https://youtu.be/rAxCDHSczeA?si=xCY6B9cUyXNO6Jkd
#Oduu_gammachiisaa.
#Page_YouTube_kiyya_kana, sagantaa gurguddaa (#Islaamummaa #Addunyaaf mata duree jedhuun) isinii dhiheessuu barbaadaa, yoo hordofuu fi subscribe godhuun isin hin miine taate, qooda irraa fudhaa, guyyaa wohiitiif isinii tolaa.

YouTube
Xaalibu-Ridallaah || Eennutu amantii ati hordofaa jirtu tana akka hordoftu si ajajee?
Muslimaa malee eennuu deebisuu hin danda'u.
#Magaalaa_Kuyyaraa.
Sagantaa Leenjii mata duree #Islaamummaa #Addunyaaf jedhu, guyyaa 07/12/2023, Godina Arsii Lixaa, #Magaalaa_Kuyyaraatti gegeeffamaa ture.
https://t.me/Xaaliburidallah

#Magaalaa_Roophiitti
Sagantaa Leenjii mata duree #Islaamummaa #Addunyaaf jedhu, guyyaa 9 fi 10/12/2023, Godina ArsiiLixaa, Aanaa Siraaroo, #magaalaa_Roophiitti gegeeffamaa ture.

#Adaamii_Tulluu
Sagantaa Leenjii mata duree #Islaamummaa #Addunyaaf jedhu, guyyaa 16/12/2023 (guyyaa tokko guutuuf), #Adaami_Tulluu, #Jiddoo_Kombolchaatti geggefamaa ture, nagahaan goolabamee gallee jirraa. Alhamdulillaah. Tuun tanaa tuun ganaa. Inshaa Allah. Hawaasa keenna, ka ammallee ima rafaa jiru, Rabbiin tola isaatiin nuuf haa dammaqsuu. Amiiiin.

#Magaalaa_Gudannee (kan dur ittiin beekkamtu #Qancarree)
#Godina_Arsii_Bahaa, Aanaa Muneessaa #Magaalaa_Guddanneetti, Sagantaan guddaan (#Guyyaa 19/04/2024 or 11/08/2016) #Islaamummaan #Addunyaaf jedhuun gegeeffamaa ture, gammachuu guddaan , guyya deemnetti nama tokko, akkasumas sababa Kitaabaa "#Eenyummaa_Yesuus #isa_dhugaa_kan_dhokate" jedhuu fi sochii barattoonni Diin leenjii barnoota #Islaamummaan #Addunyaaf jedhuu leenji'aniitiin namoonni digdamii lama (22) amantii dhalootaa, #Islaamummaa qabatuu gammannee, akka cimamee itti fufamuuf leejiin dabalataa kennamuun sagantaan keenna milkaahinnaan goolabnee, magaalaa itti aanutti ceennee jirraa. Namoota Islaamummaa fudhatan keessaa muraasni, kitaaba Eenyummaa_Yesuus jedhu wojjiin argituu. Hawaasni keenna simannaa fi keessummeessa keessaniif Rabbiin toltuun ganda lameeniitiin isin haa qananiisuu jedha. Harakaan jiraannaan barakaan hin dhabamuu. Alhamdulillaah.