Barattoota oromoo
20K subscribers
1.14K photos
271 videos
3.68K files
900 links
Channel kun dhimma barattoota oromoo irratt odeeffannoo garagaraa dhiyeessa

Yaada fi qeeqaa karaa @Barattootaorobot jedhun nuuf kenna

⚡️⚡️Karaa YouTube dhan nu hordofuuf https://www.youtube.com/@OroAcademy⚡️⚡️

https://telega.io/c/Barattootaoromo
Download Telegram
Barattoota oromoo pinned Deleted message
Barattoota oromoo pinned «Nama dhibbaa yoo affertan 0.5Ton argattu 1Ton= qarshii 1000 Kanaaf link arman gaditin hiriyyaa keessan affeeru him dagatina https://t.me/AblyBot?start=504049293 https://t.me/AblyBot?start=504049293»
Barattuu miilaa akka harkaatti fayyadamuun qormaata kutaa 12ffaa qoramaa jirtu Keeyiraa Jamaal

Uumamaan harka lamaanuu malee kan dhalatte Barattuu Keeyiraa Jamaal qormaata Biyyaalessaa 12ffaa marsaa 2ffaa miilaa akka harkaatti fayyamuun Onlaayiniin qoramaa jirti.

‘Qaama miidhamtuu ta’uun koo caalmaatti na jabeessa malee bakkan ga’uuf yaadurraa na hin hambisu’ jetti Barattuu Keeyiraa Jamaal.

Barattuu Keeyiraa Jamaal barnootaa sadarkaa 2ffaa Mana Barumsaa Maariyaam Safar lakka 1 jedhamutti kan xumurte yoo ta’uu, barattuu jajjabee fi qaxalee ta’uu ishee barsiisonni ishee ni dubbatu.

Guyyaa har’aa qormaata biyyaalessaa 12ffaa saayinsii uumamaa miila ishee akka harkaatti fayyadamuu Yuunivarsiitii Dirre Dhawaatti qoramaa jirti.
Barattoota oromoo pinned Deleted message
Oduu Ammee

Qormaati kutaa 8ffaa naannoo Oromiyaa ifoomeera

Barattoonni Id keessaniifi maqaa keessan https://oromia.ministry.et/#/result irratti guutuun ilaallachuu ni dandeessu.
Ahmed Hojii Ifaa/ibsaa diriirsu

Tajaajila nuti kenninu
♻️ manneen haaraa ni galchina
♻️ Ifaa gubate ni sirreessina
♻️ Manneen gammoo ni galchina
♻️ Ijaarsa manneenii fi waajjiraalee mootummaa ni galchina
Magaalota kanneen keessatti nu argattu.
Dessie
Kombolchaa
Harbuu
Baatii
sanbate

👆Magaalota kanneen keessati ni hojjenna
Hojii keenya arganii ragaa bahu
Nuuf bilbilaa,
deebii keenya saffisaa dha lakkoofsa bilbilaa
📞0929423494
📞0922581898
Irratti bilbila
Odeeffannoo dabalataaf T.me/Ruhiikoo jedhamuun beekama
Forwarded from QAROO JAALALA ❤️
Ahmed  professional Hojii Ifaa/ibsaa💡 diriirsu

Tajaajila nuti kenninu
♻️ manneen haaraa ni galchina💡
♻️ Ifaa gubate ni sirreessina 💡
♻️ Manneen gammoo ni galchina💡
♻️ Ijaarsa manneenii fi waajjiraalee mootummaa  ni galchina💡
Magaalota kanneen keessatti nu argattu.
Dessie
Kombolchaa
Kamisse
Harbuu
Baatii
sanbate
Magaalota walloo kessati ni argaman

👆Magaalota kanneen keessati ni hojjenna
Hojii keenya arganii ragaa bahu
Nuuf bilbilaa,
deebii keenya saffisaa dha lakkoofsa bilbilaa
📞0929423494
📞0922581898
Irratti bilbila
Odeeffannoo dabalataaf T.me/Ruhiikoo jedhamuun beekama
Barattoonni dhaabbilee barnootaa dhuunfaarraa qormaata ba’umsaa fudhatan % 87 kufuuniiru

Spider Media: Muharram 21/1446
Barattoota dhaabbilee barnootaa olaanaa dhuunfaarraa qormaata ba’umsaa bara 2016 fudhatan keessaa % 87 qormaaticha kufuu isaanii Ministeerri Barnootaa beeksise.

Barattoota dhaabbilee dhuunfaarraa bara barnootaa 2016 keessaa qormaata ba’umsaa fudhatan keessaa % 13 qofti qorumsicha darbuu Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofesar Birhaanuu Naggaan eeraniiru.

Dhaabbileen barnootaa olaanaa dhuunfaa 22 barataa tokkoyyuu hin dabarsine jedhame.

Barattoonni Yuunivarsiitiiwwan mootummaa qormaaticha fudhatan ammoo % 58 darbuu isaanii himaniiru jechuun fbcn gabaaseera.

#kutaa12
#oromiiyaa
#oromoo
#barattootaoromo
#exitExam
#moe


© Amar Temam
Oromiyaatti Qabxiin Qormaata Kutaa 8ffaa fi 6ffaa boru ifooma

Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa fi 6ffaa boru kan ifoomu ta’uu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksiseera. Naannoo Oromiyaatti bara kanaa Barattoonni kumni 672 fi 500 Qormaata Naannoo kutaa 8ffaa fi barattoonni kumni 731 fi 955 immoo qormaata kutaa 6ffaa fudhataniiru. #Oromia Ethiopia
Dubbin daballi minda kijiba jedhame
Kalaandara barnootaa Oromiyaa kan bara 2017
Barattoota oromoo pinned Deleted message
Warri isin ilaaluu dorgomaa
14/12/ 2016
#BEEKSISA
#Barsiisota_Qacaruu_Barbaadna!
----------
Biiroon Barnootaa Oromiyaa Barsiisota Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa 7 Keessatti Barsiisuuf Ulaagaalee asii gadii guutuu danda'an dorgomsiisee qacaruu barbaada.
Kanaafuu, Barsiisotni #Barattoota_Qaxalee_Manneen_Barnootaa_Ifa_Boruu_Bultii_Addaa Sad. 2ffaa #keessatti_baratan_barsiisuu_barbaaddaniifi_ulaagaa guuttan akka dorgomtan waamichi isiniif taasifameera.

#Guyyaa_Galmee:
15/12/ - 24/12/2016 guyyoota hojii qofa.
#Iddoo_Galmee :-
- Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa - 7'n hunda keessattiifi
-Biiroo Barnootaa Oromiyaa(Finfinnee) kutaa Daayirektoreetii Hordoffii Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaafi Addaatti galmaa'uu ni dandeessu.

#HUBACHIISA:-
Odeeffannoo Guutuu Argachuuf #Barreeffama_Fuula_Shan(5) qabu Asii Gaditti Maxxansineerraa. Dubbisaa.
#Carraa_Gaarii !

Biiroo Barnoota Oromiyaa irraa