Forwarded from Gutema Gelana
βΌοΈπ»βΌοΈ qabxii 15 kuni
#foonii_uffachuu Kiristoos fi #Waaqayyo_ta'u Kiristoos kan ibsan____ #Kuta.1.ffaa isaatti
1πMat 24:30
β¬β¬β¬β¬β¬β¬
Yeroo sanatti mallattoon
#ilma namaa samii irratti ni mulata;
#saboonni addunyaa hundinuu gaddaan qoma isaanii rurrukutu; isaanis
ilmi namaa humnaa fi ulfina guddaadhaan duumessa samiitiin yommuu
dhufu ni argu
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
jecha lamaan kanaa irraa wanta lamaa ni hubbata
1β jecha ilma nama jedhuu
=ilma namaa jechuun immoo foonii kan uffatee jechuudha
Kanaafuu Kiristoos ani foonii nama kan uffadhe samii irra yeroo dhufuu jecha jira
2β saboonni addunyaa hundinuu Gadaan qoomaa isaa rukutuu jecha
=Jechi saboota jechu namoota addunyaa kan irraa jiran yommuu ibsuu
=jechi maalif qooma isaanii rukkutu kan jedhuu immoo, Kiristoos yeroo dhufuu wanii itti murteessuufi
=murteessuu kan danda'u immoo Waaqayyo qofa
Kanaafuu Kiristoos ani Waaqayyo yeroon samii irraa dhufu qoomaa keessan ni rukkutu jecha jira
2π luq 24:39-40
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πAna mataa koo akkan tae
harka koo fi miilla koo ilaalaa; qaqqabaatii na ilaalaa, sababiin isaas akkuma ana irratti argitan kana uumamni hafuuraa foonii fi lafee hin
qabu.β Utuma kana dubbachaa
jiruus, #harka isaa fi #miilla isaa isaanitti argisiise.
πUUmmama hafuuraa jechuun #eekara jedhama yeroo Tokko nannoo garagaraatti afaan Oromoon
garuu Kiristoos harka fi mila koo qaba ilaala jechuun Kiristoos foonii akka qabu ofuma isaa dubbachaa
hin jiruu βοΈ
ππππππππππ
3πYoh 1:1--1
β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π Jalqaba Dubbichatu ture; Dubbichi Waaqayyoo wajjin ture; Dubbichis waaqayyo ture
4πYoh 1:14
β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πDubbichi foon taee nu gidduu jiraate; nutis ulfina isa akka ilmi tokkichi Abbaa irraa argatuu tae argineerra; innis gaarummaa guddaa fi dhugaadhaan guutamee ture
5π Yoh 6:53-54
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πKanaaf #Iyyaasuus akkana
isaaniin jedhe: βDhuguma dhuguman isiniin jedha, #foon_Ilma namaa yoo nyaattanii fi #dhiiga isaa
yoo dhugdan malee, ofii keessaniin jireenya hin qabdan
πΌ Namni foon koo nyaatuu fi dhiiga koo dhugu hundi #jireenya bara baraa qaba; anis guyyaa dhumaatti duaa
isa nan #kaasa
β¨οΈ dhigaa fi foonii kiyya jechuun isaa foonii fi dhiiga qabachu ibsaa
β¨οΈ namnii dhiiga fi foonii kiyya nyaatee jireenya bara baraa qaba jechuun isaa immoo bara baraan kan nama jirachuu #Waaqayyo kan biraa hin jiruu
Kanaafuu ani mataan koo,#Waaqayyo jecha jira
6πRom 1:2-3
β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π» misiraachoon kun isa Waaqayyo duraan
dursee karaa #raajota isaa Kitaabota Qulqulluu keessatti abdachiise dha.
β§ Kunis waaee #ilma isaa isa karaa #foonii #sanyii_Daawit irraa dhufe sanaa kan ibsu dha
π§¨,jechaa matewoos 1:1 irraa siritti ibsee jira
Kuno gara foonii siin jecha jira Phawuloos, ni argita amma
7π Rom 9:5
β¬β¬β¬β¬β¬β¬
𧨠Abbootiin kan isaanii turan, #Kiristoosis akka #fooniitti isaan irraa argame. Waaqayyo inni hundumaa ol jiru bara baraan haa galateeffamu. Ameen..
β€Abbooti kan jedhamee kan akka Abrahaami,Daawit, yoseef
Taaraa,,,,,,,, gara foonii abbotii irraa jechaa jira
8π1 Qor 15:45-47
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
βΌοΈKanaaf, β #Addaam namni jalqabaa, qaama jiraataa taeβ jedhamee barreeffameera. #Addaam inni boodaa #Affuura isa #jireenya kennu tae.
πHaa tau malee, #qaamni inni jalqabaa isa #Afuuraa sana miti, kanaa mannaa isa #foonii ti. #Qaamni_Afuuraa sana booda dhufe.#Namni
inni jalqabaa #lafa irraa dhufe, akkasumas #biyyoo irraa hojjetame;
#namni inni #lammaffaan garuu #samii irraa dhufe.
π addaami biiyee ykn lafaa irraa argamee
#Kiristoos garuu samii irra dhufee jedhee jira
Sababa Addaamii lamaffaa jedhamee immoo foonii nama wani uffaatef jechuudha
πΉsamii irraa kan jirtuu Waaqayyo malee eenyu, kanafuu Kiristoos Waaqayyo jecha jira siif hin galu amma obboolleessa
Jireenya kan keenuu isaa jecha jira, kanafuu mee,dhugumaa samuu kee, bani ilaalii
π ππ jalate dhiistee
π ππ Kiristoos Waaqa

πΉπkutaa_15ffΒͺΒͺββπΊ
π£ Gaafi fi Deebi
ββ Musilimootaββ
β Yohaannis 6:38π
#Ani samii irraa kanan
dhufe, #fedhii isa na erge
sanaa #raawwachuuf
malee, fedhii #ofii _koo raawwachuuf miti
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π Ύ Muslimooni akkasii
jedhanii, #Kiristoos_Ergamadha.
Osoo #Waaqayyo taβe jiratee
fedhi koo,rawwachu qaba jedha ture.....β
kanafuu inni homaa
gochuu
Hin danda'u jedhu...β
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πΌ=Deebi.......ππ
=jalqabaa dura Kiristoos
eessaa Dhufe, yoo, jennee
Sami irra akka Dhufe namni
Kamiyyu Amanu qaba
π Ύ πYoh 6:38πYoh 3:13ππ Ύ
πΉAbbaan Kiristoos Ergee
Yero jennuu samii irraa gara
Lafati gadi dhufe namoota
akka inni Fayyisuuf.
πΉ Kiristoos Ani #fedhii
Abbaa koo, rawwachuun
Dhufe,jedhee jira, Kuni yaada
Sirridha =fedhii Abbaa isaa rawwachuun immoo Kiristoos
Dhuguma ilma Waaqayyo
ta'u isa mul'isa
π ° osoo Kiristoos fedhii Abbaa isaa hin rawwatuu taβe, Kiristoos ilma Waaqayyo miti, maalif
Yoo, jennee, fedha Abbaa
Rawwacha hin jiruu kaa.
πΉKitaabni #Qulqulluun
akkasii Jedha,"
βYohaannis 8:39π
#Iyyaasuus akkana isaaniin jedhe: βisin #ijoollee
#Abrahaam utuu taatanii
#hojii Abrahaam hojjettu turtan.
πΉ akkuma #namni tokko anii
ilma Abrahaami jedhamuf, hojji Abrahaami gaarii sana hojjachuu qaba,Male hojji biraa
Hojjachu hin qabuu.
π Ύ Haaluma #walii_fakkaatu immoo Kiristoos ani ilma Waaqayyoti erga,jedhee hojja #Abbaa isaa rawwachu qaba
βYohaannis 5:19π
πΉ#Iyyaasuus akkana jedhee
isaaniif deebise: #Dhuguma dhuguman isiniin jedha
#ilmi waanuma #Abbaan
isaa yeroo hojjetu arge #qofa
malee, ofii isaatiin kakaee wanta tokko illee hojjechuu
hin dandau. Sababiin isaas #waanuma Abbaan #hojjetu hunda, Ilmis haaluma #walifakkaatuun
wantootuma sana hojjeta.
βYohaannis 6:38π
#Ani wantoota yommuun #Abbaa_koo_wajjin turetti
argen dubbadha;
isin garuu wantoota abbaa keessan irraa dhageessan hojjettu
β Yohaannis 6:40
Amma garuu #ana isa
#nama dhugaa Waaqayyo
#irraa #dhagae isinitti hime ajjeesuu barbaaddu.
Abrahaam kana hin goone.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
βYohaannis 6:35-37
#Iyyaasuus akkana isaaniin jedhe: β #Ani nyaata jireenyaa ti. πNamni #gara koo dhufu
#hundi matumaa hin
#beelau; #namni anatti
#amanu hundis matumaa
#hin_dheebotu.
Haata'u malee, akkuma
ani isinitti hime isin na
argitanii illee hin amantan.
Warri #Abbaan anaaf kennu #hundi gara koo ni dhufu
anis isa gara koo dhufu matumaa of irraa hin ariu
π Kiristoos Waaqayyo
Wani taβefi Abbaan nama
Hunduma Kiristoosi kennaa
π osoo inni Abbaa isaa
Wajin walii qixaa hin tanee
Akkami, namoota isatti kennuu
Qaba ree,β
π Kiristoos Waaqayyo Wani
Ta'ef Nama gara isaa dhufuu
Akka,inni hin beelofne fi dhobne
Godhe,,,,
π€mee,rajoota keessa Kani
Akkasi jedhee Eenyu gara koota
Lamata hin dhobtani,hin beeloftan kan jedhee hin jiru,π€
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
βYohaannis 16:15π€
Wanti Abbaan qabu #hundi
kan koo ti. #inni wanta kan
koo ta'e irraa #fudhatee isinitti beeksisa kanan jedhes kanumaafi.
βYohaannis 6:27-29π
#Nyaata baduuf hin hojjetinaa kanaa mannaa nyaata hin #badnee fi #jireenya
bara baraa argamsiisuuf, isa ilmi namaa isiniif kennu
sanaaf hojjedhaa;
sababiin isaas, Waaqayyo Abbaan chaappaa isaa Ilma irratti godhee mirkaneesseera.β
isaanis, β #Hojii Waaqayyoo hojjechuuf maali gochuu qabna reeββ jedhaniin
Iyyaasuus βHojiin Waaqayyoo, isinii isa inni ergetti akka
amantaniifi dhaβ jedhee
isaaniif deebise
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β Link kan xuqaa
hordofaa...πππ
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
π’πΌβ«οΈπΌπ€πΌπ€πΌππΌπ΄