πΉπkuta.9ffΒͺΒͺ ππ
πGaafi fi Deebi.
β βMusilimoonniβ
Yero hunduma guyya hunduma oddeessa olu''
βjecha wangeela yohannis
Irra jiruu fudhani....
β Yoh 5:19π
Iyyaasuus akkana jedhee
isaaniif deebise: βDhuguma dhuguman isiniin jedha
Ilmi waanuma #Abbaan
isaa yeroo #hojjetu
arge qofamalee
#ofii isaatiin kakaee wanta
tokko illee hojjechuu
hin dandau
#Sababiin
isaas waanuma Abbaan
hojjetu hunda, Ilmis haaluma wal_fakkaatuun wantootuma sana hojjeta.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬
(1)βgaafin isani #ilmi
waanuma #Abbaan
isaa yeroo #hojjetu
arge qofamalee
#ofii isaatiin kakaee
wantatokko illee
hojjechuu hin dandau
Kanafuu kiristoos
Abbaa irra fudhe dubbata
Ofi isaa hooma hin beeku
Jedhani gaafi isaani
dhiyeesuβ
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πdeebi keenya π
Eeyyee dhuguma
Wanta Abbaan hojjatu
Ilmi hojjachu qaba.
βakkasuma ilmi
βwanta Abbaan hin hojjane
Kana hojjatu ilma ta'u hin
Danda'u...
βββββββ
=deebi kitaba
Yoh 5:19
β’ kiristoos bakka kanati
Yaada lama kenne inni
#Tokkoffaa =Ilmi waanuma #Abbaan isaa yeroo
#hojjetu arge qofamalee
#ofii isaatiin kakaee wanta
tokko illee hojjechuu
hin dandau
=yaada #lamaffaa
kiristoos yero lamaffa akkasi jedhe #Sababiin isaas waanuma Abbaan
hojjetu hunda, Ilmis haaluma wal_fakkaatuun wantootuma sana hojjeta
β gaafin isaani kuni
Kiristoos Abbaa isa
Gadi tau ibsa jedhu
Garuu dhugaan jiru
Kiristoos Abbaa isaa
Wajiin wali qixee ta'u ibsa
β kiristoos Abbaa kan
Arge yoomi jalaqaba
Dura irratti β
Deebi isaa musilimootaf
Nan dhiyeessaβπ
β deebi keenya kitaba
Qulqulludha
βYoh 1:18π
Yeroo kamitti
iyyuu namni Waaqayyoon arge hinjiru #ilma tokkicha isa waaqa taee fi
Abbaa bira jirutu
waa'ee Isaa nuuibse
β’ kanafuu kiristoos
Aduunya kan dura
Yeroo kamiyyu Abbaa
Isa bira jirachu ibsa
β’kanafuu hojjin Abba fi
Kiristoos tokko
β yoh 5:17β
Kiristoos akkasi jedheβ #Abbaankoo hanga ammaatti hojjechaa jira;
anis nan hojjedhaβ jedhee isaaniifdeebise.
ββββββββ
βRaji_isayas 40:18
#Waaqayyoon eenyutti fakkeessituβ#Fakkeenya attamiitii wajjinis
wali bira qabduβ
β’kanafuu kiristoos ani
Akkuma Abban hojjatu nan
Hojjadha yoo, jedhe..
β’abbaa isaa wajjin wali
Qixa wani ta'efi male osoo
Wali qixa hin tanee
Dubbi raji isayasa kan
Soba godha mitti ree?
β’erga kan waqayyo fakkatu
Hin jiru tane kiristoos akkamitti wanta Abbaan
Hojjatu inni hojjachu
danda'a Reeβ
β’ kanafuu kiristoos
Waaqa wani ta'efi akkasi
Jedhe
β¬β¬β¬β¬β¬
Lakki kiristoos
#Nama mariyaami irra
Dhalate jedhu musilimooniβ
πΉdeebin keenya
=kuni soba guddadha
Nutti kanati hin fudhanu
β kanafuu kiristoos
Ilma mariyaami fi ilma
Waaqayyo jenne Amana
Male, ilma maariyami
Qofa jenne hin Amanuu
= kanafuu ilma
Mariyaami kan jennu
Fooni nama wani ishe irra
Fudhatef ilma mariyaami jenna (yoh 1:14)
βilma waaqayyo kan
Jennu immo waaqayyo
Wani ta'ef ("yoh 1:1)
β Amala lama irra, amala
Tokko jenna.
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
Musilimooni yero
Odeessan wanta beekan
Itti fakkaataβ garuu itti
Gowwumma isaani odeessu..
β’ser.keesa.deebi 32:1-7β
Yaa samiiwwan, #gurra
keessan asi qabaa, ani
nan dubbadha,
#Laftis dubbii afaan kootii
haa, dhageessu.
#Barumsi koo akka
bokkaattini rooba;
Dubbiin koo akka
fixeensaatti ni coccopha
Akkuma rooba marga irratti
tiifuu Akkuma bokkaa hedduu #biqiltuu irratti roobuu tis.
Ani maqaa waaqayo nan labsa.Waaee guddina Waaqa keenyaa dubbadhaa
Inni Qarsaa dha, wanti inni
godhu mudaa hin qabu;
Daandiiwwan isaa hundi
#haqa qabeessa dha.
Inni Waaqa amanamaae matumaa haqa
hin jalisnedha
Inni qajeelaa fi sirrii dha.
Hammina kan raawwate
isaani.Isaan #ijoollee isaa miti, hirinni isaa kanuma isaanii ti.
Isaan dhaloota jalaa fi micciiramaa dha!
πΉisin yaa saba #gowwaa
fi ogummaa hin qabne
nana,waqayyo irratti akkana gochuu qabduu?
Abbaan keessan inni isin
uume,
Inni isin tolchee fi cimsee
isin dhaabe isa mitii?
Guyyoota durii yaadadhaa;
Baroota dhaloota darbaniis
qalbeeffadhaa.
#Abbaa kee gaafadhu, inni
sitti himuu dandaa;
#Jaarsolii kee gaafadhu, isaanis si beeksisu
ββββββββ
#α°αα«α΅ ααα₯ α α΅αα‘α₯ α₯αα α₯ααα«ααα€ αα΅αα α¨α αα ααα½ α΅α΅αα’(αα³αα 32:1)
πΉFar 74:22-23
β’Yaa Waaqayyo kai,
dhimmaseeraa kee
irrattis #falmi.
inni #gowwaan guyyaa guutuu hammam akka si, #arrabsu yaadadhu.
β link kan xuqa seenaπ
πΉ@haadha_Waaqa_naJaladha

πΉπkutaa_15ffΒͺΒͺββπΊ
π£ Gaafi fi Deebi
ββ Musilimootaββ
β Yohaannis 6:38π
#Ani samii irraa kanan
dhufe, #fedhii isa na erge
sanaa #raawwachuuf
malee, fedhii #ofii _koo raawwachuuf miti
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π Ύ Muslimooni akkasii
jedhanii, #Kiristoos_Ergamadha.
Osoo #Waaqayyo taβe jiratee
fedhi koo,rawwachu qaba jedha ture.....β
kanafuu inni homaa
gochuu
Hin danda'u jedhu...β
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πΌ=Deebi.......ππ
=jalqabaa dura Kiristoos
eessaa Dhufe, yoo, jennee
Sami irra akka Dhufe namni
Kamiyyu Amanu qaba
π Ύ πYoh 6:38πYoh 3:13ππ Ύ
πΉAbbaan Kiristoos Ergee
Yero jennuu samii irraa gara
Lafati gadi dhufe namoota
akka inni Fayyisuuf.
πΉ Kiristoos Ani #fedhii
Abbaa koo, rawwachuun
Dhufe,jedhee jira, Kuni yaada
Sirridha =fedhii Abbaa isaa rawwachuun immoo Kiristoos
Dhuguma ilma Waaqayyo
ta'u isa mul'isa
π ° osoo Kiristoos fedhii Abbaa isaa hin rawwatuu taβe, Kiristoos ilma Waaqayyo miti, maalif
Yoo, jennee, fedha Abbaa
Rawwacha hin jiruu kaa.
πΉKitaabni #Qulqulluun
akkasii Jedha,"
βYohaannis 8:39π
#Iyyaasuus akkana isaaniin jedhe: βisin #ijoollee
#Abrahaam utuu taatanii
#hojii Abrahaam hojjettu turtan.
πΉ akkuma #namni tokko anii
ilma Abrahaami jedhamuf, hojji Abrahaami gaarii sana hojjachuu qaba,Male hojji biraa
Hojjachu hin qabuu.
π Ύ Haaluma #walii_fakkaatu immoo Kiristoos ani ilma Waaqayyoti erga,jedhee hojja #Abbaa isaa rawwachu qaba
βYohaannis 5:19π
πΉ#Iyyaasuus akkana jedhee
isaaniif deebise: #Dhuguma dhuguman isiniin jedha
#ilmi waanuma #Abbaan
isaa yeroo hojjetu arge #qofa
malee, ofii isaatiin kakaee wanta tokko illee hojjechuu
hin dandau. Sababiin isaas #waanuma Abbaan #hojjetu hunda, Ilmis haaluma #walifakkaatuun
wantootuma sana hojjeta.
βYohaannis 6:38π
#Ani wantoota yommuun #Abbaa_koo_wajjin turetti
argen dubbadha;
isin garuu wantoota abbaa keessan irraa dhageessan hojjettu
β Yohaannis 6:40
Amma garuu #ana isa
#nama dhugaa Waaqayyo
#irraa #dhagae isinitti hime ajjeesuu barbaaddu.
Abrahaam kana hin goone.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
βYohaannis 6:35-37
#Iyyaasuus akkana isaaniin jedhe: β #Ani nyaata jireenyaa ti. πNamni #gara koo dhufu
#hundi matumaa hin
#beelau; #namni anatti
#amanu hundis matumaa
#hin_dheebotu.
Haata'u malee, akkuma
ani isinitti hime isin na
argitanii illee hin amantan.
Warri #Abbaan anaaf kennu #hundi gara koo ni dhufu
anis isa gara koo dhufu matumaa of irraa hin ariu
π Kiristoos Waaqayyo
Wani taβefi Abbaan nama
Hunduma Kiristoosi kennaa
π osoo inni Abbaa isaa
Wajin walii qixaa hin tanee
Akkami, namoota isatti kennuu
Qaba ree,β
π Kiristoos Waaqayyo Wani
Ta'ef Nama gara isaa dhufuu
Akka,inni hin beelofne fi dhobne
Godhe,,,,
π€mee,rajoota keessa Kani
Akkasi jedhee Eenyu gara koota
Lamata hin dhobtani,hin beeloftan kan jedhee hin jiru,π€
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
βYohaannis 16:15π€
Wanti Abbaan qabu #hundi
kan koo ti. #inni wanta kan
koo ta'e irraa #fudhatee isinitti beeksisa kanan jedhes kanumaafi.
βYohaannis 6:27-29π
#Nyaata baduuf hin hojjetinaa kanaa mannaa nyaata hin #badnee fi #jireenya
bara baraa argamsiisuuf, isa ilmi namaa isiniif kennu
sanaaf hojjedhaa;
sababiin isaas, Waaqayyo Abbaan chaappaa isaa Ilma irratti godhee mirkaneesseera.β
isaanis, β #Hojii Waaqayyoo hojjechuuf maali gochuu qabna reeββ jedhaniin
Iyyaasuus βHojiin Waaqayyoo, isinii isa inni ergetti akka
amantaniifi dhaβ jedhee
isaaniif deebise
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β Link kan xuqaa
hordofaa...πππ
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
π’πΌβ«οΈπΌπ€πΌπ€πΌππΌπ΄