#Fragment #Telegram #TON
🤷♂ Waayee Tajaajiloota #Fragment irratti kennamanuu hagam beektu?
👉 Fragment platformii bittaaf gurgurtaa #telegram_usernames ittiin gaggeessuuf jalqaba hundaa'e yoo ta'u amma irratti tajaajilooota hedduu kenna.
✅ Platform kana irratti #telegram_username baayyee barbaadamoo ta'an gatii guddaan bitamu akkasumas gurguramu
✅ Dabalataanis fragment kana irratti #Telegram_Stars kan yeroo dhiyoo asitti dhufee fi kaffaltii addaa addaa ittiin raawwachuuf oolu ni gurgurama (nuti ammaaf bituu qofa dandeenya)
✅ Kana qofa miti #Telegram_Premium ofiifis ta'e hiriyaa keessaniif achirraa bituu dandeessu
✅ #Anonymous_Numbers kan telegram ittiin fayyadamuu dandeessisus achirratti ni gurgurama
✅ Inni kan biraan #Advertisers karaa fragment kanaa #ads campaign qopheessuudhaan telegram irratti #service isaanii beeksifachuu danda'u.
👉Kana hunda raawachuuf garuu cryptocurrency #TONCoin jedhamu qabachuutu barbaachisa. Yoo TONCoin hinqabaanne jalqaba isa bituu qabdu jechuudha.
👉Waayeen #fragment gabaabaatti kana fakkaata yoo isinitti tole React
godhaa 👍 🔥😍
#Fragment #Telegram #TON
Odeeffannoo teeknooloojii wayitawaaf JOIN akkasumas SHARE waliif godhaa
📢 | @ebisatech