Turullee Dhugatu Mo'ata
11K subscribers
508 photos
129 videos
110 files
413 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
#Magaalaa_Adaabbaa

Hawaasa galaana fakkatu, galannii keessan Firdoosiin haa taatu. Oolmaa hedduu nama gammachiisu irra oollee, faaruun kan Rabbiitii.
Leenjii guyyaa (31/12/2023 or 21/04/2016) #Islaamummaa_Addunyaaf jedhu, ganda urjiiwwan dachii ibsaa turan kan akka H/Huseen Ulfaataa fi shek A/Qaadir Daaluu karaa Aspaaltii hojjatanii irraa godaanan oollee. Rabbiin worra Isaan wol gahee nuuf haa araaramuu. Ka duniyaa tana gubbaa jiruu tolchee, karaa bareedaa Nabiyyii isaa irratti jiraachise irratti nu jiraachise, isima san irratti nu haa godaansisuu. Amiiiin.

https://t.me/Xaaliburidallah
#Barattoota_Mana #Baruumsa_Salaam

#Dargaggota_dammaqoo, #wordiyyoota_diin.
#Shaashamannee mana baruumsa #Salaam, leenjii "#Islaamummaa_Addunyaaf" jedhu, bara 2016, guyyaa kaleessaa (27/04/2016) haala bareedaan gegeessaa oollee jirraa, Alhamdulillaah. Hawaasa dammaqaa tee yoomuu olumaa, Rabbiin galmaan isin haa gahuu. Amiiiin.

https://t.me/Xaaliburidallah
#Magaalaa_Naaqee_Nagawoo

#Godina_Baalee, Aanaa Gaasaraa Magaalaa #Naaqee_Nagawootti, sagantaa Guddaa #Guyyaa 25/04/2024 or 17/08/2016tti Eebba Barattootaa Madda Haraashii Haawwotaa fi Shamarranii fi Leenjii #Islaamummaa_Addunyaaf jedhu salaata Magriibaa booda  kennuun, gammachuu guddaan goolabnee, gara biyyaa nagahaan gallee jirraa Alhamdulillaah.


https://t.me/Xaaliburidallah
#Magaalaa_Yaaballoo

Biyyaa hangafa Oromo, biyya seenaa guddaa qabdu tan taate, #Godina_Booranaa #Magaalaa_Yaaballootti guyyaa 23/08/2016 or 01/05/2024 sagantaa Leenjii #Islaamummaa_Addunyaaf jedhu, guyyaa tokko guutuu fudhate, kan Abbummaan isaa dargaggoota fi Dubartoota ta'e, kan hayyoonni gurguddaan biyyi  qabduu fi  abboonni amaanaa diinii baatanii jaarraa kanaa eegani keessatti hirmaatan, haala bareedaan gegeessaa oollee xumurree gara sagantaa itti aanutti ceennee jirraa,  Alhamdulillaah. Hawaasa keenna, kan guyyaa nuti dhufne irraa #Majlisa_Godinaa, #Majlisa_Magaalaa fi #doktoroonnii gurguddaan biyyiti qabdu, #dargaggoota_wojjiin ta'uun nu simatee nu keessumeessun, akka Kaayoon Islaamummaa Addunyaa wol gahuuf haala nuuf mijeessuun seenaa guddaa hojjataa oole kana, Rabbiin duniyaa fi aakeratille isaan haa qananiisuu. Asumaan hawaasa keenna kan biyyoota biroo keessatti argamu, kan haga ammaatti rafaa jiru ammoo Rabbiin tola isaatiin nuuf haa dammaqsuu. Amiiiin

https://t.me/Xaaliburidallah
#Magaalaa_Meeggaa

Biyyaa hangafa Oromo, biyya seenaa guddaa qabdu tan taate, #Godina_Booranaa #Magaalaa_Meeggaatti guyyaa 24 fi 25/08/2016 or 02 fi 03/05/2024 sagantaa Leenjii #Islaamummaa_Addunyaaf jedhu, sa'aa Magriibaa irraa eegalee guyyaa tokko guutuu fudhate, kan hayyoonni gurguddaan biyyi  qabduu dhiiraa dubartiin fi  abboonni amaanaa diinii baatanii jaarraa kanaa eegani (manguddoonni) keessatti hirmaatan, haala bareedaan gegeessaa oollee xumurree gara magaalaa itti aanutti ceennee jirraa,  Alhamdulillaah. Hawaasa keenna, kan guyyaa nuti dhufne irraa eegalanii nu simatee nu keessumeessun, akka Kaayoon Islaamummaa Addunyaa wol gahuuf haala nuuf mijeessuun seenaa guddaa hojjataa oole kana, Rabbiin duniyaa fi aakeratille isaan haa qananiisuu. Asumaan hawaasa keenna kan biyyoota biroo keessatti argamu, kan haga ammaatti rafaa jiru ammoo Rabbiin tola isaatiin nuuf haa dammaqsuu. Amiiiin

https://t.me/Xaaliburidallah
#Magaalaa_Mooyyalee

Biyyaa hangafa Oromo, biyya seenaa guddaa qabdu tan taate, #Godina_Booranaa #Magaalaa_Mooyyaleetti guyyaa 26/08/2016 or  04/05/2024 sagantaa Leenjii #Islaamummaa_Addunyaaf jedhu, wodhakkaa guyyaatiif erga kenninee booda, salaata #Asraa irratti sagantaa gabaabaa wol baruumsa fi Leenjii Biyyaa keennatti kennamaa jiru hawaasa Muslimaa biyya #Keeniyaa (#Gaambootti) erga taasifnee booda, jidduu Magriibaa fi Ishaa'iitti waa'ee tokkummaa hawaasa irratti hawaasa mariisisuun, Koreen Yeroo filchiiftuu #Koree_Tokkummaa_Hawaaasa #Musilmootaa_Mooyyalee erga fillee booda, sagantaa keenna haala bareedaan goolabuun, gara magaalaa itti aanutti ceennee jirraa,  Alhamdulillaah. Hawaasa keenna, kan guyyaa nuti dhufne irraa nu simatee nu keessumeessan, Rabbiin duniyaa fi aakeratille isaan haa qananiisuu. Asumaan hawaasa keenna kan biyyoota biroo keessatti argamu, kan haga ammaatti rafaa jiru ammoo Rabbiin tola isaatiin nuuf haa dammaqsuu. Amiiiin

https://t.me/Xaaliburidallah
#Magaalaa_Iddii_Lolaa
Seenaa yoomuu hin dagatamnetuu sikeessatti hojattatame.

Yaa #Hawaasa_jaalalaa, kan lubbuu isaa irra diin caalchifatu, dachee seenaa dachaa #Godina_Booranaa, #Aanaa_Miyoo  #Magaalaa_Iddii Lolaatitti guyyaa 27 fi 28/08/2016 or  05 fi 06/05/2024 sagantaa Leenjii #Islaamummaa_Addunyaaf jedhu, sagantaa seensaa salaata Magriibaa irraa hanga halkan sa'aa 3:00 erga hubannoo hawaasa kennaa kennamee booda, ganama itti fufuun haga sa'aa 8:30 sagantaa keenna haala bareedaan gegeessuun goolabnee, gara magaalaa itti aanutti ceennee jirraa,  Alhamdulillaah. Hawaasa keenna, kan #simannaaf Kiiloo Meter kudha torba (#17KM) deemee nu simatee, nu keessumeessuun diqqaa guddaa nu wojji dhaabbate, Rabbiin duniyaa fi aakeratille isaan haa qananiisuu jechuu barbaada. Amiin
Asumaan hawaasa keenna kan biyyoota biroo keessatti argamu, kan haga ammaatti rafaa jiru ammoo Rabbiin tola isaatiin nuuf haa dammaqsuu. Amiiiin

https://t.me/Xaaliburidallah
#Magaalaa_MataaGafarsaa
#Akkanatuu_isin_madaala.

#Godina_Booranaa, #Aanaa_Areeroo  #Magaalaa_MataaGafarsaa guyyaa 29/08/2016 or  07/05/2024, karoora worroonni #Peenxee hawaasa Muslimaa irratti duuluuf baafatte, Yesuusiin Ergamaa fi Nama jechuun yakkaa jettee, himannaa dargaggoota Muslimaa irratti bante mormuun, hawaasni amala kinniisaa qabu, ka tuqan malee nama hin tuqne, mirga Nabiyyii isaa (Yesuus) kabajisiisuuf tokkoomee gad bahe, milkii guddaa gonfatee (#Yesuus_nama fi #ergamaa_Rabbiiti malee #Waaqaa_mitii #mirkaneesse) galee jira. Yaadum kanaan wol qabsiisuun leenjiin mata duree #Islaamummaa_Addunyaaf jedhu salaata Zuhurii irraa hanga Asraatti keennamee, gammachuun goolabuun faaruun kan Rabbii keennaatii (Alhamdulillaah) nagahaan gara biyyaa gallee jirraa. Hawaasa keenna kan diin isaa kallattii hundaan woreegama barbaachisu kafaluun diin isaa eeggatuun seenaa abboota isaa deebisee mirkaneesse, Rabbiin duniyaa fi aakeratille isaan haa qananiisuu. Amiiiin

https://t.me/Xaaliburidallah
#Magaalaa_Doolee

#Godina_Arsii_Lixaa, Aanaa Nageellee Magaalaa #Dooleetti, sagantaa bareedaan #Guyyaa 17/05/2024 or 09/09/2016tti Leenjii gabaabaa #Islaamummaa_Addunyaaf jedhu salaata Juma'aa booda  kennuun, gammachuu guddaan goolabnee, gara biyyaa nagahaan gallee jirraa Alhamdulillaah.


https://t.me/Xaaliburidallah
#Magaalaa_Adaabbaa
Seenaa guddaa Dhalootaan hojjatame, #Eebba_mana_kitaaba

#Godina_Arsii_Lixaa, Aanaa Adaabbaa, Magaalaa #Adaabbaatti, sagantaan #Guyyaa 19/05/2024 or 11/09/2016tti Eebba mana kitaaba barattootaa fi leenjiin bareedaan  #Islaamummaa_Addunyaaf jedhu salaata Magriibaa Irraa eegalee kennamaa ture gammachuu guddaan goolabnee, gara biyyaa nagahaan gallee jirraa Alhamdulillaah.


https://t.me/Xaaliburidallah
#Magaalaa_Shaashamannee
#Halqaa_Ilmii_sheek_Habiib.

#Godina_Arsii_Lixaa, Magaalaa #Shaashamanneetti, #Guyyaa 23/05/2024 or 15/09/2016tti Leenjii #Islaamummaa_Addunyaaf jedhu, barattootaa Diin Halqaa Shek #Habiib_Leencaatiif salaata Zuhrii booda hanga Asraatti ture kennuun, haala bareedan xumuruun gallee jirraa, Alhamdulillaah.


https://t.me/Xaaliburidallah
#Magaalaa_Wolta'ii

#Godina_Arsii_Lixaa, Aanaa Gadab #Asaasaatti, #Guyyaa 24/05/2024 or 16/09/2016tti Leenjii #Islaamummaa_Addunyaaf jedhu, salaata Juma'aa booda hanga Asraatti kennamaa ture haala bareedan xumuruun nagahaan gallee jirraa, Alhamdulillaah.


https://t.me/Xaaliburidallah