#Turullee #dhugatuu #irra #aana
๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ
#Kutaa #15ffaa
๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ
#Hojii #manaa
๐๐๐
Ragaa #Hojii #Ergamootaa #10:38 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.
๐๐๐๐๐๐
#Hojii #Ergamootaa #10:38
" Waaqayyo, #Yesus #nama #Naazireet kana #hafuura #qulqulluudhaan #dibee humnaan akka isa guute, inni naanna'ee hojii gaarii akka hojjete, Seexanaan kan cunqurfaman akka fayyise, #Waaqayyo #isaa #wajjin #akka #tures beekamaa dha."
Gafii ๐๐๐
Akka ragaa #Hojii #Ergamootaa #10:38 keessatti dubbatametti, hima kamtuu sirriidha?
A. Yesus waan Waaqa ta'eef, hafuura qulqulluudhaan ufi dibee.
B. Yesuus waan Waaqa ta'eef, humna guuttachuu nan barbaachisu jedhe.
C. Yeroo Yesuus naanna'ee hojii gaarii hojjataa turee fi Seexanaan kan cunqurfaman fayyisu, Waaqayyo isaan wajjin hin turre.
D. Deebiin hin jiru.โ โ โ
๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ
โช Worroonni Amantii Kiristaanaa nuuf deebisaa.
โช hawaasni keenna ammoo worroota Amantii Islaamummaatiin ala jiran biraan gahaa haqa jiru hubachiisaa.
Qabxiiwwan ijoon nuti ragaa #Hojii #Ergamootaa #10:38 irraa argannu:
1ffaa- #Yesus #nama Naazireet akka ture (Yesuus Waaqa jechuun olola dharaa akka ta'e) hubanna.
2ffaa- Yesuus #kophaa #isaatti dandeetti yookaa humna waan #hin #qabneef, Waaqayyo hafuura qulqulluudhaan dibee #humnaan #akka #isa #guute .
3ffaa- #Waaqni, #Yesuus fi #Hafuurri #qulqulluun waan #gara #garaa akka ta'anii fi sadiin Waaqaa tokko jechuun #haasawa #ololaa akka ta'e. (Waaqni ka kajeelamu yookaa tumsaa, Yesuus ka fudhatu yookaa qarqaarsa barbaadaa, Hafuurri qulqulluun ammoo uumama ajaja Waaqaa raawwatu) ta'uu mirkaneeffanna.
4ffaa- #Yesuus hojii gaarii yeroo hojjataa turee fi worroota seexanaan cunqurfaman fayyisaa turetti, #Waaqni #isa #qarqaaraa akka ture hubanna (#Waaqayyo #isaan #wajjin akka tures beekamaadha yeroo jedhu).
Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธBy:XR โป๏ธโป๏ธโป๏ธ
Baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa ๐
https://t.me/Xaalibu6504

#Kutaa #32ffaa
๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ
Gilgaala Hubannoo sammuu qabnu madaalu;
Ragaawwan asii gadii keessa, kan #namummaan #Yesuus #lama (tow personality) qabaachuu agarsiisu jiraa?
A. #Maarqoos 12:29
" Yesus deebisee, "Inni hundumaa irra caalu, 'Dhaga'i, yaa Israa'el! Gooftichi #Waaqayyo #keenya #kophaa #isaa #gooftaa dha. " แจแแญแแต แแแแ 12:29 แขแจแฑแตแ แแแถ แฅแแฒแ แ แแแข แจแตแฅแแแฑ แแ แแฐแแญแฑแข แฅแตแซแคแ แแญแฅ แตแแค #แแณแ แแแซแฝแ #แ แแตแแณ แแแฅ Kanaafuu, Yesuus Waaqayyo keenya, sunuu tokkicha jedhee, namummama tokko malee lama hin garsiisuu.
B. #Maatewos 27:46
" Gara sa'aatii salgaffaatti #Yesus sagalee guddaadhaan, "#Elii, #Elii lamaa sabaktanii?" jedhee waammate; kunis, "#Waaqayyoko, #Waaqayyoko maaliif na dhiifte?" jechuutti in hiikama. " แ แแ แ แฐแแตแ แขแจแฑแตแข #แคแแ #แคแแ แแ แฐแ แ แณแ? แฅแ แ แณแแ แตแแ แฎแธแข แญแ แแข #แ แแแฌ #แ แแแฌแฅ แตแ แแ แฐแแธแ? แแแต แแแข Kanaafuu, Yesuus Waaqayyo koo, Waaqayyo koo jedhee, namummama tokko malee lama hin garsiisuu.
๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ
#Eega #gara #samiitti #olbahee #booda #hoo?
๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ
C. #Mulโata #Yohannis 3:2
" Ka'i, dammaqaas ta'i! Wanta hafee du'uuf jedhus jabeessi! Ani fuula #Waaqayyo #koo duratti hojiin kee fiixaan ba'uu isaa hin argine. " แจแฎแแแต แซแฅแญ 3:2 แฅแซแ แ #แ แ แแแฌ แแต แแนแ แแ แ แแแแแตแแ แจแแแ แแแฅ แแแฑแ แซแแธแแ แจแแฉแตแ แแแฎแฝ แ แฝแแข Kanaafuu, erga gara samiitti Rabbiin isa ol fudhateelle, #Yesuus #Rabbiin #qabaachuu, namuumman Waaqumma aka gahee isaa hin taane mirkaneessa.
D. #Mulโata #Yohannis 3:12
" Isa mo'u sana mana qulqullummaa #Waaqayyo #koo keessatti utubaa nan godha; isa keessaas matumaa hin baafamu. Maqaa #Waaqayyo #kootii, maqaa mandara #Waaqayyo #kootii, Yerusaalem ishee haaraa ishee Waagayyo koo biraa waaqa keessaa gad buutu, maqaa koo isa haaraas utubaa kana irratti nan caafa." แจแฎแแแต แซแฅแญ 3:12 แตแ แจแแฃแ #แ แ แแแฌ แแ แฐแต แแแต แฅแแฒแแ แ แฐแญแแแแแฅ แแฐ แแตแ แจแแซ แจแถ แ แญแแฃแแค #แจแ แแแฌแ แตแแ แจแ แแแฌแ แจแฐแ แตแแฅ แแแต แจแฐแแญ แจแ แแแฌ แแแต แจแแตแแญแฐแแ แ แฒแฒแฑแ แขแจแฉแณแแแแฅ แ แฒแฑแแ แตแแ แ แฅแญแฑ แแญ แฅแฝแแแแข kunillee ragama cimsuu, Yesuus aangoon Waaqummaa gonkumaa akka isaaf hin taane ifa baasu ta'aa jechuudha.
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
#Qabxiiwwan #ijoon nuti argannu;
1ffaa- #Waaqni akka #Waaqa #hin #qabne namuu waan beekuuf, Yesuus akka Waaqa hin taane hubannaa. Sammuu fayyaa qabduu mitii, maraattuun waan biroo hin beekne jedhamuu Waaqni Waaqa ni qabaa osoo jettee, deebiin isaa mitii jechuu ifa. Yesuus Waaqaa qaba jechuun, yoma booda irralle tooftaa birootiin Waaqatti ni jijjiramaan ka dhuftulle taatee, yeroo saniif akka Yesuus Waaqa hin taanee, namuu ni amanaa jechuudha.
2ffaa- Worroonni Rabbiin qajeelluma isaanii hin qoodin, #Yesuus #namummaa #lama #qaba (#two #personality) jedhanii nama gowwoomsan. Wonti rakkoo ta'e ammoo, #Yesuus #namummaa #lama #qabaan, #haasawa #jette #jettee #malaan #haasawamu malee, #eddoo #tokkottu #ragaa #hin #qabne ta'uu isaa.
3ffaa- #Yesuus gaafa dachii tana gubbaa turee qofa namaa (Waaqatu foon uffatee dhufee), worra jedhee yaaduuf, Yesuus gaafa gara samiitti ol bahellee akka #Rabbiin/ #Waaqa qabu fi Yesuus ammoo #Rabbiin/#Waaqaa #hintaane yeroo ragaa qabatamaa argan, Yesuus Waaqa jechuun #dubbii #sobaa/#ololaa ta'uu, namni kamuu ifatti beeka.
4ffaa- Yesuus yeroo tokko yookaa bara wohii nama turee, booda sanii Waaqa ta'ee, kana jechuun ni jijjirama worra jedhee yaaduuf ammoo, ragaa #Ibroota 13:8 ๐
โ#Yesus #Kristos #kaleessa #isuma #ture, #har'as #bara #baraanis #isuma #sana !โ #แขแจแฑแต #แญแญแตแถแต #แตแแแตแ #แแฌ #แฅแตแจ #แแแแแแ #แซแ #แแแข
Jesus Christ the same yesterday, and to day, and for ever.
๐๐๐ ka jedhu yeroo argan, haasawa #Yesuus #namalle, akkasumas #Waaqallen #dubbii #fudhatama #hin #qabne, #dubbii #dogongoraa ta'uu ifatti mirkaneessa.
Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธBy:XR โป๏ธโป๏ธโป๏ธ
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa ๐
https://t.me/Xaaliburidallah

Telegram
Turullee Dhugatu Mo'ata
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.