#Beeksisa_Waamichaa
#Yuunivarsitii_Diillaa
Barattoota Meedikaalaafi Barattoota Kolleejjii Fayyaa Waggaa 2ffaafi Sanaa olii maraaf!
Sababa qormaanni Biyyoolessaa kutaa 12ffaa mooraatti kennamuun walqabatee barnoonni addaan cituun isaa ni yaadatama. Ta'us barnoota Addaan citee ture kana itti fufsiisuuf
Barattoonni Meedikaalaafi Barattoonni Kolleejjii Fayyaa Waggaa 2ffaafi sanaa Olii gara barnootaatti seentanii gaafa guyyaa 17/02/2015 akka deebitanu akeekkachiifameera. Waamichi kun barattoota Anesthetia waggaa 2ffaafi 3ffaa ni ilaallata.
Maddi:- Kolleejjii Meedikaalaafi Fayyaa Yuunivarsitii Diillaati!
📚📚 kitaabile garagaraa argachuu https://t.me/Orolibrarybot 📚📚
🌍🌏Channel keenya hordofuuf
https://t.me/barattootaoromo 🌏🌏
👥👥Garee marii keenyaat dabalamuuf
https://t.me/barattootaoromo1 👥👥
📨📬Yaada kara keessan erguuf https://t.me/Barattootaorobot 📥📬
⭐️⭐️Karaa Facebook dhan nu hordofuuf https://www.facebook.com/profile.php?id=100064303772378⭐️⭐️
⚡️⚡️Karaa YouTube dhan nu hordofuuf https://youtu.be/jyfv_x4eSoY⚡️⚡️

Telegram
Barattoota oromoo
Channel kun dhimma barattoota oromoo irratt odeeffannoo garagaraa dhiyeessa
Yaada fi qeeqaa karaa @Barattootaorobot jedhun nuuf kenna
⚡️⚡️Karaa YouTube dhan nu hordofuuf https://www.youtube.com/@OroAcademy⚡️⚡️
https://telega.io/c/Barattootaoromo

#Beeksisa_Hojii
#Barsiisota_117_Barbaada
Barsiisota Yuunivarsitii Appilaayidii Irraa Eebbifamaniif!!
Gosa Barnootaa:-
Ingiliffa,
Herreega,
Seenaa,
Ji'ogiraafii,
Fiiziksii,
A/Amaaraa, ICT,
A/Oromoo fi
Og-artii irratti Qacaruuf!
Guyyaan galmeee 15-24/2/2015tti.
Waajjira Barnootaa G/H/Lixaa
@barattootaoromo

#AASTU
#Beeksisa
Barattoonni Yuunivarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Finfinnee hundaaf!
Waa’ee yeroo galmee ibsuuf:-
• Barattoota idilee digirii jalqabaa Onkoloolessa 24 fi 25/2015
• Barattoota galgalaa waggaa 4ffaa fi isaa ol Onkoloolessa 26 fi 27/2015
• Barattoota yeroo ammaa eebbifaman Onkoloolessa 28 fi 29/2015
• Barattoota idilee digrii lammaffaa haaraa Onkoloolessa 30 fi Adoolessa 1/2015
• Barattoota galgala digrii lammaffaa hunda Adoolessa 3 fi 4/2015
Akkas jechuun labsuun:
Barattoonni haaraan eebbifaman yeroo galmeef dhuftan meeshaalee armaan gaditti tarreeffaman of biraa fiduun dirqama.
1. Suuraalee hamma paaspoortii 3 qaban
2. Xalayaa ispoonsaraa barattoota ispoonsara dhaabbilee mootummaa fi dhuunfaa jalatti barataniif
3. Barataa dhuunfaa yoo taate nagahee kaffaltii kee
4. Orijinaala fi footokoppii waraqaa ragaa barnoota digrii tokkoffaa barattoota digrii lammaffaa
5. Orijinaala fi footokoppii waraqaa ragaa barnoota digrii lammaffaa barattoota digrii 3ffaa
#Hubachiisa: 1. Barattoonni idilee digrii jalqabaa waggaa 1ffaa Onkoloolessa 24/2015 barnoota ni eegalu.
2. Barnoonni barattoota galgalaa digirii jalqabaa waggaa 1ffaa Onkoloolessa 28/2015 ni eegala.
3. Yuunivarsitichi guyyaa murtaa’e duras ta’e booda barataa dhufu kamiyyuu akka hin fudhanne ibsameera.
Waajjira Galmeessaa

#Barsiisota_29_Barbaada
Barsiisota 29 kanneen 2009-2014tti Eebbifaman gosa barnootaa:
Ingiliffaa,
Herregaa,
Seenaa,
Ji'ogiraafii,
Fiiziksii, A/Amaaraa,
ICT irratti qacaruuf beeksisa baaseera!
Guyyaan galmee 16-29/2/2015tti
Guyyaa calallii 30/2/2015
Waajjirri Barnoota Baalee Bahaa

Barattoota Yuunivarsitii Amboo Damee Saayinsii Hawaasaa Maraaf!
Barattooni Seemisteera 1ffaa xumuruun kolleejjii seeraa(#School_Of_Law) seenuuf fedhii qabdan gaafa Sadaasa 28fi29/2015'tti biiroo qiindeessaa barattoota haaraa(Fersh man Coordinator office)'tti qaamaan argamuun akka galmooftan ta'uu beeksisuun, Guyyaan qormaataaf Teessan gaafa Sadaasa 30/2015 sa'atii 2:30 irratti ta'uun ibsameera.
#Hubachiisa
👉kan qormaata irra taa'uu danda'an Barattoota seera(#Law) seenuuf Galmaa'an qofa.
👉Bakki qormaataa "Smart Class" dha.
Qindeessaa Barattoota Haaraa
Saayinsii Hawaasaa
Yuunivarsitii Amboo Mooraa
Guddichaa Irraa!!

#BEEKSISA
Guyyaan galmee barattoota idilee Yunivarsiitii Wallaggaa irradeebiin gaafa Sadaasa 13 fi 14, 2015 akka gageeffamu beeksisnee kan turre ammas Sadaasa 27 fi28/2015tti darbuu isaa isin beeksisna.
Maddi:- Yuunivarsitii Wallaggaati

Barattoota Bara 2015tti kutaa 8ffaatii gara kutaa 9ffaatti darbaniif kanneen Manneen Barnootaa Bultii Addaa Naannoo Oromiyaatti Barachuu Barbaaddan Hundaaf.
Galmeen kun Barattootaa Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad.2ffaafi Manneen Barnootaa Waldaa Misooma Oromiyaa Bultii Addaa Sad. 2ffaa bara 2016 galanii barachuu danda'an filachuuf baheedha.
Ulaagaa Galmee:-
👉Ministirii Qabxiin G/G(Average)
Dhi-83% fi isaa ol
Du--80% fi isa ol
👉Tiraaniskiriiptii kutaa 7ffaa fi 8ffaa G/G
Dhi-- 85%fi isaa ol,
Du---75%fi isaa ol
👉Tiraaniskiriiptii gosa barnootaa Afaan Ingilizii fi Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi 8ffaa G/G
Dhi-- 75%fi isaa ol,
Du--- 70% fi isaa ol kanneen qaban.
Naannoo Horsiisee Bulaaf-
👉Ministirii:- Qabxii G/G (Dhi-%80 fi Dub- %77)
👉Tiraaniskiriiptii kutaa 7ffaa fi 8ffaa G/G (Dhi- 85%fi Du- 75%fi isaa ol)
👉Tiraaniskiriiptii gosa barnootaa Afaan Ingilizii fi Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi 8ffaa G/G ( Dhi 75% fi Du 70% fi isaa ol) kan qabani dha.
Iddoo Manneen Barnootaa Bultii Addaa (MBBA) :-
~ Amboo, ~Beddellee,
~Bishooftuu, ~Dodolaa,
~Haramayaa, ~Najjoo,
~ Negellee ~ Yaabelloo dha.
👉Umrii yeroo kutaa 9ffaa seenu waggaa 16 kan hin caalle.
Bakki Galmeen Itti Geggeeffamu:
Wajjira Barnoota Aanaaleefi Bul/Magaalotaa Oromiyaa hundaafi Waajjira Barnoota Kutaalee Magaalaa Finfinnee.
Guyyaa galmee: Hagayya 23 hanga 27/2015
Maddi:-BBO

#Beeksisa_Wamichaa
Barattoota Bulleeyyii Yuunivarsitii Asoosaa Maraaf!
Yuunivarsitiin Asoosaa Guyyaan seensa barattoota Bulleeyyii waggaa 2ffaafi 3ffaa bara 2016 gaafa Fulbaana 21-22/2016, akkasumas Barattoota Waggaa 5ffaafi Digirii lammaffaa idilee hundaaf guyyaan galmee Onkoloolessa 5-6/2016 ta'uu ibsuun guyyaan ibsametti qaamaan argamuun akka galmooftan Yuunivarsiitichi akeekkachiiseera.

Barattoota Qormaata Irra Deebii(Re-Exam) fudhattanu maraaf:-
Qormaata bahuumsaa Gurraandhala 6/2016'tti kennamu qoramuuf eega kan jirtan, qoramtoonni hunduu lakkoofsa iccitii ittiin qormatan(password) akkaataa asii gadiin ibsameen argachuu dandeessu.
1.Yeroo galmooftan email keessan guuttaniin.
2.https://exam.ethernet.edu.et irra seenuun Transaction Number kaffaltii ittiin raawwattan guutuun.
3. Yuunivarsitii itti qormatan deemuun Yuunivarsitiicha irraa argachuu dandeessu.
#Hubachiisa
Barattoonni marsaa jalqabaaf qormaata bahuumsaa fudhattanu martuu lakkoofsa iccitii keessanii ittiin qormatan Yuunivarsitii keessan Dura bu'aa Muummee keessanii biraa kan argattanu ta'a.
Qormaanni Moodeela haga Gurraandhala 5/2016'tti kennama.

#BEEKSISA.
1- Barattoota #Qormaata_Biyyoolessaa_Kutaa_12ffaa Bara 2016 Fudhatan Hundaaf
2- Barattoota Kutaa12ffaa #Dubartii_Ulfaafi_Harma_Hoosisan Hundaaf
-----------------
BBO-Waxabajjii 17/2016
Qormaata Biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2016 akka biyyaatti barattoota kuma 700 oliif kennamu keessaa barattootni kuma 240 ol (35%) ol kan Oromiyaa ta'uun beekamaadha.
Kanuma bu'uura gochuun barattootni keenyaa gara iddoo(Yunivarsiitii) qormaataa deemun dura seeraafi naamusa qormaataa beekuu qaban gamanumaa hubachuun barbaachisaadha.
Barataan qormaataaf gara Yunivarsiitii deemu hundi:-
- Moobaayilii harkaa,
- Meeshaalee qara qaban kamiiyyuu,
- Meeshaalee elektirooniksii (sagalee waraaban, suuraa kaasaniifi )kkf. qabatanii gara iddoo qormaataa seenuu yaalun guutumaa guututti qormaatarraa kan haqsiisuufi battalumatti to'annaa seeraa jala kan oolchu ta'uu,
- Qormaata walirraa ilaaluufi garagalchuunfi qormaata hatuun yakka ta'uu,
-Turtii guyyaa sadiitiif qofa kan ta'u uffata guyyaafi halkanii qabatanii seenuu, (baay'isuu hin qabdan),
- Rakkoo mooraa Yunivarsiitii keessatti isin qunnamuu danda'uuf sodaa tokko malee battalumatti qaama dhihootti argattaniif beeksisuun furmaata argachuu dandeessu,
- Manatsirii ijaa (eye glass) rakkoo ijaatiif isiniif ajajame kaawwattanii seenuu ni dandeessu. Kanas dursitanii qaama isin simatuuf beeksisuu qabdu.
-Iddoo qormaataa/Yunivarsiitii keessatti, wacuun, iyyuun, sagalee namoota biroo jeequun fayyadamuun dhoorkaa ta'uu beekuu,
- Ajajaafi qajeelfama giddu galli qormaataa baasu kabajuun dirqama ta'uu beekun barbaachisaadha.
- Barattootni '#online'n qoraman mana isaaniitii deddeebi'anii waan qormaniif yeroo qormaataa kabajuun xiyyeeffannoo kennuufii qabu,
- Qormaaticha yaadaafi qalbiin tasgabbaa'anii hojjachuuf gamanumaa of qopheessuu qabu.
#Baratttootni_dubartootaa:
#ulfaa,_guyyaan_dahiinsaa gaheefi
#dubarttootni_daa'ima_harma hoosisan hundi bara barnootaa 2017 itti qophooftanii akka #barataa_idilee/Regular/taatanii qormaata fudhachuu ni dandeessu.
Sababa ulfaafi harma hoosisuutiin qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2016 kan hin fudhanne, bara dhufu 2017 barataa idilee taataanii akka qoratamtan isin beeksifna.
#Hubachiisa:- #Qajeelfama_Naamusa_Qormaata_Dhaabbilee_Barnootaa_Olaanoo Bahe Bal'inaan Waan dhiheessinuuf nu hordofaa!
Carraa_Gaarii !

Warri isin ilaaluu dorgomaa
14/12/ 2016
#BEEKSISA
#Barsiisota_Qacaruu_Barbaadna!
----------
Biiroon Barnootaa Oromiyaa Barsiisota Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa 7 Keessatti Barsiisuuf Ulaagaalee asii gadii guutuu danda'an dorgomsiisee qacaruu barbaada.
Kanaafuu, Barsiisotni #Barattoota_Qaxalee_Manneen_Barnootaa_Ifa_Boruu_Bultii_Addaa Sad. 2ffaa #keessatti_baratan_barsiisuu_barbaaddaniifi_ulaagaa guuttan akka dorgomtan waamichi isiniif taasifameera.
#Guyyaa_Galmee:
15/12/ - 24/12/2016 guyyoota hojii qofa.
#Iddoo_Galmee :-
- Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa - 7'n hunda keessattiifi
-Biiroo Barnootaa Oromiyaa(Finfinnee) kutaa Daayirektoreetii Hordoffii Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaafi Addaatti galmaa'uu ni dandeessu.
#HUBACHIISA:-
Odeeffannoo Guutuu Argachuuf #Barreeffama_Fuula_Shan(5) qabu Asii Gaditti Maxxansineerraa. Dubbisaa.
#Carraa_Gaarii !
Biiroo Barnoota Oromiyaa irraa