Firii Qulqulloota
1.46K subscribers
19 photos
1 video
83 links
🔈"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31
Download Telegram
1Qor 6:20 "#በዋጋ ተገዝታችኋልና #ለራሳችሁ አይደላችሁም::"
(#Gatiidhaan bitamtanii jirtuti #kan_ofii keessaani mitii.)

"#ነፍሱን ስለ ወዳጆቹ ከመስጠት ይልቅ ከዚህ የሚበልጥ #ፍቅር ለማንም የለውም።"
(#Firoota ofiitif #lubbuu_ofii dabarsanii kennuu caala #jaalalii_caalu #eenyumaaf hin jiruu.) Yoh 15:13

#Waaqayyo_dhiiga isaan waan nu bitatef guutummaa dhagna keenyaa waan inni ittiin galateeffamu haa hojjenuu.

❤️#Yeroo kanas #Kennaawan eenyumtuu nuf #kennuus nura #fudhaachus hin dandeenye nuf keennerra. Isaanis
1. Qulqulleeti Durboo Maariyaam
2. Foonii Fi Dhiiga isaa
3. Cuuphaa
4. Fannoo

Kanaf #Kennaawan kana kan hin #yaadane fi hin #qabanee yoo jiraate dafee ammaa haa qabaatu......

🌹🌹🌹1ffaa Xim 6:20 "#Imaana sitiii kennaame #jabeesi_eegi."

❤️#Yaa_waaqayyoo_dhiiga keen Waan nu bitatef #galanii Fi ulfinii #bara_baran sif haa ta'uu. Ameen 🙏🙏🙏

https://t.me/firiqulqulloota

"#Wantumaa hundaaf #Waaqayyoof galanii haa ta'uu."