Barsan plc ❤️❤️❤️❤️❤️
177 subscribers
636 photos
139 videos
151 files
126 links
advertising
Download Telegram
Hunduu Waan Qabu Kenna!
            •═•
Lagni bishaan siif kenna
Gaafa ati dheebottu
Manni ho’a siif kenna
Gaafa ati dhaamottu
Muka bosonaa argatta
Kan mana ittiin ijaartu
Galaanni immoo qurxummii
Kan affeellattee nyaattu

Mi’a gatii jabeessa
Gabaa qaalii irraa argatta
Riqicha bishaan qabu
Bidiruudhaan dabarta
Waan hin qabne argachuuf
Isa qabu harka ilaalta
Atis waan qabdu hiixadhu
Xiqqaatu tokko in caalta!

      Garuu......

Xaddee foon hin kadhatin
Qoraattiin si waxalti
Salphoo ulfina hin kadhatin
Udaaniin siqabatti
Machooftuu hin hammatin
Bulgaatiin si lollaati
Nama badii hin qoccolin
Dhuftee hiriyaa kee taati
Addaggeetti hin shirkoomiin
Mataa irratti ol si baati
Daa’ima qullaa hin baatin
Wayyaa kee irratti albaati

Kotte duudaa hin hooksiin
Ilkaantu sirraa dhuma
Hunduu waan qabu kenna
Jireenyatu akkasuma.

@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa
Forwarded from ሌጀንድ
የፍራሽ መጠበቂያ ጥቅሞች

- ፍራሽዎ ቶሎ እንዳይበላሽ እና የአገልግሎት ጊዜው እንዲረዝም

- ፍራሽዎን ሊጎዱ ከሚችሉ ባክቴርያ እና ፈንገሶች ይከላከላል

- ከሰውነት ላብ የሚወጣ ቆሻሻ ፍራሻችን ላይ እንዳይርስ ይከላከላል

- ህጻን ልጅ ካለዎት እና እየሸኑ የሚያስቸግሩ ከሆነ ሁነኛ መፍትሄ ነው

- ለአራሶች እና ለገስት ሀውስ ሆቴሎች ተመራጭ ነው

ለ 1 ሜትር ከ50 ፍራሽ ዋጋ 2800
ለ 1 ሜትር ከ 80 ፍራሽ ዋጋ 3000

ባሉበት ቦታ እናደርሳለን
ለማዘዝ 👉 0976711039
Mana Maxxansaa Silashii Wadaajootti kan hojjatamedha! Isinis ajajachuuf 0924111100/0911044336 irratti nuuf bilbilaa!
Mana Maxxansaa Silashii Wadaajootti akkatti hojjatamudha! Isinis barachuuf 0924111100/0911044336 irratti nuuf bilbilaa!

Look at this... 👀 https://pin.it/5dMiLXaUq
Forwarded from davecomputertrading
HP P24h G5 23.8-inch Diagonal FHD Monitor 1920 x 1080 (1080p)
Modern table and chair