እንኳን ለ ኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ኃ/የተ/መ/ ህብረት ስራ ማህበር የ 3ተኛ አመት የምስረታ በዓል በሰላም አደረሳችሁ አደረሰን
------------------------------------------------------------------------------
ውድ የኢትዮ ጥሪት ቤተሰቦቻችን እንኳን ለ ኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ኃ/የተ/መ/ ህብረት ስራ ማህበር የ 3ተኛ አመት የምስረታ በዓል በሰላም አደረሳችሁ አደረሰን።
ኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ኃ/የተ/መ/ ህብረት ስራ ማህበር መገቢት 28 2014 ዓ.ም 85 አባላትን እና 184,000 ጠቅላላ ሀብት በመያዝ ከአቃቂ ቃሊት ክፍለ ከተማ ወረዳ 12 ህብረት ስራ ማህበር ፅ/ቤት ህጋዊ ፈቃድ አግኝቶ በይፋ ተመስርቶ በአጭር ጊዜ ውስጥ ብዙ አባላትን እና ግማሽ ቢሊየን ጠቅላላ ሀብት ማፍራት የቻለ ማህበራችሁ ነው ።
እናሆ ዛሬ ኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ኃ/የተ/መ/ ህብረት ስራ ማህበር ከተመሰረተ 3 አመት ሆኖታል!
ማህበሩ ከተመሰረተ ጀምሮ በእነኝህ 3 አመታት ውስጥ ለማመን የሚከብዱ አስደናቂ ስኬቶችን ማስመዝገብ ችሏል። ከእነኝህም ውስጥ በፌደራል ደረጃ የተመዘገበ መሆኑ፣በክፍለ ከተማው ዋንጫ ማንሳት መቻሉ እና ሁለት ጊዜ ለአባላቶቹ የትርፍ ተካፋይ ማድረጉ ጥቂቶቹ ናቸው ።
በመሆኑም ይህንን በተመለከተ ማህበራችሁ ኢትዮ ጥሪት የ 3ተኛ አመት የምስረታ በዓሉን በደማቅ ሁኔታ ለማክበር ዝግጅቱን አጠናቋል።
ስለሆነም በድጋሜ ሁላችሁንም በየአላችሁበት እንኳን አደረሳችሁ እያለ መልካም ምኞቱን ይገልጻል።

Ethio-Terit SACCOS Official Channel
Baga guyyaa hundeeffama waggaa 3ffaa Waldaa Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriitiin isin gahe, nu gahe!

-------------------------------------------------------------------
Kabajamtoota maatiiwwan Waldaa Hojii Gamtaa Bu’uuraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, baga guyyaa hundeeffama waggaa 3ffaa Waldaa Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriitiin isin gahe, nu gahe!
Waldaan keessan Waldaa Hojii Gamtaa Bu’uuraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, Bitootessa 28/2014 A.L.I. tti miseensota 85 fi qabeenya walii galaa Kuma 184 qofa qabatee, Kutaa Bulchiinsa Magaalaa Aqaaqii Qaallittii irraa heeyyama argachuun ifatti hundaa’ee yeroo gabaabaa keessatti miseensota hedduu fi qabeenya waliigalaa Miiliyoona dhibbaan lakkaa’amu kuufachuu kan danda’e, waldaa ittiin boontani.
Waldaan kun erga hundeeffamee waggaa sadaffaa isaa guutee, guyyicha haala hoo’aan kabajachuuf qophiitti jira.
Kabajamtoota maatiiwwan Waldaa Hojii Gamtaa Bu’uuraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, waldan keessan waggaa 3 ‘n kana keessatti milkaa’inoota ajaa’ibsiisoo hedduu galmeessisiisuu kan danda’e yoo ta’u, gara fuulduraattis kan darbe caalaa halkanii guyyaa cimee hojjeta.
Milkaa’inoota waggaa gabaabduu tana keessatti galmeesse hedduu keessaa raawwii hojii ajaa’ibaa agarsiisee fi gahumsa qabuun waldaalee hojii gamtaa akka Kutaa Bulchiinsa Magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti jiran 114 keessaa 1ffaa bahuun badhaafamaa waancaa ta’uun akkasumas, hojimaanni isaa, haalli qabiinsa qabeenya hawaasaa, haalli bulchiinsa isaa walumaa galatti haalonni isaa marti Komiishinii Waldaa Hojii Gamtaa Federaalaatiin gamaggamamaa erga tureen booda sadarkaa Federaalaatti beekamtii argachuun heeyyama fudhachuun isaa warra ijoodha.
Maarree, waldaan keessan bakka jirtan maratti baga geessan, baga geenye isiniin jedha!

አዲስ አበባ መጋቢት 28/2017 ዓ.ም
የኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ኃ/የተ/መ/ ህብረት ስራ ማህበር የ 3ተኛ አመት የምስረታ በዓል አከባበር....
Finfinnee, Bitootessa 28/2017 A. L. I
Kabaja guyyaa hundeeffama Waldaan Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Itiyoo-Xirriit
3rd Year Anniversary of Ethio-Terit SACCOS +
https://www.facebook.com/debitcredit.plc
https://t.me/ethioterit21
https://t.me/ethioterit28
Phone number:- 0957073701
0957076716

Ethio-Terit SACCOS + 3rd year Anniversary celebration!