Ethio-Terit SACCOS Official Channel
448 subscribers
681 photos
39 videos
183 links
አልመው ይቆጥቡ አቅደው ይበደሩ!
Kaayyoon qusadhaa, karooraan liqeeffadhaa!

Save purposely, borrow strategically!
Download Telegram
Forwarded from Aboma Ejara
የደቡብ ምስራቅ ገዳ ባንክ ዲስትሪክት ዳይሬክተር የሆኑት አቶ ወለቡማ ተስፋዬ የ3ተኛ ዓመት 7ተኛ ዙር መደበኛ ጠቅላላ ጉባዔ ላይ ተገኝተው የማህበሩን ሁለንተናዊ ስኬት እና አሰራር በማድነቅ የገዳ ባንክ ከማህበሩ ጋር ወደፊት በሰፊው እንደሚሰራ ሲናገሩ!

‎ Daayireektara 'District' Kibba Bahaa Baankii Gadaa kan ta'an Obbo Walabummaa Tasfaayee Yaa'ii Idilee Walii Galaa Waggaa 3ffaa, marsaa 7ffaa waldaa keenyaarratti argamuun hojimaataa fi milkaa'ina waldichaa ajaa'ibsifachuun gara fuulduraatti Baankiin Gadaa waldaa keenya waliin akka hojjetu yemmuu dubbatan
👍2
Forwarded from Aboma Ejara
ኢትዮ ጥሪት ቁ/ ብ/ኃ/የተ/መ/ህ/ስ/ ማህበር ቤተሰቦች በማህበሩ የ3ኛ ዓመት 7ኛ ዙር መደበኛ ጠቅላላ ጉባኤ ላይ

‎ Maatii Waldaa Hojii Gamtaa Bu'uuraa Qusannoofi Liqii Itiyoo-Xirriit, Yaa'ii Idilee Walii Galaa Waggaa 3ffaa, marsaa 7ffaa irratti
2
Forwarded from Aboma Ejara
ምን የተለየ ያደርገናል?

1.የብድር አገልግሎት ከመስጠት ባሻገር  አባላት አዋጭነት ባለው የሥራ ዘርፍ ላይ እንዲሰማሩ በቂ የምክርና የስልጠና አገልግሎት የምንሰጥ በመሆኑ
2.በዘርፉ ሙያዊ ብቃት ያላቸው ሰራተኞችን ይዘን ቀልጣፋና ፈጣን አገልግሎት የምንሰጥ በመሆኑ
3.በማንኛውም ጊዜ እና ወቅት አባላት የፍላጎት ቁጠባ ወጪ የሚያደርጉበት አሰራር ዘርግተን አገልግሎት

እየሰጠን በመሆኑ
4.በደመወዝ ዋስትና ብቻ እስከ 500,000 ማበደራችን

NB:- የደመወዝ ዋስትና ብድር መስፈርቶች:-

-የማሕበሩ አባል መሆን
-መደበኛ ቁጠባን ሳያቆራርጡ መቆጠብ
-የብድሩን መጠን ከ25% ጀምሮ ቅድመ ቁጠባ መቆጠብ
-ትክክለኛ የገቢ ምንጭ ማቅረብ
-ዋስ የሚሆነው ሰው በማህበራችን ፎርማት መሰረት ከሚሰራበት ድርጅት ላይ ደብዳቤ ማፃፍ
-የታደሰ የቀበሌ መታወቂያ
-ዋስም ተበዳሪም ያገባ/ች ያላገባ/ች ማቅረብ
1
Forwarded from Aboma Ejara
𝗠𝗮𝗮𝗹𝘁𝘂 𝗔𝗱𝗱𝗮 𝗡𝘂 𝗧𝗮𝗮𝘀𝗶𝘀𝗮?

-Tajaajila liqii Kennuu qofa osoo    
hin taane, bu’a qabeessummaa hojii miseensonni keenya irratti bobba’uuf jiran irratti gorsaa fi leenjiiwwan garaa garaa kan kenninu ta’uu,
-Hojjettoota ogummaa fi gahumsa gahaa qabaniin tajaajila ariifataa fi si’ataa kennuu,
-Miseensonni qusannoo fedhiin qusatan yeroo barbaadanitti baafachuu danda’uu
-Wabii mindaa qofaan hanga qarshii 50,000 tti liqeessuu


𝗛𝘂𝗯:
𝗨𝗹𝗮𝗮𝗴𝗮𝗮𝗹𝗲𝗲𝗻 𝗟𝗶𝗾𝗶𝗶  𝗠𝗶𝗻𝗱𝗮𝗮𝗻 𝗞𝗲𝗻𝗻𝗮𝗺𝘂𝘂:-

-Miseensa waldaa keenyaa ta’uu,
-Qusannoo idilee osoo adda hin kukkutiin qusachuu,
-Qusannoo duraa maallaqa liqeeffattuu %25 irraa kaastee  qusachuu,
- Madda galii madaalawaa dhiyeessuu,
-Namni wabii ta’u, uunka(format) waldaa keenyaatiin xaalayaa dhaabbata keessa
hojjetu irraa barreeffatee dhiyeeffachuu,
-Liqeeffataanis, wabiinis waraqaa ragaa  fuudhaa fi heerumaa dhiyeeffachuu,
-Waraqaa eenyumaa haara’a  fi Natinal ID dhiyeeffachuu
👍21
እኛ ጋር በመሆን ወደ ስኬት ማማ መገስገስ ይፈልጋሉ ?

እኛ የም ንሰጣቸው የብድር አይነቶች፡-
----------------------------------------------
• የቤት መግዢያ ብድር እስከ 10,000,000 ብር
• የመኪና መግዢያ ብድር እስከ 5,000,000 ብር
• የደመወዝ ዋስትና ብድር እስከ 500,000 ብር
• የንግድ ስራ ብድር እስከ 5,000,000 ብር
• ለማህበራዊ ጉዳዮች ማስፈፀሚያ ብድር
እስከ 500,000 ብ ር
• የግብርና ብድር እስከ 5,000 000 ብር
• የተለያዩ የአስቸኳይ ብድሮችን እንሰጣለን
• ከወለድ ነፃ የብድር አገልግሎት

አድራሻችን፡-
-------------------------
ዋና ቢሮ-ገላን ኮንዶሚኒየም ሴንትራል
ህንፃ ላይ

የአገልግሎት ማዕከሎች:-
---------------------------------------

1ኛ አቃቂ አሃዱ ሕንፃ 4ኛ ፎቅ ላይ
2ኛ መርካቶ ሲዳሞ ተራ ህንፃ ቁጥር 3 ላይ
3. ሳሪስ የገበያ ማዕከል 3ኛ ፎቅ ላይ
4.ቡራዩ ፍቅሩ ህንፃ 2ተኛ ፎቅ ላይ
5.ኮዬ ፈጨ, ወረዳ አስተዳደር ጎን
6. ፉሪ ክፍለ ከተማ, ሰዒድ ያሲን ህንፃ ሁለተኛ ፎቅ

ለበለጠ መረጃ :-
Face book :- https://www.facebook.com/profile.php?id=100070815460611
Telegram :- https://t.me/ethioterit21
Instagrma :- https://www.instagram.com/ethioteritsaccos?igsh=
Linkedin:- https://www.linkedin.com/in/terit-saccos
Youtube:- https://youtube.com/@teritsaccos-wd9hm?si
Phone number:-
0957073701/0957076716
Nu waliin ta'uun tulluu milkaa'inaarra bahuu ni barbaadduu?
2
Ethio-Terit SACCOS Official Channel
Nu waliin ta'uun tulluu milkaa'inaarra bahuu ni barbaadduu?
Nu waliin ta'uun tulluu milkaa'inaarra bahuu ni barbaadduu?

𝗡𝘂𝘁𝗶 𝗚𝗼𝘀𝗼𝗼𝘁𝗮 𝗹𝗶𝗾𝗶𝗶 𝗸𝗲𝗻𝗻𝗮𝗮 𝗷𝗶𝗿𝘂
-----------------------------------------
-Kan bittaa manaa hanga qarshii 10,000,000
-Kan bittaa konkolaataa hanga qarshii 5,000,000
-Kan dhimmoota hawaasummaatiif oolu hanga qarshii 500,000
-Kan hojiilee dandalaatiif oolu hanga qarshii 5000,000
-Liqii Duuniyaa(Kan dhalarraa bilisaa)
-Wabii mindaatiin hanga qarshii 500,000
-Liqiiwwan yeroo ariifataa

𝗚𝗼𝘀𝗼𝗼𝘁𝗮 𝘄𝗮𝗯𝗶𝗶𝗹𝗲𝗲
---------------------------
-Wabii mindaa
-Wabii libree konkolaataa
-Wabii kaartaa manaa
-Wabii waliif waliinii
𝗜𝗱𝗱𝗼𝗼 𝗮𝗿𝗴𝗮𝗺𝗮 𝗸𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮𝗮
---------------------------------------
𝗪𝗮𝗮𝗷𝗷𝗶𝗿𝗮 𝗺𝘂𝘂𝗺𝗺𝗲𝗲:-

Qaallittii Koondominiyeemii Galaan, gamoo
'Central' darbii 3ffaa

𝗚𝗶𝗱𝗱𝘂𝗴𝗮𝗹𝗮 𝘁𝗮𝗷𝗮𝗮𝗷𝗶𝗹𝗮𝗮
-----------------------------------
1.Aqaaqii, gamoo Ahaaduu darbii 4ffaarra
2.Markaatoo, Sidaamoo Taraa gamoo lakk. 3
3.Giddugala gabaa Saariis, darbii 3ffaarra
4. Buraayyuu, Gamoo Fiqiruu darbii 2ffaarra
5. Kooyyee Faccee, bulchiinsa magaalaa cinaa
6. Furii, gamoo Sa'id Yaasiin irra

𝗢𝗱𝗲𝗲𝗳𝗳𝗮𝗻𝗻𝗼𝗼 𝗱𝗮𝗯𝗮𝗹𝗮𝘁𝗮𝗮𝘁𝗶𝗶𝗳:-

Face book :- https://www.facebook.com/profile.php?id=100070815460611
Telegram :- https://t.me/ethioterit21
Instagrma :- https://www.instagram.com/ethioteritsaccos?igsh=
Linkedin:- https://www.linkedin.com/in/terit-saccos
Youtube:- https://youtube.com/@teritsaccos-wd9hm?si
Phone number:-
0957073701/0957076716
Forwarded from Aboma Ejara
የተሻለ እና ደማቅ ነገን ለመፍጠር ፣ ህይወትዎን በውበት እና በብሩህ ተስፋ ለመሙላት ኢትዮ ጥሪት አለለዎት!
ለበለጠ መረጃ:-

Face book :- https://www.facebook.com/profile.php?id=100070815460611
Telegram :- https://t.me/ethioterit21
Instagrma :- https://www.instagram.com/ethioteritsaccos?igsh=
Linkedin:- https://www.linkedin.com/in/terit-saccos
Youtube:- https://youtube.com/@teritsaccos-wd9hm?si
Phone number:- 0957073701/0957076716
3