EECMY Youth Ministry
2.08K subscribers
4.11K photos
8 videos
280 links
Fellowship - Discipleship - Evangelism

1Thimothy 4:12

This is the official telegram channel of EECMY Head Office - Youth Ministry
Download Telegram
ልጆች እና ወጣቶች ላይ መስራት በዛሬዋና በነገዋ ቤ/ክ ላይ መስራት ነው!
The SundayService@EECMY; #Dilla Congregation
===
"ልጅን በሚሄድበት መንገድ ምራው፥ በሸመገለም ጊዜ ከእርሱ ፈቀቅ አይልም" እንደሚለው የእግዚአብሔር ቃል (ምሳሌ 22:6): ልጆችን በትክክለኛው እና በእውነተኛው የዕድገት አቅጣጫ ለመምራት የልጆች አገልግሎትን በሚገባ ማደራጀት: የልጆች መምህራንን መደገፍ: እንዲሁም ቤተሰብን በአገልግሎቱ ማሳተፍ አስፈላጊ እና ወሳኝ ነው::

-ልጆች እና ወጣቶች የዛሬ/የአሁን እና የነገ/የወደፊት ቤተክርስቲያን ናቸው::
-ልጆች እና ወጣቶች የሌሉባት ቤተ ክርስቲያን የሞተች ናት::
-ነባሩን እና የሚመጣውን ውስብስብ ዓለም (ዘመናዊነት) እንዲቋቋሙ እና እንዲያልፉ በጊዜው በቃሉ እውነት ማስታጠቅ አስፈላጊ ነው::
-ልጆች ከአዋቂዎች የበለጠ በቀላሉ የሚነኩበት የልጅነት የመጀመሪያዎቹ ዓመታት በጣም አስፈላጊ ስለሆኑ ትኩረት ሰጥቶ: ቀድሞ በእነርሱ ላይ መስራት አስፈላጊ ነው::

"ልጆች ሆይ፥ ለወላጆቻችሁ በጌታ ታዘዙ፥ ይህ የሚገባ ነውና።መልካም እንዲሆንልህ ዕድሜህም በምድር ላይ እንዲረዝም አባትህንና እናትህን አክብር፤ እርስዋም የተስፋ ቃል ያላት ፊተኛይቱ ትእዛዝ ናት። እናንተም አባቶች ሆይ፥ ልጆቻችሁን በጌታ ምክርና በተግሣጽ አሳድጉአቸው እንጂ አታስቆጡአቸው።" ኤፌ. 6:1-4

Equipping Family in a Holistic Way (Children, Youth & Parents)

📷: EECMY Dilla Congregation Media

#EECMY #SouthSynod #Dilla #Leadership #Training #Children #Youth #Family
EECMY Youth Ministry
Photo
*Ayyaanni Dargaggootaa Kabajame*
*የወጣቶች በዓል ተከበረ*

Ayyaanni Dargaggootaa WKWWMYI Sinoodoosii G/Galeessaa, Sabakaa Naqamtee, Waldaa Amantootaa Naqamtee (Haadhootti) bifa ho'aadhaan kabajameera. Ayyaanichi mata duree akka guutuu biyyaatti kenname, 'Guddina Hundagaleessa Milkaa'ina Hunda-galeessaaf: Dargaggoota Keenyaaf' jedhuun, Sagalee Waaqayyoo keessaa Luq. 2:52 bu'uura tolfachuudhaan yeroo kadhannaa, waaqeffannaa fi barumsaa bal'aadhaan kabajame. Saganticha irratti argamuudhaan, guyyaa Jimaata galgalaa kaasee hamma Dilbata saatii boodaatti mata duree kenname irratti xiyyeeffachuudhaan barumsi bal'aan guddinnaa fi milkaa'ina dargaggootaatiif ta'u kan kenname yoo ta'u, dabalataan maatiin akkaataa guddinaa fi milkaa'ina dargaggootaa tumsuu qabu irrattis amantoota waliigalaatiif barumsi bal'aan kennameera. Saganticha irratti argamuudhaan barumsa kan kennan, Daarektara Qajeelcha Ijoollee fi Dargaggoo WKWWMYI kan ta'an Wondimmaagany Uddeessaa Bidiree yoo ta'an, tajaajila faarfannaatiin immoo Faarfataa Amaanu'eel Ittaanaa turanm Walumaagalatti, sagantichi bifa milkaa'ina qabuun xumurameera.

===***===
የኢት./ወ/ቤ/ክ/መካነ ኢየሱስ የ2016ዓ.ም የወጣቶች በዓል በማዕከላዊ ሲኖዶስ፣በነቀምቴ ሰበካ ፣በነቀምቴ (እናት) ማህበረ ምዕመናን ተከብሯል። በዓሉ በሀገር አቀፍ ደረጃ ‘ሁለንተናዊ ዕድገት ለወጣቶቻችን ሁለንተናዊ ስኬት’ በሚል መሪ ቃል ሉቃ. 2:52 ላይ ያለውን ቃል መሰረት በማድረግ በጸሎት፣ በአምልኮና በትምህርት ነበር የተከበረው:: በፕሮግራሙ ላይ በመገኘት: ከአርብ ምሽት ጀምሮ እስከ እሁድ ከሰአት በኋላ በወጣቶች እድገትና ስኬት ዙሪያ ሰፋ ያለ ትምህርት የተሰጠ ሲሆን ወላጆች/ቤተሰብ የወጣቶችን እድገት እንዴት መደገፍ እንዳለባቸው ሰፋ ያለ ትምህርት ለምዕመናን ተሰጥቷል። በፕሮግራሙ ላይ በመገኘት ትምህርት የሰጡት የኢት./ወ/ቤ/ክ/መካነ ኢየሱስ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምሪያ ዳይሬክተር ወንድማገኝ ኡዴሳ ሲሆኑ በዝማሬ አገልግሎት ደግሞ ዘማሪ አማኑኤል ኢታና ነበሩ:: በአጠቃላይ በዓሉ በተሳካ ሁኔታ ተከብሮ ተጠናቋል።

📷: EECMY Nekemt Digital Media Team
#EECMY #YouthDay #Family #HolisticDevelopment #Nekemt
https://t.me/eecmyyouthministry
https://t.me/MYSundaySchool
Youth & Family Holistic Training & Conference
===@EECMY- Shashemene
Guddinnikee kallattii hundumaa haa mul'atu akkuma jedhu Sagaleen Waaqayyoo (1Xim. 4:15), dargaggootni keenya guddinni isaanii karaa hundumaan, Hunda-galeessa akka ta’uuf Waldaa Amantootaa Makaana Yesuus A.O Shaashamanneetti dargaggootaa fi maatiidhaaf barumsi kennameera. Leenjicha irratti dargaggoonni magaalaa Shaashamannee, waldaa amantootaa garagaraa irraa dhufan hirmaataniiru.
===
===
ማደግህ በነገር ሁሉ ይገለጥ እንደሚለው የእግዚአብሔር ቃል (1ጢሞ. 4፡15) ወጣቶቻችን በሁለንተዊ መልኩ ታንጸው እንዲያድጉ በሻሸመኔ አ.ኦ. መካነ ኢየሱስ ማ/ም ለወጣቶች እና ለወላጆች ትምህርት ተሰጥቷል:: በስልጠናው ላይ በሻሸመኔ ከተማ ከሚገኙ ማ/ምዕመናናት የተወጣጡ ወጣቶች እና የወጣቶች አገልግሎት መሪዎች ተሳትፈዋል::

"ሰውነትን ለሥጋዊ ነገር ማስለመድ ለጥቂት ይጠቅማልና፤ እግዚአብሔርን መምሰል ግን የአሁንና የሚመጣው ሕይወት ተስፋ ስላለው፥ ለነገር ሁሉ ይጠቅማል።" 1ጢሞ. 4:8

#EECMY #Youth #Children #Family #Empowerment
https://t.me/eecmyyouthministry
EECMY Youth Ministry
Photo
*የ ልጆች እና ወጣቶች አገልጋዮች ስልጠና፡ በምስራቅ ኢትዮጵያ: ድሬ-ዳዋ*
Leenjii Tajaajiltoota Ijoollee fi Dargaggootaa: Baha Itoophiyaatiif
===Children & Youth Ministers Training @EECMY- East Ethiopia #DireDawa
ማደግህ በነገር ሁሉ ይገለጥ እንደሚለው የእግዚአብሔር ቃል (1ጢሞ. 4፡15) ልጆች እና ወጣቶቻችን በሁለንተዊ መልኩ ታንጸው እንዲያድጉ ከምስራቅ ኢትዮጵያ የተለያዩ ማ/ምዕመናናት ለተወጣጡ የልጆች እና ወጣቶች አገልጋዮች ስልጠና ተሰጥቷል:: በስልጠናው ላይ በምስራቅ ኢትዮጵያ ከሚገኙ ማ/ምዕመናናት የተወጣጡ ወጣቶች : የወጣቶችና እና ልጆች አገልግሎት መሪዎች/አስተባባሪዎች ተሳትፈዋል:: በመጨረሻም: ለልጆች እና ወጣቶች እንዲሁም ለቤተ ክርስቲያን መሠረታዊ አገልግሎት የሚረዱ የተለያዩ መጻሕፍት በሐርድ ኮፒ እና በሶፍት ኮፒ ከሀገሪቱ ምሥራቃዊ ክፍል ላሉ ማ/ምዕመናናት ድጋፍ ተደርጓል። ክብር ለእግዚአብሔር ይሁን!

"ሰውነትን ለሥጋዊ ነገር ማስለመድ ለጥቂት ይጠቅማልና፤ እግዚአብሔርን መምሰል ግን የአሁንና የሚመጣው ሕይወት ተስፋ ስላለው፥ ለነገር ሁሉ ይጠቅማል።" 1ጢሞ. 4:8
====
*Leenjii Tajaajiltoota Ijoollee fi Dargaggootaa: Baha Itoophiyaatiif*

-Guddinnikee kallattii hundumaa haa mul'atu akkuma jedhu Sagaleen Waaqayyoo (1Xim. 4:15), ijoollee fi dargaggootni keenya guddinni isaanii karaa hundumaan, hunda-galeessa akka ta’uuf Waldaa Amantootaa WKWWMYI Baha Itoophiyaarraa dhufan garagaraatiif leenjiin Magaalaa Dirree Dawaatti kennameera. Leenjicha irratti dargaggoonni WKWWMYI Waldaa Amantootaa Baha Itoophiyaa magaalota garagaraa irraa dhufan hirmaataniiru. Waldaa Amantootaa gara Baha biyyattii jiran kanneeniif kitaabileen tajaajila hundagaleessa Waldaa Kiristaanaatiif gargaaran gara garaa 'hardcopy' fi 'softcopy'dhaan deeggarsi godhameera. Waaqayyoof galanni haa ta'u!

"Namummaa foonii cimsuuf of qoqqopheessuun wanta muraasaaf nama gargaara; nama Waaqayyoo ta'uudhaaf of qoqqopheessuun garuu,wanta baayyeedhaaf nama gargaara; jireenya ammaaf, isa dhufuufis abdiin isuma keessa jira." 1Xim. 4:8
===
===
#EECMY #Youth #Children #Family #DireDawa
@eecmyyouthministry
@MYSundaySchool
The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus
Mekane Yesus TV
***Leenjiin Dargaggoota Bifa Hunda-galeessaan Hidhachiisuu Shaakkisootti Kenname
===
Guddinnikee kallattii hundumaa haa mul'atu akkuma jedhu Sagaleen Waaqayyoo (1Xim. 4:15), dargaggootni keenya guddinni isaanii karaa hundumaan, hunda-galeessa akka ta’uuf, dargaggootni kaayoo Waaqayyo isaan uumeef adda baafatanee, kennaa fi dandeettii addaa Inni isaaniif kenneen dhiibbaa dansaa uumanee dhalootaaf eebba akka ta'anuuf, jaarraa 21ffaa beekanii, baricha bituu fi baricha keessatti dhiibbaa gaarii uumuu akka danda'anii fi mata duree garagaraa irratti, dargaggootaa fi gaggeessitoota tajaajila Dargaggootaa Sinoodoosii Adoolaa Gannaalee, waldaa amantootaa Sabakaa Shaakkisoo hundumarraa dhufaneef Waldaa Amantootaa Makaana Yesuus Shaakkisootti leenjii fi barumsi bal'aan kennameera. Leenjicha irratti dargaggoota hirmaatan dabalataan, gaggeessitoonni waldaa amantootaa garagaraa fi kan sabakaas hirmaataniiru.
Leenjicha kan kennan Daarektara Qajeelcha Ijoollee fi Dargaggoo WKWWMYI Wondmagegn Udessa Bidire fi Pirezidaantii Sinoodoosichaa Luba Geeloo Gololchaa yoo ta'an, leenjii kana irratti dargaggoonni yeroo kadhannaa fi tokkummaa bal’aa, , yeroi barnootaa, marii garee fi muuxannoo wal jijjiiruuf bal'aa qabaataniiru. Xumura leenjichaa irratti dargaggoonni, barumsa baratan irratti hundaa’uudhaan ibsa ejjannoo kan walii baafatanii, akkaataa leenjii fudhatan tajaajila isaaniitti bifa hunda-galeessaan akka ciman ibsanii jiru. Hirmaattota leenjichaatiifis ragaan hirmaannaa qindeessitootaan qophaa'e isaaniif kennamee jira. Xumura leenjii kanaa irratti dargaggoonni leenjiicha irratti hirmaatan magaalaa Shaakisootti hojii Wangeelaa babal’isuu irratti hirmaataniiru, dabalataan fiigichaa fi qulqullina magaalaa irrattis hirmaataniiru.

"Uumamni hundinuu, mul'achuu ijoollee Waaqayyoo dhimmanii eeggachaa jiru. " Roomaa 8:19

===
===
***ወጣቶችን በሁለንተናዊ መልኩ የማስታጠቅ ስልጠና በሻኪሶ ተሰጠ
===
ማደግህ በነገር ሁሉ ይገለጥ እንደሚለው የእግዚአብሔር ቃል (1ጢሞ. 4፡15) ወጣቶቻችን በሁለንተዊ መልኩ ታንጸው እንዲያድጉ: የተፈጠሩበትን ዓላማ ለይተው: እግዚአብሔር በውስጣቸው ባስቀመጠው ልዩ የተፈጥሮ ችሎታ እና ጸጋ መልካም ተጽዕኖ ፈጥረው ለትውልድ በረከት እንዲሆኑ: በተጨማሪም የ21ኛውን ክ/ዘመን ተረድተው በመልካም ተጽዕኖ መፍጠር እንዲችሉ
እና ሌሎች የተለያዩ ርዕሶች ላይ በአዶላ ገናሌ ሲኖዶስ: ከኦዶ ሻኪሶ ሰበካ ማ/ምዕመናናት ለተወጣጡ ወጣቶች እና የወጣቶች አገልግሎት መሪዎች በሻኪሶ መካነ ኢየሱስ ማ/ም ሰፊ ትምህርት እና ስልጠና ተሰጥቷል:: በስልጠናው ላይ ከወጣቶች በተጨማሪ ከኦዶ ሻኪሶ ሰበካ ማ/ምዕመናናት የተወጣጡ መሪዎቻ ተሳትፈዋል:: ስልጠናውን የሰጡት የኢ/ወ/ቤ/ክ/መካነ ኢየሱስ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምሪያ ዳይሬክተር Wondmagegn Udessa Bidire እና የሲኖዶሱ ፕረዝደንት ቄስ ጌሎ ጎሎልቻ ሲሆኑ በስልጠናው ወጣቶች: ሰፊ የጸሎት: የህብረት: የትምህርት: የቡድን ውይይት እና ልምድ ልውውጥ ጊዜ የነበራቸው ሲሆን: በስልጠናው ማጠቃለያም የጋራ የአቋም መግለጫ በማውጣት በተሰጣቸው ስልጠና መሰረት ለመትጋት ያላቸውን ቁርጠኝነት ገልጸዋል:: ለስልጠናው ተሳታፊዎችም በአስተባባሪዎች የተዘጋጀ የተሳትፎ የምስክር ወረቀት ተሰጥቷቸዋል:: በስልጠናውም ማጠቃለያ ወጣቶች በሻኪሶ ከተማ ውስጥ የወንጌል ስርጭት አድርገዋል: በተጨማሪም የጽዳት እና ስፖርታዊ የሩጫ ውድድር ላይ ተሳትፈዋል::

"የፍጥረት ናፍቆት የእግዚአብሔርን ልጆች መገለጥ ይጠባበቃልና።" ሮሜ 8:19

#EECMY #Youth #Leadership #Children #Family #Empowerment #Shakiso


Photos of the training session...👇👇👇
@eecmyyouthministry
Equipping Youth, Family & Leaders Holistically
===@EECMY #Adama Bole Congregation
Guddinnikee kallattii hundumaa haa mul'atu akkuma jedhu Sagaleen Waaqayyoo (1Xim. 4:15), dargaggootni keenya guddinni isaanii karaa hundumaan, Hunda-galeessa akka ta’uuf Waldaa Amantootaa Makaana Yesuus Boolee Adaamaatti dargaggootaa fi maatiidhaaf barumsi kennameera. Saganticha irratti gaggeessitootaa fi tajaajiltootaafis leenjiin gaggeessummaa kennameera.

"Namummaa foonii cimsuuf of qoqqopheessuun wanta muraasaaf nama gargaara; nama Waaqayyoo ta'uudhaaf of qoqqopheessuun garuu,wanta baayyeedhaaf nama gargaara; jireenya ammaaf, isa dhufuufis abdiin isuma keessa jira." 1Xim. 4:8
===
===
ማደግህ በነገር ሁሉ ይገለጥ እንደሚለው የእግዚአብሔር ቃል (1ጢሞ. 4፡15) ወጣቶቻችን በሁለንተዊ መልኩ ታንጸው እንዲያድጉ በአዳማ ቦሌ መካነ ኢየሱስ ማ/ም ለወጣቶች እና ለወላጆች ትምህርት ተሰጥቷል:: በፕሮግራሙ ለመሪዎች እና አገልጋዮች የመሪነት ስልጠና ተሰጥቷል::

"ሰውነትን ለሥጋዊ ነገር ማስለመድ ለጥቂት ይጠቅማልና፤ እግዚአብሔርን መምሰል ግን የአሁንና የሚመጣው ሕይወት ተስፋ ስላለው፥ ለነገር ሁሉ ይጠቅማል።" 1ጢሞ. 4:8
📷: EECMY @Adama Bole Congregation Digital Media Team

#EECMY #Youth #Children #Family #Leadership #Empowerment

https://t.me/eecmyyouthministry
https://t.me/MYSundaySchool
***ወጣቶችን በሁለንተናዊ መልኩ የማስታጠቅ ስልጠና በኢ/ወ/ቤ/ክ/መ/ኢ- አ/ገ/ሲ- ሰባ ዳዋ ሰበካ ተሰጠ
Leenjii Dargaggoota Bifa Hunda-galeessaan Hidhachiisuu- Sabakaa Daawwaatti
***Youth & Leaders Holistic Training @EECMY-AGS Saba Dawa Parish #Dawa
===
ማደግህ በነገር ሁሉ ይገለጥ እንደሚለው የእግዚአብሔር ቃል (1ጢሞ. 4፡15) ወጣቶቻችን በሁለንተዊ መልኩ ታንጸው እንዲያድጉ: የተፈጠሩበትን ዓላማ ለይተው: እግዚአብሔር በውስጣቸው ባስቀመጠው ልዩ የተፈጥሮ ችሎታ እና ጸጋ መልካም ተጽዕኖ ፈጥረው ለትውልድ በረከት እንዲሆኑ: በተጨማሪም የ21ኛውን ክ/ዘመን ተረድተው በመልካም ተጽዕኖ መፍጠር እንዲችሉ
እና ሌሎች የተለያዩ ርዕሶች ላይ በአዶላ ገናሌ ሲኖዶስ: ከሰባ ዳዋ ሰበካ ማ/ምዕመናናት ለተወጣጡ ወጣቶች እና የወጣቶች አገልግሎት መሪዎች በዳዋ መካነ ኢየሱስ ማ/ም ሰፊ ትምህርት እና ስልጠና ተሰጥቷል:: በስልጠናው ላይ ከወጣቶች በተጨማሪ ከሰበካው ማ/ምዕመናናት የተወጣጡ መሪዎቻ ተሳትፈዋል:: በስልጠናው ወጣቶች: ሰፊ የጸሎት: የህብረት: የትምህርት ጊዜ አሳልፈዋል::

"የፍጥረት ናፍቆት የእግዚአብሔርን ልጆች መገለጥ ይጠባበቃልና።" ሮሜ 8:19
===
Leenjii Dargaggoota Bifa Hunda-galeessaan Hidhachiisuu- Sabakaa Daawwaatti
***
Guddinnikee kallattii hundumaa haa mul'atu akkuma jedhu Sagaleen Waaqayyoo (1Xim. 4:15), dargaggootni keenya guddinni isaanii karaa hundumaan, hunda-galeessa akka ta’uuf, dargaggootni kaayoo Waaqayyo isaan uumeef adda baafatanee, kennaa fi dandeettii addaa Inni isaaniif kenneen dhiibbaa dansaa uumanee dhalootaaf eebba akka ta'anuuf, jaarraa 21ffaa beekanii, baricha bituu fi baricha keessatti dhiibbaa gaarii uumuu akka danda'anii fi mata duree garagaraa irratti dargaggootaa fi gaggeessitoota tajaajila dargaggootaa WKWWMYI Sinoodoosii Adoolaa Gannaalee, waldaa amantootaa Sabakaa Sabbaa Daawwaa hundumarraa dhufaneef Waldaa Amantootaa Makaana Yesuus Daawwaatti leenjii fi barumsi bal'aan kennameera. Leenjicha irratti dargaggoota hirmaatan dabalataan, gaggeessitoonni waldaa amantootaa garagaraa fi kan sabakaas hirmaataniiru.
Leenjii kana irratti dargaggoonni yeroo kadhannaa fi tokkummaa bal’aa, , qabaataniiru.

"Dadaan duudiin mudhachuu ijoollee Waaqaa dharraa gudda'aan eegiisatti jirti." Roomaa 8:19 (Kitaaba Woyyichaa)
"Uumamni hundinuu, mul'achuu ijoollee Waaqayyoo dhimmanii eeggachaa jiru. " Roomaa 8:19

===
===
***Youth & Leaders Holistic Training @EECMY AGS- Saba Dawa Parish- #Dawa
📷: Girma Gedo, EECMY-Dawa Congregation
#EECMY #Youth #Leadership #Children #Family #Empowerment #Dawa
@eecmyyouthministry