EECMY Youth Ministry
2.07K subscribers
4.11K photos
8 videos
280 links
Fellowship - Discipleship - Evangelism

1Thimothy 4:12

This is the official telegram channel of EECMY Head Office - Youth Ministry
Download Telegram
EECMY Youth Ministry
Photo
በዓለምአቀፍ ሉተራን ፈደራስዮን የተዘጋጀ የአመራር ትምህርት ፕሮግራም በአሩሻ፣ ታንዛኒያ 🇹🇿
Sagantaa Leenjii Gaggeessummaa Federeeshinii Lutaraanii Idil Addunyaatiin, Aruushaa, Taanzaaniyaatti 🇹🇿
===
እ.ኤ.አ. በ2022 ከተጀመረ ጀምሮ በአፍሪካ ላሉ የLWF አባል አብያተ ክርስቲያናት በTGLE አመራር ትምህርት ፕሮግራም ከ50 በላይ ሴቶች እና ወንዶች ተሳትፈዋል።በአሁኑ ስልጠና ከ9 የአፍሪካ ሀገራት የተወጣጡ 21 ወጣቶች በቱማይኒ ዩኒቨርሲቲ ማኩሚራ ተሳትፈዋል። ይህ የሦስተኛው ቡድን ስልጠና:- ከኢትዮጵያ፣ ላይቤሪያ፣ ማዳጋስካር፣ ማላዊ፣ ናሚቢያ፣ ናይጄሪያ፣ ደቡብ አፍሪካ፣ ዚምባብዌ እና ከአስተናጋጅ ሀገር ታንዛኒያ የተሰባሰቡ ወጣቶችን ያቀፈ ነው። ከስልጠናው በኋላ ተማሪዎች ወደ ሀገራቸው ተመልሰው ጥናትና ምርምር ያደርጋሉ።
ስልጠናው በLWF እና ከታንዛኒያ ኢቫንጀሊካል ሉተራን ቤተክርስቲያን እና የቤተክርስቲያኒቱ ዩኒቨርሲቲ ከሆነው ቱማይኒ ዩኒቨርሲቲ ማኩሚራ ጋር በ አጋርነት የተዘጋጀ ነው። ስልጠናው በዓለምአቀፍ ሉተራን ፈደራስዮን ከታንዛኒያ ኢቫንጀሊካል ሉተራን ቤተክርስቲያን እና የቤተክርስቲያኒቱ ዩኒቨርሲቲ ከሆነው ቱማይኒ ዩኒቨርሲቲ ማኩሚራ ጋር በ አጋርነት የተዘጋጀ ነው።
===
===
Sagantaa Leenjii Gaggeessummaa Federeeshinii Lutaraanii Idil Addunyaatiin, Aruushaa, Taanzaaniyaatti 🇹🇿
===
Bara 2022 irraa eegalee, waggaa keessatti Sagantaa leenjii hoggansaa kanarratti waldoota miseensa LWF Afrikaa garagaraa irraa dubartoonni fi dhiironni 50 ol hirmaataniiru. Leenjii ammaa kana irratti dargaggoonni 21 biyyoota Afrikaa 9 irraa Yunivarsiitii 'Tumaini Makumira' keessatti hirmaataniiru. Leenjiin marsa sadaffaa kun dargaggoota biyyoota Itoophiyaa, Laayibeeriyaa, Madagaskaar, Maalaawii, Naamibiyaa, Naayijeeriyaa, Afrikaa Kibbaa, Zimbaabuwee fi biyya keessummeessituu Taanzaaniyaa irraa kan of keessaa qabuudha. Leenjii booda barattoonni gara biyya isaaniitti deebi'anii qorannoo godhu.
Leenjiin kun Dhaabbata Federeeshinii Lutaraanii Idil Addunyaatii fi Waldaa Luteraanii Ivanjelikaalii Taanzaaniyaa, fi Yunivarsiitii Waldichaa, Yunivarsiitii 'Tumaini Makumira' waliin ta’uun kan qophaa’edha.
===
===

LWF Leadership Education Program (TGLE) @Arusha, Tanzania 🇹🇿
===
More than 50 women and men have participated in the TGLE Leadership Education program for LWF member churches in Africa since it started in 2022. There are 21 youth participants in the current training, 3-16 March, at the Tumaini University Makumira in Arusha, Tanzania. This third cohort comprises youth from Lutheran churches in Ethiopia, Liberia, Madagascar, Malawi, Namibia, Nigeria, South Africa, Zimbabwe and the host country, Tanzania.

After the in-person courses, students will return to their home countries to carry out research. The training is organized in partnership between the LWF, the Evangelical Lutheran Church in Tanzania, and the university of the church, Tumaini Makumira University.
===
===
https://t.me/eecmyyouthministry
https://t.me/MYSundaySchool
#LeadershipEducation #TheologicalEducation #Africa #LWFChurches #LutheranWorld #Ethiopia #Liberia #Madagascar #Malawi #Namibia, #Nigeria #SouthAfrica #Zimbabwe #Tanzania