Waldaan Hojii Gamtaa Qusannoofi Liqii Itiyoo Xirriit teknooloojii haala kenniinsa tajaajilasaa ammayyeessu irratti leenjii leenjistootaa marsaa jalqabaa kennaa jira
Ebla 28,2017
Taajiloota qusannoo, liqiifi gorsa garaa garaa miseensota isaatiif kennaa kan jiru, W/H/G/Q/ L/ Itiyoo Xirriit, tekinooloojii haala kenniinsa tajaajilaa isaa ammayyeessu irratti dhaabbata ‘ETECH Portal System’ jedhamee beekamu waliin walta'uun waajjira muummee waldichaatti leenjii leenjistootaaf kennaa jira.
Tekinooloojiin kunis, haala kenniinsaafi too’annoo hojimaata waldichaa daraan kan salphisuufi amanamummaa waldichaa akkasumas, iftoomina hojii maata waldichaa ifa ni taasisa jedhamee abdatama.
Waldichi erga hundeeffamee kaasee tajaajiloota qabatee dhufe hawaasa biraan gahuuf halkanii guyyaa amanamummaafi haqummaadhaan hojjeechaa kan ture fi jiru yoo ta’u, tekinooloojii haala kenniinsa tajaajila isaa ammayyeessu irratti leenjistootaaf kennaa jira.

ኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ኃ/የተ/መ/ ህብረት ስራ ማህበር ለአባላቶቹ የግንዝቤ ማስጨበጫ ስልጠና መስጠቱን ቀጥሏል።
ኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ኃ/የተ/መ/ ህብረት ስራ ማህበር በዛሬው ቀን ገላን ኮንዶሚኒየም በሚገኘው ዋና መ/ቤት ለ አባላቶቹ እየሰጠ ያለው ስልጠና እንደቀጠለ ነው ።
ስልጠናው የተሰጠው በማህበሩ የፋይናንስ ክፍል ኃላፊ በሆኑት በአቶ አበበ ጋዲሳ ሲሆን ለአባላት የህብረት ስራ ማህበራትን መርሆዎች፣የአባላትን መብትና ግዴታዎች ፣የብድር መስፈርቶች እንዲሁም የኢትዮ ጥሪት የቁጠበና ብድር ኃ/የተ/መ/ ህብረት ስራ ማህበር ከሌሎች ህብረት ስራ ማህበራት የሚለይባቸው አገልግሎቶች ግንዛቤ ማስጨበጥ ነው።
ስልጠናው በአባላቶቹ የተለያዩ ጥያቄዎች የተነሱበት ሲሆን ለጥያቄዎቹም በአቶ አበበ ጋድሳ የተመለሱ ሲሆን በማህበሩ የማኬቲንግ እና ቢዝነስ ዲቭሎፕመንት ዳይሬክተር በሆኑት ዶ/ር አታክልት ሀይሉ ተጨማሪ ማብራሪያ ተሰቶባቸዋል።
ማህበሩ ከሚሰጠው መደበኛ አግልግሎት ተጨማሪ አባላቶቹ ስኬታማ እንዲሆኑ እና የቁጠባ እና ብድር አጠቃቀም ብቃታቸው እንዲሻሻል እያደረገ ያለውን መልካም ስራ በማድነቅ ከስልጠናው ብዙ እንዳተረፉበት ይህም ቀጣይነት እንዲኖረው በማለት ገንቢ አስተያየቶቻቸውን እና ምስጋናቸውን ችረዋል።

Waldaan Hojii Gamtaa Bu’uuraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, miseensota isaatiif leenjii hubannoo kennuu eegale guyyaa har’aas kenne
❤1
Ethio-Terit SACCOS Official Channel
Waldaan Hojii Gamtaa Bu’uuraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, miseensota isaatiif leenjii hubannoo kennuu eegale guyyaa har’aas kenne
Waldaan Hojii Gamtaa Bu’uuraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, miseensota isaatiif leenjii hubannoo kennuu eegale guyyaa har’aas kenne
Finfinnee, Caamsaa, 9/2017 ALI
Waldaan Hojii Gamtaa Bu’uuraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, waajjira muummee isaa kan Koomdoominiyeemii Galaanitti argamutti, miseensota isaatiif leenjii hubannoo kennuu eegale guyyaa ha’aas kenne
Haaluma yeroo darbeetiin, leenjicha kan kennan Itti gaafatamaa Kutaa Faayinaansii Waldichaa kan ta’an Obbo Abbabaa Gaaddisaa yoo ta’u, kaayyoon leenjichaa faayidaalee fi qajeelfamoota waldaalee hojii gamtaa, mirgaa fi dirqama miseensotaa fi ulaagaalee liqiif barbaachisan irratti hubannoo kennuuf akka ta’e dubbatame.
Leenjiin kun adda-durummaan qabxiilee akka faayidaalee waldaalee hojii gamtaa fi qajeelfamoota waldaalee hojii gamtaa, mirgaafi dirqama miseensota W/H/G/B/Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriitii fi wantoota W/H/G/B/Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, waldaalee biroorraa adda taasisan irratti kan xiyyeeffate yoo ta’u, leenjii barbaachisaa akka ta’e namoonni yaada isaanii kennan dubbatan.
Miseensonni leenjicha fudhatanis leenjichatti gammadoo ta’uu isaanii ibsachuun, gaaffileefi yaada isaanii qooddataa turan.
Daarektera olaanaa gabaa fi biizinasii waldichaa kan ta’an Dr. Ataakilti Hayiluu gama isaanitiin, W/H/G/B/Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, waldaa hawaasa tajaajiluuf mul’ata bal’aa qabatee ka’e waan ta’eef, waliin taanee gara fuulduraatti adeemuun barbaachisaadha jedhan.
Dr. Ataakilti Hayiluu dubbii isaanii keessatti, leenjiin kun miseensota hundaafuu bifa walfakkaatuun kan kennamu ta’uu dhaaman.

👍1
የኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ኀ/የተ/የህ/ስ/ማ በየሳምንቱ ለአባላቶቹ የሚሰጠውን ስልጠና ለ3ኛ ዙር ዛሬም ሰጥቷል ።
አዲስአበባ 16/9/2017
በዋናነት የቁጠባ የብድር ና የማማከር አገልግሎት እየሰጠ የሚገኘው የኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ኀ/የተ/የህ/ስ/ማ በየሳምንቱ ለአባላቶቹ የሚሰጠውን ስልጠና ለ3ኛ ዙር ገላን ኮንደሚኒየም በሚገኘው በማህበሩ ዋና ቢሮ ዛሬም ሰጥቷል ።
ስልጠናውንም የሰጡት የማህበሩ ምክትል ስራ አስፈፃሚ የሆኑት አቶ ሙላቱ በዕደ ሲሆኑ ስልጠናው በየሳምንቱ የሚቀጥል እና ለሁሉም የማህበሩ አባላቶች እንደሚደርስም ተናግረዋል ።
የስልጠናው ይዘቶችም ስለ ሕብረት ስራ ማህበራት ጥቅሞች እና መርሆዎች ፣ የኢትዮ ጥሪት አባላት መብት ና ግዴታዎች ፣ የብድር መስፈርቶች ፣ እና ከሌሎች መሰል ማህበራት የሚለይባቸውን እና መሰል ጉዳዮችን ይዟል።
በስልጠናው ላይም የማህበሩ የማርኬቲንግ እና ቢዝነስ ዴቨሎፕመንት ዋና ዳይሬክተር የሆኑት አቶ ዶ/ር አታክልት ኀይሉ በበኩላቸው የማህበሩ አባላቶች በዚህ ስልጠና በተገቢው መንገድ እየተሳተፉ ማህበሩንም ሆነ ራሳቸውን እንዲጠቅሙ ጥሪ አቅርበዋል ።
በስልጠናው ከተሳተፉት አባላቶች መሀከል አቶ አጀማ መርጋ የተባሉ ሰልጣኝ በጠየቅናቸው ቃለ መጠይቅ ይህ አይነቱ ስልጠና ተጠናክሮ መቀጠል እንዳለበት ተናግረዋል። ሌላው በስልጠናው የተሳተፉት አቶ ታገሰ መሰወሮ በበኩላቸው ከዚህ ስልጠና ብዙ ትምህርት እንዳገኙ እና በተግባር እንደሚያውሉ ተናግረዋል ።
በተጨማሪም ወ/ሮ ስንታየሁ አድማሱ ስልጠናውን ከሚጠብቁት በላይ እንደሆነባቸው እና የአስተሳሰብ አድማስን የሚያሰፈ የስራ ተነሳሽነትን እንደሚጨምር ተናግረዋል በተጨማሪም ስልጠናው ተጠናክሮ መቀጠል እንዳለበት ሲናገሩ ተስተውሏል ።