Firii Qulqulloota
1.46K subscribers
19 photos
1 video
83 links
🔈"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31
Download Telegram
"#Cubbuu_keenyaf_gaabbii haa galuu"

"#Deddeebistee yoo cubbuu hojjette illee gaabbii gali; #Manni_Kiristaanaa mana yaalaati malee #mana&murtii miti waan taateef!

#Badiiwwan hojjenneef, tarii biyya lafaa kanarratti adabbii jalaa #miliquuu dandeenya ta'a. #Garuu hojii yaraa hojjenne hundumaaf guyyaan itti adabamnu ni dhufa; #yeroo sana kan nu #fayyisu hin jiru!"

#QulqulluuYohaannis_Afaan_Warqee

https://t.me/firiqulqulloota

"#Wantumaa hundaaf #Waaqayyoof galanii haa ta'uu."