#Magaalaa_Meeggaa
Biyyaa hangafa Oromo, biyya seenaa guddaa qabdu tan taate, #Godina_Booranaa #Magaalaa_Meeggaatti guyyaa 24 fi 25/08/2016 or 02 fi 03/05/2024 sagantaa Leenjii #Islaamummaa_Addunyaaf jedhu, sa'aa Magriibaa irraa eegalee guyyaa tokko guutuu fudhate, kan hayyoonni gurguddaan biyyi qabduu dhiiraa dubartiin fi abboonni amaanaa diinii baatanii jaarraa kanaa eegani (manguddoonni) keessatti hirmaatan, haala bareedaan gegeessaa oollee xumurree gara magaalaa itti aanutti ceennee jirraa, Alhamdulillaah. Hawaasa keenna, kan guyyaa nuti dhufne irraa eegalanii nu simatee nu keessumeessun, akka Kaayoon Islaamummaa Addunyaa wol gahuuf haala nuuf mijeessuun seenaa guddaa hojjataa oole kana, Rabbiin duniyaa fi aakeratille isaan haa qananiisuu. Asumaan hawaasa keenna kan biyyoota biroo keessatti argamu, kan haga ammaatti rafaa jiru ammoo Rabbiin tola isaatiin nuuf haa dammaqsuu. Amiiiin
https://t.me/Xaaliburidallah