Waldaan Hojii Gamtaa Bu'uuraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo-Xirriit, waggaa 3ffaa guyyaa hundeeffama isaa haala hoo'aa ta'een kabaje
Ethio-Terit SACCOS Official Channel
Photo

Finfinnee 29/07/2017
Waldaan Hojii Gamtaa Bu'uuraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo-Xirriit, waggaa 3ffaa guyyaa hundeeffama isaa bakka koreewwan, hundeessaa fi hoji-raawwachiisaa, akkasumas hojjettoonni waldichaa hundi argamanitti haala hoo'aa ta'een kabaje
Saganticharratti gabaasni waldichaa waggaa sadii bifa hawwataa fi nama kamiifuu galuu danda'uun Itti Aanaa Hoji-raawwachiiisaa waldichaa kan ta'an Obbo Mulaatuu Ba'ideetiin dhiyaate.
Saganticharratti kan argaman koreewwan waldichaa, yaada kennaniin, bu'aa bahii dadhabsiisaa ciminaa fi tokkummaadhaan keessa darbanii waldicha asiin gahan bifa barsiisaa ta'een kaasuun gammachuu isaanii ibsatan.
Dabalataan gara fuulduraattis miseensota hunda haqummaa fi amanamummaan tajaajiluuf kana caalaa hojjenna jedha.
Hundeessaa fi hoji-raawwachiiisaa waldichaa kan ta'an Obbo Indaashawu Tagany gama isaanitiin qormaatilee waldichi keessa darbee, jijjiirama ajaa'ibaa kanarra gahe kaasuun waldichi gara fuulduraattis Piroojektiiwwan gurguddoo miseensota waldichaa daraan humneessan qabatee dhufaa akka jiru himan.
Karaa biraatiin hojjettoonni waldichaa yaada kennaniin, maatii waldichaa ta'uu isaanii fi milkaa'ina waldichaatiif utubaa ta'uu isaaniitti gammachuu isaanitti dhagahame ibsachuun gara fuulduraattis calmaatti hojjechuuf qophaa'oo ta'uu dubbatan.
Kabajni guyyaa hundeeffamaa waggaa 3ffaa kun torbee kana keessas akka itti fufu ni abdatama!
https://www.facebook.com/debitcredit.plc
https://t.me/ethioterit21
https://t.me/ethioterit28
Phone number:- 0957073701
0957076716

Facebook
Log in or sign up to view
See posts, photos and more on Facebook.
Ethio-Terit's Committee &
3rd Year Anniversary of Ethio-Terit SACCOS +
https://www.facebook.com/debitcredit.plc
https://t.me/ethioterit21
https://t.me/ethioterit28
Phone number:- 0957073701
0957076716
3rd Year Anniversary of Ethio-Terit SACCOS +
https://www.facebook.com/debitcredit.plc
https://t.me/ethioterit21
https://t.me/ethioterit28
Phone number:- 0957073701
0957076716
ኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ኃ/የተ/መ/ ህብረት ስራ ማህበር የ3ተኛ አመት የምስረታ በዓሉን በማስመልከት ለሽልማት ፕሮግራም አዘጋጅቶት በነበረው ውድድር ላይ አሸናፊዎች በተወካዮቻቸው አማካኝነት ሽልማታቸውን ሲቀበሉ
በመረጧቸው በተወካዬቻቸው ሲበረከትላቸው
Waldaan Hojii Gamtaa Bu'uuraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo-Xirriit, namoota 'Add Challenge' waggaa 3ffaa hundeeffama isaa sababeeffachuun qopheessee turee moo'ataniif karaa bakka bu'iinsa isaan kennataniin yemmuu kennuuf!
https://www.facebook.com/debitcredit.plc
https://t.me/ethioterit21
https://t.me/ethioterit28
Phone number:- 0957073701
0957076716
በመረጧቸው በተወካዬቻቸው ሲበረከትላቸው
Waldaan Hojii Gamtaa Bu'uuraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo-Xirriit, namoota 'Add Challenge' waggaa 3ffaa hundeeffama isaa sababeeffachuun qopheessee turee moo'ataniif karaa bakka bu'iinsa isaan kennataniin yemmuu kennuuf!
https://www.facebook.com/debitcredit.plc
https://t.me/ethioterit21
https://t.me/ethioterit28
Phone number:- 0957073701
0957076716
👍2
ውድ የኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ኀላፊነቱ የተወሰነ መሰረታዊ ሕብረት ስራ ማህበር አባላት በመሉ በያላችሁበት ሰላምታችን ይድረሳችሁ እያልን ከዚህ በታች የቀረቡትን ማሳሰቢዎች ተግባራዊ እንድታደርጉ እንጠይቃለን ።
1ኛ ማንኛውም የማህበሩ አባል የሆነ ሰው መደበኛ ቁጠባን ሳታቆራርጥ መቆጠብ ይኖርበታል ።
2ኛ ማንኛውም ሰው ለማህበሩ ብር ገቢ ሲያደርግ በሞባይል ባንኪንግ የሚጠቀም ከሆነ (reason) በሚለው ቦታ ላይ እንዲገባለት የተፈለገው አባሉን ሙሉ ስም እንድትፅፉ ። በካሽ ባንክ ላይ የምታስገቡ ከሆነም (narrative) የሚለው ቦታ ላይ የአባሉን ሙሉ ስም እንድትፅፉ ።
3 ብር ስታስገቡ ሌላ ሰው የሚያስገባላችሁ ከሆነ በሌላ ጊዜ በአካል ተገኝታችሁ እንዳስገቡላችሁ በማረጋገጥ እንድትፈርሙ ።
የኢትዮ ጥሪት ቁጠባ እና ብድር ኀላፊነቱ የተወሰነ ሕብረት ስራ ማህበር ።
አልመው ይቆጥቡ
አቅደው ይበደሩ

𝗚𝘂𝘆𝘆𝗮𝗮 𝟳/𝟴/𝟮𝟬𝟭𝟳 𝗔𝗟𝗜
Kabajamtoota miseensota Waldaa Hojii Gamtaa Bu’uuraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit hundi bakka jirtan maratti nageenyi keenya isin haa qaqqabu jechaa:-
1.Miseensonni hunduu yeroo
keessan eeguun qusannoo
idilee akka qusattan,
2. Yemmuu qarshii ‘mobile
banking’ dhaan galchitan,
‘Reason’ bakka jedhutti maqaa
nama galchuu akka guuttan,
3.Yoo qaamaan baankii
deemtanii kan galchitan ta’e
ammoo, ‘Narrative’ bakka
jedhutti maqaa nama galchuu
akka guuttan,
4.Yoo namni biraa siniif galche
ammoo, qaamaan argamtanii
beeksisuun akka guuttattan
kabajaafi ulfina guddaan isin
beeksisan!
𝗪𝗮𝗹𝗱𝗮𝗮 𝗛𝗼𝗷𝗶𝗶 𝗚𝗮𝗺𝘁𝗮𝗮 𝗕𝘂'𝘂𝘂𝗿𝗮𝗮 𝗤𝘂𝘀𝗮𝗻𝗻𝗼𝗼 𝗳𝗶 𝗟𝗶𝗾𝗶𝗶 𝗜𝘁𝗶𝘆𝗼𝗼 𝗫𝗶𝗿𝗿𝗶𝗶𝘁
𝗞𝗮𝗮𝘆𝘆𝗼𝗼𝗻 𝗾𝘂𝘀𝗮𝗱𝗵𝗮𝗮, 𝗞𝗮𝗿𝗼𝗼𝗿𝗮𝗮𝗻 𝗹𝗶𝗾𝗲𝗲𝗳𝗳𝗮𝗱𝗵𝗮𝗮!

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
እንኳን ለትንሳኤ በዓል በሰላም አደረሳችሁ!
በዓሉ የሰላም እና የደስታ ይሁንላችሁ!
በዓሉ የሰላም እና የደስታ ይሁንላችሁ!
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Hordoftoonni Amantaa Kiristaanaa hundi, Baga Ayyaana du'aa ka'uutiin isin gahe! Ayyaanichi, kan jaalalaa, kan gammachuu isiniif haa ta'u!
Ethio-Terit SACCOS Official Channel
Hordoftoonni Amantaa Kiristaanaa hundi, Baga Ayyaana du'aa ka'uutiin isin gahe! Ayyaanichi, kan jaalalaa, kan gammachuu isiniif haa ta'u!
Nu waliin ta'uun tulluu milkaa'inaarra bahuu ni barbaadduu?
𝗡𝘂𝘁𝗶 𝗚𝗼𝘀𝗼𝗼𝘁𝗮 𝗹𝗶𝗾𝗶𝗶 𝗸𝗲𝗻𝗻𝗮𝗮 𝗷𝗶𝗿𝘂
-----------------------------------------
-Kan bittaa manaa hanga qarshii 10,000,000
-Kan bittaa konkolaataa hanga qarshii 5,000,000
-Kan dhimmoota hawaasummaatiif oolu hanga qarshii 5,000,000
-Kan hojiilee dandalaatiif oolu hanga qarshii 5,000,000
-Liqii Duuniyaa(Kan dhalarraa bilisaa)
-Wabii mindaatiin hanga qarshii 500,000
-Liqiiwwan yeroo ariifataa
𝗚𝗼𝘀𝗼𝗼𝘁𝗮 𝘄𝗮𝗯𝗶𝗶𝗹𝗲𝗲
---------------------------
-Wabii mindaa
-Wabii libree konkolaataa
-Wabii kaartaa manaa
-Wabii waliif waliinii
𝗜𝗱𝗱𝗼𝗼 𝗮𝗿𝗴𝗮𝗺𝗮 𝗸𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮𝗮
---------------------------------------
𝗪𝗮𝗮𝗷𝗷𝗶𝗿𝗮 𝗺𝘂𝘂𝗺𝗺𝗲𝗲:-
Qaallittii Koondominiyeemii Galaan, gamoo
'Central' darbii 3ffaa
𝗚𝗶𝗱𝗱𝘂𝗴𝗮𝗹𝗮 𝘁𝗮𝗷𝗮𝗮𝗷𝗶𝗹𝗮𝗮
-----------------------------------
1.Aqaaqii, gamoo Ahaaduu darbii 2ffaarra
2.Markaatoo, Sidaamoo Taraa gamoo lakk. 3
3.Giddugala gabaa Saariis, darbii 3ffaarra
4. Buraayyuu, Gamoo Fiqiruu darbii 2ffaarra
𝗢𝗱𝗲𝗲𝗳𝗳𝗮𝗻𝗻𝗼𝗼 𝗱𝗮𝗯𝗮𝗹𝗮𝘁𝗮𝗮𝘁𝗶𝗶𝗳:-
0957073701/0957076716

👍1
Ethio-Terit SACCOS Official Channel
እንኳን ለትንሳኤ በዓል በሰላም አደረሳችሁ! በዓሉ የሰላም እና የደስታ ይሁንላችሁ!
ከእኛ ጋር በመሆን ወደ ስኬት ማማ መገስገስ ይፈልጋሉ ?
እኛ የም ንሰጣቸው የብድር አይነቶች፡-
----------------------------------------------
• የቤት መግዢያ ብድር እስከ 10,000,000 ብር
• የመኪና መግዢያ ብድር እስከ 5,000,000 ብር
• የደመወዝ ዋስትና ብድር እስከ 500,000 ብር
• የንግድ ስራ ብድር እስከ 5,000,000 ብር
• ለማህበራዊ ጉዳዮች ማስፈፀሚያ ብድር
እስከ 5,000,000 ብ ር
• የግብርና ብድር እስከ 5,000 000 ብር
• የተለያዩ የአስቸኳይ ብድሮችን እንሰጣለን
• ከወለድ ነፃ የብድር አገልግሎት
የብድር ዋስትና አይነቶች
-------------------------------------------
• የደመወዝ ዋስትና
• የመኪና ሊብሬ ዋስትና
• የቤት ካርታ ዋስትና
• የጠለፋ ዋስ
አድራሻችን፡-
-------------------------
ዋና ቢሮ-ገላን ኮንዶሚኒየም ሴንትራል
ህንፃ 3ኛፎቅ ላይ
የአገልግሎት ማዕከሎች:-
---------------------------------------
1ኛ አቃቂ አሃዱ ሕንፃ 2ኛ ፎቅ ላይ
2ኛ መርካቶ ሲዳሞ ተራ ህንፃ ቁጥር 3 ላይ
3ኛ ሳሪስ የገበያ ማዕከል 3ኛ ፎቅ ላይ
4ኛ ቡራዩ ፍቅሩ ህንፃ 2ተኛ ፎቅ ላይ
ለበለጠ መረጃ :-

❤1