Ethio-Terit SACCOS Official Channel
453 subscribers
681 photos
39 videos
183 links
አልመው ይቆጥቡ አቅደው ይበደሩ!
Kaayyoon qusadhaa, karooraan liqeeffadhaa!

Save purposely, borrow strategically!
Download Telegram
Waldaan Hojii Gamtaa Bu’uuraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit torbee torbeedhaan leenjii miseensota isaatiif kennaa jiru marsaa 3ffaadhaaf kenne
Ethio-Terit SACCOS Official Channel
Waldaan Hojii Gamtaa Bu’uuraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit torbee torbeedhaan leenjii miseensota isaatiif kennaa jiru marsaa 3ffaadhaaf kenne
Finfinnee, Caamsaa 16,2017 ALI

Adda-durummaan tajaajiloota qusannoo, liqii fi gorsa diinagdee garaa garaa kennuun kan beekamu, Waldaan Hojii Gamtaa Bu’uuraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit Xirriit torbee torbeedhaan leenjii miseensota isaatiif kennaa jiru waajjira isaa muummeetti guyyaa har’aa marsaa 3ffaadhaaf kenne.

Leenjicha kan kennan Itti Aanaa Hoji-raawwachiisaa Olaanaa waldichaa kan ta’an, Obbo Mulaatuu Ba’idee yoo ta’an, leenjichi torban torbaniin kennamuun kan itti fufuufi miseensota mara kan wal gahu akka ta’e dubbatan.

Leenjiin kun adda-durummaan qabxiilee garaa garaa of keessaa kan qabu yoo ta’u, kanniin keessaa faayidaalee waldaalee hojii gamtaa fi qajeelfamoota waldaalee hojii gamtaa, mirgaafi dirqama miseensota W/H/G/B/Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, akkasumas wantoonni W/H/G/B/Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, waldaalee biroorraa adda taasisan isaan ijoodha.

Daarektera olaanaa gabaa fi biizinasii waldichaa kan ta’an Dr. Ataakilti Hayiluu gama isaanitiin, miseensonni waldichaa martuu harka walqabatee furtuu rakkoowwan garaa garaa ta’uuf leenjiin akkanaa barbaachisaadha jedhan.

Miseensota leenjicha fudhatan keessaa tokko kan ta’an obbo Ajjamaa Margaa af-gaaffi taasisneen, leenjichi jabaatee itti fufuu akka qabuu fi leenjichatti gammadaa ta’uu kaasan.

Obbo Tamasgeen Masaweroo gama isaanitiin leenjicharraa barnoota hedduu argachuu akka danda’an kaasu.

Adda Sintaayyoo Admaasuu miseensota leenjicha fudhatan keessaa nama biroo yoo ta’an, leenjichi hubannoo duraarratti wantoota baay’ee akka dabaleef kaasu.

Adde Sintaayyoon, danda’amnaan leenjiin akkanaa guyyaa guyyaanuu yoo kenname bu’a qabeessa akka ta’u dhaaman.
👍1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
መላው የእስልምና እምነት ተከታዮች በሙሉ እንኳን ለ1446ኛው ለ አራፋ በዓል በሰላም አደረሳችሁ!!
በዓሉ የሰላም የጤናና የደስታ ይሆንላችሁ ።
𝗘𝗶𝗱 𝗠𝘂𝗯𝗮𝗿𝗮𝗸!

ኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር መሰረታዊ ህብረት ስራ ማህበር

ከእኛ ጋር በመሆን ወደ ስኬት ማማ ይገስግሱ!
ከእኛ ጋር በመሆን ከወለድ ነፃ ብድር አገልግሎት
----------------------------------------------
• በደመወዝ ዋስትና
• በመኪና ሊብሬ ዋስትና
• በቤት ካርታ ዋስትና
• በ ጠለፋ ዋስትና ብቻ ያገኛሉ

አድራሻችን፡-
-------------------------
ዋና ቢሮ-ገላን ኮንዶሚኒየም ሴንትራል
ህንፃ 3ኛፎቅ ላይ

የአገልግሎት ማዕከሎች:-
---------------------------------------

1ኛ አቃቂ አሃዱ ሕንፃ 2ኛ ፎቅ ላይ
2ኛ መርካቶ ሲዳሞ ተራ ህንፃ ቁጥር 3 ላይ
3ኛ ሳሪስ የገበያ ማዕከል 3ኛ ፎቅ ላይ
4ኛ ቡራዩ ፍቅሩ ህንፃ 2ተኛ ፎቅ ላይ

ለበለጠ መረጃ :-
0957073701/0957076716
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Hordoftoonni 𝗔𝗺𝗮𝗻𝘁𝗮𝗮 𝗜𝘀𝗹𝗮𝗮𝗺𝗮𝗮  hundi baga Ayyaana Harafaa  marsaa1446'ffaatiin isin ga'e.

Ayyaanichi kan jaalalaa, kan gammachuu isiniif haa ta'u!

𝗪𝗮𝗹𝗱𝗮𝗮 𝗛𝗼𝗷𝗶𝗶 𝗚𝗮𝗺𝘁𝗮𝗮 𝗕𝘂'𝘂𝘂𝗿𝗮𝗮 𝗟𝗶𝗾𝗶𝗶 𝗳𝗶 𝗤𝘂𝘀𝗮𝗻𝗻𝗼𝗼 𝗜𝘁𝗶𝘆𝗼𝗼 𝗫𝗶𝗿𝗿𝗶𝗶𝘁!

𝗪𝗮𝗹𝗶𝗶𝗻 𝘁𝗮𝗮𝗻𝗲𝗲 𝘁𝘂𝗹𝗹𝘂𝘂 𝗺𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮'𝗶𝗻𝗮𝗮𝘁𝘁𝗶  𝗵𝗮𝗮 𝗯𝗮𝗮𝗻𝘂!
𝗡𝘂 𝘄𝗮𝗹𝗶𝗶𝗻 𝘁𝗮𝗮𝗻𝗮𝗮𝗻, 𝘁𝗮𝗷𝗮𝗮𝗷𝗶𝗹𝗮 𝗹𝗶𝗾𝗶𝗶 𝗱𝗵𝗮𝗹𝗮𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗯𝗶𝗹𝗶𝘀𝗮𝗮( 𝗗𝘂𝘂𝗻𝗶𝘆𝗮𝗮),
---------------------------
     -Wabii mindaa
     -Wabii libree konkolaataa
     -Wabii kaartaa manaa
     -Wabii waliif waliinii keessaa kan isiniif mijatuun argachuu dandeessu!

𝗜𝗱𝗱𝗼𝗼 𝗮𝗿𝗴𝗮𝗺𝗮 𝗸𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮𝗮
---------------------------------------👇
https://www.facebook.com/100070815460611/videos/665401295888902/

𝗢𝗱𝗲𝗲𝗳𝗳𝗮𝗻𝗻𝗼𝗼 𝗱𝗮𝗯𝗮𝗹𝗮𝘁𝗮𝗮𝘁𝗶𝗶𝗳:-
0957073701/0957076716
ኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ኃ/የተ/መ/ ህብረት     ስራ ማህበር  ለአባላቶቹ የግንዝቤ ማስጨበጫ ስልጠና መስጠቱን በልዩ ሁኔታ ቀጥሏል።

ኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ኃ/የተ/መ/ ህብረት     ስራ ማህበር  በዛሬው ቀን  ገላን ኮንዶሚኒየም በሚገኘው ዋና መ/ቤት ለ አባላቶቹ ስልጠናውን ሰጥቷል ።

ስልጠናው የተሰጠው በማህበሩ የብድር ክፍል ሃላፊ በሆኑት አቶ ተሾመ በቀለ ሲሆን
አቶ ተሾመ በቀለ ለአባላት ከህብረት ስራ ማህበራትን ትርጓሜ ጀምረው የአባላትን መብትና ግዴታዎች ፣የብድር መስፈርቶች እንዲሁም የኢትዮ ጥሪት የቁጠበና ብድር ኃ/የተ/መ/ ህብረት ስራ ማህበር ከሌሎች ህብረት ስራ ማህበራት የሚለይባቸውን አገልግሎቶች በጥልቅ ማብራሪያ ግንዛቤ አስጨብጠዋል።


በተጨማሪም የኢትዮ  ጥሪት የቁጠበና ብድር  ህብረት  ስራ ማህበር የብድር መስፈርቶችን፣የኢትዮ ጥሪት የቁጠበና ብድር ኃ/የተ/መ/ ኅ/ስ/ማህበር  አባላት መብት እና ግዴታዎች እና ተያያዥ ነገሮችን  ያካተተ ነበር።

ከስልጠናው በኋላም አባላትን ባደረግነው ቃለመጠይቅ በስልጠናው ደስተኛ እንደሆኑ ስልጠናው መቀጠል እንዳለበት በተጨማሪም ያልሰለጠኑ አባላቶች ቢሰለጥኑ መልካም እንደሆነ ገልፀዋል ።
👍1