#Adaamii_Tulluu
Sagantaa Leenjii mata duree #Islaamummaa #Addunyaaf jedhu, guyyaa 16/12/2023 (guyyaa tokko guutuuf), #Adaami_Tulluu, #Jiddoo_Kombolchaatti geggefamaa ture, nagahaan goolabamee gallee jirraa. Alhamdulillaah. Tuun tanaa tuun ganaa. Inshaa Allah. Hawaasa keenna, ka ammallee ima rafaa jiru, Rabbiin tola isaatiin nuuf haa dammaqsuu. Amiiiin.
https://t.me/Xaaliburidallah

#Ganda_Naaqa iddoo addaa #Barrii (#seensa_karra_Alaage).
Da'waa fi Leenjii, guyyaa seenaa guddaa.
Godina #Shawaa_Bahaa Aana #Adaami_Tulluu Jiddoo Kombolcha, #Ganda_Naaqa iddoo addaa #Barrii ( seensa) karra alaage Guyyaa Dilbataa (25/12/2023) or 15/04/2016 tti sagantaa Islaamummaa Addunyaaf jedhu, guyyaa da'waa, salaata Magriibaa irraa eegalee, hanga halkan sa'aa 5:00 leenjiin haala bareedaan hayyoota gara garaa, kan akka
#Sheikh_Habib_Leenca
#Ustaaz_Qamar_Huseen
#Sheik_Muhammed_Huseen
#Sheik_kaliil_Qaasim fi kkf gegeeffamaa ture, nagahaan faaruun kan Rabbii keennaatii, goolabamee jira. Tuun tanaa, tuun gana. Inshaa Allah