuunis hojiiwwan ani hojjechaa jiru kun, akka Abbaan na erge mirkaneessu.
π#βΉβYohaannis 10:24-25
Yeroo kanatti Yihudoonni isatti marsanii, βHanga yoomiitti #qalbii nu rarraasta? Ati Kiristoos yoo taate ifatti
nutti himiβ isaan jechuu jalqaban kiristoos deebisee akkana isaaniin jedhe: βAni isinitti himeera, isin garuu hin amantan #Hojiiwwan ani
maqaa #Abbaa kootiin hojjechaa jiru kun, waaee koo dhugaa ni bau
π#βΊβYohaannis 10:37-38
Egaa Ani #hojii abbaa koo hin hojjedhu yoon ta'e, anatti hin #amaninaa*. Ani hojii abbaa koo nan hojjedha yoon ta'e garuu, anatti yoo amanuu dhaabaattan iyyuu, hojii kanatti amanaa! Kanaanis abbaan ana keessa, anis abbaa keessa akkan jiru, ba'eessa gootanii in hubattuβ isaaniin jedhe
π#β»βYohaannis 12:48-50
Nama Ana #tuffatee, dubbii koo fudhachuu didetti kan faradu jira; dubbii ani dubbadhetu guyyaa isa dhumaatti isatti farada Abbicha isuma na ergetu ofii isaatii waanan dubbadhu na #abboome malee, ani ofuma kootiin hin dubbanne #Dubbiin inni na abboomes, jireenya bara baraaf akka ta'e ani beeka; egaa waanan jedhu, akka abbaan anatti himetta dubbadhaβ jedhe
π yaada xumuraπ
Yeroo hundumaa Dubbiin kuni kani Abbaatti malee kiyyaa mitii
Yeroo jedhuu Β« namoonni yeroo dubbii Kiristoos fudhachuu diddaan akkasii jedhee malee caalise mitiΒ»
π#βΌβYohaannis 1:3_4
Wanti #hundinuus isumaan ta'e waan ta'e keessaas isa malee kan ta'e #tokko_illee hin jiru Jireenyi isa keessa ture; jireenyichis ifa namootaa ture
πͺ erga wanti hundi karaa Kiristoos taβe dubbii illee kani Isaati abbaa qofaafi miti.
πΌ link walda keenyaa
πΉ @haadha_Waaqa_naJaladha
πΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈ