Ethio-Terit SACCOS Official Channel
453 subscribers
681 photos
39 videos
183 links
አልመው ይቆጥቡ አቅደው ይበደሩ!
Kaayyoon qusadhaa, karooraan liqeeffadhaa!

Save purposely, borrow strategically!
Download Telegram
ኢትዮ ጥሪት ቁጠባ እና ብድር ኀላፊነቱ የተወሰነ መሠረታዊ ሕብረት ሥራ ማህበር ከባለፉት ወራቶች በተሻለ መልኩ በአባላት ቁጥር መጨመርም ሆነ የብድር አሰጣጥ ላይ አመርቂ ውጤት አስመዝግቧል።

አዲስ አበባ 23/07/2017

ለአባላቶቹ የቁጠባ፣የብድር ና የማማከር አገልግሎት እየሰጠ የሚገኘው ኢትዮ ጥሪት ቁጠባ እና ብድር ኀላፊነቱ የተወሰነ መሠረታዊ ሕብረት ሥራ ማህበር ከባለፉት ወራቶች በተሻለ መልኩ በአባላት ቁጥር መጨመርም ሆነ የብድር አሰጣጥ ላይ አመርቂ ውጤት አስመዝግቧል።

በዚህም ውጤት ሰራተኞቹ ባለፍነው ወር ባስመዘገቡት የተሻለ አፈፃፀም በመደሰቱ የማበረታቻ ሽልማትን ሰጥቷል።

በሚቀጥለው ወራትም ይሄንን ውጤት አስጠብቆ ከዚህም በተሻለ አፈፃፀም እንደሚቀጥሉ ቃል ገብተዋል።

https://www.facebook.com/debitcredit.plc
https://t.me/ethioterit21
https://t.me/ethioterit28

Phone number:- 0957073701
0957076716
Waldaan Hojii Gamtaa Bu’uuraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, ji’oota darban caalaa, ji’a kana keessa miseensota isaatiif tajaajila liqii ajaa’ibsiisaa kennuu dabalatee, miseensota hedduu horachuu danda’eera.

Finfinnee, 23/07/2017 ALI

Miseensota isaatiif tajaajiloota qusannoo, liqii fi gorsa diinagdee garaa garaa kennaa kan jiru, Waldaan Hojii Gamtaa Bu’uuraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, ji’oota darban caalaa, ji’a kana keessa miseensota isaatiif tajaajila liqii ajaa’ibsiisaa kennuu dabalatee, miseensota hedduu horachuu danda’eera.

Geggeessitoonni waldichaas, raawwiin hojii ji’aa kanaa kan nama gammachiisuu fi kan jajjabeeffamuu qabu ta’uu isaa kaasuun hojjettoota waldichaa raawwicharratti gahumsa addaa agarsiisaniif badhaasa kennan.

Raawwiin ajaa’ibsiisaa ji’a kana keessaa waldichi galmeessisees cimmee akka itti fufu, geggeessitoonni waldichaa dubbatan.

https://www.facebook.com/debitcredit.plc
https://t.me/ethioterit21
https://t.me/ethioterit28

Phone number:- 0957073701/0957076716
ኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ኃ/የተ/መ/ ህብረት ስራ ማህበር ማነው?

መነሻው ዕድር ሲሆን በወቅቱ የዕድሩ መስራች በሆኑት አቶ እንዳሻው ተገኘ አማካኝነት 85 አባላትን እና 184,000 ካፒታል በመያዝ ከአቃቂ ቃሊት ክፍለ ከተማ ወረዳ 12 ህብረት ስራ ማህበር ፅ/ቤት መገቢት 28 2014 ዓ.ም ህጋዊ ፈቃድ አግኝቶ በይፋ የተመሰረተ ህብረት ስራ ማህበር ነው።

ማህበሩ ከተመሰረተበት ቀን ማለትም መገቢት 28 2014 ዓ.ም ጀምሮ ለማመን የሚከብዱ ተዓምራዊ ስኬቶችን ለማሳካት ችሏል።

በአቃቂ ቃሊቲ ካሉት መሰል ህብረት ስራ ማህበራት ውስጥ ባለው አመርቂ የስራ አፈፃፀም እና የስራ ጥራት ተወዳድሮ በማሸነፍ የዋንጫ ባለቤት መሆን የቻለ እና እንዲሁም በአስደናቂ ፍጥነት አስፈላጊ ነገሮችን በማሟላት በፌደራል ደረጃ የተመዘገበ አግልግሎት ሰጭ ማህበር ነው።

በተጨማሪም በተመሰረተ በዚህ አጭር ጊዜ ውስጥ አባላቶቹን 2 ጊዜ የትርፍ ክፍፍል ተጠቃሚ ማድረግ የቻለ እና በዋናነት በቁጠባ፣ብድርና የማማከር አገልግሎት ላይ ትኩረት አድርጎ ማህበረሰቡን እያገለገለ የሚገኝ ብቸኛና ድንቅዬ ማህበር ነው።

https://www.facebook.com/debitcredit.plc
https://t.me/ethioterit21
https://t.me/ethioterit28

Phone number:- 0957073701
0957076716
Kaappitaala kuma184 irraa ka’ee yeroo gabaabaa keessatti, kaappitaala miliyoona kuma dhibbaan lakkaa’amu kuufachuu kan danda’e, Waldaan Hojii Gamtaa Bu’uuraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit eenyu?

Ka’umsi isaa Waldaa Walgargaarsa Dargaggootaa Ganda Abbichoo jedhamee waammamaa ture yoo ta’u, ka’umsa yaada yeroo sanatti dura taa’aa afoochichaa kan ta’an Obbo Indaashawu Taganyi dhiyeessaniin Bitootessa 28/2017 ALI Kutaa Bulchiinsa Maaalaa Aqaaqii Qaallittii Aanaa 12 irraa heeyyama argatee, ifatti hundaa’ee hojjiitti kan gale waldaa nama hundaati.

Raawwii hojii ajaa’ibaa agarsiisee fi gahumsa qabuun waldaalee hojii gamtaa akka Kutaa Bulchiinsa Magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti jiran 114 keessaa 1ffaa bahuun badhaafamaa waancaa ta’uu kan danda’e waldaa jaalatamaadha. Qaamolee garaa garaa irraayis waragaa ragaa gahumsaa argachuu kan danda’e, waldaa hawaasaati.

𝗚𝘂𝘂𝘁𝘂𝘂 𝗶𝘀𝗮𝗮 👇
https://www.facebook.com/debitcredit.plc
https://t.me/ethioterit21
https://t.me/ethioterit28

Phone number:- 0957073701
0957076716
👍1
መገቢት 28 2014 ዓ.ም 85 አባላትን  እና 184,000 ጠቅላላ ሀብት በመያዝ  ከአቃቂ ቃሊት ክፍለ ከተማ ወረዳ 12 ህብረት ስራ ማህበር ፅ/ቤት  ህጋዊ ፈቃድ አግኝቶ በይፋ  ተመስርቶ በአጭር ጊዜ ውስጥ ብዙ አባላትና በመቶ ሚሊየኖች የሚቆጠር ጠቅላላ ሀብት ማፍራት የቻለው ኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ኃ/የተ/መ/ ህብረት ስራ ማህበር የ3ተኛ አመት የምስረታ በዓሉን በማስመልከት ሽልማት አዘጋጅቷል።

በዚህ ሽልማት ላይ ማንኛውም ፍላጎት ያለው ሰው መሳተፍ ስለሚችል ይህ መልዕክት የደረሳችሁ አካላት ሁሉ የሽልማቱ ተሳታፊ እንድትሆኑ በማህበራችን ተጋብዛችኋል።

ኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ኃ/የተ/መ/ ህብረት ስራ ማህበር የ 3ተኛ አመት የምስረታ በዓል አከባበር ሽልማት

ስለ ሽልማቱ አይነትና ሁኔታ ከትንሽ ስዓታት በኋላ የምንሳውቃችሁ ይሆናል።

አልመው ይቆጥቡ፣ አቅደው የበደሩ!

https://www.facebook.com/debitcredit.plc
https://t.me/ethioterit21
https://t.me/ethioterit28
 
Phone number:-  0957073701
0957076716
Bitootessa 28/2014 A.L.I. tti miseensota 85 fi qabeenya walii galaa Kuma 184 qofa qabatee, Kutaa Bulchiinsa Magaalaa Aqaaqii Qaallittii irraa heeyyama argachuun ifatti hundaa’ee yeroo gabaabaa keessatti, miseensota hedduu fi qabeenya waliigalaa Miiliyoona dhibbaan lakkaa’amu kuufachuu kan danda’e, Waldaan Hojii Gamtaa Bu’uuraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, kabaja waggaa 3ffaa guyyaa hundeeffama  isaa sababeeeffachuun badhaasa qopheesseera.

Badhaasa kanarratti namni kamuu bakka jiru taa’ee hirmaachuu waan danda’uuf, irratti hirmaattanii badhaafamaa badhaasichaa  ta’uuf qophaa’aa!

Ulaagaa badhaasichaa fi gosa badhaasichaa yeroo dhiyootti isin beeksisna!

Badhaasa kabaja guyyaa hundeeffama waggaa 3ffaa Waldaa Hojii Gamtaa Bu’uuraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit!

Kaayyoon qusadhaa,  karooraan liqeeffadhaa!

https://www.facebook.com/debitcredit.plc
https://t.me/ethioterit21
https://t.me/ethioterit28
 
Phone number:-  0957073701
0957076716
ይህን መልዕክት እያነበባችሁ ያላችሁ ውድ ተከታታዮቻችን ኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር   ኃ/የተ/መ/ ኅ/ሥ/ማ የ 3ተኛ አመት የምስረታ በዓሉን በማስመልከት ሽልማት እንዳዘጋጀ እና የሽልማቱ አይነትና ሁኔታም እንደምናሳውቃችሁ  ገልፀንላችሁ ነበር።

በዚህ መሰረት  የሽልማቱ ተሻላሚ የሚሆነው በውድድሩ የሚወሰን ሲሆን የውድድሩ ሁኔታም :-

1/ ወደ  https://t.me/ethioterit28 እዚህ የቴሌግራም ግሩፕ ላይ ብዙ ሰዎችን add በማድረግ (በማቀላቀል)
2/  ዛሬ ማለትም ከቀን 24/7/2017ዓ.ም ማታ ከ ምሽቱ 12:00 እስከ ነገ ማለትም 25/7/2017 ዓ.ም ማታ 12፡00 ስዓት ይቆያል።
3/ ሽልማቱ የሚበረከትላቸውም  ከሁሉም ተወዳዳሪዎች ብዙ የሰው ቁጥር በመጋበዝ (add) በማድረግ  ከ 1ኛ-3ኛ ደረጃ መውጣት የቻሉ ሰዎች ናቸው።
     የሽልማቱ አይነትም፡-
-------------------------------------------------------
1ኛ ለወጣ 3000 ብር ወይም 3 የድርጅቱ ሼር/ዕጣ
2ኛ ለወጣ 2000 ብር ወይም 2 የድርጅቱ ሼር/ዕጣ
3ኛ ለወጣ  1000 ብር  ወይም 1 የድርጅቱ ሼር/ዕጣ ተሸላሚ ይሆናሉ።

ማሳሰቢያ፡
-------------
የቴሌግራሙ ቻናል አባል ያልሆናችሁ በዚህ  https://t.me/ethioterit28  ሊንክ ገብታችሁ ቤተሰብ በመሆን የሽልማቱ ተሳታፊ መሆን ትችላላችሁ፡፡
መልካም ዕድል!
👍1
Kabajamtoonni barreeffama kana dubbisaa jirtan marti keessan akkam jirtu? Waldaan Hojii Gamtaa Bu’uuraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit hundeeffama isaa waggaa 3ffaa sababeeffachuun badhaasa akka akka qopheesse fi haala badhaasichaas akka isin beeksisnu isin beeksifnee turre.

Haaluma kanaan badhaafamaan badhaasa kanaa dorgommiidhaan kan murteeffamu yoo ta’u, haalli dorgommichaa akka armaan gadii ta’a.

1. Garee  telegaram  https://t.me/ethioterit28 kanatti nama ‘add’ tochuun
    dorgomama
2. Har’a (24/07/2017 A.L.I) galgala sa’aatii 12:00 (local time) irraa eegalee hanga boru  
(25/07/2017 A.L.I. ) galgalaa sa’aatii 12:00 (local time) tura.
3.Nama namoota baay’ee ‘add’ tolchuun 1-3 ffaa bahetu badhaafamaa ta’a

𝗛𝗮𝗮𝗹𝗼𝘁𝗮 𝗱𝗼𝗿𝗴𝗼𝗺𝗺𝗶𝗰𝗵𝗮𝗮:-
--------------------------------------------
1ffaa kan bahe  𝗔𝗸𝘀𝗶𝘆𝗼𝗼𝗻𝗮  waldichaa 𝟯 ykn 𝗾𝗮𝗿𝘀𝗵𝗶𝗶 𝟯𝟬𝟬𝟬
2ffaa kan baheef 𝗔𝗸𝘀𝗶𝘆𝗼𝗼𝗻𝗮 waldichaa  𝟮 𝘆𝗸𝗻 𝗾𝗮𝗿𝘀𝗵𝗶𝗶 𝟮𝟬𝟬𝟬
3ffaa kan baheef 𝗔𝗸𝘀𝗶𝘆𝗼𝗼𝗻𝗮  waldichaa 𝟭 𝘆𝗸𝗻 𝗾𝗮𝗿𝘀𝗵𝗶𝗶 𝟭𝟬𝟬𝟬 𝗯𝗮𝗱𝗵𝗮𝗮𝗳𝗮𝗺𝗮.

𝗛𝘂𝗯: - Namoonni group telegramichaa keessa hin turre 𝗹𝗶𝗻𝗸   https://t.me/ethioterit28
𝗞𝗮𝗻𝗮𝗮𝗻 𝗷𝗼𝗶𝗻 𝘁𝗼𝗹𝗰𝗵𝘂𝘂𝗻 𝗵𝗶𝗿𝗺𝗮𝗮𝗱𝗵𝗮𝗮!


Phone number:-  0957073701
0957076716
👍1
ውድ ቤተሰቦቻችን ከትላንት ማታ አንስቶ ሰው አድ የማድረግ ቻሌንጅ አሁን አብቅቷል ከአንድ እስከ ሶስት የወጡ ሰዎችን በቅርቡ የምናሳውቅ ይሆናል መልካም ዕድል ።

ኢትዮ ጥሪት ቁጠባ እና ብድር መሠረታዊ ሕብረት ሥራ ማህበር


Kabajamtoota maatii Waldaa Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Itiyoo-Xirriit, dorgommiin hanga ammaatti ture. Xummureera.

Nama 1-3 bahe adda baasuun kan isin beeksisnu ta 'a.

Carraa gaariin!
Kabajamtoota maatiiwwan Waldaa Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Itiyoo-Xirriit, hundeeffama waggaa sadaffaa waldaa keenyaa sababeeffachuun Challenge qopheessuun keenya ni yaadatama.

Challenge kana namoonni 1-3ffaa bahuun xummuraan:
1. Gammachuu Mitikkuu
2. Abdulwahid Yusuuf
3. Urgeessaa Moosisaa

Namoonni dorgommii kanarratti hirmaachaa turtan hundi keessanuu guddaa galatoomaa isiniin jechaa,
warra badhaafamaa ta'aniin baga gammaddan jechuu feena.

Akkaatuma waadaa siniif galleen badhaafamtoonni badhaasa keessaan fudhachuuf lakkoofsa bilbilaa 0914086205 niin nu quunnamaa!


https://www.facebook.com/debitcredit.plc
https://t.me/ethioterit21
https://t.me/ethioterit28

Phone number:- 0957073701/0957076716
👍1
ውድ ቤተሰቦቻችን የኢትዮ ጥሪት ቁ/ብ/ኃ/የተ/መ/ኅ/ሥ/ማ 3ኛ ዓመት የምስረታ በዓልን አስመልክቶ ሰዎችን ወደ ገፃችን የመቀላቀል ውድድር (Add Challenge) አዘጋጅተን እንደነበር ይታወሳል :: በመሆኑም ከ1-3የወጡ ተሳታፊዎች ተለይተው ታውቀዋል።

ለተሳተፋችሁ ሁሉ ላቅ ያለ ምስጋናችንን እያቀረብን ከዚህ እንደሚከተለው ከ1-3 የወጡ ተሸላሚዎችን ስማቸውን እንገልፃለን።
1.ገመቹ ምትኩ
2. አብዳልዋህድ ዩሱፍ
3. ኡርጌሳ ሞሲሳ

አሸናፊዎችም እንኳን ደስ አላችሁ እያልን ቀድመን ባሳወቅናችሁ መሰረት ሽልማታችሁን በ0914086205 በመደወል መውሰድ እንደምትችሉ እናሳውቃለን።

https://www.facebook.com/debitcredit.plc
https://t.me/ethioterit21
https://t.me/ethioterit28

Phone number:- 0957073701/0957076716
2