EECMY Youth Ministry
1.83K subscribers
3.51K photos
8 videos
269 links
Fellowship - Discipleship - Evangelism

1Thimothy 4:12

This is the official telegram channel of EECMY Head Office - Youth Ministry
Download Telegram
EECMY Youth Ministry
Photo
በዓለምአቀፍ ሉተራን ፈደራስዮን የተዘጋጀ የአመራር ትምህርት ፕሮግራም በአሩሻ፣ ታንዛኒያ 🇹🇿
Sagantaa Leenjii Gaggeessummaa Federeeshinii Lutaraanii Idil Addunyaatiin, Aruushaa, Taanzaaniyaatti 🇹🇿
===
እ.ኤ.አ. በ2022 ከተጀመረ ጀምሮ በአፍሪካ ላሉ የLWF አባል አብያተ ክርስቲያናት በTGLE አመራር ትምህርት ፕሮግራም ከ50 በላይ ሴቶች እና ወንዶች ተሳትፈዋል።በአሁኑ ስልጠና ከ9 የአፍሪካ ሀገራት የተወጣጡ 21 ወጣቶች በቱማይኒ ዩኒቨርሲቲ ማኩሚራ ተሳትፈዋል። ይህ የሦስተኛው ቡድን ስልጠና:- ከኢትዮጵያ፣ ላይቤሪያ፣ ማዳጋስካር፣ ማላዊ፣ ናሚቢያ፣ ናይጄሪያ፣ ደቡብ አፍሪካ፣ ዚምባብዌ እና ከአስተናጋጅ ሀገር ታንዛኒያ የተሰባሰቡ ወጣቶችን ያቀፈ ነው። ከስልጠናው በኋላ ተማሪዎች ወደ ሀገራቸው ተመልሰው ጥናትና ምርምር ያደርጋሉ።
ስልጠናው በLWF እና ከታንዛኒያ ኢቫንጀሊካል ሉተራን ቤተክርስቲያን እና የቤተክርስቲያኒቱ ዩኒቨርሲቲ ከሆነው ቱማይኒ ዩኒቨርሲቲ ማኩሚራ ጋር በ አጋርነት የተዘጋጀ ነው። ስልጠናው በዓለምአቀፍ ሉተራን ፈደራስዮን ከታንዛኒያ ኢቫንጀሊካል ሉተራን ቤተክርስቲያን እና የቤተክርስቲያኒቱ ዩኒቨርሲቲ ከሆነው ቱማይኒ ዩኒቨርሲቲ ማኩሚራ ጋር በ አጋርነት የተዘጋጀ ነው።
===
===
Sagantaa Leenjii Gaggeessummaa Federeeshinii Lutaraanii Idil Addunyaatiin, Aruushaa, Taanzaaniyaatti 🇹🇿
===
Bara 2022 irraa eegalee, waggaa keessatti Sagantaa leenjii hoggansaa kanarratti waldoota miseensa LWF Afrikaa garagaraa irraa dubartoonni fi dhiironni 50 ol hirmaataniiru. Leenjii ammaa kana irratti dargaggoonni 21 biyyoota Afrikaa 9 irraa Yunivarsiitii 'Tumaini Makumira' keessatti hirmaataniiru. Leenjiin marsa sadaffaa kun dargaggoota biyyoota Itoophiyaa, Laayibeeriyaa, Madagaskaar, Maalaawii, Naamibiyaa, Naayijeeriyaa, Afrikaa Kibbaa, Zimbaabuwee fi biyya keessummeessituu Taanzaaniyaa irraa kan of keessaa qabuudha. Leenjii booda barattoonni gara biyya isaaniitti deebi'anii qorannoo godhu.
Leenjiin kun Dhaabbata Federeeshinii Lutaraanii Idil Addunyaatii fi Waldaa Luteraanii Ivanjelikaalii Taanzaaniyaa, fi Yunivarsiitii Waldichaa, Yunivarsiitii 'Tumaini Makumira' waliin ta’uun kan qophaa’edha.
===
===

LWF Leadership Education Program (TGLE) @Arusha, Tanzania 🇹🇿
===
More than 50 women and men have participated in the TGLE Leadership Education program for LWF member churches in Africa since it started in 2022. There are 21 youth participants in the current training, 3-16 March, at the Tumaini University Makumira in Arusha, Tanzania. This third cohort comprises youth from Lutheran churches in Ethiopia, Liberia, Madagascar, Malawi, Namibia, Nigeria, South Africa, Zimbabwe and the host country, Tanzania.

After the in-person courses, students will return to their home countries to carry out research. The training is organized in partnership between the LWF, the Evangelical Lutheran Church in Tanzania, and the university of the church, Tumaini Makumira University.
===
===
https://t.me/eecmyyouthministry
https://t.me/MYSundaySchool
#LeadershipEducation #TheologicalEducation #Africa #LWFChurches #LutheranWorld #Ethiopia #Liberia #Madagascar #Malawi #Namibia, #Nigeria #SouthAfrica #Zimbabwe #Tanzania
EECMY Youth Ministry
Photo
የLWF የአመራር ትምህርት ሰልጣኞች የታንዛኒያን ወንጌላዊት ሉተራን ቤተክርስቲያን ዋና ጽ/ቤትን ጎበኙ
-Hirmaattotni Leenjii Gaggeessummaa LWF Waajjira Olaanaa Waldaa Kiristaanaa Warra Wangeelaa Luutaraanii Taanzaaniyaa Daawwatan
-Trainers of the #LWF TGLE Leadership Education visited the head office of the Evangelical Lutheran Church of Tanzania.
===
በአሩሻ ታንዛኒያ ማኩሚራ ዩኒቨርሲቲ የLWF የአመራር ትምህርት እየተከታተሉ ያሉ ወጣቶች የታንዛኒያን ወንጌላዊት ሉተራን ቤተክርስቲያን ዋና ጽ/ቤትን ጎበኙ:: የታንዛኒያን ወንጌላዊት ሉተራን ቤተክርስቲያን በ19ኛው ክ/ዘመን መጨረሻ ከጀርመን ሀገር በመጡ ሚሽነሪዎች የተጀመረች ሲሆን በህጋዊ ደረጃ የተመሰረተችው ደግሞ በ1963እኤአ ነው:: ቤተክርስቲያኒቱ ዛሬ ላይ ወደ ከ8 ሚልዮን በላይ አባላት ያሏት ሲሆን በአባላት ብዛት ከኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተክርስቲያን መካነ ኢየሱስ በመቀጠል በዓለምአቀፍ ሉተራን ፈደራስዮን በ2ኛ ደረጃ ላይ ትገኛለች::
የቤተክርስቲያኒቱ ዋና ጽ/ቤት በአሩሻ ታንዛኒያ የሚገኝ ሲሆን: የቤተክርስቲያኒቱ የሆኑ:-
- 24 ሆስፒሎች: 148 የጤና ጣቢያዎች; በአጠቃላይ 172 የጤና ተቋማት
- ዩንቨርሲቲ እና ኮሌጆች ብዛት 5; 17 የመጀመርያ ደረጃ ት/ቤቶች; 67 ሁለተኛ ደረጃ ት/ቤቶች; 21 የቴክኒክና ሙያ ተቋማት: 9 ልዩ ድጋፍ ት/ቤቶች; በአጠቃላይ 120 የስልጠና ተቋማት
-ባለ 3 ኮከብ ደረጃውን የጠበቀ ሆቴል;
-2 የንግድ ባንኮች እና
-1 የኢንቨስትመንት ተቋም አላት::

እነኝህ ተቋማት በቤተክርስቲያኒቱ ዋና ጽ/ቤት እና የቤተክርስቲያኒቱ 28 ዳዮስሶች (ሲኖዶሶች) ሀብት ሆነው የቤተክርስቲያኒቱን የወንጌል አገልግሎት የሚደግፉ ናቸው:: መማር ከቻልን ይሄ ለኢትዮጵያ እና ሌሎች አብያተ ክርስቲያናት ትልቅ ትምህርት ነው: እግዚአብሔር ይሄን እንድንማር ዕድል ሲሰጠን ለበጎ ነው::
በአጠቃላይ ብዙ የተማርንበት ውጤታማ የጉብኝት ጊዜ ነበረ:: ክብር ለእግዚአብሔር ይሁን::
===
Dargaggoonni leenjii hoggansaa LWF'n qophaa'e Yunivarsiitii Makumiiraa, Aruushaa, Taanzaniyaatti hirmaatan waajjira muummee Waldaa Ivanjelikaalii Luteraanii Taanzaaniyaa daawwataniiru. Waldaan Ivanjelikaalii Luteraanii Taanzaaniyaa dhuma jaarraa 19ffaa keessa ergamtoota biyya Jarmanii irraa dhufaniin kan jalqabamte yoo ta’u, bara 1963ALAtti seera qabeessaan hundeeffamte. Waldaan kun har'a miseensota miliyoona 8 ol qabdu yoo ta'u, baay'ina amantootaatiin, Federeeshinii Lutaraanii Idil Addunyaatti Waldaa Kiristaanaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuusitti aanuun sadarkaa 2ffaarra jirti. Waajjirri muummeedha waldaattu Taanzaaniyaa, magaalaa Aruushaatti argama.
Waldaan Ivanjelikaalii Luteraanii Taanzaaniyaa, dhaabbilee gurguddaa garagaraa tajaajila uummataaf kennan qabdi; isaanis
- Hospitaalota 24: buufataalee fayyaa 148; Walumaagalatti dhaabbileen fayyaa 172
- Yuunivarsiitii fi kolleejota 5; manneen barnootaa sadarkaa tokkoffaa 17; manneen barnootaa sadarkaa lammaffaa 67;
-Dhaabbilee teeknikaa fi ogummaa 21: manneen barnootaa deeggarsa addaa 9; Walumaagalatti dhaabbilee barnootaa fi leenjii 120
- Hoteela abbaa sadarkaa urjii 3 qabu tokko,
-Baankota daldalaa 2 fi
-Dhaabbata invastimantii 1 qabu.

Dhaabbileen kunneen qabeenya waajjira muummee waldattii fi Daayoosisii (Sinoodoosii) 28 waldattii yoo ta’an, hojii tajaajila Wangeelaa waldattii bifa hunda-galeessaan deeggaru. Yoo barachuu dandeenye kun Itoophiyaafi waldoota birootiif barumsa guddaadha.Waaqayyo carraa kana barachuuf yeroo nuuf kennu gaarummaadhaaf.
Walumaagalatti, daawwannaa bu'a qabeessa ta'ee fi waan baay'ee irraa baranne ture. Ulfinni Waaqayyoof haa ta'u.
===
The LWF Leadership Education Trainers visited the Head Office of the ELCT, @Arusha, Tanzania
===
The Tanzanian Evangelical Lutheran Church was started by missionaries from Germany at the end of the 19th century and was officially established in 1963. Today, the church has more than 8 million members, and it ranks second in the number of members in The Lutheran World Federation Federation after The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus. The head office of the church is located in Arusha, Tanzania.

The church owns different big institutions, for example:-
- 24 hospitals: 148 health centers; A total of 172 health facilities
- Number of universities and colleges 5; 17 primary schools; 67 secondary schools; 21 technical and vocational institutions: 9 special support schools; A total of 120 training institutions
- 3 star standard hotel; -2 commercial banks and
-1 investment institution.
These institutions are the assets of the Church's head office and the Church's 28 Dioceses (Synods) and support the Church's holistic mission work.

Generally, it was a productive visit where we learned a lot. Glory be to God.

#ELCT #Africa #LWFChurches #LutheranWorld #Tanzania

@eecmyyouthministry