Majlisa Godina Buunnoo Beddellee.
1.34K subscribers
1.22K photos
20 videos
14 files
96 links
Telegram Majlisa Godina Bunnoo Beddelle waan ta'eef Ce'umsa Hundeeffama ibsa Majlisa Federaalaa,Naannoolee fi Godinaalee fi Godinaa jalqabee hanga Aanaatti Ummata Muslima Godinicha keessatti argamu midiyaa kana join godha share Hawaasa Muslimaan ga'aa.
Download Telegram
ZAKAA FIXRII FIXIR AKKAMITTI BAASAN ? YOOM BAASAN ?
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••

"ZAKAAN_gosa laamatu jira

Isaanis

1: Zakaa horii irraa bahu (zakaatul Maal)
2: Zakaa Fixrii (Zakaatul badan)

#Zakaatul_fixriin_ Faayidaan isaa waan Sooma keenya irraa qoosaanis ta'ee waan Rabbiin hin jaallanne dalaguun kan nurraa hir'ate nuuf qulqulleessiti

Faayidaan lammaffaan_wanni karaa godhameef akka miskiinotni Guyyaa Iidaa balbala namaa Irra hin dhaabbanneef gargaara qalbii isaanii duroomsuuf.

HAMMAMTU BAHA? ?
€___

"SUGUDA TOKKO _Kana jechuun hammaarrii nama harki isaa giddu galeessaa hammaarrii afur (4) tu SUGUDA tokko yeroo kana ta'u SUGUDA 4 ykn hammaarrii harkaa nama giddu galeessaa kudha jaha (16) tu baha jechuudha

Ykn

Kiiloo lamaa(2) fi walakkaa (cinaa) dha.
"Irra Caalaan biyyoota Islaamaa keessatti kan bahaa jiru Gariin Ulamaa'ii kiiloo sadi (3) waa hanquus kiiloo sadiis (3) ni jedhan.

#Waan_akkamiitu_kennama??

"Maallaqa kennuun dhorkaadha
"Waan namni nyaatu waan itti fayyadamaa jiran kan akka

-Boqqolloo
-Ruuza
-Mishingaa
-Xaafii
-Timira
-Zabiiba fa'i

#Yeroo_akkamii_baha ??

"Yeroo bor Eida jedhan har'a galgala namarratti wajjaba.

Akkaataan itti baasan yeroo lama (2)
__€€€____

1.yeroo hata'uuf ni ta'aa fi
2.yeroo dirqama namarratti ta'u yeroo akkaan Jaallatamaa

1.Eida Guyyaa tokkoofi lama hafee kennuun ni ta'a. _garuu yeroo jaallatamtuu miti

2.yeroo akkaan jaallatamtuu _Salaata Subhii tii kaasee hanga dirree Eidaa deemuun gahutti.

Erga Salaanni Eida Salaatamee booda kunnuun hin ta'u .kun Sadaqaa ta'a malee Zakaa miti.

#Eenyu_irratti_wajjaba? ?

-Musliima hunda irratti
-guddaa fi Xiqqaa
-gabraafi bilisa irratti waajiba jechuudha.

"Yoo wanni har'a nyaatanii Bulan jiraate kennuun dirqama

Daa'imni tokko kan bor Eida Osoo "ADUUN "
hin seenin yoo dhalate Zakaan irratti waajiba

garuu erga Faxarame halkanaa'e yoo dhalate irraa hin jiru zakaan

#Nama_Akkamiitiif_kennama,??

"Nama akkaan harka qalleeyyii (Miskiinaaf ) kennama.

Zakaan Fixrii kana fakkaata Yeroon waan Raamadaanni as dhihaateef Insha Allah namni kamuu baruutu dirqama kanaaf kan hin beekne irraa fayyadama Jzkllk 🔏
#ZAKAA_FIXRII
#AKKAMITTI BA'AA ?
YOOM BA'A ?
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
#Zakaan_Gosa_2 jira
Isaanis
1: #Zakaa_horii irraa bahu (zakaatul Maal)
2: #Zakaa_Fixrii (Zakaatul badan)

#Zakaatul_fixriin Faayidaan isaa waan Sooma keenya irraa qoosaanis ta'ee waan Rabbiin hin jaallanne dalaguun kan nurraa hir'ate nuuf qulqulleessiti

Faayidaan #lammaffaan
Sababni karaa godhameef akka miskiinotni Guyyaa Iidaa balbala namaa Irra hin dhaabbanneef gargaara qalbii isaanii duroomsuuf.

#HAMMAMTU BA'A? ?

#SUGUDA_TOKKO Kana jechuun hammaarrii nama harki isaa giddu galeessaa hammaarrii afur (4) tu SUGUDA tokko yeroo kana ta'u SUGUDA 4 ykn hammaarrii harkaa nama giddu galeessaa kudha jaha (16) tu baha jechuu dha ykn Kiiloo lamaa (2) fi walakkaa dha.
"Irra Caalaan biyyoota Islaamaa keessatti kan ba'aa jiru Gariin Ulamaa'ii kiiloo sadi (3) waa hanquus kiiloo sadiis (3) ni jedhan.
#Waan_akkamiitu_kennama??

"👌 #Maallaqa kennuun dhorkaadha
"Waan namni nyaatu waan itti fayyadamaa jiran irraa kan akka
#Boqqolloo
#Ruuza
#Mishingaa
#Xaafii
#Timira
#Zabiiba fi k,k,f

#Yeroo_akkamii_baha ??
"Yeroo bor Eida jedhanii har'a galgala namarratti kennuu dirqama ta'a.

Akkaataan itti baasan yeroo lama (2)

👉1.Eida Guyyaa tokkoo fi lama hafee kennuun ni ta'a. garuu yeroo jaallatamtuu miti

👉2.yeroo jaallatamtuun Salaata Subhii tii kaasee hanga dirree Eidaa deemuun gahutti.

👌 Erga Salaanni Eidaa Salaatamee booda kunnuun hin ta'u.
kun Sadaqaa ta'a malee Zakaa miti.

#Eenyu_irratti_Dirqama ta'aa?

🔸Musliima hunda irratti
🔸Guddaa fi Xiqqaa
🔸Gabraafi bilisa irratti dirqama ta'a jechuudha.

"Yoo wanti har'a nyaatanii Bulan jiraate kennuun dirqama

👉 Daa'imni tokko kan bor Eida jedhamee Osoo #Aduun
hin seenin yoo dhalate Zakaan irratti dirqama

Garuu erga Faxarame halkanaa'e yoo dhalate irraa hin jiru zakaan
#Nama_Akkamiitiif_kennama,??
Nama harka qalleeyyii (Miskiinaaf ) kennama.

Zakaan Fixrii kana fakkaata

Yeroon isaa Xumura Raamadaanaa Waan as dhihaateef namni kamuu #Yaadachuu fi #baruutu dirqama kanaafu kan hin beekne irraa fayyadamaa.
#Share_gochuun_hawaasa
Muslimaa biraan ga'aa.
#Midiyaa_Majlisa_Godina_Buunnoo_Beddellee 🔏
#Telegraam
https://t.me/Buno_bedele_Islamic_Affairs