Mariin Darasoota Aanaa Boorrachaa magaalaa Yaanfaatti Gaggeeffame.
.....Waxabajjii 26/2016
Darasoonni Aanaa Boorrachaa magaalaa Yaanfaatti Marii bal'aa gaggeessaniin nutis akkuma Ulamoota Aanaa Boorrachaa Tokkummaa Keenya Waliin taanee cimsuu qabna Jechuun mata duree ✓Tokkummaa fi Nageenya Ulamoota ijaaramanii Hawaasa Muslimaa tajaajilaa jiranu bu'uura godhachuun nutis hoji-maata Ulamoota fi Mana Marii Dhimmoota Islaamummaatiin Darasoota Aanaa Boorrachaa keessatti argamanu Wal ijaaree hawaasa Aanaa Keenya tajaajila Amantii Akka argatanuuf Ulamoota Keenya bira dhaabannee hojjechuu qabna jedhan.
Aanaa Boorrachaatti Tokkummaa Ulamootaa diiguuf Abbaa Amantii of fakkeessun ilaalama Yaada fi Abjuu dhuunfaa isaanii milkeeffachuuf Ulamoota, Majlisa Aanaa Boorrachaa fi Hawaasa Muslimaa Aanaa Boorrachaa Akka waliitti hin dhufneef Hawaasa burjaajessaa kan jiranu Akka dhaabbachuu qaban irratti Walii galanii jiru.
Kallatti itti Aanuutti Marii isaanii Marsaa 2ffaa irra deebiin Dhimmoota hafan irratti gadi fageenyaan Marii taasisuuf Guyyaa qabatanii Sagantaa goolabaniiru.

#Madrasaan_Aanaa_Cooraa_magaalaa_Qumbaabee_Qormaata_Xumura_Samiisteera_2ffaa_Kenne.
...... Waxabajjii 27/10/2016
Madrasaan Fatihii Aanaa Cooraa Magaalaa Qumbaabeetti sagantaa qormaata Xumura Samisteera 2ffaa Barattoota Madrasaa Bara 2016 barsiisaa ture Barattoota 560 oliif kennuu jalqabeera.

Kabajamoo fi Jaallatamoo #Ustaaz_Naziif_Adam Hoggaanaa Majlisa Godina Buunnoo Beddellee dhukkubaa kan jiru yoo ta'u Mana yaalaatti deddeebi'aa kan turan Yeroo ammaa kana Gara Hospitaala Ol Aanuutti deemanii Akka yaalamantan jedhameen Gara Finfinnee #Hospitaala_Keer_Land( Care Land)tti yaalamaa kan turaniis yoo ta'u yaala dabalataa ammas Akka taasifamuuf Gara Hospitaala #Alertiitti ol dabarfamanii kan jiranu fi yeroo ammaa kana haallii fayyummaa isaanii Sadarkaa Fooyyee qabu irra jiraachuu odeeffanneerra. Kanaafuu Hawaasni Muslimaa Bakka jirtanutti Akka Rabbiin nuuf fayyisuutti Du'aa'ii Akka bira dhaabbattan isiniin Jenna.