#Namni namana nama ta'a. #Ubuntuu
Namummaan kunoo akkasi!
Nama deeggaruuf nama ta’u qofti ga’adha. Bara kana yoo kufte kan suura si kaasu malee ,kan lafaa si kaasu hin jiru/muraasa. Namoota akka Amanu’eel kanaafaa gaafa argitu immoo Nama keessa edaa namni jira jettee abdii godhatta. Amuu jabaa namaa hedduu galatoomi. Nama jechaan Nama akka kee kana ,isa gaarummaa hojjetu, isa hiyyeessa lafaa kaasu! Atis Ulfaadhu! Nus waan dandeenyu ni deeggara lakk herreegaa saaqaafi !😍👌Via Jenenus