Bu'aan qormaata barattootaa 114 namuusaa qormaataa cabsanii guutummaatti haqame - Ministeericha
-Bu'aan qormaata ba'umsaa barattootaa 114 namuusaa qormaataa cabsanii guutummaatti haqamuu Ministeerri barnootaa beeksise.
Bu'aan qormaata bu'umsaa barattoota 114 hojmaata seera qormaataa darbanii guutummaatti haqamuu ministeerichi xaalayaa Dhaabbilee barnootaa olaanoo mootummaa fi dhuunfaaf barreesseen ibseera.
Bu'aan qormaataa guutummaan haqamuu fi Adabbiin dabalataa yeroo itti aanu kan ibsamu ta'uu eereera.
Barattoonni dhaabbilee mootummaa fi dhuunfaa kumni 119 fi 145 qormaata ba'umsaa marsaa 2ffaaf Guraandhala 6- 11, 2016 kenname fudhachuun kan yaadatamuudha.
#Oromia #Ethiopia

Oromiyaatti Qabxiin Qormaata Kutaa 8ffaa fi 6ffaa boru ifooma
Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa fi 6ffaa boru kan ifoomu ta’uu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksiseera. Naannoo Oromiyaatti bara kanaa Barattoonni kumni 672 fi 500 Qormaata Naannoo kutaa 8ffaa fi barattoonni kumni 731 fi 955 immoo qormaata kutaa 6ffaa fudhataniiru. #Oromia Ethiopia

Karaaleen qabxii qormaata kutaa 12ffaa ittiin ilaallatan ifooman
Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC)- Karaaleen qabxii qormaata kutaa 12ffaa 2016 ittiin ilaallatan ifoomaniiru.
Qabxii qormaatichaa har’a Qaammee 4, 2016 halkan keessaa sa’aatii 6:00 irraa eegalee ilaalchuun akka danda’amuu Tajaajilli Qormaataa fi Madaallii Barnootaa beeksiseera.
Haaluma kanaan karaalee:
Poortaalii- https://result.eaes.et
Teelegiraam Boot- https://t.me/EAESbot
Ergaa gabaabaa(SMS)- 6284 irratti ‘R” dursuun lakkoofsaa galmee (Fakkeenyaaf R1234567) barreessanii erguun qabxii ofii beekuun akka danda’amu eerameera.
Dabalataan karaan Ergaa gabaabaa idilee Itiyoo teelekoom kaffaltii akka qabuu fi Teelegiraam Boot irratti waraqaa ragaa yeroo buusuu fi maxxansiisuun akka danda’muu tajaajilichi beeksiseera.

Qabxiin seensa sagantaa fooyyessa dandeettii bara 2017 ifoome
Qabxiin seensa sagantaa fooyyessa dandeettii barattoota bara barnootaa 2016 qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhatanii ifoomeera.
Haaluma kanaan:-
1.Barattoota dhiiraa Saayinsii Uumamaa fi Haawaasummaan qormaata 600 keessaa fudhataniif qabxiin seensaa 204,
2.Barattoota Shamarranii Saayinsii Uumamaa fi Hawaasummaan qormaata 600 keessaa fudhataniif qabxiin seensaa 192,
3.Barattoota dhiiraa naannolee guddattootaa fi naannawaa Horsiisee bulaarraa Saayinsii Uumamaa fi Hawaasummaan qormaata 600 keessaa fudhataniif qabxiin seensaa 192,
4.Barattoota Shamarranii naannolee guddattootaa fi naannawaa Horsiisee bulaarraa Saayinsii Uumamaa fi Hawaasummaan qormaata 600 keessaa fudhataniif qabxiin seensaa 186,
5.Barattoota dhiiraa qaroo dhabeeyyii Saayinsii Hawaasummaan qormaata 500 keessaa fudhataniif qabxiin seensaa 160,
6.Barattoota Shamarranii qaroo dhabeeyyii Saayinsii Hawaasummaan qormaata 500 keessaa fudhataniif qabxiin seensaa 155,
7.Barattoota dhiiraa sagantaa qophaa’inaa Saayinsii Uumamaan qormaata 700 keessaa fudhataniif qabxiin seensaa 238,
8.Barattoota Shamarranii sagantaa qophaa’inaa Saayinsii Uumamaan qormaata 700 keessaa fudhataniif qabxiin seensaa 224 ta’uu ragaan Ministeera Barnootarraa argame ni mul’isa.