Turullee Dhugatu Mo'ata
12K subscribers
537 photos
163 videos
120 files
451 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
#Magaalaa_Saguree

#Godina_Arsii_Bahaa
#Magaalaa_Saguree, ganda Shek #Abdulmannaan Shek #Ahmaditti sagantaan barattootaa, mata duree #Islaamummaan_Addunyaaf jedhu" guyyaa har'aa (19/01/2024) or 10/05/2016, haala bareedaan gegeessaa oolle xumuramee jirraa. 
#Qabsoon_haqaa_itti_fufaa, #lallabni_baaxilaa yeroo dhihoo keessatti fedhii Rabbiitiin #ni_kufaa.
Alhamdulillaah. Diiniif jiraatuu fi diinii haqaa (Islaamummaa) irratti jiraatuu,  Rabbiin qoodaa kiyyaa kee haa taasisuu. Amiiiin.

https://t.me/Xaaliburidallah
#Magaalaa_Maraaroo,

#Godina_Arsii_Bahaa
Magaalaa #Maraaroo, oduun tee ገናኖ (Tokkummaa fi wol dhageettii teessan beeknaa, ganaa Seenaa kana caalu, boonsaa hawaasa #Maraaroo irraa eegnaa, Inshaa Allah).

Guyyaa har'aa (12/05/2016 or 24/01/2024), magaalaan Maraaroo #Aalima_guddaa #qubsiiftee, Aalimaa dhaltii, sangaa, lafaan, midhaan kkf gumaachitee, yoom kana qofa ree, #namootaa_3_diinii bareedaa Islaamummaan boojitee, gammachuu irraan gammachuu badhaafamtee ooltee. Hawaasa bareedaa kiyya, baga Rabbiin sadarkaa kanaan si gahe. Ta tana caaltuunillee Rabbiin si haa gahuu. Diinni kee xinnaa guddaan, eddoo jirutti haa nahuu. Amiiiin.

https://t.me/Xaaliburidallah
#Magaalaa_Eegoo

#Godina_Arsii_Bahaa, Aanaa Muneessaa #Magaalaa_Eegootti Sagantaan guddaan (#Guyyaa 18/04/2024 or 10/08/2016) Islaamummaan Addunyaaf jedhuun gegeeffamaa ture, gammachuu guddaan , leenjii fi sochii barnootaa kanaan wal qabateen namoonni sagal (9) tola Rabbiitiin amantii dhalootaa Islaamummaa qabatuu gammannee, akka cimamee itti fufamuuf leejiin kennamuun sagantaan keenna milkiidhaan goolabamee, magaalaa itti aanutti ceennee jirraa. Harakaan jiraannaan barakaan hin dhabamuu. Alhamdulillaah


https://t.me/Xaaliburidallah
#Magaalaa_Gudannee (kan dur ittiin beekkamtu #Qancarree)

#Godina_Arsii_Bahaa, Aanaa Muneessaa #Magaalaa_Guddanneetti, Sagantaan guddaan (#Guyyaa 19/04/2024 or 11/08/2016) #Islaamummaan #Addunyaaf jedhuun gegeeffamaa ture, gammachuu guddaan , guyya deemnetti nama tokko, akkasumas sababa Kitaabaa "#Eenyummaa_Yesuus #isa_dhugaa_kan_dhokate" jedhuu fi  sochii barattoonni Diin leenjii barnoota #Islaamummaan #Addunyaaf jedhuu leenji'aniitiin namoonni digdamii lama (22) amantii dhalootaa, #Islaamummaa qabatuu gammannee, akka cimamee itti fufamuuf leejiin dabalataa kennamuun sagantaan keenna milkaahinnaan goolabnee, magaalaa itti aanutti ceennee jirraa. Namoota Islaamummaa fudhatan keessaa muraasni, kitaaba Eenyummaa_Yesuus jedhu wojjiin argituu. Hawaasni keenna simannaa fi keessummeessa keessaniif Rabbiin toltuun ganda lameeniitiin isin haa qananiisuu jedha. Harakaan jiraannaan barakaan hin dhabamuu. Alhamdulillaah.


https://t.me/Xaaliburidallah
#Magaalaa_Kolooba_Boolloo
Ummata galaana fakkaatu, #galanni_kee_Firdoosiin haa taatu.

#Godina_Arsii_Bahaa, #Aanaa_Jajuu#Magaalaa_Kolooba_Boollootti #Guyyaa 26/05/2024 or 18/09/2016tti  Qubsiisa Aalima guddaa Shek #Muhammadamiin #Muhammad (yookaa shek #Muhammadamiin_Kussee jedhumaan beekkaman) #deebisanii_qubsiisuuf karoorfamee haala nama gammachiisuun erga goolabnee booda leenjii gabaabaa #Islaamummaa_Addunyaafi  jedhu kennuun, gumaata guddaa #du'aaii Aalima keennaatii fi hayyoota Islaamaa fudhannee gara sagantaa itti aanutti ceenee jirraa, Alhamdulillaah.


https://t.me/Xaaliburidallah
#Rabbiin_gaafa_si #milkeessuu_barbaadu, #Ulamaa'ii fi #barattoota_diin ofii bareeche wojjiin si oolchaa.

#Godina_Arsii_Bahaa, #Aanaa_Jajuutti Halqaa Shek #AhimadTijaan_Koloobaa (barattoota 1500 olii) fi Godina Arsii Lixaa, magaalaa Asaasaatti Halqaa shek #Ahimad_Qumbii (barattoota 2000 olii) keessatti argamu #Guyyaa 27 fi 28/05/2024 or 19 fi 20/09/2016tti ziyaaruun, badhaasa birriin Biiliyoonaa hin binne (duaa'ii) badhaafamnee gallee jirraa. Alhamdulillaah. Hunda worroota Rabbiif jecha jaalannuu fi Rabbiif jecha nu jaalatuu qooda kana keessa Rabbiin haa oolchuu. Hiree Ulamaa'ii keenna ziyaaruu hunda keessanii Rabbiin haa hiruu. Amiiiiiiiin


https://t.me/Xaaliburidallah