Firii Qulqulloota
1.63K subscribers
30 photos
1 video
95 links
🔈"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31
Download Telegram
"#Wanti_hunduu_yeroo_qaba "
(#ነገር_ሁሉ #ጊዜ አለው። ) መክ 3:1


🙏Wanti hundinuu yeroo qaba,
wanti bantii waaqaa jala jiru hundinuu yeroo qaba.

🌹Dhalachuun yeroo qaba, du'uunis yeroo qaba; dhaabuun yeroo qaba, isa dhaabame buqqisuunis yeroo qaba.

Ajjeesuun yeroo qaba, fayyisuunis yeroo qaba; diiguun yeroo qaba, ijaaruunis yeroo qaba.

😭Boo'uun yeroo qaba, kolfuunis yeroo qaba; gadduun yeroo qaba, sirbuunis yeroo qaba.

🙏Dhagaa bittimsuun yeroo qaba, dhagaa walitti qabuunis yeroo qaba; ammachuun yeroo qaba, ammachuu dhiisuunis yeroo qaba

🙏Barbaaduun yeroo qaba, barbaaduu dhiisuunis yeroo qaba; kaa'uun yeroo qaba, gatuunis yeroo qaba.

🤭Baqaqsuun yeroo qaba, hodhuunis yeroo qaba; calluma jechuun yeroo qaba, dubbachuunis yeroo qaba.

Kanaf wanta hundaa #yeroo qabnuti #haala Fi #sirnaan haa fayyadamnuu

🌹Mul Yoh 2:10 "#Hanga du'atii Kana #amanamtee ta'ii"

https://t.me/firiqulqulloota

"#Wantumaa hundaaf #Waaqayyoof galanii haa ta'uu"" 🙏