🔗Link akkasii akka hin tuqne of eeggadhaa!

Gara marsariitii itti seentan isin geessuu booda salphaatti akkaawuntii Telegram keessan hack gochuu danda'an Adaraa linkii gara browse isin gessuuf ta'eef xiyyeeffannaa hin kenninaa.

Channel: @ebisatech
@ebisatechgroup
#Fragment  #Telegram #TON
🤷‍♂ Waayee Tajaajiloota #Fragment irratti kennamanuu hagam beektu?

👉 Fragment platformii bittaaf gurgurtaa #telegram_usernames ittiin gaggeessuuf jalqaba hundaa'e yoo ta'u amma irratti tajaajilooota hedduu kenna.

Platform kana irratti #telegram_username baayyee barbaadamoo ta'an gatii guddaan bitamu akkasumas gurguramu

Dabalataanis fragment kana irratti #Telegram_Stars kan yeroo dhiyoo asitti dhufee fi kaffaltii addaa addaa ittiin raawwachuuf oolu ni gurgurama (nuti ammaaf bituu qofa dandeenya)

Kana qofa miti #Telegram_Premium ofiifis ta'e hiriyaa keessaniif achirraa bituu dandeessu

#Anonymous_Numbers kan telegram ittiin fayyadamuu dandeessisus achirratti ni gurgurama

Inni kan biraan #Advertisers karaa fragment kanaa #ads campaign qopheessuudhaan telegram irratti #service isaanii beeksifachuu danda'u.

👉Kana hunda raawachuuf garuu cryptocurrency #TONCoin  jedhamu qabachuutu barbaachisa. Yoo TONCoin hinqabaanne jalqaba isa bituu qabdu jechuudha.

👉Waayeen #fragment gabaabaatti kana fakkaata yoo isinitti tole React
godhaa 👍 🔥😍

#Fragment  #Telegram #TON
Odeeffannoo teeknooloojii wayitawaaf JOIN akkasumas SHARE waliif godhaa


📢  | @ebisatech
✳️ #Website #AI kan photo #edit gochuuf gargaaran:

🔺1. Runway ML
- URL: https://runwayml.com/
        - AI platform enabling creative image editing with various machine learning models.

🔺2. Deep Dream Generator
   - URL:

https://deepdreamgenerator.com/
   - Online tool utilizing AI to create dreamlike and artistic image edits.

🔺3. Artbreeder
   - URL:
https://www.artbreeder.com/
   - AI-powered platform for creating and editing images by blending different visual elements.

🔺4. Remove bg
- URL:
https://www.remove.bg/
   - AI tool for automatically removing backgrounds from images, simplifying editing.

📢  | ■ @ebisatech
Hundeessan #Telegram Eenyu?
Anonymous Quiz
0%
Elon Musk
0%
Mark zukerbarg
0%
Jeff buzos
100%
Pavel Durov
#Website hojjachuuf programming bu'uura ta'e kami?
Anonymous Quiz
0%
CSS
20%
JAVA SCRIPT
80%
HTML
0%
PHP
#Payoneer mastercard akkamitti baafachuu dandeenya?

🟢🟢🟢🟢🟢

Jalqaba gara payoneer.com imaluun ykn app payoneer buufannee sign up goona. Passport dirqama isin barbaachisa. Address isaa bakka amma jiraattan galchitu!

Erga account banannee booda, gama address verification deemna. Step baay’ee ulfaataan isa kana. Gama sadiin verify gochuu dandeenya:
- bank statement
- utility bill
- rental agreement

👉 Bank statement: inni kun transaction account keetirratti raawwatame kan tarreessuudha. Bank statement biyya keenyaa yeroo heddu address hin qabu, yookiin odeeffannoo gahaa tahe ufirraa hin qabu waan taheef payoneer hin fudhatu. Kanaafuu an kana recommend hin godhu.

👉 Utility bill : kun kaffaltii bishaanii, ibsaa fi tajaajiloota hawaasaa gara garaaf isin kafaltaniidha. Inni kunis biyya keenyatti yeroo heddu address ofirraa waan hin qabneef, an kanatti isin hin gorsu.

rental agreement : inni kun walii galtee mana kiraa isiniifi nama mana isinii kireesse jiddutti ta’uudha. Biyya keenyatti document kireeffachuu kee ibsu yeroo baay’ee hin mallatteeffamu, walii galteedhaan ta’a. Nuti garuu payoneer’iif jennee walii galtee kana afaan ingiliffaan qopheessinee ittiin address verify godhachuu dandeenya.

Akkamitti ?
➡️  document kun kan ji’a sadi darbe ta’uu hin qabu.
➡️  maqaa kee(kireeffataa), maqaa kireessaa, iddoo argama manichaa, mallattoo keefi kan kireessaa ofirraa qabaachuu qaba.
➡️ hammamiif akka mana san keessa jiraachuuf deemtuufi walii galtichi turtii hangam hangamiin akka haaromfamu ibsamuu qaba.
➡️  ji’aan qarshii meeqa akka kafaltuufi manichi hangam akka bal’atu ykn kutaalee meeqa akka qabu ibsamuu qaba.
➡️

🟢 DIRQAMA mana kireeffachuun isinirra hin jiraatu. Document sobaa address keessaniin wal simu hojjattanii ittiin approve gochuu dandeessu.


✔️ Documenticha isiniif yaabbisa. Garuu edit gochuu qabdu. Bakkeewwan isin barbaachisan mallattoo diimaan dibee isinitti garsiisa.

📢  | ■ @ebisatech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
🚨 🚨 🚨 Free Course 🚨 🚨 🚨


🇺🇸 The Full Stack Web Development Bootcamp (Frontend & Backend)

🌎 Language : English
👤 Publisher : Faisal Zamir
Rate : 4.2 / 548
👥 Enroll : 45,207
💵 Price : $114 -> $0

https://www.discudemy.com/2022-the-master-in-web-development-backend-frontend
🚨 🚨 🚨 Free Course 🚨 🚨 🚨


🇺🇸 Build, Host & Manage WordPress Websites using AI [10Web]

🌎 Language : English
👤 Publisher : Khadin Akbar
Rate : 4.4 / 155
👥 Enroll : 36,896
💵 Price : $44 -> $0

https://www.discudemy.com/build-host-manage-super-fast-wordpress-websites-in-10web
The only person you are destined to become is the person you decide to be.

@ebisatech
Some things take longer… and that’s okay. Keep showing up, your time will come.

Sleep well. Reset. Tomorrow’s another chance.

Have a Peaceful & Great night!

©ICT_Yohannes
@ebisatech
It’s time to get serious about your goals,
your future, your peace, and your life.🖤

Have a Good Day.
@ebisatech
Lakkoofsa telegram accountiin ittiin baname akkamitti jijjiiruu dandeenya?

✍️Sim card telegram ittiin bananne yoo nu jalaa bade ykn hojjachuu dide step armaan gadii fayyadamnee jijiruu dandeenya.

👉Open Telegram App-> Tap on the three lines (menu) ->Settings-> phone number-> Change Number-> Change Number again to confirm-> new phone number->verification code Simcard haaraa irratti nuuf ergame-> Koodiicha itti galchuun confirm goonee jijirachuu dandeenya.

⚠️ NB: lakkoofsa haaraan itti galchinu sun Telegram account biraan kan baname ta'uu hin qabu. Yoo account biraan baname ta'e liinkii (
https://my.telegram.org/auth) kanaan fayyadamnee deactivate ykn delete gochuu qabna.

@ebisatech
Telegram Tips

✍️Namoonni nuti contact listii bilbila keenyaa irraa qabnu yeroo telegram join godhan message" joined telegram " irra deddeebiin nu rakkisa yoo ta'e  karaa setting armaan gadii sirreeffachuun ni danda'ama.

👉Akkaataa itti sirreeffannu

1. Telegram *Settings* seenna

2. *Notifications and Sounds* filanna 

3. Gara gadii siquun "*Contact joined Telegram*" jedhu arganna

4. Isaa irratti cuqaasuun, booda *Off/Disable* gochuun sirreeffachuu dandeenya.


Share👍 @ebisatech
Bilbilli keenya yoo bade location Isa argachuuf (iddoo inni jiru baruuf) furmata isaa isiinif gadhiifnu ?

👍😍React fi share godhaa.
Yoo bilbilli keenya nu jalaa bade iddoo isaa barbaaduuf kan nu gargaaru Samsung Find My Device fi Google Find my device kan jedhaman garaagarumma isaanii maal akka ta'e beektuu? Kamtu feature gaarii qaba?

👉Samsung Find My device

Fayyadamuuf Samsung account qabaachuu barbaachisa. Account kanaanis bilbila ykn computer keenya irrattti login gochuu barbaachisa. Akkasumas bilbila Samsung qofaaf barbaachisa.

Link:
https://smartthingsfind.samsung.com/

✍️Features

Bilbilli keenya remotely sagalee guddaadhaan akka yaamu gochuu dandeenya.

Bilbila keenya irraa odeeffannoo/data guututti balleessuu dandeenya.

Locatin bilbila keenya itti argamu map track fayyadamuun argachuu dandeenya (location bilbila keenyaa On ta'uu qaba).

Battery life bilbilaa extend gochuu dandeenya.

Bilbila keenya Lost mode irraa gochuu dandeenya.

battery satatus bilbila keenyaa ilaaluu dandeenya.

👇Featurota kanneen argachuuf :
1) bilbila keenya internet iŕratti connected ta'uu qaba.

2) Iddoo exact beekuuf Location ON ta'uu qaba.

👉Google Find My device

Fayyadamuuf Google account qabaachuu qabna. Bilbila keenya irrattti login gochuu qabna. Bilbila hunda irrattiyyuu ni hojjata.

Link:
https://www.google.com/android/find/

✍️Features

bilbila keenya remotely cufuu dandeenya.

battery status bilbila keenya ilaaluu dandeenya.

Bilbila keenya guutumatti remotely factory reset gochuu dandeenya.

payment information bilbila keenya irra jiru guutumatti balleessuu dandeenya.

Google account bilbila keenya irra jiru hunda sign out gochuu dandeenya.

Note!!
Kanaan dura pattern keenya yoo irraanfanne filannoo unlock jedhu waan qabuuf carraa bilbila keenya banuu qabna turree amma garuu feature kuni lamaan isaanii irrattuu hin argamu.


Share @ebisatech